tgindex
OLMAA ADDUNYAA ™ 🌐

OLMAA ADDUNYAA ™ 🌐

Статистика

Buy add: https://telega.io/c/Olmaa_Addunyaa ⚡️Breaking news from around the world! Chanaalii Kana irraatti: ☑️ Oddefannoo biyyaa Kessaa ☑️ Oddefannoo biyyaa alaa ☑️ olmaa Guyyaa Guyyaa Addunyaa Nii argattuu stay connected!

Последний пост
14 авг.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
7
Всего постов
51
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
47 016
+327 за 4 дн.
Сутки
+154
+0,33%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
3 292
40 постов
Вовлечённость
7,0%
к подписчикам
Постов в день
1,0
всего 51
Упоминаний
1
каналов
Охват размещения
по 3 постам
1/24сутки в ленте
522
1/48двое суток
598
1/72трое суток
644

Медиана по постам, которые мы застали свежими и померили через сутки.

Посты

  • 14 авг.1509из Quality Button

    видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • 13 авг.4577из Quality Buttonудалён 15 авг.

    видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • Namoonni dhuunfaa meeshaa konkolaataa birrii miiliyoona 6 olitti tilmaamamu hatan to'annoo jala oolan. Poolisiin Namoota dhuunfaa lakkoofsaan 6 ta'an kan meeshaa konkolaataa birrii miiliyoona 6 olitti tilmaamamu hatan to'annoo jala oolchuun qorannoo gaggeessaa jiraachuu beeksise. Hordoffii baatii 1 fi guyyoota 15 fudhateen magaalaa Finfinnee kutaalee magaalaa garagaraatti namoota meeshaalee konkolaataa hataa turan 5 fi namoota meeshaa hatame kana bitan 2 to'achuudhaan qorannoo gaggeessaa jiraachuu Poolisiin beeksiseera. Shakkamtoonni kunneen maqaan isaanii Daawwit Mangistuu, Kadir Ahimed, Mahadii Sabit, Eliyaas Araggaa fi Baqaaluu Andu'aalem jedhaman kanneen meeshaalee konkolaataarratti xiyyeeffachuudhaan yakka saamichaa raawwatan ta'uu poolisiin Finfinnee fuula miidiyaa hawaasaa isaarratti eereera. Darajjee Taaddasee fi Choombee Haayiluu kanneen jedhaman ammoo namoota meeshaalee kana bitan ta'uun isaanii himameera. 📡 MIIDIYAA @Olmaa_Addunyaa @News 📡

  • ✅Oddefannoo kutaa Meqaaa barbaaddu Kessaa seenaa tuqun 👇👇👇

  • 11 авг.1 266206

    Beeksisa Barattoota Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa Federaalaatti Barachuu Barbaadan Hundaaf ----------- BBO - Hagayya 05/2018 Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa Hundesse 9 Keessatti Kutaa 9ffaafi 10ffaa dorgomee galuu barataan barbaadu liinkii asii gadii kana banuun 'online'n galmaa'uu ni dandeessu. Guyyaan Galmee:- Ammarraa Jalqabee Hanga Hagayya 15/2018tti tura. A) Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa Barattoota Kutaa 9ffaa fi 10ffaa Simatan: 1) Walisoo 2) Bu'ii 3) Bongaa 4) Gaambeellaa 5) Jigjigaa yoo ta'an; B) Manneen Barnootaa Bultii Addaa Sad. 2ffaa Barattoota Kutaa 9ffaa Qofa Simatan Immoo: 1) Dirre Dawaa 2)ArbaaMinci 3) Asoosaa 4) Baahir Daar fa'a ta'uu beekun carraatti fayyadamuuf akka galmooftan isin beeksifna. C) Ulaagaa Galmee Kutaa 9ffaa: - Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Qabxii Giddu Galeessa(Average) 85% fi oliifi Gosa Barnootaa Herregaafi Ingiliffa 'qabxii 80% fi ol galmeessisan galmaa'uu ni danda'u Kutaa 10ffaa: Bara 2017 Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Qabxii Giddu Galeessa (Average) 70 fi ol galmeessisaniifi Qabxiin Tiraansikriiptii kutaa 9ffaa 85%fi oliifi barnoota herregaafi Ingiliffaa qabxii 80% fi ol qaban galmaa'uu ni danda'u jechuu Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa beeksiseera. Kanaafuu, Galmaa'aa! Liinkichis: https://sbs.moe.gov.et/apply HUBACHIISA: Galmeen Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa, MB Bultii Addaa WMO Sad. 2ffaafi Manneen Barnootaa Addaa Sad. 2ffaa Naannoo keenyaas hanga Hagayya 08/2018 qofa kan turu waan ta'eef Carraa Lachuttuu Akka Fayyadamtan Haata'u! Carraa Gaarii ! Odeeffannoowwan haaraa hordofnee isin biraan geenyaa nu hordofaa ▶️Youtube 👇👇 http://bit.ly/4m2OTUK ❤️ Telegram 👇👇 https://t.me/BirooBarnotaaOromiya1

  • 5 авг.3 1671

    видео или голосовое, без подписи

  • 5 авг.2 129211

    #EthiopianAirlines🇪🇹 Daandii Qilleensaa Itoophiyaa xiyyaarota haaraa fageenya dheeraa balali'uu danda'an bituuf adeemsa irra akka jiru beeksiseera. ​Daandiin qilleensichaa gara Awustiraaliyaatti balallii eegaluuf fedhii guddaa akka qabuufi gabaan isaas akka jiru hubachuu isaa Hoogganaa ol'aanaa Daandii Qilleensichaa Obbo Masfin Xaasaw dubbataniiru. ​Haa ta'u malee, ammattaatti gara Awustiraaliyaatti balalii eegaluuf "xiyyaara hin qabnu" jedhaniiru. ​Kanaafis xiyyaarota haaraa fageenya dheeraa balali'uu danda'an bituuf adeemsi godhamaa akka jiru eerameera. ​Daandiin qilleensichaa Amajjii 2020 (A.L.I) irraa eegalee xiyyaarota haaraa lakkoofsaan hedduu ta'an dhaabbilee Booyingi (Boeing) fi Eerbaas (Airbus) irraa kan fudhatu waan ta'eef, daandii Awustiraaliyaa sanaaf balalli eegaluuf qophiin akka godhamu ibsaniiru. 📡 MIIDIYAA @Olmaa_Addunyaa @News 📡

  • 31 июл.4 891246

    Qabxiin Qormaata Kutaa 6ffaa Bara 2018 Ibsame. Naannoo Oromiyaatti Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sad. 1ffaa Kutaa 6ffaa Bara 2018 Waxabajjii 08- 09/2018 kennamee tura har'a qabxiin barattootaa ifoomeera. 👉 Qabxiin darbiinsaas 50%fi ol ta'uun murtaa'eera. 👉Barattoota qormaata fudhatan 517,209 keessaa qabxii darbiinsaa (50%fi ol) galmeessisuun gara kutaa itti aanuutti kan darban barattoota 464,839 (89.9%) ta'uun beekameera. Barattoota qormaata fudhatan: 📍Dhiira 267,307 keessa 91.2% fi 📍Dubara 249,902 keessaa 88.4% darbaniiru. Haaluma kanaan qabxii ilaallachuuf Liinkii asii gaditti dhihaate banuun; Lakkoofsa Galmee keessan/Registration Number/ galchuun Itti aansuun Maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan ilaallachuu ni dandeessu. Liinkii:- https://oromia6.ministry.et 📡 MIIDIYAA @Olmaa_Addunyaa @News 📡

  • 28 июл.4 334171

    Lammileen Itoophiyaa harki 60 ta’an haga bara 2025tti hanqina nyaata madaalamaa isaan mudachuu gabaafame Gabaasni Wabii Nyaataa fi Madaallii Soorataa Addunyaa waggaa 2026 baaseen:- ​Hanqina Wabii Nyaataa: Bara 2023–2025 keessa lammilee Itoophiyaa miiliyoona 79.4 (60.1%) kan ta’an rakkoo hanqina wabii nyaataa sadarkaa jiddu-galeessaa fi cimaa keessa turan. Kunis bara 2014–2016 (miiliyoona 58.4) dhiyaatu irraa daballii guddaa agarsiisa. ​Gatii Nyaataa: Bara 2025 keessatti lammilee Itoophiyaa 67.9% (miiliyoona 92 dhihaatan) nyaata madaalamaa fayyaa isaaniif ta’u bitachuu hin dandeenye. ​Baasii Baha Afrikaa Isa Olaanaa: Nyaata madaalamaa guyyaa tokkoo bitachuuf Itoophiyaa keessatti $4.75 PPP kan gaafatu yoo ta’u, kunis Keeniyaa ($4.50), Ugaandaa ($3.74) fi Taanzaaniyaa ($3.53) irra caala. ​Qabxii Guguddoo Biraa: ​Tilmaamni kun ragaa hanqachuu irraa kan ka'e Naannoo Tigraay hin dabalatu. ​Gabaasni kun gamtaan kan qophaa'e Dhaabbilee UN (FAO, IFAD, UNICEF, WFP, fi WHO) tiini. #AS 📡 MIIDIYAA @Olmaa_Addunyaa @News 📡

  • 25 июл.4 535161

    Dubaay daawwattoota hawwachuuf hir'isa fi jajjabeessituu kennuufi Hir'inna​ Yaa'a Turizimii Waraana Naannoo Galaana Parshiyaa (Gulf War) sababa godhachuun hir'ate dammaqsuuf, magaalaan turizimii beekamtuu Imireetota Arabaa Tokkoomanii (UAE) kan taate Dubaay, ji'ootaaf kan turu hir'isa addaa kennuudhaan daawwattoota jajjabeessuufi jedhame. ​Jiraattonni magaalattii maatii fi hiriyoota isaanii daawwannaaf gara Dubaaytti affeeran, hir'isa doolaara 800 olii fi simannaa addaa kan argatan ta'uu Biiroon Oduu Dubaay har'a beeksiseera. ​Amma irraa eegalee hanga dhuma ji'a Onkoloolossaatti maatii fi hiriyoota isaanii daawwannaaf kan affeeran jiraattonni: 👉​Hoteela keessa boqotan 👉​Nyaata 👉​Tikkeettii bakkeewwan daawwannaa dabalatee faayidaawwan adda addaa ni argatu. ​Dubaay waggaatti daawwattoota miiliyoona 19.5 kan keessummeessitu fi bakkeewwan turizimii addunyaa irratti beekkamoodha. ​📡 MIIDIYAA @Olmaa_Addunyaa @News 📡

  • 22 июл.4 906278

    Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa ifoome Qabxiin qormaata naannoo kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa ifoomeera jedhe Biiroon Barnootaa Naannichaa. Haaluma kanaan, qabxiin darbiinsaa 50%fi ol kan galmeessisan yoo ta'u , barattonni 50% fi ol galmeessisanis 86.4% ta'uu biirichi ibseera. Qabxii_Qormaataa ilaallachuuf #Liinkii asii gadii fayyadamuun ilaaluu danda’u. Liinkii :- oromia.ministry.et irratti ilaaluu akka danda’an ibseera. 📡 MIIDIYAA @Olmaa_Addunyaa @News 📡

  • 22 июл.5 3152

    видео или голосовое, без подписи

  • 22 июл.6 1232

    видео или голосовое, без подписи

  • 22 июл.5 0692

    видео или голосовое, без подписи

  • 22 июл.3 287292

    "Guyyaa tokko Itoophiyaan Waancaa Addunyaa irratti akka hirmaattu nan amana" Alii Ahimad Taphataan garee biyyaalessaa Kaanaadaa fi kilabii Noorwiich Siitii Alii Ahimad, yeroo guyyoota sadii Itoophiyaa keessatti dabarsu keessatti iddoowwan seenaa fi uumamaa hawwata turistii garaagaraa akka daawwatu ibsameera. Taphataan dargaggoon kun hariiroo cimaa Itoophiyaa waliin qabu irratti yeroo dubbatu, "Ka'umsi koo fi seenaa koo hundi as irraa jalqaba," jechuun gara biyya dhaloota isaa deebi'uun isaa isa boonsuu ibseera. Aliin, Waancaa Addunyaa 2026 irratti garee Kaanaadaa waliin seenaa haaraa galmeessuu kan danda'e yoo ta'u, guyyaa tokko gareen biyyaalessaa Itoophiyaa illee Waancaa Addunyaa irratti akka hirmaatu hawwii guddaa akka qabu ibseera. Daawwannaan kun misooma ispoortii irratti dhiibbaa gaarii uumuun walitti dhufeenya lammiilee dhalootaan Itoophiyaa ta'an cimsuuf kan kaayyeffate ta'uunis ibsameera. 📡 MIIDIYAA @Olmaa_Addunyaa @News 📡

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

OLMAA ADDUNYAA ™ 🌐 — tgindex