tgindex
ABII HABIBI💙

ABII HABIBI💙

Статистика

{Channel kana keessatti} Jechoota Kaka'uumsaa 😘jechoota Jaalalaa 🎵 video gabaabaa 📸suuraalee wallpaper fi profile Join and share 👇👇 @abii_habibi Yaadaaf 👉👉 @nuurun_alanuur

Последний пост
26 мая
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
21
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
1 450
−3 за 4 дн.
Сутки
−2
−0,14%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
1 438
21 постов
Вовлечённость
99,2%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 21
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 26 мая686151

    EID AL-ADHA MUBARAK

  • 2 мая1 626319

    Luqmaan Al-Hakiim ilma isaatiin akkana ja’e: • Yeroo salaata keessa jirtu, qalbii kee eeggadhu. • Yeroo nama keessa jirtu, arraba kee eeggadhu. • Yeroo mana namaa jirtu, ija kee eeggadhu. • Yeroo nyaata irratti namaa wajjiin walitti qabamte, garaa kee eeggadhu. Waa Lama gonkumaa hin yaadatin: 1. Hammeenya namoonni si irratti raawwatan. 2. Gaarii ati namootaaf goote. Waa Lama immoo gonkumaa hin dagatin: 1. Rabbii kee. 2. Ganda Aakiraa.

  • 1 мая1 011267

    Gorsa Mi'aawaa Qalbii Namatti Firu "Yoo Rabbiin: 👁️ Ija kee haraam ilaaluu irraa, 👂 Gurra kee haraam dhaggeeyfachuu irraa, 🗣️ Afaan kee dubbii badaa dubbachuu irraa, ❤️ Qalbii kee fedhii lubbuu hordofuu irraa, 👣 Miila kee iddoo hammeenyaatti deemuu irraa, 👅 Fi arraba kee nama hamachuu irraa si eege..! Akkasumas, yoo: ✅ Kheeyrii jaalachuu, 👂 Waan gaarii dhaggeeyfachuu, 💬 Jacha bareedaa dubbachuu, 👀 Fi waan fayyada qabu ilaaluu siif kenne; Dhugumatti Inni: 💎 Waan meetii fi dahaba irra caalu, 💵 Waan maallaqa irra caalu, 🌍 Fi waan qabeenya addunyaa guutuu caalu siif kennee jira..! 🎁 Qananii guddoo tana irratti Rabbii kee galateeffadhu." 🤲 Alhamdulillaah..! 🤲

  • Barsiisaa qur'aanaa tahuutu siif caala Digrii doktora dhibba tokko tahuurra. خيركم من تعلم القرآن وعلمه ((صلوات ربي و سلامه عليه))

  • 💬Dhiira maatii isaatti hinaafuttin heeruma 🤍 ta kabajaa isaa eeggatu 💖, Akkasumas daangaa rabbii eeggattu🌸, ta gargaarsa malee ba’aa hin ta’in 🤲✨ Akkasumas itti gaafatamummaa tan fudhattu. Dhiirummaan hinaaffaa fi amanamummaadha, Gochi jecha hin qabu 💫🤍

  • 20 мар.1 124181

    EID MUBARAK 🌙✨

  • 9 мар.1 340214

    _Addunyaa fi aakhirattis sin barbaada.in sha Allah 🤍🫀 @abii_habibi @abii_habibi

  • без подписи

  • 24 февр.2 153242

    Ya Rabb soomana keenya nurraa qeebali🤲

  • Channel photo updated

  • без подписи

  • 21 февр.1 359112

    Ahlen Ramadan 🌙

  • 2 февр.1 525284

    Jaalalli halaal du’aa’iin eegala, obsaan guddatee nikkahiin bareedee xumurama. 🤍 @abii_habibi @abii_habibi

  • 23 янв.2 034263

    "Tahajjudni bakka wanni hin dandahamne itti ta'uudha" @abii_habibi @abii_habibi

  • 21 янв.1 7504

    без подписи

  • 21 янв.1 862165

    اَللّهُمَّ بَارِكْ لَنَا فِي شَعْبَانَ وَ بَلِّغْنَا رَمَضَان"💛🌙 O Allah, bless us sha'baan, and let us reach Ramadan. @abii_habibi @abii_habibi

  • 20 янв.1 641178

    Dila kana akkaan si hawwu🤍🫀. @abii_habibi @abii_habibi

  • 18 янв.1 494359

    "Hawwii biraa hin qabu si wajjiin jireenya mo'achuuf malee. 🫀🤍 @abii_habibi @abii_habibi

  • 15 янв.1 560144

    Si eeguttiin jira.... @abii_habibi @abii_habibi

  • 30 окт.2 2204

    без подписи