Oro Inspire
СтатистикаAs wr wb jechoota babbareedoo boharsoo fi barsiisoo tahan arkkachuuf channel kenya join godhuun maatii keenya tahuun nu hordofaa
- Последний пост
- 10 авг.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 1
- Всего постов
- 57
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 52
- 1/48двое суток
- 59
- 1/72трое суток
- 64
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
JECHOOTA_DINQISIISOO share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa @JECHOOTA_DINQISIISOO 👆👆👆👆hin hirranfatin hayye #JECHOOTA DINQISIISO
JECHOOTA_DINQISIISOO share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa @JECHOOTA_DINQISIISOO 👆👆👆👆hin hirranfatin hayye #JECHOOTA DINQISIISO
JECHOOTA_DINQISIISOO share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa @JECHOOTA_DINQISIISOO 👆👆👆👆hin hirranfatin hayye #JECHOOTA DINQISIISO
🎈HAQA HAADHAA FI ABBAA Hayyama Rabbiitiin jireenya tana keessatti namni warra keenya caalaa mirga nurratti qabu hin jiru. Isaan nu baatanii, nu kunuunsan, nu barsiisan, akkasumas nageenya keenyaaf aarsaa guddaa kaffalan. Ta’us yeroon darbaa deemuun ulfinaa fi sadarkaa guddaa Rabbiin isaaniif kenne dagachuun salphaadha. Kanaafi Rabbiin mataan isaa dirqama isaan kabajuu nu yaadachiisa. Rabbiin Qur’aana keessatti akkana jedha: Qur'aana kabajamaa 17:23 Gooftaan kee immoo Isa malee nama biraa akka hin gabbarre, warra keettis akka tola gootu murteessee jira. Keeyyanni kun bakka guddaa warri Islaamummaa keessatti qaban ibsa. Achumaan Isa qofa akka gabbarnu nu ajajee booda Rabbiin warra keenyaaf tola akka taanu nu ajaja. Hidhamni cimaan kun, isaan kabajuun, lallaafaan isaanitti dubbachuun, isaan kunuunsuun, kabajaan isaan ilaaluun hojiiwwan Rabbiin biratti baay’ee jaallataman keessaa akka ta’an nu barsiisa. Hanga Rabbiin argamuu isaanii nuuf kennutti isaan haa kunuunsinu, gaarummaadhaan isaan haa tajaajillu, bakka isaanii bu’ee Rabbiin kadhachuu hin dhiisin. Yoo duraan gara Rabbiitti deebi'an ta'e immoo kadhannaa isaanii itti fufnee hojii qajeelaa isaan fayyaduu danda'u hojjannu, eeyyama Rabbiitiin. Rabbiin dandeettii warra keenya jaalalaa fi obsaan kabajuu nuuf haa kennu, lubbuun jiraniis ta’ee duraan gara isaatti deebi’an rahmata Isaa isaaniif haa roobsu, ijoollee galata dhugaa nu haa godhu. Amiiiiiiiiiin ✨Asumaan Nabiyyichaa ۞ﷺ۞ Iràti Sålawãta busuu hin dagatinaa Yaa gabrootaan Rabbii اللَهُمَّ صلِّ وسَلِم وبَارِك على سيدنا مُحمَّدْ ﷺ 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 & 𝐋𝐢𝐤𝐞♥️ 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐚 صباح الإسلام •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• YOU TUBE MUHSIIN KHAN || 👇👇 https://youtube.com/@muhsiinmb 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @MUHSIINKHAN11 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @MUHSIINKHAN11
Wanti lafa taa'ani sammii irratti ilaalan salphaa fakkaataa, garuu sammii irra teessee yoo ilaalte baayyee ulfaata. ✍️✍️✍️✍️✍️✍️ JECHOOTA_DINQISIISOO share and join godhu hin dagatina haya!!!! @JECHOOTA_DINQISIISOO 👆👆👆👆hin hirranfatin hayye
Duuti affeerraa jireenyaa irratti keessummaa dhaabbataa waan taʼeef, hafuura tokkoon tokkoon keenya akka kunuunsinu nu yaadachiisa. ✍️✍️✍️✍️✍️✍️ JECHOOTA_DINQISIISOO share and join godhu hin dagatina haya!!!! @JECHOOTA_DINQISIISOO 👆👆👆👆hin hirranfatin hayye
Tarkaanfiin xixiqqoo kee abjuu kee dhugoomsuuf fudhattu carraa dhufu eegaa taa'uu caalaa hiika qaba. ✍️✍️✍️✍️✍️✍️ JECHOOTA_DINQISIISOO share and join godhu hin dagatina haya!!!! @JECHOOTA_DINQISIISOO 👆👆👆👆hin hirranfatin hayye
Yeroo tokko tokko wanti nu ugguru yeroo tokko tokko kan nu ijaaru ta'uu hin yaadannu. ✍️✍️✍️✍️✍️✍️ JECHOOTA_DINQISIISOO share and join godhu hin dagatina haya!!!! @JECHOOTA_DINQISIISOO 👆👆👆👆hin hirranfatin hayye
Eid_Mubarak Eid Al-Adha 🥰 •Baga Ayyaana Eid Al-Adha (Arfaa) Bara 1447 (2026) tin isin gahe. Iid Milki,... ta gammachuu ta jaalala, ta Rahamata fi Risqii rabbii nuf haa godhu. •Warraa Baranaa kan Bara hegere nu haa godhu Rabbiin. Obbaleeyyan kiyyaa kan Musliima hundi keessanu baga geessan. https://t.me/Jechoota_dinqisiisoo
carraa kana itti fayyadamaa... ⭐️ Akkaadaamiin Afriikaa - Afaan Oromoo haalaa gaariin jalqabee jira ✅ Faayidaalee Akkaadaamii kanaa keessaa: 💵 Akkaadaamichi bilisa (kaaffaltii malee), akkasumas umrii hundaaf dhiiraa fi dubartootaaf banaadha. 📱Fageenyarraa taa’anii bilbila ykn laabtopiidhaan barachuun ni danda'ama. 👳♀️ Sirna baruu-barsiisuu saayinsaawaa fi salphaa ta’e kan hayyoota ciccimoon barsiifamu. 📄Gosa barumsaa hundaaf qormaata madaallii fi hubannoo ni kennina. 🎊 Warra milkaa’aniif waraqaa ragaa (Sartifikeetii) keennu: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 📚 Barsiisoota Akkaadaamichaa:- Dr. Jeeylaan Kadiir Dr. Kamaal Haaji Galatuu Dr. Kamaal Tilmoo Dr. Abdallaah Kadiir Dr. Mahmuud Huseen Dr. Alii Jimmaa Dr. Jibriil Qamar ⏳ Turtiin barumsaa: waggaa tokko yoo ta'u, simisteera lamatti qoodama. Barumsi bifa kanaan barattootaaf dhiyaata : Kitaabaan (PDF). Viidiyoodhaan. Sagaleedhaan. Ammaaf Linkii kanaan gara Garee Telegiraamaa seentan join gootanii, booda foormiin galmee isiniif ergamuudhaan gara Waltajjii barnootaaf qophaa'eetti ceetu. https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa Carraa addaati, itti fayyadamaa. Dubartoota, manguddoota, dargaggoota, hojjattoota mootummaa, warra kutaa barnootaa taa'anii barachuuf carraa hin qabne hunda itti affeeraa. YOU TUBE MUHSIIN KHAN || 👇👇 https://youtube.com/@muhsiinmb? 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @MUHSIINKHAN11 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @MUHSIINKHAN11
Nama Salaata Dhiisu Waa 15' tu Isa Qunnama Jedhan Ergamaan Rabbii ﷺ Waa 15nan kana keessaa 6 jiruu Adunyaa gubbaatti isaa qunnama ykn isaa dhaqaba. Waa 3 yeroo du'aa isaa qunnamti. Waa 3 Qabrii kessatti isaa qunnama. Waa 3 guyyaa qiyaamaa isa qunnama. Waa 6 Adunyaa gubbaatti nama qunnamu yoo ilaalle akka armaan gadiitti 1☞Rabbiin umrii isaatirra barakaa fudhaa. 2☞Rabbiin S.w. fuula isaatirra sifaa ykn amala saliihumma fudhaa. 3☞Dalagaa isaatiif ajrii hin argatuu rabbii biraa. 4☞du'aa'iin isaa ol hin fudhamtu gara samayitti 5☞Namni isaa dhessa ykn isaa hin fedhu jiru Adunyaa gubbaatti. 6☞Hiree hin qabu du'aa'ii warri salihtota isaaf godhan kessatti. 3☞Yeroo du'aa isaa qunnamu 1☞yeroo du'u xiqeennaratti du'a. 2☞Haala belaaya teheen du'a. 3☞Haala dhebuun itti jirtun du'a. osoo bishaan Bahaara gutuu dhugelle irra hin bahuu dhebuun jedha. 3☞Qabrii kessatti isaa qunnamu 1☞Rabbiin isaatti dhippisa qabrii hanga cinaachi isaa wal jala taruutti. 2☞ni tasisaa rabbiin qabrii isaa taa akka ibdatti dimaattu. 3☞Rabbiin isaatti fidaa #BOFA maqaan isaa Ashujaa al - Aqra'a jedhamu. 3☞Guyyaa qiyaama isaa qunnamu 1☞Rabbiin isaatti fidaa wan garaa ibidda jahannamitti isaa harkisuu. 2☞Rabbiin s.w ija dallansutiin isa laala guyya hisaaba haga foon fulaa isaatirra lafaa bu'utti. 3☞Rabbiin S.w. isaa #Qormaata jajabaa .isatti murtessa garaa jahannamitti. _______ ⏩Namni salaata fajirii ykn subii dhise ☞Fulaa isatirra ifnaanni hin jiruu jedhani. ⏩Namni salaata zuhrii dhisee ☞Rizqii isaa kessa Baraakan hin jirtu. ⏩Namni salaata Asrii dhise ☞Qamni isaa Humnaa hin qabu. ⏩Namni salaata Magriba dhise ☞Ijoolle isaa kessa samaran [bu'aan] hin jirtu. ⏩Namni salaata Ishaa'i dhise ☞hirriba Rahaa qabuu hin argatu. ⏩Namni yeroo Azaana Muziqaa dhagefatuu ☞yeroo du'u Shahaada jechuu hin danda'u jedhan. Waan Dubbistaniif Galatoomaa! ☞share godhaa YOU TUBE MUHSIIN KHAN || 👇👇 https://youtube.com/@muhsiinmb 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @MUHSIINKHAN11 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @MUHSIINKHAN11
https://youtu.be/Mikblqh9mqs?si=sgFmIVIG4G8vxX-h
Hordoftoota kiyya kan telegramaa gubaa galatooma..🙏 📈 Channel keenya isa Active ta’e kana irratti oomishaa fi tajaajila keessan beeksisuu barbaadduu? Egaa bakka sirrii dhuftanii jirtu! 🔍 Beeksisa gosa kamiyyuu ni hojjenna, isin qofni nu hayyamaa! 💸 Tarree Gatii (Price List) ➜ Guyyaa 1f: 400 ETB ➜ Torban 1f: 1000 ETB ➜ Ji'a 1f: 6000 ETB 📲 Mala Kaffaltii (Payment) Telebirr: 0964630552 (Maqaa: Muhsin Bedru) Bankii Daldalaa (CBE): 1000714417847 (Maqaa: Muhsin Bedru) ⚠️ Hubachiisa: Warri hojjechiisuu barbaaddan qofni karaa kanaan nu qunnamaa: 👉 Username: [@muhsiin_hd] Tajaajila keenya waan fayyadamtaniif galatoomaa! 🙏 📢 𝗦𝗵𝗮𝗿𝗲 👉 @muhsiinkhan11 📢 𝗦𝗵𝗮𝗿𝗲 👉 @muhsiinkhan11 YOU TUBE MUHSIIN KHAN || 👇👇 https://youtube.com/@muhsiinmb 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @MUHSIINKHAN11 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @MUHSIINKHAN11
𝗔𝗛𝗕𝗔𝗔𝗦𝗛𝗢𝗡𝗡𝗜 𝗘𝗘𝗡𝗬𝗨? 𝐊𝐮𝐭𝐚𝐚 2ffaa Abdallaah Al-Hararii beekkumsi magaalaa isaanii keessatti horatan gara garaa waan isaan hin gayiniif, beekkumsa dabalataa argachuuf gara godinaalee adda addaa deemanii jiru. Kanneen keessaa illee Sumaaliyaan takka turte. Deemsa beekkumsa barbaaduu isaanii kana keessatti illee mazhaaba fiqih Imaam Ash- Shaafi'iyyi beekuuf danda'anii jiru. Kana malees, carraa mazhaabota Hanafii, Maalikii fi Hanbalii barachuu argatanii jiru. Kana irraa ka'uun illee namoonni beekkumsa isaan irraa argatuuf itti yaa'uu jalqaban. Barattonni isaanii baay'eewwan naannoolee Itiyoophiyaa adda addaa irraa isaannan dhufan yoo ta'an muraasonni ammoo Sumaaliyaa irraa dhufuu ture. Yeroo muraasaa booda aangoon muftii Hararii fi Sumaaliyaa isaanii kenname. Akka lakkofsa Hijraatitti bara 1370, akka lakkofsa Awurooppaatitti ammoo bara 1950 gara Beeyruut dhufan. Beeyruut yoo gahan ulamoonni hangaftootni kabajaa guddaan isaan simatanii keessummessan. Akka lakkofsa Awurooppaatitti bara 1969 gaafii pireesidanti yunivarsitii Al-Azhar Libaanositti argamuun barattota yunivarsitii keessatti argamaniif barnoota tawhiidaa barsiisanii jiru. Shayk Abdallaah Al-Hararii kitaabota 18 armaan gadii fi kan biraas qopheessanii jiru: 1. Sharh Al-Fiyaatu As-Suyuuxii Fii Musxalah Al-Hadiis 2. Qasiydatun Fil I'itaaqaad 3. As-Siraaxul Mustaqiim Fi-t-Tawhiid 4. Ad-Daliilul Al-Qawwiim Alaa As-Siraaxul Mustaqiim Fit-Tawhid 5. Muktasir Abdallaah Al-Hararii Al-Kaafil Bi'ilmii Ad- Diin Ad-Daaruriyyi 6. Bugyatu Ax-Xaaalib Lima'irafatii Ad-Diiniyal Waajib 7. At-Tahqqul Hasiis Alaa Man Xa'ana Fiimaa Sahiha Minal Hadiis 8. Nusaratul Hasiis Alaa Man Xa'ana Fiimaa Sahiha Minal Hadiis 9. Ar-Rawaa'ihu Az-Zakiyyaah Fii Mawulidii Kayrul Bariyyaah 10. Sharhu Al-Aqiidatu An-Nasfiyaah 11. Sharhu Aqiidatu Ax-Xaahawiyyaah 12. Sharhu Al-Fiyatu Az-Zubdii Fil Fiqih Al-Aslamii 13. Sharhu Matn Abii Shujaa'i Fil Fiqhi Ash-Shaafi'ii 14. Sharhu As-Siraaxu Al-Mustaqiim 15. Sharhu Matnu Al-Ashamaawi Fii Fiqhi Al-Maalikiyaah 16. Sharhu Matamimatu Al-Aajarumiyyaah Fii An-Nahaawi 17. Sariih Al-Bayaan Fii Ar-Raddi Alaa Man Kaalaf Al- Qur'aan 18. Al-Maqaalat As-Sunniyaah Fii Kashaf Dalaalatii Ahmad Ibnu At-Taymiyaah Shayk Abdallaah Al-Hararii namaaf baay'ee kan of-gad xiqqessan, ibaadaan kan baay'isan, beekkamaa, zikrii fi ilmii bakka tokkotti raawwachuu kan danda'an, Allaaha sirritti hubatanii kan beekan, ajajoota Qur'aanaa fi Hadiisootaa irratti ijjannoo gad- dhaabbate nama qaban, nama dandeettii waa yaadachuu cimaa qabu, yoo dubbatu kan amansiisu, qarummaa wantoota iddoo iddoon kaayuu kan gonfatan, nama Qur'aanaa fi Hadiisa daangaa itti darbu ciminnaan kan morman, nama abbaa kaayyoo ol aanaa ta'an turan”. Jedha barreeffamni seensa kitaaba isaanii irraa argame. (Kitaaba, Abdallaah Al-Hararii: Az-haaru Al-Aqiidaah: Fuula 7-13 irraa kan fudhatame) 𝐒𝐄𝐄𝐍𝐀𝐀 𝐃𝐇𝐔𝐆𝐀𝐀 Asi olitti seensa irratti akka tuqametti ibsi gabaabaan kun kan fudhatame kitaaba hogganaan jama'ah Ahbaash waytii tokko qophessan irraayyi. Garuu namni ibsa gabaabaa kana qopheesse eenyummaan isaa gonkumaa hin beekkamu. Sababni isaas kitaabicha erga qopheessaniin booda ibsa gabaabaa kana kennuu isaaniitiif namni ykn qaamni hojii kitaabicha gulaaluu hojjate wanti lafa kaaye hin jiru. Eega kanaa akka salphatti kana irraa wanti hubannu yoo jiraate Shayk Abdallaah Al-Hararii ilaalchisee ibsi eenyummaa (Profile) gabaabaan kun kan qophaaye shaykicha mataa isaaniitin akka ta'ee dha. Namni tokko yoo waa'ee eenyummaa mataa ofii barreessu mataa isaa haala asi olitti ilaalleen ol kaasee fi of leellisee barreessuun isaa baay'ee qaaneessaa fi saalfachiisaa ta'uu bira darbee ibsoota shaykichi mataa isaanii ittiin of beeksiisan wajjiin kan wal hin taanee fi amalaa fi naamuusa ulamootaa wajjiin walitti kan bu’uu dha...ITTI FUFA 𝓑𝓪𝓻𝓻𝓮𝓮𝓼𝓼𝓪𝓪𝓷: Muhsiin Badru YOU TUBE MUHSIIN KHAN || 👇👇 https://youtube.com/@muhsiinmb? 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @MUHSIINKHAN11 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @MUHSIINKHAN11
❤@MuAz_Mahamed share and join godhu hin dagatina haya nucinaa dhabbadha nu jajjabeesse dogongora yoo qàbaannees nuuf sirreessa @MuAz_Mahamed👆👆👆👆hin hirranfatin haya #Motivational_Quotes_Mu Az ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
𝗔𝗛𝗕𝗔𝗔𝗦𝗛𝗢𝗡𝗡𝗜 𝗘𝗘𝗡𝗬𝗨? 𝐊𝐮𝐭𝐚𝐚 𝟏𝐟𝐟𝐚𝐚 Bara keessa jirru kana keessatti muslimoonni maqaalee gara garaa kanneen akka Wahabiyyi, Kawarija, Ikwaani, Ahbaash fi k.k.f waliif baasuun wal yaamuun kuni dhimma salphatti ilaallamu miti. Kanuma irraa ka’uunis muslimoonni dhimma amantii islaamaa irraa beekkumsa gahaa hin qabne burjaajjii hamaa keessatti kufanii jiru. Video kanaan biyya keenya keessatti bal’inaan maqaan isaanii kan yaamamu garee tokko irratti xiyyeeffachuun hundeeffama garee kana irraa kaanee ilaalchi garee kanaa maal akka fakkaatu qabxiilee hunda ragaa waliin dhiheessaa ilaalla. Addunyaa nuti keessa jirru kana keessatti, Muslimtoota Jiddutti dhimma amantii fi jireenya Hawaasummaa dabalatee burjaajjiin (fitnaan) bal’achuun waan namni hundi arguu danda’uudha. Keessattuu Yeroo ammaa Muslimoota jiddutti ilaalchi adda addaa fi karaan gaggabaabaan baay’achuun, namoota hedduu daandii dhugaa irraa dabsaa jira. Namoota amantii biraa irraa gara ifa Islaamummaatti dhufan qofa osoo hin taane, warrumti maatii Muslimaa irraa dhalatanii guddatanis "karaan sirriin Ergamaan rabbii fi sahaabonni irra deeman isa kami?" jedhanii gaafachuun isaanii waan barameedha. Daandiin sirriin (Sirat al-Mustaqim) inni namni hundi jireenya adduunyaa fi aakhiraa keessatti barbaadu sun, isa Ergamaan Rabbii (SAW) fi Sahaabonni isaanii irratti turan qofaadha. Akkuma hadiisa keessatti ibsametti, gareen milkooftuun (Al-Firqatun Najiyah) Warra karaa qulqulluu Ergamaan rabbii fi sahaabonni irra adeemaa turan irratti argaman sana qofaadha. Kanaafuu, yeroo amantii keessatti mormiin baay’ate kanatti, qajeelfama Rasuulaa (SAW) gadi jabeessanii qabachuun dhimma lubbuu oolchuutiin qixuma. FITNAA BIYYA KEENYAA Biyyi keenya Itoophiyaanis dambalii fitnaa kana irraa walaba hin taane. Yeroo gara yerootti yaadotni haaraan amantii keessatti dhidhimanii namoota walitti buusuu fi dhimma Aakhiraa irratti shakkii uumuun ni mul’ata. Isaan keessaa inni tokko garee "Ahbaash" jedhamuudha. Gareen kun eenyu? Ka’umsi isaanii maali? Akkaataa itti biyya keenya keessatti babal’atanii fi ergaa isaan namootaaf dhiyeessan madaallii qur’aanaa fi hadiisaa irra dhaabbachuun gadi fageenyaan haa ilaalluu. HUNDEESSAAN JAMA'AH (GAMTAA) AHBAASH EENYU? Hundeessaan jama'ah (gamtaa) Ahbaash maqaa isaanii, bara dhalootaa fi iddoo dhaloota isaanii, haala guddina isaanii, sadarkaa barnootaa, seenaawwan hojjatanii fi kitaabota qopheessan, naamuusa isaaniitii fi beekkamummaa isaanii baruudhaaf, mee kitaabota isaan barreessan keessaa seensa kitaaba tokkoo irratti waa’ee eenyummaa nama kanaa waan barreeffamee jiru tokko haa dubbifnuu: “Hayyuu kabajamaa fi ol aanaa, hogganaa ulamoota Hadiisootaa mirkanessanii, namoota barnoota horatan hojii irra oolchaniif fakkeenya gaarii kan tahan, imaama namoota Hadiisa gabaasanii, nama beekkamaa fi gabbaraa Allaaha, abbaa beekkamummaa fi kabajaalee gurguddaalee, Shayk Abuu Abdurahmaan Abdallaah Ibnu Muhammad Ibnu Yuusuf Ibnu Abdallaah Ibnu Jamii'i Al-Hararii Ash-Shaybiyyi Al-Abdarii Muftii Harar jedhamu. Tilmaman akka lakkofsa Hijraa bara 1339, akka lakkofsa Awurooppaatiin ammoo bara 1920 magaalaa Harar maatii beekkumsa jaalatuu fi namootaaf baay'ee of gad xiqqessitoota ta'an keessaa dhalatan. Umriin isaanii barnootaaf yeroo gahe jalqaba irratti waggaa torbatti Qur'aana jechaan xumuran. Abbaan isaanii kitaabota amantii "Muqaddamatul Hadramiyaah" fi "Al-Muktasru As-Sagiir" jedhaman isaan barsiisan. Sanaan booda beekkumsa gara garaa qoomaan qo'atuu danda'an. Duraan dursee jechaan kan qo'atan kitaabota Hadiisootaa jahan wanta ta'eef, sadarkaa Hadiisa dabarsuu fi fatwaa kennuu gonfatan. Kunis kan ta'e Abdallaah Al-Hararii yeroo kana ijoollee waggaa kudha-shanii (15) osoo jiranii dha...ITTI FUFA ------------------------------------------ ┏━━━━━━━━━━━━━┓ ⭕️ ➡️ #SHARE🥰GODHAA! ┗━━━━━━━━━━━━━┛ JOIN☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪ ➪ @muhsiinkhan11 ➪ @muhsiinkhan11 ➪ @muhsiinkhan11
#Hujiin majlisaa maal ture ? Maal godhaa jira ? "Dubbiin Akkana Afaan Isiniif Galuun ========================== Silaa dalagaan majlisaa 1. Waa’ee amantii barsiisuu, seminaaroota qopheeysuu, tokkummaa jabeeysuu, madraasaawwan deeggaruu, fiinxaalummaa balleeysuu 2. Mazgiida hogganuu, toohachuu, imaamman ramaduu, sagantaa Islaamaa gurguddoo qindeeysuu (Iida, Ramadaana) 3. Bulchiinsa (government) biratti ummata Islaamaa bakka bu’uu, mirgaafii bilisummaa amantiitiif falmuu, dhimma biyyaa kha Muslima miidhurratti dubbachuu, marihachuu 4. Zakaafii sadaqaa walitti qabee rakkataa gargaaruu, waldhabdee hawaasaa furuu, misooma kheeysatti hirmaachuu 5. Fatwaa khennuu, dhimma amantiirratti waa murteeysuu, seensa Ramadaatiifii Iida ifa godhuu 6. Warra Hajjiifii Umraa deemaniif haala mijjeeysuu, angawoota Sa’uudi Arabiyaa waliin hojjachuu, geejjiba haala gahaa taheen, haala rakkoo hin qabneen mijjeeysuudha. Garuu majlisni maal dalagaa jira? 1. Ta Hajjii dalagaasaa ijoodha. ‘Hajji wayim moot’ je’ee qabatee jira. 2. Ifxaara qopheeysuun hujii biraa ta 2018 booda dabalate. 3. Dalagaan biraa, guyyaa Iidaa ummata dura dhaabbatee haasawuu, aduudhaan nama affeeluu, daa’ima meeqa garaa beelaatiin tursiisuu, manguddoo meeqaatam fincaan itti mudduu, sagantaa Iidaa akka amantiin jattutti osoo hin taane akka fedhiisaaniitti oofuu. Dirqamasaa kham bahaa jira?" ┏━━━━━━━━━━━━━┓ ⭕️ ➡️ #SHARE🥰GODHAA! ┗━━━━━━━━━━━━━┛ JOIN☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪ ➪ @muhsiinkhan11 ➪ @muhsiinkhan11 ➪ @muhsiinkhan11
Masjiidni Al-Najjaashii Dhaabbata Barnootaa, Saayinsii fi Aadaa kan Mootummoota Gamtoomanii ( UNESCO ) irratti galmaa'ee. Magaalaa Negash (Al-Nejashi) seenaa Islaamaa keessatti bakka guddaa qaba. jaarraa 7ffaa keessa (early 7th century CE), Muslimoonni bara Nabi Mohaammed SAW Sa'ud Arabiyaa Makka irraa baqachuun gara Itoophiyaa dhufanii Mootummaa Kiristaanaa Aksuum jalatti eegumsa argatan. Kun walqunnamtii nagaa jalqabaa Islaamaa fi Afrikaa gidduutti galmaa’e keessaa tokko yoo ta’u, aadaa Itoophiyaa kan namootaaf qubsuma kennuu fi amantii adda addaa waliin jiraachuu (coexistence) calaqqisiisa jedha UNESCO'n. Iddoon kun akka lafa aadaa (cultural landscape) guddaa qabutti ilaalamu UNESCO ibseera. Masjiida Al-Nejashi wiirtuu Musimtoota fi jireenya hawaasaa ta’ee tajaajila jira. Qabrii sahaabota jalqabaa bara Nabi Mohaammed Saw kan barreeffamoota Afaan Arabaa qaban, ragaa durii Islaamaa Afrikaa keessatti argaman keessaa isa jalqabaa Al-Najjaashii keessatti akka argamuus UNESCO Maxxansa isaa keessatti ibsee jira. Akka ibsa UNESCO tti sirna diriirsa lafa durii (traditional spatial organization) ijaarsa aadaa (vernacular architecture) fi sirna hawaasaa isaa hanga har’aatti eeggatee jiru kunis itti fufiinsa hawaasa Islaamaa waggoota dheeraa oliif jiru agarsiisa jedha. Walumaagalatti wantoonni kunneen hundi walitti dhufuun lafa aadaa tokko kan waggoota 1300 ol itti fufinsaan sirni amantii, ijaarsa hawaasaa fi walitti dhufeenya aadaa ibsu akka ta'e ibseera. Masjiida Al-Najjaashii ( Al-Nejashi Mosque ) magaalaa Negash, naannoo Tigraay keessatti kan argamu, seenaa Islaamaa keessatti bakka guddaa kan qabuudha. Afrikaa keessatti masjiida Seena-qabeessa fi iddoo Hambaa Muslimootaas jedhamuun beekama. Hijraa Jalqabaa ( The First Hijra ) Bara 615 DHF keessa sahaabonni Nabi Muhammad S.a.w Makkaa gara Habashaa dhufan yeroo Mootii Najjashii bira dhufanii bilisa bahanii kaasee masjiidni kun hundeeffame. Maqaan masjiidichaa maqaa Mootii Najjashii irraa kan dhufe yoo ta’u, Sababa Najjashii Muslimootaaf eegumsa waan godhaniif maqaa Najjaashiin kanan moggaafame. Iddoo kun Seenaa Islaamaa keessatti iddoo Seena-qabeessa fi jaallatamaa keessaa tokkos akka jedhame Dhaabbata Barnootaa, Saayinsii fi Aadaa kan Mootummoota Gamtoomanii ( UNESCO’n ) ergii qorannoo woggaa dheeraa taasifameen galmaa'ee ibsee jira. Iddoon Masjiida Najjaashii kun awwaalcha sahaabota 15 kanneen jalqaba dhufani of keessatti akka qabatu ibsee jira. Haala yeroo dhiyoo Masjiida Najjaashii fi haaromsa isaa: Miidhaa waraanaa Bara 2020–2022 keessa yeroo walitti bu’iinsa naannoo Tigraay keessa tureen masjiidni Al-Najjaashii miidhaa guddaa gubbaa minaaraafi iddoo awwaalcha irra gahee ture. Sana booda Haaromsaa Dhaabbanni Turkish Cooperation and Coordination Agency jedhamu mootummaa Itoophiyaa waliin ta’uun hojii haaromsaa gaggeesseen bara 2025tti hojii guddaan hojjatamuun Majiiinni Al-Najjaashii Haaromee ture. Masjiidni Al-Najjaashii magaalaa Nagash irra km 60 fagaattee Wuquroo iddoo jedhamutti argama. Masjiinni Al-Najjaashii UNESCO irratti galmaa'uun Galii Turiiziimii biyyattif argamsiisuu qofa osoo hin taanee Seenaa Musililaamaa Misimtoota Itoophiyaa Hiika guddaa qaba. Seenaa Biyya Itoophiyaa keessatti Itoophiyaa biyya Lafa amantaa tokkooti ( ኢትዮጵያ የክርስትና ደስታ ናት ) worra jedhanii aadaa tokko amantaa tokko jechuun Seenaa Sobaan biyya kana kan warra kaabaa qofa godhaniifi mootummaa kana dura Musilimtoota biyya Itoophiyaa jiraatan jechuun abbaa biyyaa Misilima Biyya kanaa baqataa Fakkassanii woggoottaniif Ummata amantaa kanaa dhiibaa turaniifi ilmaan isaanii amma geeran sanaafis ergaa guddaa kan qabuudha. Masjiinni Al-Najjaashii miidhaa isarra qaqqabeefi Haaromsi Mootummaan Itoophiyaa Mootummaa Turkii waliin godheef UNESCO irratti akka galmaa'uuf shoora olaanaa qaba. #Giidoon_Kan_Rabbiiti ┏━━━━━━━━━━━━━┓ ⭕️ ➡️ #SHARE🥰GODHAA! ┗━━━━━━━━━━━━━┛ JOIN☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪ ➪ @muhsiinkhan11 ➪ @muhsiinkhan11 ➪ @muhsiinkhan11
🟢Akkam Jirtuu Hordoftootanni jallaattonnii Muhsiin khan hunduu ➡️Har'aa irraa egaale yaada kessaniin Loogoon Muhsiin khan gara kanatti jijjiirraame jira ➡️Ammas kana Caala sirritti oddefannoo qulqulluu akka jabanne isiin biraan geenyuu isinitti himuu barbaanna Waliin Gara fuulduraatti 🙌 ┏━━━━━━━━━━━━━┓ ⭕️ ➡️ #SHARE🥰GODHAA! ┗━━━━━━━━━━━━━┛ JOIN☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪ ➪ @muhsiinkhan11 ➪ @muhsiinkhan11 ➪ @muhsiinkhan11
በተከበሩት ወራት (አሽሁረል ሑሩም) ውስጥ እንዳለህ አትርሳ‼ በማንኛውም ጊዜ፣ ቢያንስ አስር ደቂቃም ብትሆን በመልካም ሥራና በዒባዳ ውስጥ እራስህን አግኘው! መንገድ ላይ ስትጓዝም እንኳ፣ ጥቂትም ብትሆን እምነትህን በተግባር አሳይ (አላህን አስታውስ)። ሙዚቃዎችን ከመስማት እና ከማንኛውም ሐራም ... ሐራም ... ሐራም ከሆኑ ነገሮች ራስህን ለማራቅ ሞክር። በእነዚህ የተከበሩ ወራት ውስጥ የሚሰራ መልካም ስራ አጅሩ እጅግ የላቀ ነው። ምንም እንኳን ወንጀል በማንኛውም ጊዜ ከባድ ኃጢአት ቢሆንም፣ በእነዚህ ወራት ውስጥ የሚሰራ በደል ግን ቅጣቱ ከተለመደው ጊዜ ይልቅ እጅግ የከፋ ነው። ስለዚህ በእነሱ ውስጥ ወንጀልን በመስራት ነፍሶቻችሁን አትበድሉ። ┏━━━━━━━━━━━━━┓ ⭕️ ➡️ #SHARE🥰GODHAA! ┗━━━━━━━━━━━━━┛ JOIN☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪ ➪ @muhsiinkhan11 ➪ @muhsiinkhan11 ➪ @muhsiinkhan11