tgindex
Ibsa Damiina

Lenjisaa, Life Coach, Trainer & Consultant Support: @Damiina_Support_Bot Discussion Group: @ibsadamina

Последний пост
14 авг.
Последнее чтение
14 авг.
Постов за неделю
12
Всего постов
29
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
21 503
−92 за 4 дн.
Сутки
−30
−0,14%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
1 405
29 постов
Вовлечённость
6,5%
к подписчикам
Постов в день
1,7
всего 29
Упоминаний
1
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
900
1/48двое суток
1 031
1/72трое суток
1 112

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 🚀 Akkamitti Website Irraa Google AdSense Fayyadamuun Galii Argachuu Dandeenya? Website qabdaa? Yookiin blogging jalqabuuf yaadaa jirtaa? Barreeffama kana keessatti ni baratta: ✅ Google AdSense maal akka ta'e ✅ Akkamitti website qopheessuu akka dandeessu ✅ Akkaataa hayyama AdSense itti argatan ✅ CPC fi CPM maal akka ta'an ✅ Seera Google AdSense beekuu qabdu ✅ Mala galii kee itti guddisuu fi traffic baay'ee argachuu Yoo online irraa galii argachuu barbaadde, barreeffama kana hin darbin! 📖 Barreeffama guutuu asii dubbisi: 🔗 https://abomsa.tirushop.com/google-adsense-fayyadamuun-galiin-argama/ 📢 Odeeffannoo hojii, digital skills, blogging fi online earning dabalataaf channel keenya hordofaa.

  • 💰 Galii AdSense Akkamitti Shallagama? Website kee irraa AdSense fayyadamuun galii argachaa jirtaa? 📊 Barreeffama haaraa kana keessatti: ✅ RPM maali? ✅ CPC maali? ✅ 1,000 page views irraa galiin akkamitti shallagama? ✅ Traffic fi biyya visitors galii irratti maal qabu? 📖 Barreeffama guutuu dubbisi: 👉https://urjii.tirushop.com/galii-google-adsense-akkamitti-shallagama-rpm-cpc/ #GoogleAdSense #AdSenseAfaanOromoo #SEO #DigitalMarketing #Website

  • 🚀 Google AdSense Maali? Website ykn blog irraa galii argachuu barbaaddaa? 💻💰 Barreeffama haaraa keenya keessatti: ✅ AdSense akkamitti hojjetaa? ✅ Website irraa galiin akkamitti argama? ✅ AdSense approval akkamitti arganna? ✅ SEO fi traffic maaliif barbaachisu? 📖 Barreeffama guutuu dubbisi: 👉https://finuri.tirushop.com/google-adsense-akkamitti-hojjeta-website-irraa-galii/ #GoogleAdSense #AdSenseAfaanOromoo #SEO #DigitalMarketing #Website

  • https://youtu.be/rUg96HCl2XA?si=eh_BWR5_als-pgkg

  • https://youtu.be/UgfPjp3gHBk?si=cSyS4TMcIi9nMt-q

  • Carraa Hojii Online ~€~€~ Bara ammaa kana hojii argachuun salphaa miti. Keessattuu dargaggoota baay’eedhaaf carraan hojii akka durii hin jiru. Garuu yeroo walfakkaatutti internet fi technology hojii haaraa uumaa jira. Kana keessaa tokko hojii digital marketing dha. Carraa Hojii Digital Marketing Daminaa Technology immoo carraa hojii kana keessatti hirmaachuuf carraa gaarii uumee jira. Hojii kun maali fi hirmaachuuf maaltu na barbaachisa gaafii jettuuf guutuu isaa link kana irraa argattu: https://prompt.daminaa.org/wp/carraa-hojii-digital-marketing-dhaabbata-daminaa-technology/

  • 13 авг.1 11552

    🚀 Carraa Hojii Digital Marketing Dhaabbata Daminaa Technology platformii TIRUSHOP Hirmaachuuf! 💻 Bara ammaa kana internet fi technology carraa hojii haaraa uumaa jiru. Kanaan keessaa tokko Digital Marketing dha. Daminaa Technology carraa hojii digital marketing keessatti hirmaachuuf carraa gaarii banee jira. ✅ Website monetize ta’e irratti hojjechuu ✅ Digital Marketing barachuu fi hojiirra oolchuu ✅ Social Media (TikTok, Facebook, Telegram fi kkf) fayyadamuun website beeksisuu ✅ Content Creation irratti hirmaachuu ✅ Affiliate Marketing irratti hojjechuu 🌐 Carraan kun eenyuuf mijata? Asii Dubbisi Hirmaadhu 👉https://finuri.tirushop.com/hojii-digital-marketing-dhaabbata-daminaa-technology/ 📩 Odeeffannoo dabalataa argachuuf: Telegram: @ararsoalisho #DigitalMarketing #DaminaaTechnology #OnlineWork #AffiliateMarketing #ContentCreation #AI

  • 11 авг.1 44241

    Barattoonni marsaa 6ffaa sagantaan Barnoota Digital Marketing jalqabuuf jira waan ta'eef link Telegram group irraa isiniif kaayameen dafaa ol seena. namoonni username fi password fudhattan immoo link seensaa login: https://elearning.daminaa.org/web/login Namoonni galmooftanii olseenuu isin rakkise immoo @ararsoalisho qunnama

  • 11 авг.1 49834

    https://youtu.be/YCtTbhXpqP8?si=QTuyb-YF6PhXSZw-

  • 11 авг.1 3743

    🚀 Carraa Hojii Digital Marketing Dhaabbata Daminaa Technology platformii TIRUSHOP Hirmaachuuf! 💻 Bara ammaa kana internet fi technology carraa hojii haaraa uumaa jiru. Kanaan keessaa tokko Digital Marketing dha. Daminaa Technology carraa hojii digital marketing keessatti hirmaachuuf carraa gaarii banee jira. ✅ Website monetize ta’e irratti hojjechuu ✅ Digital Marketing barachuu fi hojiirra oolchuu ✅ Social Media (TikTok, Facebook, Telegram fi kkf) fayyadamuun website beeksisuu ✅ Content Creation irratti hirmaachuu ✅ Affiliate Marketing irratti hojjechuu 🌐 Carraan kun eenyuuf mijata? Asii Dubbisi Hirmaadhu 👉https://finuri.tirushop.com/hojii-digital-marketing-dhaabbata-daminaa-technology/ 📩 Odeeffannoo dabalataa argachuuf: Telegram: @ararsoalisho #DigitalMarketing #DaminaaTechnology #OnlineWork #AffiliateMarketing #ContentCreation #AI

  • 11 авг.1 1931

    Akkamitti Website Irraa Google AdSense Fayyadamuun Galiin Argama? Google AdSense Hoo Maali? https://www.bokkuu.tirushop.com/akkamitti-website-irraa-google-adsense-fayyadamuun-galiin-argama/

  • #Digital_Marketing_Afaan_Oromoo                                                                                                   👆👆Barattoonni Marsaa 6ffaa Har'a Galgala Barnoonni waan jiruuf yeroon akka argamtan:  Sa'aa:       02:15 LT       08:15 pm EAT Hub: Galmeen guyyaa dhumaa har'a qofa, galmaawuuf @ararsoalisho ykn 0969707070

  • 8 авг.2 10071

    https://youtu.be/nlv76BHGBG0?si=OYMoCtbjuQYr1ONq

  • 8 авг.1 98337

    Beeksisa Galmee Barnoota Digital Marketing sagantaa Afaan Oromoo Marsaa 6ffaa har'a fi boru qofa galmaawu dandeessu ~~~ ~ Ulaagaan Galmee: 1. Afaan Oromoo Barreessitee dubbisuu danda'uu qabda. 2. Kaffaltaa Barnoota waliigalaa jechuunis yeroo tokko kafallaan wanting ji'a ji'aan kafaltu hin jiru qarshii 5000 (Kuma shan) kafaluu. 3. Erga kaffaltaa raawwattanii nagahee ykn screenshot ykn receipt kaffaltaa keessanii karaa keessoon nuuf erguun form galmee isiniif ergamu guutuu. Turtii yeroo barnoonni itti xumuramu! -ji'a sadii (baatii 3) Sa'aatii batnoota: Galgala galgala sa'aatii 2:30-4:00 tti Karaa Barnoonni ittin kennamu website elearning.daminaa.org irraan live kennama. Galmaawuuf ararso qunnama: @daminaelearning

  • 8 авг.1 74031

    🤖 Artificial Intelligence (AI) Afaan Oromoo Baradhu! AI jechuun teknooloojii maashinoonni akka namaatti barachuu fi murtoo kennuu danda’an taasisa. 📌 Qajeelfama kana keessatti: ✅ AI maal akka ta’e ✅ Machine Learning ✅ Generative AI ✅ AI hojii fi daldala keessatti ✅ Akkamitti AI barachuu jalqabuu baratta. 👇 Dubbisi: https://ai.tirushop.com/artificial-intelligence-ai-afaan-oromoo/ #AI #Technology #AfaanOromoo

  • 7 авг.1 78451

    Baankota Filatamoo Itoophiyaa bara 2026 kanneen beeytuu? https://bedaso.tirushop.com/baankota-filatamoo-itoophiyaa-2026/

  • 7 авг.1 97572

    Barattoonni marsaa 6ffaa sagantaan Barnoota Digital Marketing jalqabuuf jira waan ta'eef link Telegram group irraa isiniif kaayameen dafaa ol seena. Namoonni galmooftanii olseenuu isin rakkise immoo @ararsoalisho qunnama

  • 7 авг.2 04843

    🚀 Carraa Hojii Digital Marketing Dhaabbata Daminaa Technology platformii TIRUSHOP Hirmaachuuf! 💻 Bara ammaa kana internet fi technology carraa hojii haaraa uumaa jiru. Kanaan keessaa tokko Digital Marketing dha. Daminaa Technology carraa hojii digital marketing keessatti hirmaachuuf carraa gaarii banee jira. ✅ Website monetize ta’e irratti hojjechuu ✅ Digital Marketing barachuu fi hojiirra oolchuu ✅ Social Media (TikTok, Facebook, Telegram fi kkf) fayyadamuun website beeksisuu ✅ Content Creation irratti hirmaachuu ✅ Affiliate Marketing irratti hojjechuu 🌐 Carraan kun eenyuuf mijata? Asii Dubbisi Hirmaadhu 👉https://finuri.tirushop.com/hojii-digital-marketing-dhaabbata-daminaa-technology/ 📩 Odeeffannoo dabalataa argachuuf: Telegram: @ararsoalisho #DigitalMarketing #DaminaaTechnology #OnlineWork #AffiliateMarketing #ContentCreation #AI

  • 7 авг.2 01911

    Website Haarawa banamerratti fi Google AdSense Irratti Yeroo akkam akka Iyyata Adsense Galchuu Qabdu Beektu? https://finuri.tirushop.com/iyyata-adsense/

  • 7 авг.1 98151

    #Digital_Marketing_Afaan_Oromoo                                                                                                   👆👆Barattoonni Marsaa 6ffaa Har'a Galgala Barnoonni waan jalqabuuf yeroon akka argamtan:  Sa'aa:       02:15 LT       08:15 pm EAT