tgindex
Последний пост
13 авг.
Последнее чтение
12 авг.
Постов за неделю
8
Всего постов
111
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
12 авг.
Подписчики
36 639
+74 за 3 дн.
Сутки
+24
+0,07%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
6 070
40 постов
Вовлечённость
16,6%
к подписчикам
Постов в день
1,1
всего 111
Упоминаний
12
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
3 959
1/48двое суток
4 537
1/72трое суток
4 893

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 13 авг.3 916766

    видео или голосовое, без подписи

  • 13 авг.3 6994

    видео или голосовое, без подписи

  • 13 авг.3 6993

    видео или голосовое, без подписи

  • 12 авг.4 6743

    видео или голосовое, без подписи

  • 12 авг.4 253203

    видео или голосовое, без подписи

  • 11 авг.5 4034

    видео или голосовое, без подписи

  • 11 авг.4 743214

    Lammiileen 1,708 Sa'uudi Arabiyaa irraa deebi’an. Lammiileen Itoophiyaa 1,708 Sa’ud Arabiyaa keessatti haala rakkisaa keessa turan gara biyya isaaniitti deebi’aniiru. Warreen deebi’an keessaa dhiironni 773, dubartoonni 677, akkasumas daa’imman xixiqqoon 76 jiru. Isaan kana keessaa namonni 163, umriin isaanii waggaa 18 gadi ta’e ni argamu. Hojii lammiilee gara biyyaatti deebisuu kun kan jalqabame Fulbaana 5, 2018 irraa eegalee yoo ta’u, hanga ammaatti Lammiileen Itoophiyaa 92,000 ol gara biyya isaaniitti deebifamaniiru. Ministeerri Dhimmoota Dubartootaa fi Hawaasummaa akka beeksisetti, lammiilee deebi’aniif giddugala tursiisaa keessatti deeggarsaafi kunuunsa barbaachisaa ta’e kennuu, akkasumas maatii isaanii waliin akka walitti makaman gochuuf hojiiwwan hojjetamaa jiru. #TikvahAfaanOromoo Hagayya 04, 2018 Finfinnee @tikvahethafaanoromoo

  • 10 авг.5 858183

    Kirkirri Lafaa Safara Rikter Iskeelii 4.6 Naannoo Magaalaa Matahaaraatti Mudachuun Gabaafame ​Dilbata halkan Hagayya 03, 2018 kirkirri lafaa hammaan iskeelii Rikter 4.6 gahu Naannoo Oromiyaa, dhiyeenya magaalaa Matahaaraatti kan mudate dhagahaame. Sosochiin lafaa kun naannawawa Afaar dhiyeenya jiran keessattis kan dhaga’ame ta’uu 'VolcanoDiscovery' gabaaseera. ​Akka gabaasa 'VolcanoDiscovery'tti, socho’iinsi lafaa kun kaleessa galgala sa'aatii 2:11 irratti kan ta’e yoo ta'u, wiirtuun raafamichaa magaalaa Matahaaraa irraa gara bahaa-dhiha-bahaatti (ENE) kiilomeetira 18, akkasumas magaalaa Awaash irraa kiilomeetira 23 fageenya irratti argama. #TikvahAfaanOromoo Hagayya 04, 2018 Finfinnee @tikvahethafaanoromoo

  • 7 авг.8 289385

    Mootummaan hattootarratti tarkaanfii keessa deebii hin qabne fudhachaa jira jedhame #TikvahAfaanOromoo Hagayya 01, 2018 Finfinnee @tikvahethafaanoromoo

  • 7 авг.7 9064

    видео или голосовое, без подписи

  • 7 авг.8 2914

    видео или голосовое, без подписи

  • 7 авг.7 3024

    видео или голосовое, без подписи

  • 7 авг.7 4714

    видео или голосовое, без подписи

  • 7 авг.7 0825

    видео или голосовое, без подписи

  • 7 авг.6 0544

    видео или голосовое, без подписи

  • 7 авг.5 549134

    Mootummaan hattootarratti tarkaanfii keessa deebii hin qabne fudhachaa jira jedhame #TikvahAfaanOromoo Hagayya 01, 2018 Finfinnee @tikvahethafaanoromoo

  • 7 авг.6 6115

    видео или голосовое, без подписи

  • 7 авг.6 652185

    Keeniyaa Lammiilee biyya alaatiif inshuraansii fayyaa dirqama goote. ​Ministeerri Fayyaa Keeniyaa lammiileen biyya kamiiyyuu gara Keeniyaa yero dhufan biyya seenuun dura inshuraansii fayyaa imalaa seeraawaa qaabachuu akka qaban kan dirqamsiisu qajeelfama haaraa baaseera. ​Waraqaa sanada Barreessaa Kaabinee Adan Du'aaleetiin mallatteeffame kanaan, lammiilee Keeniyaa kan hin taane fi dhimmoota adda addaatiif ji'oota 12 gadiif gara Keeniyaatti kan galan daawwattootni fi imaltootni biyya kamiyyuu qajeelfamni kun kan isaan ilaallatu ta'uun ibsameera. ​Imaltootni inshuraansii fayyaa imalaa biyya isaaniitiin bitatan ulaagaa qophii inshuraansii mootummaa Keeniyaatiin ba'e kan guutu taanaan, sirna Hayyama Imala Elektirooniksii (ETA) Keeniyaa irratti qabsiisuu qabu. ​Imaltootni imala isaaniitiin dura inshuraansii hin qabanne immoo Buufata Qilleensaa Keeniyaa yookiin daangaa ga’anitti dhaabbata inshuraansii seera Keeniyaatiin heyyamameef irraa bitatanii dhiyeessuu akka qaban ibsameera. @tikvahethafaanoromoo

  • 6 авг.6 9088

    видео или голосовое, без подписи

  • 6 авг.7 035328

    Konkolaachistoonni utubaa ibsaa irraatti miidhaa geessisan kaffaltii beenyaa birrii miiliyoona 9 ol kaffaluu ibsameera. Abbaa Taayitaa Bulchiinsa Tajaajila Ibsaa Finfinnee bara baajataa kanatti Magaalaa Finfinnee keessatti utubaalee ibsaa baasii olaanaadhaan ijaaraman of-eeggannoo malee oofuudhaan utubicha irratti kanneen miidha geessisan irraa kaffaltii beenyaa Birrii miiliyoona 9.05 galii ta’uun ibsameera. ​Hoogganaan Olaanaa Abbaa Taayitichaa Dr. Sabsib Huseen, bara baajataa 2018 keessa oddeeffannoon utubaalee ibsaa Magaalaa Finfinnee keessa jiran 41,283 ta’anii Sirna Odeeffannoo Lafaatiin (GIS) akka gurmaa’an taasifamuu ibsaniiru. ​Abbaan taayitichaa mul’ata "Ibsaa Ammayyaa Finfinnee Calaqqiftuuf" jedhu qabatee hojjechaa akka jiru kan eeran Hoogganaan Olaanaan kun, bu'uuraalee misoomaa ibsaa ammayyaa magaalattii keessatti dagaagfamaa jiran hawaasni hundi akka eegu waamicha dhiyeessaniiru. #TikvahAfaanOromoo Adoolessa 30, 2018 Finfinnee @tikvahethafaanoromoo

TIKVAH AFAAN OROMOO — tgindex