tgindex
Qataletech

Join our Telegram channel for Job vacancy , Scholarship and News https://t.me/+hfHO6V8KTO0wZTVk website :https://qatale.com

Последний пост
12 авг.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
1
Всего постов
21
Тип
открытый
Язык
und
Категория
Новости и СМИ
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
4 075
−13 за 2 дн.
Сутки
−1
−0,02%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
251
20 постов
Вовлечённость
6,2%
к подписчикам
Постов в день
0,1
всего 21
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
40
1/48двое суток
45
1/72трое суток
49

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • ODUU GAMMACHIISAA 💐 🥳 Projeektoota 2025 irraa kasnee hojjataa ture Product Design, Mobile App Development fi Web App Development keessaa filadhee sample isaa akka isa kana. 👉 https://tirmizikasim.vercel.app/ 🪡Wajjiin hojjachuufi balbali banaadha. Keessan nu dubbisaa😍

  • видео или голосовое, без подписи

  • 5 авг.75из tikvahethAFAANOROMOO

    #EthiopianAirlines🇪🇹 Daandii Qilleensaa Itoophiyaa xiyyaarota haaraa fageenya dheeraa balali'uu danda'an bituuf adeemsa irra akka jiru beeksiseera. ​Daandiin qilleensichaa gara Awustiraaliyaatti balallii eegaluuf fedhii guddaa akka qabuufi gabaan isaas akka jiru hubachuu isaa Hoogganaa ol'aanaa Daandii Qilleensichaa Obbo Masfin Xaasaw dubbataniiru. ​Haa ta'u malee, ammattaatti gara Awustiraaliyaatti balalii eegaluuf "xiyyaara hin qabnu" jedhaniiru. ​Kanaafis xiyyaarota haaraa fageenya dheeraa balali'uu danda'an bituuf adeemsi godhamaa akka jiru eerameera. ​Daandiin qilleensichaa Amajjii 2020 (A.L.I) irraa eegalee xiyyaarota haaraa lakkoofsaan hedduu ta'an dhaabbilee Booyingi (Boeing) fi Eerbaas (Airbus) irraa kan fudhatu waan ta'eef, daandii Awustiraaliyaa sanaaf balalli eegaluuf qophiin akka godhamu ibsaniiru. #TikvahAfaanOromoo Adoolessa 29, 2018 Finfinnee @tikvahethafaanoromoo

  • Qataletech pinned Deleted message

  • https://t.me/delala_link

  • Channel delalalink jedhu kana Join godhaa 🏠

  • 💡 Success in programming isn't about being the smartest. It's about being consistent. Write code. Make mistakes. Fix bugs. Learn. Repeat. Every expert developer started exactly where you are today. Keep coding. Keep growing. 💙 Share @qataletech

  • 31 июл.106из harmeejobs

    GRANT OPPORTUNITY IN ETHIOPIA 🇪🇹 📢 Catalyzing Climate-resilient Energy Access and Inclusive Finance for Agricultural Transformation in Ethiopia 💰 Funding Agency: Swedish International Development Agency (Sida) 💰 Grant Amount: USD 250,000 – 400,000 📅 Application Deadline: 7 August 2026 📍 Location: Ethiopia 🔗 View Full Details & RFP Document : https://ethioworks.com/resilient-agriculture-and-energy-access-initiative-grant-opportunity-2026/ 🎓 More Scholarships & Opportunities : https://ethioworks.com/category/scholarships/ 📢 Join our Telegram Channel:- https://t.me/scholarshipsee

  • 100% Amansiisaadha kunoo ragaa 👇 https://t.me/usdtxtrustwallte_tbbot?start=396614841

  • Namoonni hin jalqabne Ammuma jalqabaa 100% ni kafala. Link 👇 https://t.me/usdtxtrustwallte_tbbot?start=396614841

  • https://dursitu.tirushop.com/global-economic-uncertainty-cost-of-living-crisis-2026/

  • Guyyaan qormaata kutaa 12ffaa itti kennamu ifa ta'e! Qormaanni xumura barnoota sadarkaa lammaffaa (kutaa 12ffaa) Waxabajjii 24 hanga Adoolessa 17 bara 2018tti akka kennamu Tajaajilli Madaallii barnootaa fi Qormaataa Ityoophiyaa beeksiseera. Gama biraatiin:- * Qormaanni sagantaa barnoota Remediyaalii Caamsaa 17 hanga Caamsaa 20, 2018 tti kennama. * Qormaanni ba’umsaa (Exit Exam) yunivarsitii Waxabajjii 2 hanga Waxabajjii 12, 2018 tti kennama. *Qormaanni seensaa barnoota digrii lammaffaa (NGAT) Adoolessa 29 hanga Adoolessa 30, 2018 tti kennama. *Madaallii dandeettii dubbisuu fi herregaa bu’uuraa (qorannoo madaallii) ammoo Ebla 26 hanga Caamsaa 7, 2018tti akka kennamu ibsameera. @qataletech

  • https://dursitu.tirushop.com/u-s-iran-conflict/

  • Barattootni kutaa 12ffaa barana 2018 qoraman hundinuu onlinen qoramu jedhameera 🙏

  • Junior Full Stack Engineer Company: Fayda National ID “Fayda National ID is looking for a Junior Full Stack Engineer to join our team in Addis Ababa, Ethiopia. The successful candidate will support the development, integration, and maintenance of both... ” - Salary: Monthly - Job Type: On-site - Permanent (Full-time) - Deadline: April 9th, 2026 Source: freelance_ethio #FullStack #JuniorDeveloper #AddisAbaba #DigitalID #Ethiopia

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • 24 мар.4212из tikvahethAFAANOROMOO

    Waraanni Israa'el, Ameerikaa fi Iraan Lubbu namoota meeqa balleesse? Waraanni Baha Giddugaleessaa Israa’eel –Ameerikaa fi Iraan gidduutti eegale guyyoota 25 kan lakkoofsise yoo ta'u, hanga ammaatti lubbuu namoota 2,660 yoo balleessu, namoota kuma 28, 280 ol ammoo madeessuun ibsameera. Haaluma kanaanis:- 👉Iraan irraa:- namoonni 1,500ol du'aniiru. - namoonni 18,551 madaa'aniiru. 👉 Liibaanos irraa:- namoonni 1039 du'aniiru. - namoonni 2,876 miidhamaniiru. 👉 Iraaq irraa:- namoonni 61 du'aniiru.                          - hedduun miidhamaniiru. 👉 Israa'eel irraa:- namoonni 18 du'aniiru. - namoonni 4,829 miidhamaniiru. 👉 Ameerikaa irraa:- Loltoonni 13 du'aniiru.                          - Loltoonni 200 miidhamaniiru. Akkasumas Lammiileen Sooriyaa 4, kan Paalaastaayin 4, Kuweeti 6, Bahireen 2, Saa’uud Arabiyaa 2, Imireetoota Araba Gamtoomanii 8, Oomaan 3 waraana kanaan yoo ajjeeffaman, Kaatarii fi Joordaan dabalatee biyyoota kanneen keessatti lammiileen 240 miidhamuu ibsameera. Waraanichi miidhaa lubbuu, qaamaa fi diinagdee olaanaa kan qaqqabsiisee yoo ta'u, lammiileen Libaanoos miiliyoonni 1 ol qe’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniiru. #TikvahAfaanOromoo Bitootessa 15, 2018 Finfinnee @tikvahethafaanoromoo

  • 🎉 Welcome to Ads Galaxy! Your channel has been successfully connected. Start earning by posting quality ads. How it works: ✅ Get matched with quality ads ✅ Post ads on your schedule ✅ Earn instantly Earning Potential: 💰 10K subscribers = up to $20/day 💰 50K+ subscribers = up to $50+/day No upfront costs. No stress. Just post and earn! 💵 Join now https://t.me/Ads_Galaxy_bot?start=ref_9453099F

  • Eid Mubarak to you all! Warra hogguu Gammachuun iidu nu haa godhu obboleeyyan Yeroo dheeraa telegram kanarratti wal baeeynu hundi keessan 🕋🤲