BBC News Afaan Oromoo
СтатистикаMaddi Oduu: BBC AFAAN OROMO Maxxansa public BBC Irraa kan odeffannedha, kan studeo irraa darbu miti. Hubadhu : Sababaa isaan Telegramiin odeeffanno maxxansaa hin turreef, bara 2018 G.C hundeesse. Buy ads: https://telega.io/c/bbcAfaanOromoo
- Последний пост
- 11 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 8
- Всего постов
- 20
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Новости и СМИ
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 4 783
- 1/48двое суток
- 5 481
- 1/72трое суток
- 5 911
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Artistoonni kunneen erga wabiin gadhiifamanii booda waa'ee himata isaaniirratti banamee miidiyaarratti ibsanii turan. Ofii seerri dhimma kana akkamiin ilaala? 👉 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c5yv75xne04o?at_campaign=ws_whatsapp
Haleellaa diroonii Tigraay Aanaa Raayyaa Allaamaaxaatti raawwateen lubbuun humnoota Tigraay darbuu maddeen BBC’tti himan. Haleellaa kanaaf maddi humnoota Tigraay Raayyaa Ittisa Biyyaa Itoophiyaa himatan. BBC’n deebii aangawoota Itoophiyaarraa argachuuf yaalus hin milkoofne. ↪️ https://youtu.be/3Fl50McJxHI?at_campaign=ws_whatsapp
Qorattoonni US akka jedhanitti, hubannoon namtolchee diizaayinii vaayirasoota haaraa kan guutumatti hojiirra ooluu danda'anii fi laaboraatoorii keessatti baayi'ifaman kalaquuf oolaa jira. Tarkaanfiin kuni dhukkuboota wal'aanuuf tarkaanfii saayinsii isa murteessaadha jedhame. Garuu saayintistoonni dhimma kanarratti yaaddoos qabu. 👉 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cvgl0q45preo?at_campaign=ws_whatsapp
🇪🇹🇪🇹 Marii biyyaalessaa gaggeeffamaa jiruun wal-qabatee burjaajiin miidiyaa hawaasaa irratti deemaa jiru "dhara" jedhe Komishiniin Marii Biyyaalessaa. Burjaajiin deemaa jira jedhame maalidha? 👇🏿 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cwyjxp6yp0no?at_campaign=ws_whatsapp
Yeroo amma Itoophiyaa keessatti dhukkuboota baay'inaan nama qabaa jiru keessaa isa tokko. Inni dhibee Kaansarii mar'immaan guddaa (Colorectal Cancer) jedhama. Dhukkubni kun dargaggoota waggaa 20 irraa kaasee hanga namoota umuriin raaganii jiran kamuu irratti mul'achuu danda'a. Dhibeen kun Itoophiyaatti maaliif dabale? 👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c62vdp3zz4wo?at_campaign=ws_whatsapp
Aanga'oonni Chaayinaa sababa rooba hamaa bubbee fi kakawwee (bakakkaa) makateen namoota miiliyoona tokko bakkaa kaasuu beeksisan. 👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/live/cme8lw81g42kt?at_campaign=ws_whatsapp
Ministirri Muummee Israa'el Beenjaamiin Neetaaniyaahuu karoora Tiraamp Gaazaa irratti baase akka hin fudhanne ibse. Sababa hin fudhanneef ibseera 👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cd7l0q9vre8o?at_campaign=ws_whatsapp
Eertiraan humna waraanaa hidhate walabummaa Itoophiyaa sarbuun daangaa Itoophiyaa ceesiftee gara naannoo Tigiraayitti ergiteetti,'' jedhan Somaaliyaatti Ambaasaaddara Itoophiyaa kan ta'an Ambaasadar Suleymaan Daddafoo. Ajajootni waaraanaa Eertiraa fi meeshaaleen waraanaa gurguddoon Tigiraay galuu himan. Gabaasa guutuuf; 👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/crmr80grd38o?at_campaign=ws_whatsapp
Akkuma jedhame rokkeettiin 'SpaceX' ji'a ykn addeessatti saffisa guddaadhaan deemee rukutame. Dhonsichi maal uume? Maaltu gara lafaatti dhufa? Fuulduratti maaltu tahuu mala? 👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c1e149jvd8yo?at_campaign=ws_whatsapp
Iraan waa'ee haleellaa Baha Giddugaleessaa Sa'uudii, Turkii, Qataar, Paakistaan waliin maal dubbatteette? 👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/live/c680nx1g3n89t?at_campaign=ws_whatsapp
Iraan waraana kallattii caalaa kallattii adda addaan dhiibbaa cimsuun Ameerikaa harka micciiruu irratti xiyyeeffattee jirti. Kana akkamiin milkeessaa jirti 👉 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/czek6rxd1k8o?at_campaign=ws_whatsapp
Abukaatoon Obbo Taayyee Danda'aafi namoonni siyaasaa lama 'Poolisii Federaalaan' to'annoo jala ooluu BBC'n odeeffate. Haala tureefi waan itti jiran wanti iyyaafanne kunooti. 👇 ↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/cedj6z89y35o?at_campaign=ws_whatsapp
Aminestii Internaashinaal walitti bu'insa Kaaba Itoophiyaatti deebi'ee jalqabeen yaadda'uu hime. Sarbama mirga namoomaa Oromiyaa fi naanoo Amaaraa keessaas galmeessaa jiraachuu hime. Waa'ee mootummaa Itoophiyaa waan jedhe qaba. 👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c23517dynxyo?at_campaign=ws_whatsapp
Magaalaa Finfinneetti gaafa Sambataa hiriirri nagaa waamame. Asii argattu. ↪️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c0rdw9dgen0o?at_campaign=ws_whatsapp
Iraanii fi US gara mariitti deebisuuf tattaaffiin taasifamaa jira Waanti Kaatar jette kunooti ↙️↙️ https://bbc.in/4wvINRG
https://t.me/TheIslanderNews/76783
Miseensi Parlaamaa Dr Kafanaa Ifaa parlaamaa keessatti dhimma nageenyaa gaafataa turan. Turtii isaanii paarlaamaan maal taajjaban? Wanti qormaata itti ta’e jiraa? Irra deebi’anis hin dorgomne. Maaliifi? Sababa isaa BBC’n iyyafateera. ⬇️ ↪️ https://youtu.be/XNuJLuH-F7M?at_campaign=ws_whatsapp
https://t.me/DDGeopolitics/188538
Tiraampi Tarkiif xiyyaarota waraanaa ammayyaa F-35 kennuuf akka jedhan himan. Qoqqobbiin akka Turkiin meeshaa ittisa qilleensarraa hin arganne darbee tures irraa ka'uuf jedha. Murtoon kun maaliif Israa'eliin akka malee yaadesse? 👇👇 https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/ckg40dxvjj0o?at_campaign=ws_whatsapp
Osoo Ameerikaafi Iraan wal haleelanii owwaalchi Ali Kaamenii raawwate. Maaltu adeemaa ture? ⬇️⬇️ https://www.bbc.com/afaanoromoo/articles/c20y77620d9o?at_campaign=ws_whatsapp