tgindex
Qubee TV

Qubee TV is an entertainment, Educational and news media established with a great vision to be the best television in our country

Последний пост
13 авг.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
6
Всего постов
490
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
16 604
+32 за 3 дн.
Сутки
+15
+0,09%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
2 022
40 постов
Вовлечённость
12,2%
к подписчикам
Постов в день
0,9
всего 490
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
по 3 постам
1/24сутки в ленте
725
1/48двое суток
1 023
1/72трое суток
1 103

Медиана по постам, которые мы застали свежими и померили через сутки.

Посты

  • 13 авг.1 169152

    Marii Biyyaalessaan booda hireen Finfinnee maal ta'a? 1, Teessoo Federaalaa, Handhuraa Naannoo Oromiyaa, Bulchiinsa Federaalaa Jala oolti 2. Teessoo Federaalaa, Handhuraa Naannoo Oromiyaa, Bulchiinsa of-danda'aa 3. Teessoo Federaalaa, Handhuraa Naannoo Oromiyaa, Bulchiinsa Naannoo Oromiyaa jala oolti. 4. Teessoo Federaalaa, Bulchiinsa Federaalaa jalatti Naannoo of-danda'aa. Hireen Finfinnee maal ta'a?

  • 13 авг.1 0732

    Waltajjii marii biyyaalessaa irratti hojiiwwan karoorfaman keessaa harka sadii arfaffaa kan ta’u xumuramaa jiru Waltajjii marii biyyaalessaa irratti hojiiwwan karoorfaman keessaa harka sadii arfaffaa kan ta’u xumuramaa akka jiran, Komishinarri Itti Aantuu Komishinii Marii Biyyaalessaa, Komishinar Hiruut G/Sillaasee ibsan. Komishinarittiin ibsa miidiyaaleef har’a kennaniin, Komishinichi hojiiwwan karoorfate akkaataa barbaadamuun raawwachaa jiraachuu ibsan. Hirmaattota 500 irraa kan hundaa’an gareewwan marii saddeet, guyyoota hedduuf garee gareedhaan mari’achaa turanii, har’a immoo baay’een isaanii yaada furmaataa irratti waliigaltee irra ga’uun mallattoo isaaniin mirkaneessuun hojii isaanii xumuraa akka jiran dubbatan. Itti aansuunis, gareewwan marii saddeettan yaadota furmaataa irratti waliigalan walitti kan qindeessu, wantoota walfaallaa ta’an akka hin jiraanne kan hordofu akkasumas yaadota furmaataa tokkummaa fi walitti hidhamiinsa qabu akka qabaatan kan taasisu gareen ogeeyyii hundeeffamuu ibsan.

  • 13 авг.1 0473

    https://youtu.be/nLLkZOz6_jE

  • 12 авг.1 2955

    Yaaddoo Iraan Tiraamp konkolaataa nyaata baatu keessa dhokachuun xayyaara akka jijjiiratan taasise. Pireezidaantiin Ameerikaa, Doonaald Tiraamp yaaddoo haleellaa Iraanirraa kan ka'e konkolaataa nyaata deddeebisu keessa dhokachuun xayyaara geeddarachuunsaanii gabaafame. Taateen kun pireezidaantichi ji'a darbe keessa yaa'ii NATO Tarkiitti taasifamerratti erga hirmaatanii booda akka ta'e miidiyaaleen US gabaasan. Jalqaba Tiraamp ija kaameeraa miidiyaalee fulduratti xayyaara pireezidaantii Ameerikaa Eeyir Foors Waan (Air Force One) jedhamu yaabbatan. Itti aansunis konkolaataa dirree xayyaaraa keessatti nyaata deddeebisu kan karaa faallaa balbala itti seenaniin xayyaarichatti maxxanee dhaabbatee ture pireezidaantichis konkolaataa kana keessa seenuun xayyaara Eeyir Foors Waan keessaa bahanii imalan. Itti aansunis xayyaara waraanaa qophaa'ee isaan eegaa ture keessa seenan.

  • Haaluma walfakkaatuun, gareewwan lama kanneen duraan dhimma amantiifi ijaarsa nageenyaa irratti mari’aa turan, yaada marichaa irratti waliigaltee irra ga’uun, galmee yaa’ii qophaa’e irratti mallatteessuu isaanii Komishinichi beeksise. Mari’attoonni ajandaawwan hafanillee guyyoota itti aanan keessatti haala walfakkaatuun yaada ajandaa isaanii irratti waliigaltee irra ga’uun, galmeewwan yaa’ii isaanii irratti akka mallatteessan eegama.

  • 12 авг.1 1211

    Marii Biyyaalessaa keessatti gareewwan dabalataa lama yaadawwan marii irratti waliigaltee irra ga’an Caasaafi ijaarsa mootummaa, sirna siyaasaa, bakka bu’ummaa siyaasaafi sirna filannoo, akkasumas dhimma malaammaltummaafi bulchiinsa gaarii irratti mari’attoonni yaada dhiyeessan irratti waliigaltee irra ga’an. Yaa’ii Marii Biyyaalessaa keessatti, akkaataa qajeelfama hojii Komishinichaa hordofuun, gareewwan saddeet tokkoon tokkoon isaanii miseensa 500 qaban hundaa’an. Gareewwan kunneen tokkoon tokkoon isaanii ajandaa tokko irratti hundaa’uun, Adoolessa 8, 2018 irraa eegalee Finfinneetti marii gaggeessaa jiru. Haaluma kanaan, caasaafi ijaarsa mootummaa, sirna siyaasaa, bakka bu’ummaa siyaasaafi sirna filannoo, akkasumas ajandaa malaammaltummaafi bulchiinsa gaarii irratti mari’aa kan turan gareewwan lama, yaadawwan irratti mari;atan irratti waliigaltee irra ga’uun, galmee yaa’ii irratti mallatteessan.

  • 8 авг.1 95717

    Gaaffiifi Deebii MM Itoophiyaa Dooktar Abiyyi Ahimad taasisan irratti yaada maal qabdu?

  • 8 авг.2 0386

    Qabsoo Keessatti Oromoon Bakka Jirutti of Dagatee of Wal’aalee Hinbeeku - MM Dr. Abiyyi Ahimad

  • 8 авг.2 1258

    Oromoon bilisoomeera; lamuu gabrummaaf qophaa'a miti" - Dooktar Abiyyi Ahimad

  • 7 авг.2 27410

    "Oromoon Haphee Tokkummaa Itoophiyaati." Abiyyi Ahimad (PhD)

  • 5 авг.3 67092

    Hogganaan Daandii Qilleensaa Itoophiyaa duraanii Tawaldee Gabramaariyaam hoji gaggeessaafi daayireektara olaanaa daandii xiyyaaraa indii ta’uun muudame. Bara 2022 ji'a Eblaa keessa aangoo kan gadi dhiisan hogganaan duraanii daandii xiyyaaraa Itoophiyaa kun amma qorumsa faayinaansiifi hojii daandii xiyyaara indiyaa kana akka geggeessaniif itti kennameera. Maddi : CGTN Afrikaa

  • 4 авг.2 38151

    Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa balalii idilee Gaambeellaa irraa gara Dambi Doollootti eegaluuf akka jedhu beeksise. Daandiin Qilleensaa Itoophiyaa balalii idilee Gaambeellaa irraa gara Dambi Doolloofi Dambi Doolloo gara Gaambeellaatti eegaluuf akka jedhuufi daandii biyya keessaa babal’isuuf akka jedhu beeksise. Daandiin xiyyaaraa kun Hagayya 6, 2018 irraa eegalee tajaajila kana kennuu ni eegala. Daandiin Qilleensa Itoophiyaa dandeettii balalii biyya keessaa itti fufiinsaan babal’isuun fedhii sochiifi geejjibaa hawaasaa guutuuf ciminaan hojjechaa jiraachuu ibse. Daandiin xiyyaaraa kun ibsa ABC News'f kenneen akka beeksisetti, daandiin balalii haaraan kun magaalota Gaambeellaafi Dambi Doolloo gidduutti eegalamuun walitti dhufeenya hawaas-dinagdee naannolee lamaan gidduu jiru cimsuufi guddisuuf gumaacha olaanaa qaba jedhame.

  • 3 авг.2 8452

    видео или голосовое, без подписи

  • 3 авг.3 0901

    видео или голосовое, без подписи

  • 3 авг.2 8701

    видео или голосовое, без подписи

  • 3 авг.2 2251

    видео или голосовое, без подписи

  • 3 авг.2 4351

    видео или голосовое, без подписи

  • 3 авг.2 0211

    видео или голосовое, без подписи

  • 3 авг.1 9561

    видео или голосовое, без подписи

  • 3 авг.1 8091

    видео или голосовое, без подписи