tgindex
Spider Media

https://youtube.com/@Spidermedia1

Последний пост
12 авг.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
2
Всего постов
60
Тип
открытый
Язык
om
Категория
Видео
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
6 233
−2 за 2 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
1 003
40 постов
Вовлечённость
16,1%
к подписчикам
Постов в день
0,3
всего 60
Упоминаний
1
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
315
1/48двое суток
360
1/72трое суток
389

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • https://youtu.be/EmC0uVijuLU?si=psTFVvCbfFQjedv_

  • https://youtu.be/Oyr_euYt3VA?si=DXAypF8Ww6tYryHO

  • https://youtu.be/F5XXLCMS7_I?si=xnO9m34vGcUXimHR

  • Kunoo 👇 https://youtu.be/WVjMv_17hNA?si=9tbnje1ZztQjnevv

  • https://youtu.be/WVjMv_17hNA?si=9tbnje1ZztQjnevv

  • 26 июл.1 08810

    📢 🪧 Qabsoo Haqaafi Namoomaa ✊✊ 🪧🇩🇪 Magaalaaa guddoo Germany, Berlin keessatti waraa*na Ameerikaafi I-zrael Ga*💔zzaafi bakkoota biroo baha jiddugaleessaa keessatti gaggeessan balaaleffachuun hiriirri mormii kaleessa gaggeeffameera. ❤️‍🩹 🗣️ Hiriirtonn Fala🇵🇸sxiin fi Libaanos 🇱🇧 deeggaruun, waraana isaan irratti gaggeffamaa jiru mormuun sagalee isaanii dhageessisaniiru. #SpiderMedia

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • ❤️ Onnee koo irraan isin eebbisa, baga gammaddan jedhan Pirezidaant Erdoğan Shaampiyoonaa Adduunyaa Ispeeniin **** 🏆 Pirezidaantiin Turkiye Recep Tayyip Erdoğan gareen kubbaa miilaa biyyaalessaa Ispeen shaampiyoonaa waancaa addunyaa baranaa ta'uu hordofee ergaa dabarsaniin baga gammaddan jedhan. 🇹🇷🤝🇪🇸 “Gareen Biyyoolessaa Ispeen waancaa addunyaa bara 2026 injifachuu isaaniitiin, onnee koo irraan baga gammaddan jedhaani, maqaa koo, biyya koo fi ummata kootiitiin, michuuwwan keenya ummata Ispeeniif nagaa koo nan dabarsa,” jechuun ergaa baga gammaddanii kana Erdohaan barreeffama waltajjii miidiyaa hawaasaa Türkiye NSosyal irratti qoodaniin dubbatan. © Amar Temam #Turkiye #Spain #champions #lamineyamal

  • 20 июл.1 19161

    🗣️ Shaampiyoonummaa kubbaan qofa osoo hin taane kan qabsoo haqaafi namoomaatiinis miliyoonotaaf fakkeenya taateetta > Bardem 🎬 Aktarri beekamaan Ispeen Fala🇵🇸sxiin deeggaruun beekamu Javier Bardem, Ispeen Waancaa Addunyaa mo’achuun shaampiyoonaa ta'uu isii hordofuun suuraa Laamiin Jamaal kan inni alaabaa Fala🇵🇸sxiin qabatee jiru maxxansuun akkana jedhe: 🗣️ "Ummattoota mirgi isaanii kabajamuu qabuufiif dhaabbachuun keessan, akkasumas namoota sagaleen isaanii hin dhaga’amneef sagalee ta’uun keessan fakkeenya gaarii ijoollee miliyoonaan lakkaa’amaniif ta’eera. Isin dhugumaan isin qabsaa'ota mirgaa, Shaampiyoonota Addunyaati. 🗣️ Biyya dargaggoonni akka keessanii kun bakka bu'an irraa ta'uu keenyaatti akka nu boonnu waan nu gootaniif galatoomaa." jedheera. © #AmarTemam #Spain #JavierBardem #spain #FIFAWorldCup #SpiderMedia@spidermediaa

  • Maaleeziyaan lammiileen Izraa'el hatattamaan biyyattii keessaa akka ari'aman ajajje. **** Ministirri Muummee Maaleeziyaa Anwaar Ibraahim lammiileen Izraa’l gariin lammummaa biyya biraa fayyadamuun gara Maaleeziyaa seenaa jiru jedhamuu hordofee deebii kennaniiru. Anwar Ibrahim dhimmicha akka qorataniifi lammileen 'Izraa'il' Malaysia keessatti argaman kamiyyuu hatattamaan biyyaa akka ari’aman dubbatan jedha gabaasni Anadolu. Yakka dugu-uggaa sanyii Izraa'il Ga*💔zzaa keessatti raawwattu irra deddeebiin qeequun kan beekaman Anwaar, Maaleeziyaan biyyummaa Izraa’eliif beekamtii akka hin kennine irra deebiin mirkaneessaniiru. © #AmarTemam #SpiderMedia@spidermediaa

  • видео или голосовое, без подписи

  • 13 июл.1 3957

    Dooktar Abiy Ahimad Kaataar galan ** Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Kaataar galaniiru. Du’aan boqochuu Amiira duraanii #Qatar Sheek Hamaad Biin Kaaliifaa Altaaniif gadda isaanii ibsachuuf Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Kaataar galaniiru. Amiiriin duraanii Kaataar Sheek Hamaad Biin Kaaliifaa Altaaniin addunyaa kanarraa du’aan boqochuun isaanii kan yaadatamuudha. Du’aan boqochuu Amiira Kaataar Sheek Hamad bin Kaliifaa Al-Tahaniin hordofee Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad ummata biyyattiif ergaa jajjabinaa dabarsanii turan. Imalli Ministira Muummee kun hariiroon Itiyoophiyaa fi Kaataar michummaa cimaa ta’uu agarsiiftuu akka ta’e Waajjirri Ministira Muummee ibsuu FMCn gabaseera. #Ethiopia #Qatar #SheikhHamad #Doha

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • Seenaa biyyattii keessatti yeroo jalqabaatiif, taphataa Muslimaa garee kubbaa miilaa biyyaalessaa Ingilaandiif hiriiree taphateedha Djed Spence Taphataan umrii 25 Djed Spence waancaa addunyaa kana irratti garee biyyaalessaasaa England f hiriiree taphachuun ga'umsa ajaa'ibaa isaas agarsisaa jira. Biyyoota dhihaa keessatti muslimni biyya bakka bu'ee dhiyaachuun abjuu ture. Ta'ullee dhiheenya kana dhawaataan haallu jijjiiramaa dhufeera. Haa ta'u malee Inglilaand akka biyyoota kaanii kana amantee hin fudhanne. Kunoo reefi, waancaa addunyaa baranaa irrattiidha seenaa isii keessatti yeroo jalqabaatiif sababa amantaan kan fageessaa turte taphata hordofaa Amantaa Islaamaa ta'e tokko jettee kan lakkaawwattee garee biyyaalessaa isiif hiriirsifatte. Haalli #DjedSpence as itti ga'e ykn garee biyyaalessaaf hiriiree taphachuu itti qaqqabe garuu salphaa hin turre. Isa bal'inaan itti deebina yoo Rabbi jedhe. Garuu ga'umsa inni agarsiisa jiru kana osoo hin dinqisiifatin hin darban. © Amar Temam #Amar_Temam@amartemam1133

  • Gumaa Abbaa Koo fi Wareegamtoota Keenya Biroo Dhiheenyatti Ni Baa𝐬na Jedhan Hoogganaa Olaanaan Iraan Mojtaba Khamenei Bal'ina 👇 https://www.facebook.com/share/p/1KAaNDufzr/

Spider Media — tgindex