tgindex
BBC News Afaan Oromoo

BBC News Afaan Oromoo

Статистика

Oduu - BBC News Afaan Oromoo BBC Afaan Oromoo irratti oduu, odeessaa fi taateewwan haaraa Itoophiyaa, Afriikaa fi ....

Последний пост
6 дек.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
36
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
8 548
−8 за 2 дн.
Сутки
−4
−0,05%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
2 141
36 постов
Вовлечённость
25,0%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 36
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 6 дек.4 6937615

    Hamid Muudee: English - Oromo Dictionary App Dictionary Afaan Oromoo kan yeroo dheeraaf tajaajila ture, bifa applicationtti qophaawee jira. Applikaashiniin kun kaka'umsa dictionary Hamid Muudee irraa fudhachuun isa bira dabree, jechoota 300,000+ ol of keessaa kan qabuudha, akkasumas makmaaksoota (proverbs) 5,000+ ol of keessaa kan qabuudha. Qabiyyee Application: - Jechoota 300,000+ - Daily Words (Jechoota Guyyaa Guyyaa) - Makmaaksa Oromo 5,000+ ol - Word History - Bookmarks (Favorite Words) - UI dinqisiisaa fi ajaa'iba tahe - Jechoota Fayyaa (Medical Terms) - Jechoota Technology (Tech Terms) Kana waliin, appiin kun "The Most Comprehensive English–Oromo Dictionary" tahe jira. Download gochuuf “Play Store” irraa argattu: https://play.google.com/store/apps/details?id=com.hamidmuudee.plus Hamid Muudee: English–Oromo Dictionary (Plus) is now available on Google Play! I developed this app based on the legacy of Hamid Muudee’s original dictionary.

  • 25 окт.4 852212из BBCAFANNOROMOO

    Raashiyaan wiirtuu annisaa nukilaraa [nuclear power plant (NPP)] Itoophiyaa keessatti ijaaruuf akka jirtu Itoophiyaatti ambaasaaddarri Raashiyaa EvgeniiTerekihiin himan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/SKEUOcz

  • 25 окт.4 0979из BBCAFANNOROMOO

    Imbasiin Itoophiyaa Biraaselsi jiru '''ibsi waloo' Gamtaa Awurooppaa fi Masirii rakkoo kan qabuu fi kan isa mufachiise ta'uu ibse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/OYkcEZj

  • 25 окт.2 86521из BBCAFANNOROMOO

    Manni maree ministeerotaa Itoophiyaa bakka MM Itoophiyaa Dr. Abiy Ahimed jiranitti qorannoo damee dinagdee irratti taasiseen gabaasaa tibbana Baankiin Addunyaa dhimma hiyyummaa fi walqixxummaa qabeenyaa ilaalchisuun baase qeeqera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Ma0DCF9

  • 25 окт.2 3821из BBCAFANNOROMOO

    Arsenaal injifachuun dursummaa Piriimer Liigii itti fufuu? Liiverpuul kufaatii tibbanaa keessaa baha jedhamee eegama. Maan Yuunaayitid dirree isaa irratti ni mo'ataa? via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/0QTwO69

  • 25 окт.1 8472из BBCAFANNOROMOO

    Korporeeshiniin Albuudaa Itoophiyaa fi dhaabbanni 'Sunbird' Baayo-inarjii Afrikaa, Itoophiyaa keessatti damee anniisaa haaromfamuun waliin hojjechuuf sanada walhubannoo mallatteessaniiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9dLK1DX

  • 25 окт.1 586из BBCAFANNOROMOO

    Arsenaal injifachuun dursummaa Piriimer Liigii itti fufuu? Liiverpuul kufaatii tibbanaa keessaa baha jedhamee eegama. Maan Yuunaayitid dirree isaa irratti ni mo'ataa? via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/0QTwO69

  • 25 окт.1 86031из BBCAFANNOROMOO

    Filannoon waliigalaa Itoophiyaa marsaan 7ffaa Waxabajjii 1 bara 2026 akka filatamu Boordiin Filannoo Itoophiyaa yaada dhiyeesseera. Boordichi yaada dhiyeesseen wal qabatee gaggeessitoota paartilee gargaraa wajjin marii taa'eera.Filannoon waliigalaa Itoophiyaa marsaan 7ffaa Waxabajjii 1 bara 2026 akka filatamu Boordiin Filannoo Itoophiyaa yaada dhiyeesseera. Boordichi yaada dhiyeesseen wal qabatee gaggeessitoota paartilee gargaraa wajjin marii taa'eera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/3XDlu4y

  • 25 окт.1 365из BBCAFANNOROMOO

    Ofii dhiheenya keessa baqattoonni Itoophiyaafi Ertiraa Awurooppaa galuuf maaf Beelaaruus filatu laata? via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/NtklmFh

  • 25 окт.1 4051из BBCAFANNOROMOO

    Namoonni tokko tokko yoo haala soorata isaanii irratti jijjirama gochuu fi mi'eessituuwwan umamaatti fayydamun ddibee kaansarii irraa fayyusaanii dubbatan dhagahamu. Kun hangam dhugaadha kan jedhe mee waliin haa ilaallu. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5pxGDAW

  • 25 окт.1 232из BBCAFANNOROMOO

    Fooramiin Xaanaa 11ffaa magaalaa Baahir Daaritti gaggeeffamu nageenya Afrikaa irratti akka xiyyeeffatu himame. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/KCxRY8J

  • 25 окт.1 261из BBCAFANNOROMOO

    Yewubdaar Li'ul magaala Walisootti dhalattee, Guddinnii fi barnootnisheemmoo Magaala Sabbataatti. Kitaabota lama Bu'uurawwan Tiyaatiraa fi Waadaa jedhaman barreessitee gabaarra oolchiteetti. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/mWK6BUV

  • 25 окт.1 5314из BBCAFANNOROMOO

    Muftii olaanaan Sheek Saaliih Al-Fawuzaan Dura taa'aa Mana Maree Hayyootaa fi Pirezidantii Mana maree Qorannoo Saayinsii fi Ifta ta'uun hojjetu. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/guhMBSs

  • 14 окт. 2025 г.2 394из BBCAFANNOROMOO

    Kirikirri lafaa naannoo Affaaritti mudate manneen heddu barbadeessuun lammiilee kumaatamaan lakka'aman qe'eerraa buqqiseera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/IKEU1Zm

  • 14 окт. 2025 г.2 270из BBCAFANNOROMOO

    Guyyaa har'aa Naannoo Tigraay magaalaa Maqalee keessatti qaamoleen nageenyaa duraanii naannichaa hiriira nagaa gaggeessaniin sa'aatiiwwaniif balalii xiyyaaraa dabalatee imalli gufateera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/54mzOCi

  • 14 окт. 2025 г.2 3221из BBCAFANNOROMOO

    Pirezidantiin US Doonaald Tiraamp paarlaamaa Israa'itti dhiyaachuun haasaa dheeraa godhan keessatti deeggarsa isaaniin Israa'el wanta injifachuu malte mara injifateetti jedhe. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/Ap3Kbg2

  • 14 окт. 2025 г.1 560из BBCAFANNOROMOO

    Taphattonni kunneen sadan dorgomtoota isaanii kaan caala ayeroo ammaa kana sadarkaa fooyya'aarratti argamu. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/s0fkoGF

  • 14 окт. 2025 г.1 190из BBCAFANNOROMOO

    Gabaasni Baankiin Addunyaa hiyyummaa fi walqixxummaa qabeenyaa ilaalchisuun tibbana baase akka tilmaama kaa'etti, Itoophiyaa keessatti bara 2025tti sadarkaan hiyyummaa gara dhibbeentaa 43tti ol guddachuu akka danda'u ibseera. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/xGsSyLl

  • 14 окт. 2025 г.1 030из BBCAFANNOROMOO

    Pirezidaantiin Ameerikaa Doonaald Traamp Dilbata kaleessa akka jedhanitti, pirezidaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Puutiin waraana Yukireen keessatti geggeeffamaa jiru yoo hin xumurre, misaa'ela fageenya dheeraa Tomahawk kan Kiiv itti fayyadamuu dandeessu dhiyeessuu akka danda'an himaniiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/zvgwyfd

  • 14 окт. 2025 г.1 081из BBCAFANNOROMOO

    Hubannaa Albert Anestaayin ifa irratti qabu teeknoloojii bilbiloota ismaartifoophii haga ammaa qabannu bara baraan jijjiiraniiru. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/FAsCfbh

BBC News Afaan Oromoo — tgindex