ABDII SABAA
СтатистикаSABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! @Abdii_Sabaa 💬Contact Us💬 @AbdiiSabaaDm 🎯BARNOOTAAF @abdii_sabaa_university 🎯MARIIF @Garee_Abdii_Sabaa
- Последний пост
- 15:09
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 15
- Всего постов
- 338
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Образование
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 58 519
- 1/48двое суток
- 67 062
- 1/72трое суток
- 72 329
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
+2
"Asxaan Urjii Ka'ee Gugee Haa Ta'u‼" - Yaadolee Filannoo Alaabaa fi Asxaa Irratti Dhiyaatan! Waltajjii Marii Biyyaalessaa irratti gareewwan hirmaatan, dhimma alaabaa, asxaa, faaruu biyyaalessaa fi mallattoolee naannolee ilaalchisee yaadolee filannoo adda…
🔥 ASBEKS Community is now another way to earn. Create useful posts, build your audience, and get rewarded as people engage with you. You can earn through: • Publishing posts • Getting likes • Growing your followers • Receiving comments • Getting likes on your comments • Profile visits • Creator Gifts • Genuine engagement with other users Create value → build attention → earn from it.💜 Open ASBEKS → Community and start building your presence. 🤖 @Asbeksbot 🔗 asbeks.com 📡@AsbeksPlatform
ODUU IJOO FI HATATTAMAA: Haleellaa Godina Wallagga Bahaatti Uummata Nagaa Irratti Raawwatamee fi Haala Yaaddessaa Magaalaa Angar Guutee! Jiraattonni naannichaa haala qabatamaa lafarra jiru Miidiyaa Abdii Sabaatti akka himanitti, Godina Wallagga Bahaa, Aanaa Giddaa Ayyaanaa ganda Andoodee Dichoo keessatti, hidhattoonni Faannoo meeshaa gurguddaa hidhatan haleellaa hamaa raawwataniiru. Haleellaa kanaanis lubbuun namoota nagaa 30 ol darbuu isaanii maddeen keenya gaddaan nuuf ibsaniiru. Hidhattoonni kunniin baay'inaan socho'uun, meeshaa waraanaa ammayyaa'aatti fayyadamuun uummata nagaa irratti miidhaa geessisaa akka jiran jiraattonni ijaan argan ragaa bahaniiru. Gama biraatiin, qaamoleen nageenyaa naannichaa kanneen akka Poolisii Oromiyaa, Milishaa fi Humna Farra Riphee Lolaa uummata isaanii balaa kana irraa oolchuuf falmaa cimaa taasisaa fi aarsaa lubbuu kaffalaa akka jiran dhaga'ameera. Yeroo ammaa kana yaaddoon guddaan Magaalaa Angar Guutee mudatee jira. Magaalaan kun kallattii maraan hidhattoota kanaan waan marfamteef, uummanni sodaa hamaa keessa akka jiru jiraattonni Miidiyaa Abdii Sabaa dubbisan nuuf mirkaneessaniiru. Dhumaatiin dabalataa osoo hin ga'in birmannaan hatattamaa akka taasifamuuf uummanni magaalattii iyyata dhiyeessaa jira. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA
Build Your Team. Become an Agent. Earn More Money. Invite active users, grow your Asbeks agency, earn commission from verified team activity, rise through the rankings, and withdraw your confirmed earnings. Start now👉 https://t.me/Asbeksbot/start
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
Gosoonni Barnoota Ogummaa Haaraa 11 Bara Barnootaa 2019 Irraa Eegalee Hojiirra Oolan Ifoomfaman! Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa bara barnootaa 2019 (A.L.I) irraa eegalee barattoota kutaa 11ffaaf gosoota barnoota ogummaa fi hojii haaraa 11 hojiirra kan oolan ta'uu ifoomsuun, biirooleen barnootaa naannoolee fi bulchiinsa magaalotaa qacarrii barsiisotaa dabalatee qophii duraa barbaachisaa ta'e hunda akka taasisan qajeelfama dabarseera. Akkaataa kallattii pooliisiin barnootaa fi leenjii haaraan barnoota ogummaa sadarkaa duraa irraa eegalee hammachiisuuf kaa'een, marsaa lammaffaaf gosoota ogummaa 11 hojiirra oolan kanaaf qophiin sirna barnootaa, moojuulli barattootaa fi qajeelfama barsiisotaa guutummaatti xumuramuun isaa ibsameera. Gosoonni barnoota ogummaa 11 bara 2019 irraa eegalee hojiirra oolan kunniinis kanneen armaan gadiiti: Teeknoloojii Sibiilaa (Metalwork Technology), Teeknoloojii Awutoomootiivii (Automotive), Teeknoloojii Uffannaa (Garment), Dirirsa Sarara Ibsaa Gamoo, Hojii Ujummoo Bishaanii(Plumbing), Misooma Sooftiweerii (Software Development), Oomisha Midhaanii, Tajaajila Kunuunsa Fayyaa, Tajaajila Hoteelaa, Hojii Rifeensaa fi Tajaajila Miidhaginaa, akkasumas Qophii Nyaataa dha. Tarkaanfiin kun barattoonni barnoota idilee cinaatti ogummaa hojiif isaan qopheessu akka horatan gochuu irratti gahee guddaa qabaata jedhamee eegama. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA
видео или голосовое, без подписи
Ulaagaan Yuutiyuubii Irraa Galii Argachuuf Gaafatamu Dachaa Lamaan Guddate! Dhaabbanni Yuutiyuub (YouTube), ulaagaa oomishtoonni qabiyyee fi viidiyoo hojjetan beeksisaa fi 'YouTube Premium' irraa galii argachuu itti eegalan, kan 'YouTube Partner Program (YPP)' jedhamu dachaa lamaan guddisuu isaa beeksiseera. Akkaataa qajeelfama haaraa akka lakkoofsa Awurooppaatti Guraandhala 1, 2027 irraa eegalee hojiirra oolu kanaan, ulaagaan viidiyoowwan idilee (dhedheeroo) ittiin galii argamsiisan ji'oota 12 darban keessatti sa'aatii daawwannaa (Watch Hours) 8,000 guutuu gaafata; kunis ulaagaa kanaan dura sa'aatii 4,000 ture irraa dachaa lamaan kan dabale dha. Gama viidiyoowwan gaggabaaboon (Shorts) immoo, guyyoota 90 darban keessatti daawwannaa (Views) miiliyoona 20 argachuu kan gaafatu yoo ta'u, kunis isa duraan miiliyoona 10 ture dachaa lamaan dabakeera. Haa ta'u malee, ulaagaan baay'ina hordoftootaa (Subscribers) 1,000 qabaachuu inni duraanii osoo hin jijjiiramin itti fufeera. Tarkaanfiin kun bara 2018 asitti dambii bulchiinsa galii Yuutiyuubii irratti fooyya'iinsa guddaa taasifame ta'uu gabaasni 'Tech Crunch' ni mul'isa. Dabalataanis, oomishtoonni viidiyoo gaggabaabaa (Shorts) kanaan dura saganticha keessatti hammataman, kaffaltiin galii isaanii akka jalaa hin dhaabanneef, dhuma guyyoota 90 hunda keessatti daawwannaa miiliyoona 10 argachuu akka qaban akeekkachiifameera. Fooyya'iinsi kun hawaasa hojii miidiyaa dijitaalaa fi oomisha viidiyoo irratti bobba'an irratti dhiibbaa guddaa kan fidu ta'uutu himaa. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA
Build Your Team. Become an Agent. Earn More Money. Invite active users, grow your Asbeks agency, earn commission from verified team activity, rise through the rankings, and withdraw your confirmed earnings. Start now👉 https://t.me/Asbeksbot/start
Obomboleettii Hamaa 'Doolfiin' Jedhamuun Biyya Chaayinaa Keessatti Namoonni Miiliyoona Tokko Ol Qe'ee Isaanii Irraa Buqqafaman! Obomboleettiin cimaan 'Doolfiin' (Typhoon Dolphin) jedhamuun beekamu, biyya Chaayinaa kutaa bahaa rukutuu isaa hordofee, mootummaan biyyattii namoota miiliyoona tokko (1,000,000) ol ta'an iddoo jireenya isaanii irraa gara iddoo eegumsa qabuutti buqqisuu isaa miidiyaaleen idil-addunyaa gabaasaniiru. Obomboleettiin kun bara kana keessa balaawwan qilleensaa mudatan keessaa isa hamaa fi jabaa ta'uun kan galmaa'e yoo ta'u, magaalaa guddittii giddugala faayinaansii taate Shaangaay dabalatee naannoolee garabiraa irratti dhiibbaa guddaa uumeera. Qilleensi hamaan kun rooba cimaa fi lolaa waliin waan dhufeef, balaa lolaa fi sigiga lafaa fiduu akka danda'uuf akeekkachiisni sadarkaa diimaa (Red Alert) mootummaa biyyattiitiin ifatti kennameera. Dhiibbaa obomboleettii kanaan walqabatee, tajaajilli geejjibaa kutaa bahaa Chaayinaa guutummaatti jechuun ni danda'ama dhaabbateera. Gabaasaaleen akka mul'isanitti, magaalaa Shaangaay qofa keessatti Wiixata har'aa balaliiwwan xiyyaaraa 1,000 ol kan haqaman yoo ta'u, tajaajiloonni geejjiba baaburaa fi dooniiwwaniis yeroodhaaf dhaabataniiru. Mootummaan Chaayinaa balaa lubbuu irra ga'u xiqqeessuuf jecha, namoota kumaatamaan lakkaa'aman iddoo balaaf saaxilamoo ta'an irraa fageessuun buufataalee yeroo balaa keessa qubachiiseera. Dabalataanis, manneen barnootaa, manneen hojii mootummaa, fi iddoowwan bashannanaa gurguddoon (kan akka Disneyland) yeroof cufamaniiru. Akka dhaabbanni qorannoo haala qilleensaa biyyattii ibsetti, obomboleettiin 'Doolfiin' kun yeroo daangaa galaanaa irraa gara lafaatti seenu, saffisa qilleensaa sa'aatiitti kiilomeetira 150 (150 km/h) ga'u qaba ture. Haalli kun guyyoota itti aananitti, keessattuu hanga Roobiitti hammaachuu waan danda'uuf, jiraattonni magaalaa Shaangaay fi naannoolee ollaa akkaataa Zheejiyaang fi Fuujiyaan of eeggannoo cimaa akka taasisan gorfamaniiru. Hawaasni sochiilee alaa irraa akka of qusatuu fi qajeelfama mootummaan baasu akka hordofu akeekkachifameera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA
🌟 Yeroo Boqonnaa Keessan Ogummaa Galii Isiniif Fiduun Dabarsaa! 🌟 @Abdii_Sabaa_University carraa barnoota online gaggabaabaa fi filatamoo ta'an qabatee dhufeera. Iddoon murtaa'aa waan ta'eef har'uma galmaa'aa! 📱 1. VIDEO EDITING (Bilbila Qofaan) • Viidiyoo qulqullina olaanaa (Professional) qabu hojjechuu baradhaa. • Ulaagaa: Bilbila harkaa qabaachuu qofa. • Gatii: Qarshii 200 ETB qofa! 🔑 Code Galmee: VER 💻 2. FULLSTACK WEB DEVELOPMENT • Weebsaayitii guutuu (Front-end & Back-end) hojjechuu dandeessu. • Ulaagaa: Kompiitara (Laptop/Desktop) qabaachuu. • Gatii: Qarshii 1000 ETB qofa! (Kaffaltii yeroo tokkoo - Lifetime). 🎁 Bonus: Hiriyoota 3 ol ta'uun yoo dhuftan Discount 10% qaba! 🔑 Code Galmee: FWD 🚀 AKKAATAA GALMEE: Kallattiin karaa Telegram 👉 @Jonamiyet koodii barnoota barbaaddanii (VER ykn FWD) nuuf ergaa. ⚠️ Hubachiisa: Yeroo nu qunnamtan "Hi" osoo hin jedhin, kallattiin koodicha qofa ergaa. "Ogummaan Har'a Barattu, Egeree Keetiif Galii Keeti!" SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA | @ABDII_SABAA_UNIVERSITY
видео или голосовое, без подписи
Tarkaanfiiwwan Cimaa Mootummaan Yakka Faayinaansii, 'Crypto', fi Daldala Seeraan Alaa Irratti Fudhate! Mootummaan appilikeeshiniiwwan maallaqa dijitaalaa ykn 'Crypto Currency' 7 biyya keessatti akka hin hojjenne guutummaatti ugguruu isaa har'a ifatti beeksiseera.…
Dubartiin Abbaa Manaa Ishee Ajjeeste Adabbii Hidhaa Cimaa Waggaa 20n Adabamte! Naannoo Itoophiyaa Kibbaa, Godina Kooree, Aanaa Saarmaallee, iddoo addaa 'Wakaalee' (Wayidoo) jedhamutti, dubartiin abbaa manaa ishee ajjeeste adabbii hidhaa cimaa waggaa 20n adabamuu ishee Ajajaan Qajeelcha Poolisii Godina Kooree Itti Aanaa Komaandara Siidaamoo Maadaamoo ibsaniiru. Akka gabaasa poolisiitti, shakkamtamtuun Tasfaayinesh Zallaqaa jedhamtu galgala sa'aatii 2:00 irratti abbaa manaa ishee Saariyaa jedhamu waliin walitti bu'anii booda, mana saaniitii baa'uun dhokattee turte. Abbaan manaa ishees ishee barbaachaaf gara ollaa erga deemee booda, deebi'ee duuba manatiin baatirii ibsaa yoo ishee barbaadu, iddoo itti dhokattee turte irraa meeshaa qochoo ittiin muraniin morma isaa mirgaa rukutuudhaan lubbuun isaa akka darbu taasisteerti. Gocha kana hordofuudhaan poolisiin shakkamtuu kana to'annoo jala oolchuun galmee qorannoo abbaa alangatti ergeera. Abbaan Alangaa yakka ajjeechaa namaa cimaatiin galmee saaquun mana murtitti dhiyeessee, manni murtichaas galmee ragaa dhiyaate qorachuudhaan shakkamtuun yakka kana raawwachuu ishee mirkaneeffatee adabbii hidhaa cimaa waggaa 20n akka adabamtu murtii kenneera. SABA GUDDAA WAAN TAANEEF, MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA! MIIDIYAA @ABDII_SABAA
Kitaaba barreessitanii baasii maxxansaa sodaachaa jirtuu? 🛑 Rakkina sana irra darbuun amma baay'ee salphaa dha! 💡 Kitaaba keessan bifa dijitaalaan (E-book/PDF) waltajjii Fulbek irratti gurgurachuu eegalaa. ✅ Al tokko qofa ol-fe'uu ✅ Baasii maxxansaa tokko…
видео или голосовое, без подписи