tgindex
Abduljalil Official 📡

Abduljalil Official 📡

Статистика

👥 Nutti dhihaadha :-Barachu:-Booharuf:-wantota dinqisisoof Nashida, Da'waale garagaraa.... 🙏 @AbduljalilRedwan 🙏 👇 SUBSCRIBE 👇YouTube https://youtube.com/channel/UCEP1CQsDo_4TUJspM0l 📼YAADA YOO QABAATTAN 🎤 @Abdulj14 @AbduljBot

Последний пост
14 авг.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
7
Всего постов
29
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
9 022
+62 за 5 дн.
Сутки
+19
+0,21%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
101
29 постов
Вовлечённость
1,1%
к подписчикам
Постов в день
1,0
всего 29
Упоминаний
1
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
14
1/48двое суток
16
1/72трое суток
17

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 14 авг.10из Quality Button

    без подписи

  • 14 авг.15из ABDU BUTTON

    без подписи

  • 14 авг.8из ABDU BUTTON

    без подписи

  • 13 авг.21из Quality Button

    Nama amma ONLINE irra jiru Qofaaf Badhaasa qopheessinee jirra BADHAASA qarshii 500 nama 5 Dursee deebiseef ALAABAAN KUNI KAN EESSAATII?

  • 13 авг.16из ABDU BUTTON

    Oduu gammachisaa. Sa'atii ammati kaase hangaa boruutti interneetii bilisaa fayyadamuun danda'ameera Iddoo FREE INTERNET 🛜 jettu tuquun fayyafamaa

  • 13 авг.30из ABDU BUTTON

    𝔹𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕞🏃‍♀️💃 Daqiiqaa 15 booda ni haqama!! 🙌 Gaaffii Badhaasa qarshii 450 qabu!! 🙌 5×5-2+10 = ? Deebisuuf "𝔸𝕟𝕤𝕨𝕖𝕣" 𝙺𝚊𝚗 𝚓𝚎𝚝𝚝𝚞 𝚝𝚞𝚚𝚊𝚊, START 𝙺𝚊𝚗 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚞 𝚝𝚞𝚚𝚞𝚞𝚗 join gochuun 𝚎𝚛𝚐𝚊 👇👇

  • 13 авг.25из ABDU BUTTON

    Oduu ammee 💥 Guyyaa har’aa entrance kutaa 12ffaa gadi dhiifameera baga gammaddan amma irraa kaastanii ilaallachuu ni dandeessu!.

  • salawaata buusi Nabi Muhammad ﷺ irratti❣️ Sunnaalee fi Hojiiwwan Jaalatamoo Guyyaa Jimaataa 🛁 Qaama Dhiqachuu 👕 Uffata qulqulluu uffachuu fi urgooftuu dibachuu. 🕌 Yeroodhaan gara masjiidaatti deemuu. 🚶 Yoo danda'ame miilaan deemuu. 📖 Suura Al-Kahf dubbisuu. 🤲 Nabiyyii Muhammad ﷺ irratti salawaata baay'isuu. 📿 Du'aa fi zikrii baay'isuu. 👂 Khuxbaa callisanii xiyyeeffannoon hanga xumuraatti dhaggeeffachuu. 🕌 Tahiyyatul Masjid salaatuu (khuxbaan dura yoo seename). ⏰ Yeroo du'aa'iin itti qeebalamu barbaaduu fi san keessatti Rabbi kadhachuu. 📖 Qur'aana baay'inaan qara'uu. 💰 Sadaqaa kennuu fi hojii gaarii ┏━━━━━━━━━━━━━┓ ⭕️  ➡️ #SHARE🥰GODHAA! ┗━━━━━━━━━━━━━┛ J‌O‌I‌N‌☟︎︎︎❂✪❂✪❂✪❂✪ ➪ @muhsiinkhan11 ➪ @muhsiinkhan11 ➪ @muhsiinkhan11

  • 5 авг.49из ABDU BUTTON

    ✅ Data Tolan fayyadama yoo hin jiraanne #safaricom fi #ethiotelecom guyyootaaf 0.00BIRR amumma Connect bakka jedhu tuqun fayyadama 👇👇

  • Oduu Ammee | Idil-Addunyaa Gibxi, Sudaan fi Eertiraan Tajaajila Viizaa Ameerikaa Irraa Haqaman Mootummaan Ameerikaa tajaajila viizaa Afriikaa keessatti kennu gadi xiqqeessuuf murteesse. Embaasiiwwan viizaa kennan 50 irraa gara maaltuwwan muummee naannawaa (Regional Hubs) 20 qofatti gadi buuseera. Karoora haaraa Ministeerri Dhimma Alaa Ameerikaa Maarko Ruubiyoo raggaasisan kanaan, Gibxi, Sudaan fi Eertiraan tajaajila kana keessaa guutummaatti haqamaniiru. Finfinneen garuu Afriikaa Bahaatti maaltuu ijoo ta'uun filatamteetti. Maaltuwwan muummee Afriikaa Bahaa keessatti tajaajila kana akka kennaniif filataman: • Finfinnee (Itoophiyaa) 🇪🇹 • Jibuutii (Jibuutii) 🇩🇯 • Naayiroobii (Keeniyaa) 🇰🇪 • Kampaalaa (Ugaandaa) 🇺🇬 • Kigaalii (Ruwaandaa) 🇷🇼 • Daar es Salaam (Tanzaaniyaa) 🇹🇿 Magaalota kanneen alatti tajaajilli kun kan itti fufu magaalota gurguddoo Afriikaa akka Laagos, Johaanisbaarg fi Daakaar keessatti qofa ta'a. Kanaan booda, lammiileen biyyoota tajaajilli keessaa cite keessattuu lammiileen Gibxi, Sudaan fi Eertiraa gaaffi fi deebii viizaa akkasumas ragaa ashaaraa qubaa xumurachuuf baasii mataa isaaniitiin gara magaalota filataman kanneen akka Finfinneetti imaluuf dirqamu. YOU TUBE  MUHSIIN KHAN  || 👇👇 https://youtube.com/@muhsiinmb 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @MUHSIINKHAN11 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @MUHSIINKHAN11

  • 💻 Excited to share my journey as a Full-Stack Developer! I enjoy building complete web applications, from creating beautiful and responsive user interfaces to developing powerful backend systems and databases. I am passionate about learning new technologies, solving real-world problems, and creating impactful digital solutions. 🚀 Skills: HTML, CSS, JavaScript, React, Node.js, Express.js, MongoDB, and MySQL. I'm open to new opportunities, collaborations, and exciting projects. Feel free to connect with me! #FullStackDeveloper #WebDevelopment #SoftwareDeveloper #Programming #Tech #OpenToWork @AbduljalilRedwan

  • The frontend is more than design—it's the user's first experience. Every project I build strengthens my skills in HTML, CSS, and JavaScript while bringing ideas to life. I'm committed to learning, creating, and growing as an Information Technology student. 💻🚀 #FrontendDevelopment #HTML #CSS #JavaScript #WebDevelopment #InformationTechnology #Coding #TechStudent @AbduljalilRedwan

  • 🎈HAQA HAADHAA FI ABBAA Hayyama Rabbiitiin jireenya tana keessatti namni warra keenya caalaa mirga nurratti qabu hin jiru. Isaan nu baatanii, nu kunuunsan, nu barsiisan, akkasumas nageenya keenyaaf aarsaa guddaa kaffalan. Ta’us yeroon darbaa deemuun ulfinaa fi sadarkaa guddaa Rabbiin isaaniif kenne dagachuun salphaadha. Kanaafi Rabbiin mataan isaa dirqama isaan kabajuu nu yaadachiisa. Rabbiin Qur’aana keessatti akkana jedha: Qur'aana kabajamaa 17:23 Gooftaan kee immoo Isa malee nama biraa akka hin gabbarre, warra keettis akka tola gootu murteessee jira. Keeyyanni kun bakka guddaa warri Islaamummaa keessatti qaban ibsa. Achumaan Isa qofa akka gabbarnu nu ajajee booda Rabbiin warra keenyaaf tola akka taanu nu ajaja. Hidhamni cimaan kun, isaan kabajuun, lallaafaan isaanitti dubbachuun, isaan kunuunsuun, kabajaan isaan ilaaluun hojiiwwan Rabbiin biratti baay’ee jaallataman keessaa akka ta’an nu barsiisa. Hanga Rabbiin argamuu isaanii nuuf kennutti isaan haa kunuunsinu, gaarummaadhaan isaan haa tajaajillu, bakka isaanii bu’ee Rabbiin kadhachuu hin dhiisin. Yoo duraan gara Rabbiitti deebi'an ta'e immoo kadhannaa isaanii itti fufnee hojii qajeelaa isaan fayyaduu danda'u hojjannu, eeyyama Rabbiitiin. Rabbiin dandeettii warra keenya jaalalaa fi obsaan kabajuu nuuf haa kennu, lubbuun jiraniis ta’ee duraan gara isaatti deebi’an rahmata Isaa isaaniif haa roobsu, ijoollee galata dhugaa nu haa godhu. Amiiiiiiiiiin ✨Asumaan Nabiyyichaa ۞ﷺ۞ Iràti Sålawãta busuu hin dagatinaa Yaa gabrootaan Rabbii اللَهُمَّ صلِّ وسَلِم وبَارِك على سيدنا مُحمَّدْ ﷺ 𝐒𝐡𝐚𝐫𝐞 & 𝐋𝐢𝐤𝐞♥️ 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐚 صباح الإسلام •••••••••••••••••••••••••۞۞•••••••••••••••••••••••• YOU TUBE  MUHSIIN KHAN  || 👇👇 https://youtube.com/@muhsiinmb 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @MUHSIINKHAN11 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @MUHSIINKHAN11

  • carraa kana itti fayyadamaa... ⭐️ Akkaadaamiin Afriikaa - Afaan Oromoo haalaa gaariin jalqabee jira ✅ Faayidaalee Akkaadaamii kanaa keessaa: 💵 Akkaadaamichi bilisa (kaaffaltii malee), akkasumas umrii hundaaf dhiiraa fi dubartootaaf banaadha. 📱Fageenyarraa taa’anii bilbila ykn laabtopiidhaan barachuun ni danda'ama. 👳‍♀️ Sirna baruu-barsiisuu saayinsaawaa fi salphaa ta’e kan hayyoota ciccimoon barsiifamu. 📄Gosa barumsaa hundaaf qormaata madaallii fi hubannoo ni kennina. 🎊 Warra milkaa’aniif waraqaa ragaa (Sartifikeetii) keennu: https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa 📚 Barsiisoota Akkaadaamichaa:- Dr. Jeeylaan Kadiir Dr. Kamaal Haaji Galatuu Dr. Kamaal Tilmoo Dr. Abdallaah Kadiir Dr. Mahmuud Huseen Dr. Alii Jimmaa Dr. Jibriil Qamar ⏳ Turtiin barumsaa: waggaa tokko yoo ta'u, simisteera lamatti qoodama. Barumsi bifa kanaan barattootaaf dhiyaata : Kitaabaan (PDF). Viidiyoodhaan. Sagaleedhaan. Ammaaf Linkii kanaan gara Garee Telegiraamaa seentan join gootanii, booda foormiin galmee isiniif ergamuudhaan gara Waltajjii barnootaaf qophaa'eetti ceetu. https://t.me/AkaadaamiiAfrikaa Carraa addaati, itti fayyadamaa. Dubartoota, manguddoota, dargaggoota, hojjattoota mootummaa, warra kutaa barnootaa taa'anii barachuuf carraa hin qabne hunda itti affeeraa. YOU TUBE  MUHSIIN KHAN  || 👇👇 https://youtube.com/@muhsiinmb? 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @MUHSIINKHAN11 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @MUHSIINKHAN11

  • 13 мая119из ABDU BUTTON

    Badhaasa daqiiqaa 15 Qofa turu QARSHII 500 nama 5f Itiyootelekoom moo safaricom tu dura Ethiopia dhufee?

  • 13 мая118из Quality Button

    Namoota amma online jiran qofaaf carraa addaa! ✅ Namni dura join godhe 10f→ data 5GB ✅ Namni ADD folder godheef → Badhaasa addaa qarshii 500 JOIN kan Jettu tuquun hirmaadhaa

  • 13 мая117из Quality move bot

    BADHAASA AJAA'IBAA!! Nama 20 DURSEE deebiseef badhaasa dhunfaatti 100 ni kaffalla. MAGAALAAN GUDDOON BIYYA ETHIOPIA EENYUU?

  • 13 мая131из ABDU BUTTON

    Gaaffii badhaasaa nama 3f sa'aatii 2:30 irraa eegaluun Isiniif qopheessinee jirra. Kanaaf namoonni hirmaachuu Barbaaddan Iddoo (gift)Jettu tuquun hirmaadhaa

  • Nama Salaata Dhiisu Waa 15' tu Isa Qunnama Jedhan Ergamaan Rabbii ﷺ Waa 15nan kana keessaa 6 jiruu Adunyaa gubbaatti isaa qunnama ykn isaa dhaqaba. Waa 3 yeroo du'aa isaa qunnamti. Waa 3 Qabrii kessatti isaa qunnama. Waa 3 guyyaa qiyaamaa isa qunnama. Waa 6 Adunyaa gubbaatti nama qunnamu yoo ilaalle akka armaan gadiitti 1☞Rabbiin umrii isaatirra barakaa fudhaa. 2☞Rabbiin S.w. fuula isaatirra sifaa ykn amala saliihumma fudhaa. 3☞Dalagaa isaatiif ajrii hin argatuu rabbii biraa. 4☞du'aa'iin isaa ol hin fudhamtu gara samayitti 5☞Namni isaa dhessa ykn isaa hin fedhu jiru Adunyaa gubbaatti. 6☞Hiree hin qabu du'aa'ii warri salihtota isaaf godhan kessatti. 3☞Yeroo du'aa isaa qunnamu 1☞yeroo du'u xiqeennaratti du'a. 2☞Haala belaaya teheen du'a. 3☞Haala dhebuun itti jirtun du'a. osoo bishaan Bahaara gutuu dhugelle irra hin bahuu dhebuun jedha. 3☞Qabrii kessatti isaa qunnamu 1☞Rabbiin isaatti dhippisa qabrii hanga cinaachi isaa wal jala taruutti. 2☞ni tasisaa rabbiin qabrii isaa taa akka ibdatti dimaattu. 3☞Rabbiin isaatti fidaa #BOFA maqaan isaa Ashujaa al - Aqra'a jedhamu. 3☞Guyyaa qiyaama isaa qunnamu 1☞Rabbiin isaatti fidaa wan garaa ibidda jahannamitti isaa harkisuu. 2☞Rabbiin s.w ija dallansutiin isa laala guyya hisaaba haga foon fulaa isaatirra lafaa bu'utti. 3☞Rabbiin S.w. isaa #Qormaata jajabaa .isatti murtessa garaa jahannamitti. _______ ⏩Namni salaata fajirii ykn subii dhise ☞Fulaa isatirra ifnaanni hin jiruu jedhani. ⏩Namni salaata zuhrii dhisee ☞Rizqii isaa kessa Baraakan hin jirtu. ⏩Namni salaata Asrii dhise ☞Qamni isaa Humnaa hin qabu. ⏩Namni salaata Magriba dhise ☞Ijoolle isaa kessa samaran [bu'aan] hin jirtu. ⏩Namni salaata Ishaa'i dhise ☞hirriba Rahaa qabuu hin argatu. ⏩Namni yeroo Azaana Muziqaa dhagefatuu ☞yeroo du'u Shahaada jechuu hin danda'u jedhan. Waan Dubbistaniif Galatoomaa! ☞share godhaa YOU TUBE  MUHSIIN KHAN  || 👇👇 https://youtube.com/@muhsiinmb 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @MUHSIINKHAN11 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ || @MUHSIINKHAN11

  • 12 мая164из ABDU BUTTON

    Gooooooooooool Rooooonaaaaldooooooo Galchii ajaa'ibaa lakkoofsise Al nassr 1-0 al hilal Kallattiin ilaaluuf iddoo LIVE jettu tuquun ilaalaa