tgindex
Caffee Oromia

☎️ +113726218 📧 Caffeeoromia@gmail.com FB : CAFFEEOROMIA Website:Www.caffeeoromiyaa.org

Последний пост
7 апр. 2025 г.
Последнее чтение
14 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
21
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
14 авг.
Подписчики
12 437
+15 за 2 дн.
Сутки
+10
+0,08%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
9 749
21 постов
Вовлечённость
78,4%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 21
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 7 апр. 2025 г.14,4 тыс34925

    Koreen Dhaabbii Dhimma Misooma Baadiyyaa Caffee Oromiyaa haala kenniinsa tajaajila sekteroota Godina Iluu Abbaa Booraa ilaaluu eegale. Dura Taa'aan Koree Dhaabbii  Dhimma Misooma Baadiyyaa Caffee Oromiyaa Kab. Obbo Diriirsaa Waaqumaa ummanni tajaajila haqa qabeessàafi si'ataa yoo argate hirmaannaa misooma keessatti qabu dabaluun galmoota misooma dinagdee damdaneessaa fiduuf qabaman qabatamaan milkeessuu keessatti gahee isaa akka bahatuuf kan dandeessisudha jedhan. Mootummaanis  tajaajila ummataaf kennu itti quufiinsa maamilaan madaala. Kanaaf,  tajaajila haqa qabeessaafi ammayya'e kennuun  galmoota imala badhaadhinaa dhugoomsuuf hojjechuun barbaachisaa ta'uu Kab. Obbo Diriirsaan ibsaniiru. Koreen kun, Godinichatti hordoffiifi to'annoo gaggeessuu eegaleen haala kenniinsa tajaajila  Waajjira Fayyaa, raawwii  hirmaannaa ummataa galiifi Gumaata Buusaa Gonofaa, hojiiwwan Yuuniyeenii Waldaa Hojii Gamtaa Soorgabbaa hojjetamaa jiran keessaa Warshaa nyaata horii, Mana kuusaa  Bunaafi raawwii karoora kurmaana 3ffaa bara 2017  Ejensii Waldaa Hojii Gamtaa Godinichaa ilaaleen raawwiin milkaa'inoota agarsiisan cimanii akka itti fufaniifi  dhiyeessiin calla guddiftuu Godina dhaqqabe ariitiin qonnaan bulaa bira  akka gahuufi deebii liqii calla guddiftuu xiyyeeffannoo kan barbaadu ta'uu kallattii kaa'eera.

  • 7 апр. 2025 г.10,9 тыс4

    видео или голосовое, без подписи

  • 7 апр. 2025 г.10,9 тыс4

    видео или голосовое, без подписи

  • 7 апр. 2025 г.10,3 тыс4

    видео или голосовое, без подписи

  • 7 апр. 2025 г.10,4 тыс4

    видео или голосовое, без подписи

  • 7 апр. 2025 г.10,9 тыс394

    𝐌𝐨𝐨𝐭𝐮𝐦𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐭𝐚𝐣𝐚𝐚𝐣𝐢𝐥𝐚 𝐮𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚𝐚𝐟 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐮 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐪𝐮𝐮𝐟𝐢𝐢𝐧𝐬𝐚 𝐦𝐚𝐚𝐦𝐢𝐥𝐥𝐢 𝐚𝐫𝐠𝐚𝐭𝐞𝐞𝐧 𝐦𝐚𝐝𝐚𝐚𝐥𝐚. ****

  • видео или голосовое, без подписи

  • 4 апр. 2025 г.10,1 тыс6

    видео или голосовое, без подписи

  • 4 апр. 2025 г.11,3 тыс6

    видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • 4 апр. 2025 г.10,5 тыс6

    видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • 4 апр. 2025 г.10,5 тыс6

    видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • Afyaa'iin Caffee Oromiyaa Kab. Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan jila isaanii waliin, Mana Maree Magaalaa Finfinneetti argamuun hojiilee riifoormii adda addaa tajaajila Mana Marichaan kennamu fooyyessuuf hojjetamaa jiran irratti mari'achuun, hojiiwwan hojjetamaa jiranis daawwataniiru. Afyaa'iin Mana Maree Magaalaa Finfinnee Kab. Aadde Buzeenaa Alqaadir, Kab. Afyaa'ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurahmaaniifi jila isaanii Waajjira isaaniitti simachuun hojiilee adeemsa seera baasuu, sirna hordoffiifi to'annoo, hojii bakka bu'ummaa ummataa gaggeeffamuufi hojiilee riifoormii adda addaa hojjetamaa jiru ilaalchisee muuxannoo qaban qooduun, gurmaa'inaaleefi sochiiwwan waliigalaa akka Mana Marichaatti hojjetamaa jiranis daawwachiisaniiru.

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи