tgindex
𝑪𝑯𝑨𝑳𝑨 𝑨𝑪𝑬𝑫𝑨𝑴𝒀(𝑪𝑨)@𝒈𝒎𝒂𝒊𝒍.𝒄𝒐𝒎

𝑪𝑯𝑨𝑳𝑨 𝑨𝑪𝑬𝑫𝑨𝑴𝒀(𝑪𝑨)@𝒈𝒎𝒂𝒊𝒍.𝒄𝒐𝒎

Статистика

CAALUMAAFI

Последний пост
29 июл.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
22
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
212
−1 за 1 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
260
21 постов
Вовлечённость
122,6%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 22
Упоминаний
1
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
184
1/48двое суток
210
1/72трое суток
227

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • #Kutaa_6ffaa Bu'aan Qormaata Naannoo kutaa 6ffaa Naannoo Giddu Galeessa Itoophiyaa ifoome. Bara 2018 barattoota baayyinaan 88,927 ta'an qormaata kutaa 6ffaa Naannoo Giddu Galeessa Itoophiyaatti fudhatan keessaa 81.1% kan ta'aan qabxii darbiinsaa fiduun gara kutaa 7ffaa tti darbuun isaanii ibsame. Naannoo kanatti qabxiin darbiinsaa barattoota idilee 50% fi isaa ol yoo ta'u, qaama miidhamtootaaf ammoo 45% fi isaa oliidha. Manneen Barnootaa barattoota isaaniif qormaata kennan 1,839 keessaa 582 ykn 31.1% kan ta'aan barattoota isaanii guutummaa guutuutti kan dabarsan yoo ta'u, Manneen Barnootaa 10 ammoo barattoota homaayyuu akka hin dabarsine ibsameera Link kanaan ilaalaa :- http://ce6.ministry.et/ Join 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/Chalaabrahim67 https://t.me/Chalaabrahim67 Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/Chalaabrahim67 https://t.me/Chalaabrahim67

  • Naannoo Oromiyaatti Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 Ifoome. ---------- BBO - Adoolessa 15/2018 Naannoo Oromiyaatti Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sad. Giddu Galeessaa Kutaa 8ffaa Bara 2018 Waxabajjii 11 - 12/2018 Kennamee Ture Har'a Qabxiin Ibsameera. Haaluma kanaan, qabxiin darbiinsaa 50%fi ol kan galmeessisan yoo ta'u , barattotni 50%fi ol galmeessisanis 86.4% ta'uun beekameera. #Qabxii_Qormaataa ilaallachuuf #Liinkii asii gadii banaa! Jalqabaa:- ministry.et Ergaa tuqaxani boodaa Ok kan jedhuu tuqaa! Liinkii :- oromia.ministry.et #Itti_aansuun:- "Check My Result" kan jedhu banaa! dhumarratti, Bakka "Admission Number" jedhu lakk. keessan galchaa, Bakka" First Name" jedhu Maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan ilaaluu ni dandeessu. 💙Oromia Education Bureau 💠 💙Tolaa Bariisoo Gadaa 💠 | |📱Facebook |📱 WhatsApp |📱YouTube | |📱Telegram | | 🤖Bot | | Oromia Education Bureau 💠 @Chalaabrahim67# https://t.me/Chalaabrahim67

  • 𝙵𝚊𝚖𝚒𝚕𝚢 𝚋𝚊𝚐𝚊 𝚗𝚐𝚢𝚗 𝚠𝚊𝚕𝚒𝚝𝚝𝚒 𝚍𝚎𝚎𝚋𝚒𝚗𝚎! M̺y̺̺ f̺r̺i̺e̺n̺d'𝚜 w̺e̺l̺l̺ 𝚌𝚘𝚖𝚎 𝗻𝗴𝗻 𝗴𝗮𝗹𝘁𝗮𝗻𝗶𝗶?

  • Don't forget 🫵🏿🫵🏿Basic importance informations of exam

  • Mee dhaggeeffadhuuti hifzii rabbi nuhaa gargaaruu☝🏻☝🏻☝🏻🫵🏿🫵🏿🤲🏻🤲🏻🤲🏻🤲🏻 Don't forget to join https://t.me/Chalaabrahim67 https://t.me/Chalaabrahim67

  • Don't forget to join https://t.me/Chalaabrahim67@Chalaabrahim67

  • Join:https://t.me/Chalaabrahim67 https://t.me/Chalaabrahim67

  • Don't forget to join https://t.me/Chalaabrahim67

  • Don't forget to join 👇🏻https://t.me/Chalaabrahim67 https://t.me/Chalaabrahim67 @Chalaabrahim67

  • Share 4_5917920370689581410.pdf Entrance exam 2018 English

  • Math entrance exam 2018 Don't forget to join 👇🏿👇🏿👇🏿 https://t.me/Chalaabrahim67 https://t.me/Chalaabrahim67

  • What is the height of a building if it takes 4s for a ball to reach to the ground when it is thrown straight up from the top of the building with an initial velocity of 8m/s ? A. 32m B. 48m C. 24m D.16m Do it okay 👌!! Don't forget to join https://t.me/Chalaabrahim67 https://t.me/Chalaabrahim67

  • 25 июн.8751из gamtaabarattootaislaamaa

    As wr wb ODUU GAMMACHIISAA:Jiraattoota Magaalaa Galamsoo fi naannawa ishee hundaaf,Gamtaan Barattoota Islaamaa Mana Barumsa Hundee Sad.2ffaa Eebba(muhaadaraa) xumura Bara Barnootaa guyyaa Sanbata(sabtii) 20/10/2018A.L.H.Waan qabnuuf Hundi keessanuu akka nurraa hin hafneen dhaamsa Gamtaa Barattoota Islaamaatiim.

  • Channel name was changed to «𝑪𝑯𝑨𝑳𝑨 𝑨𝑪𝑬𝑫𝑨𝑴𝒀(𝑪𝑨)@𝒈𝒎𝒂𝒊𝒍.𝒄𝒐𝒎»

  • https://t.me/Chalaabrahim67 https://t.me/Chalaabrahim67

  • без подписи

  • #Kutaa_12ffaa Sagantaa Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa sagantaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 baaseera.   Bu'uura kanaanis; 👨‍💻 Karaa online «Computer-Based Testing (CBT)» barattoonni qormaata fudhatan marsaa jahaan qormaata isaanii kan fudhatan akka ta'e ibsameera.   Kanaanis marsaa 1ffaa hanga sadaffaatti barattoonni Saayinsii Uumamaa qormaata kan fudhatan yoo ta'u, marsaa arfaffaa hanga jahaffaatti ammoo barattoonni Saayinsii Hawaasaa qormaata ni fudhatu.   📄 Karaa waraqaa barattoota qormaata fudhataniif ammoo barattoonni Saayinsii Uumamaa marsaa sadaffaa irratti qormaata kan fudhatan yoo ta'u, barattoonni Saayinsii Hawaasaa ammoo marsaa arfaffaa irratti Yuunivarsiitii keessatti qormaata fudhatu. Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/Chalaabrahim67 https://t.me/Chalaabrahim67 Join 👇 👇 👇 👇 👇 👇 👇 https://t.me/Chalaabrahim67 https://t.me /Chalaabrahim67

  • 🅰kkam jirtu fydhaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaaa maali baddanii bar tension moo dubbisaatu isin bachiisee, ani teenshiniin na ajjeesuuf jedha isin hoo akkam akkam jabaadhaa rabbi nu haa gargaaruu! If Allah helps us, we will pass the exam inshallah.🫵🏿🫵🏿🫵🏿☝🏻☝🏻☝🏻🤲🏿🤲🏿 Don't forget to join https://t.me/Chalaabrahim67 https://t.me/Chalaabrahim67

  • без подписи

  • без подписи