GAMTAA BARATTOOTA ISLAAMAA M/B HUNDEE SAD.2FFAA GALAMSOO
СтатистикаYaadachiisaa:Namni Mislima tahe hundi 'GAMTAA BARATTOOTA Islaamaa' kana cinaa dandeeytii qabnu hundaan haa dhaabbannuu!!!
- Последний пост
- 11 авг.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 1
- Всего постов
- 22
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 21
- 1/48двое суток
- 24
- 1/72трое суток
- 25
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
«Maallaqa hin qabu, hiyyummaan na qore…» jettee gungumaa jirtaa? Garaa keetti gaddi gungumuu mannaa, mee har'a waan tokko godhi: Sa'aatii tokko qofa ramadii hospitaala mootummaa naannoo keetii jiru daawwadhu. Kutaalee yaalaa adda addaa seenii haala jiru hubadhu. Yeroo sanatti, maallaqa caalaa guutummaan fayyaa Allaah siif kenne hammam gatii jabaa fi waan madaalamne ta'uu isaa ni hubatta! Dureeyyiin qabeenya isaanii hunda yaalaaf fixanii, dhumarratti gargaarsa gaafatan meeqa argita. Fayyaan kee qabeenya kee isa guddaadha! Galanni Allaah haa ta'u! Alhamdulillah! እስኪ አንድ ቀን 1 ሰዓት መድብና ወደ አንድ የመንግስት ሆስፒታል የተለያዩ የሕክምና ክፍሎች ዘወር ዘወር በልና ተመለስ። ያኔ ከገንዘብ ይልቅ አላህ የሰጠህ ሙሉ ጤና፤ ምን ያክል በዋጋ የማይተመን እንደሆነ ትገነዘባለህ። አንዳንድ ጊዜ ባለሃብት የሚባሉ ሰዎች ጭምር፤ ያላቸውን ሃብት ሁሉ አሟጠው ለሕክምና ሲጠቀሙትና አንሷቸው እርዳታ ሲጠይቁ ታገኛለህ። ብዙ ብዙ ያ አኺ!
Naannoo Oromiyaatti Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 Ifoome. ---------- Adoolessa 15/2018 Naannoo Oromiyaatti Qormaatni Naannoo Xumura Barnoota Sad. Giddu Galeessaa Kutaa 8ffaa Bara 2018 Waxabajjii 11 - 12/2018 Kennamee Ture Har'a Qabxiin Ibsameera. Haaluma kanaan, qabxiin darbiinsaa 50%fi ol kan galmeessisan yoo ta'u , barattotni 50%fi ol galmeessisanis 86.4% ta'uun beekameera. #Qabxii_Qormaataa ilaallachuuf #Liinkii asii gadii banaa! Liinkii :- oromia.ministry.et #Itti_aansuun:- "Check My Result" kan jedhu banaa! dhumarratti, Bakka "Admission Number" jedhu lakk. keessan galchaa, Bakka" First Name" jedhu Maqaa keessan kan jalqabaa galchuun qabxii keessan ilaaluu ni dandeessu.
Barattootni_Qormaata_Kutaa_8ffaa Bara 2018 Darban Kan Bara 2017 Darban Irra Fooyya'insa 7.7% Agarsiise. BBO - Adoolessa 15/2018 Qabxii Qormaata Naannoo Xumura Barnoota Sad. Giddu Galeessaa Kutaa 8ffaa Fooyya'aa Dhufeen Walqabatee Darbiinsi Barattootaa Bara Baraan Dabalaa Dhufeera. Haaluma kana bu'uureeffachuun barattootni bara 2018 qormaata naannoo xumura barnoota sad. G/G kutaa 8ffaa fudhatan: #dhiira 214,965 #dubara 200,123 #walitti, 415,088 yoo ta'an, kan_darban: #dhiira - 189,938 (88.40%), #dubara - 168,781 (84.3%) #walitti - 358,719 (86.4%) gara kutaa 9ffaa darbaniiru. Bara 2017 Barattoota Qormaata Kutaa 8ffaa fudhatan: #dhiira - 251,120 #dubara - 237,338 #walitti - 488,458 #Kan_darban: #dhiira - 205,113 (81.7%) #dubara - 179,388 (75.6%) #walitti - 384,498 (78.7%) gara kutaa 9ffaa kan darban yoo ta'u, Bara 2016 Barattootni Qormaata Kutaa 8ffaa fudhatan: #dhiira - 266,238 #dubara - 273,636 #walitti - 539,874 Kan darban: #dhiira - 203,520 (%76.44) #dubara - 191,173 (69.86%) #walitti - 394,693 (%73.11) kan darban ta'uun ni yaadatama. Walumaagalatti fooyya'insi qabxii barattoota kutaa 8ffaa waggoota sadi keessatti walitti aansee (bara 2016, 2017fi 2018) galmaa'e bu'aa barachuu barattootaa fooyya'aa dhufe kan mirkaneesse ta'eera. Dhumarratti, #Bara 2016 barattootni 73.11% #bara 2017 barattootni 78.7%fi #bara 2018 barattootni 86.4% qormaata naannoo xumura barnoota sad. Giddu Galeessaa kutaa 8ffaa darbaniiru. Kanaafuu, qabxii barattootaa barabaraan fooyya'aa dhufeef #hundaa_ol_barsiisota keenya galateeffachaa, #maatiin barattootaa, #barattootni, caasaan barnootaa sadarkaan jiru, Gumiin Tiraansifoormeeshinii barnootaa(GTB)fi qaamni nageenyaa sadarkaan jiru hunduu milkaa'inni kun bu'aa keessan waan ta'eef Biiroon Barnootaa Oromiyaa isin galateeffateera. Galatoomaa! #Waan_nu_hordoftaniif_Galatoomaa! #share t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa
Hubachiisaa!📢🔔📝✨ Ashamaa harka fuunee akkam jirtu barattoonni Gamtaa Barattoota Habroo? Hundi keessanuu nagaya akka qabdan abdii qabna. Akkuma beekkamu HSU sagantaa baruu fi barsiisuu tan yeroo gannaa (summer) kennaa ture san eegaluuf waan deemuuf joolleen dhaabbata Barnoota Ol'aanoo (University) garagaraa irraa dhuftanii maatii keessan biratti yeroo boqonnaa (break) gaarii akka dabarsaa jirtan Abdii qabna,Asumaan Barattoonni University garagaraa irraa boqonnaaf gara maatii keessanii galtan hundi keessan hojii tola -Ooltumaa (volunteerism) tanarrati hirmaattanii obboloota keessaniif beekkumsaa fi muuxannoo qabdan irraa akka share gootaniif Gamtaan keenya HSU mana barumsa Hundee Sad. 2ffaa fi Biiroo Barnoota B/M Galamsoo waliin ta'uudhaan haala hunda mijjeessee isiin eegaa jiraa. kanaaf Iftaan Guyyaa Roobii /Arba'aa guyyaa 8/11/2018 or wed,July 15,2026 ganama 3:00 (local time )irraa eegalee haala baruu fi barsiisuu irratti marii bal'aa itti gaafatamtoota Waj/Bar/B/M/G wajjiin waan qabnuuf mana Barumsa Hundee Sad. 2ffaa keessati wal-haa agarruu isiniin ja'a gamtaan keessan (HSU) Kabajaa fi Jaalalaa wajjiin!!! ✍️ Adinan Nejash president of Habro Student Union Have a good night HABRO STUDENT UNION
As wr wb Telegraamni Nadhi haak tahe waan jiruuf, Dogongora uumamaeef dhiifama guddaa isin gaafanna???
As wr wb Telegraamni Nadhi haak tahe waan jiruuf, Dogongora uumamaeef dhiifama guddaa isin gaafanna???
без подписи
As wr wb Alhamdulillaah jaallan Baga Rabbiin ngyaafi Fayyaa fi Gammachuun walitti Nudeebise! #Jaallan amma nubiraa deemanis Rabbi Amrii hunda haa laaffisuuf! Aamiin!
Don't forget 🫵🏿🫵🏿Basic importance informations of exam
As wr wb Barattoota Islaamaa kan kutaa 12ffaa xumurtanii Qormaata seensa Yunivarsitii(UEE) qoramuu deemtan maraaf:-Kitaabota qaceelchaa(reference) asiin dura fayyadamaa turtanii asiin booda garuu isin hin fayyanne Dhaloota ykn barattoota keenya kan nuboodaan dhufan rakkoon kitaabaa akka hin mudanneef,Hundi keessanuu kitaabota qabdan Gamtaa Barattoota islaamaatiif gumaachitanii akka Dhaloota dhufuuf dabarsitan Isin yaadachiifna. #Dabalataanis gochi kun kennaa yaatuu(sadaqatul-jaariyaa) waan isinii tahuuf itti hirmaadhaan dhaamsa keenya. ##Namni kitaabni kun itti kennamus:- 1 Riyaad Saanii(Itti Gaafatamaa Faayinaansii G/B/Islaamaa)Lakk.Bil.0966864652 €€Waan Isin Dubbiftan keessallee barakhaa Rabbi isiniif haa kaayu, Tan isin Guuttan hundi Deebisaa haa taatu! Gootota Bara Barnootaa 2018E.C keessatti Rabbi Isin haa Galmeessu!!! Aamiin!!!
без подписи
💎Biology 2018 First Round Entrance Exam 🆕Modified With Quality 📱 Join : @QesemAcademy
Barattoota M/B Hundee kutaa 12ffaa Natural fi Social hundaaf guyyaa boruu jechuun 27/1/2018 ganama irraa 2;00 irraa eegalee orientationiin waan kennamuuf barataan tokkolleen osoo hin hafiin sa'aa kabajuun mooraa M/B Hundee sad 2ffaatti akka argamtan cimsinee isin beeksifna.
📭 2018 Biology First Round ESSLCE Questions !!! 📕Answer + Explanation JOIN US 👇🏿👇🏿 https://t.me/qubeeacademy https://t.me/qubeeacademy
Biology kanas dalaga
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи