Qaroo Waamaraa
СтатистикаYoom AGS. Akkan taanes; akka taanus taaneerra! akki ta'uu qabnu si'achi. Akka ta'uu qabdu ta'uuf akka taatu ta'i. Kana ta'uufis Qaroo Waamaraa qabaadhu. Galmi keenya boruu guddaa-dha. Masaraa jabaas ijaaraa jirra. As-goraa!
- Последний пост
- 13 авг.
- Последнее чтение
- 14 авг.
- Постов за неделю
- 23
- Всего постов
- 53
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 1 166
- 1/48двое суток
- 1 493
- 1/72трое суток
- 1 610
Медиана по постам, которые мы застали свежими и померили через сутки.
Посты
Abdii hin kutiin! OROMO Lolli cimaan loltoota ciccimoo Ta'aniif kennama
Walaloo Sirba Caalaa Bultume – MAASTAR PILAANII 🎶🎤 Walgahaa Oromootaa Wirtuu Maccaaf Tuulamaa Finfinnee biyya Tufaa Akkamiin gurguramaa? Didi maaliif godaantaa? Godaanis yoo jedhanii Ajjeesii irratti du'i Lafa kee hin lakkisinii! Finfinnee haadha seenaa Ati nuuf qaroo teenyaa Lafa aadaa fi seenaa Galma keenya ganamaa Gaaddisa tumaa seeraa Heera Caffee Tuulamaa Dhiigumaan si tiksina Nutis kaane tokkummaan Kan biyya saaf wareegamu Booree baafata ilmii Guddifachaan as galee Maaf nutti ta'a silmii? Gudeedaan hin dhalanne Kanaaf saba ugguraa Osoo Oromoo ta'ee Maaliif biyya gurguraa? 🎸🎤🎬🥁🎹🎼 Dadammaqi lakkii Oromoo Bahaaf dhihaan walitti dhaamii Amantiif kutaan wal hin qoqqoodin Biyya si dhuunfatte alagaanii (×2) Oromiyaa biyya koo Meeqatu siif kitimamee? Dhiigaan si tiksuuf jecha Meeqatu bahee dhabamee? Seenaa guddaa hin daganne Sirraa qabna Finfinnee Kanaafi garaan keenya Yoomuu kan si hin daganne Dachee seena-qabeettii Haadha gootota kumaa Qe'een Tufaa Munaa (Habeebee) Kan Guddataa Araddoo Maaf diinaan dhuunfatamaa? Qe'ee Guutoo Wasarbii Qe'ee Qajeelaa Dooyyoo Badhoo Dachaas fa'a ture Kan gadi hin jenne roorroo Finfinnee dubbadhu mee Kan nyaatte Sooraa Loomee Goonni Guraaraa Lataa Sirratti fannifamee Bara Waaree Gololee Keenya turte Gullalleen Bara Daalacha Waamii Biyyi yoom gurguramee? 🎸🎤🎬🥁%;">🎼 "Maastar Pilaanii" jedhanii Sanyii si duguuguuf malanii Oromummaa keenya Qofaan tokko taanee Diinaan falmina ol kaanee! (×2) Dhukaasaa boombii Haleeli bergeedinini Duubatti hin deebi'u Yoomuu jajjabeenii Karaa goonni baase Gootummatu beekaa Abdii sabaati Hunduu suma eegaa Maalitti beekti gadheen Lafa dhiirri ooluu Akka goonni ajjeesee Foon allaattii sooruu... (×2) Haalli ishiin daangessu Dhiiraa dubartummaan Eenyutu nu dhoowwa? Beenu dhaqnee falminaan! 🎸🎤🎬🥁🎹🎼 #Ol_kaasi_malee Seene ol darbe, diinni mana kee seene Ajjeesii dibadhu, diina biyya kee seene! Hin fudhannu, hin simannu Maastar Pilaanii Biyya lama hin taatu Oromiyaani! #Dhaaddadhu_malee Seene unkuraa goonni, Oromoon teenyee Ajjeesii dibadhu, diina biyya kee seene! Injifannoo, injifannoo jedhe gaggarmaamee Goonni Oromiyaarratti wal waamee Laal akkatti bareeddu hidhannoon Dhiira mudhii gootaa Koottuu loli, manatti hin hafin Maal manaa gootaa? Jajjabduu akka sibiilaa WBO yaa gooftaa diinaa Hin rafin naa dhaqqabi jedhiinii Sabni kee siif hiriiraa Mamandiidee laftis bari'uu geecchee Lammiin lammiif dhaamee Gadaan bilisummaadhaa WBO'n bosonaa galma Hayyuuf beekaa qabna kan sabaaf yaadu Doorsifni alagaan hin taatuu Ajjees irra ejjedhu Diina kees akka gumaan baatuu Jaallan kufanis hin gannu gumaa isaanii Hin lolla muraasani, kutaani, cibraadhani, sagliidhanii Jabeeffadhu kilaashii kee, sitti bu'e bakkasaanii! Sirbi Chala Bultume "Maastar Pilaanii" jedhu kun, qabsoo fi diina irratti lola akkaataa bifa faaruu gootummaatiin dhiyeessa. barichatti onnees nutti uumeera. jiraadhu gameessa gaafa roorroo! ╔════════════╗ #Qaroo_Waamaraa 💌 ╚════════════╝ https://t.me/ForAllthingsEye
Akka baraa hin bulani An sagaleekee dhaga'e Tasaa akkan sin dhabne Garaa kootu anaan na'e Gurree mannishee fullee Garbuu balbala facaasu Amma utuu ati dhuftee An nan amanaa; naasu Harka koof harka kee Eenyu walitti hin qabne Kan walitti qabetu ana Akka qalbiinkoo cabne
Yoo dubbatan dubbii qaba Yoo callisan murtii dhaba Silaa. Gaafa Ture gaafa bule Akka baraa akka garaa Keessa ofii Gola ofii Maaltu namaa baraa? Warqittiif
Utuun cabiin okkolaa Na hiixadha si qabuuf Utuun dukkubiin aadaa Nan abdadha fayyuuf Utuun beekiin fiigaa Nan joora siin arguuf Utuun citiin dhiigaa Nan hawwa si baruuf
Namni sirriin yeroo badaa keessatti si dhiisee hin deemu. Garuu Namoonni miidhamaa jiraatan gosa afurtu jiru! ❶ Namoota namaaf yaadan ❷ Namoota garaa namaaf laafan ❸ Namoota nama Amanan ❹ Namoota nama jaallatan
Dhukkuba yaada keef Qorichi fayyisu suma Hawwii si argachuuf Qalbiin-koo wal tuma Isa qalbiikoo qollofe Eessa keesse furtuu Si obsuu dandeenye Maaf daftee dhuftuu Warqittii
без подписи
Lubbuun namaa naaf ba'aa? Utuu inni uummataaf Qabsaa'u jiruu? Utuu Mootummaan biyya bulchu jiruu? Eessa Jiruu? Eessa jirtuu?😭
Gaaffii deebii qabne Si gaafachuuf yaalee Dur Xinnoon si se'a Ciminakee naa galee Bareedni amala kee Walakka onnee kooti Utuu ani hin beekiin Natti taate mootii "Jaalalli hunda caalaa nama miidhu; jaalala utuu hin beekamiin yookaan utuu deebii hin argatiin hafedha."
Utuu onneen koo dubbachuu danda’ee, maqaa kee qofa irra deddeebi’ee waama. Situ keessa jira waan ta'eef 💔 as gidduu jirta. Warqittii🖤
Natti himi jennaan, “Sitti hin himu” jette; Yoo jechi si rakkise, Ija keetiin natti himi Ana qalbiin na lakkise Ani waan onneenkee jedhu Nan hubadha kumasaa Godaannisi jechoota kee Maal ta'aa; dhumnisaa? Warqittii
Si jaallachuun koo filannoo miti; Tasa onneen koo ofumaan si filate. Ida'ama naamusa kee fi amala keeti.
Hin didiin dubbattee Madaa kootti buuta! Utuu ati na hubattee Hir'uun koo in guuta 🖤koof!
без подписи
SIN YAADE JENNAAN NAN YAADIIN JETTE Sin yaade jennaan “Nan yaadiin” jette Maqaa kee waameen “Nan waamiin” jette Halkan keessa si yaadee Urjiiwwan lakkaa’aa Ati fagoo jiraattus Onneenkoo si yaadaa “Si barbaade” jennaan “Nan barbaadin” jette Garuu turtiima keessaa Jaalallikee na bitte! “Si jaalladhe” jennaan “Nan jaallatiin” jette Arrabnikee Ol jedhee Lapheenkee na gatte Ani calliseen silaalee, Fuula kee irraa dubbisa Jechoota ati dhoksiteen Ijakee keessaa mul'isa “Si barbaade” jennaan “Nan barbaadin” jette Garuu halkan guutuu Abjuun waa naan jette Sin yaade jennaan “Nan yaadiin” jette Garuu yeroo ani callisu Qalbiinkoo siif hollatte. Jaalalli keenyis akkana Jechootaan hin madaalamu Ati “nan yaadiin” jettus Si yaaduu dhiisuu danda'u Onneenkoo na dagatuu Jechoota kee guyyaa guyyaa Utuun si yaaduu du'umoo Mee Maal naa wayyaa? Sin yaade jennaan Ati “nan yaadiin” jette Garuu ani nan beeka IJI koo Si malee Jette! Warqittiif💔💯G ╔════════════╗ #Qaroo_Waamaraa 💌 ╚════════════╝ https://t.me/ForAllthingsEye
Maaltu aarsee? Maarree yoon si jaalle Hundumaa caalchisee Siif kufee yoon ka'es Orma Maaltu Aarsee? Warqittiif
Maaliif wal sodaanna Silaa wal jaalannaa Ifa baasuu baannus Maddii maddii deemnee Inuma haasofna Eenyumayyuu caalaa Waliif ni dhiphanna Sagalee waliin dhaga'in Buluuf ni rakkanna Kanarra maal eegna Dhugaa walitti Himnee Akka taane taana Warqeekoo jedhuu Warkee ishee Gurraattii Onneen si jaalatte Aardii guutuu burraaqxii
Muka Jal'aa..... Jiraachuu utuu fedhuu Jireenya qananii Bara dhibba-bara kuma Mukti qajeelaan, Muka jal'aan dhuma!
без подписи