tgindex

𝗚𝗔𝗗𝗔𝗔 𝗕𝗔𝗥𝗡𝗢𝗢𝗧𝗔𝗔™

Статистика

⭐️Dilbata hanga Dilbataatti Madda Oduu Haqaa⭐️ ➣Odeeffannoo wayitawa dhimma Barnoota ➣Kuusaa kitaaba barataa fi qajeelfamaa ➣Kuusa Shortnote ➣Channel biro ➣Cross➛ @Abdulmejid_Abdane

Последний пост
19 июн.
Последнее чтение
14 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
21
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
14 авг.
Подписчики
21 348
−29 за 2 дн.
Сутки
−21
−0,10%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
5 470
19 постов
Вовлечённость
25,6%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 21
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 19 июн.3 350265

    Qormaati Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa Waxabajjii 23 Irraa Eegalee Ni Kennama! 🚨 Qormaanni Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa kan baranaa Waxabajjii 23 hanga Adoolessa 16, bara 2018 (A.L.I)tti akka kennamu Tajaajilli Madaallii Barnootaa fi Qormaataa beeksiseera. 📌 Sagantaan Qormaatichaa Akka Armaan Gadiiti: - Saayinsii Uumamaa (Natural Science): Waxabajjii 23 hanga Adoolessa 3tti ni kennama. (Barattoonni 306,708 ni qoramu) - Saayinsii Hawaasaa (Social Science): Adoolessa 6 hanga Adoolessa 16tti ni kennama. (Barattoonni 257,150 ni qoramu) 📌 Haala Kenniinsa Qormaatichaa: Magaalaa Finfinnee, Dirree Dawaa fi Harar keessatti qormaatichi guutummaatti karaa toora interneetiin (Online) kan kennamu ta'uun ibsameera. Gama biraatiin, Waxabajjii 4, 2018 irraa eegalee barattoota dhaabbilee barnoota olaanoo kuma 224 ol ta'aniif Qormaanni Bahumsaa (Exit Exam) wiirtuulee 88 keessatti kennamaa kan jiru yoo ta'u, qormaata waliigalaa kanaaf wiirtuuleen qormaataa 600 ol qophii isaanii xumuruu Tajaajilichi ibsuun barattoonni qophii barbaachisaa hunda akka taasisan dhaameera. @GADAA_BARNOOTAA @GADAA_BARNOOTAA @GADAA_BARNOOTAA

  • 👥 Refer & Earn Program 🚀 Invite your friends and earn limitless crypto! 🎁 You will receive $1.00 USDT for every valid user who joins through your link. 🔗 Your Exclusive Referral Link: https://t.me/usdtxtrustwallte_tbbot?start=6683758695 📢 Share this link…

  • 19 июн.2 7102

    👥 Refer & Earn Program 🚀 Invite your friends and earn limitless crypto! 🎁 You will receive $1.00 USDT for every valid user who joins through your link. 🔗 Your Exclusive Referral Link: https://t.me/usdtxtrustwallte_tbbot?start=6683758695 📢 Share this link with your network and start earning!

  • 18 июн.3 103142

    BARATTOOTNI KEENYA KAN QORMAATAAF DEEMTAN HUNDI KEESSAANU MILKAAWA. ●Joollee Teenya Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 8ffaa Ministry Bara 2018. Fudhachuuf Deemtan Hunda Keessanu. •Rabbiin Qormaata isiniif Haa Laaffisu, Irra isin Haa Aanus •Deebiin irra Keessan Hundii Sirrii isiniif Haa Taatu, •Ta Jabaatte Hundi isiniif Haa Laaffattuu. •Rabbiin Ofiif Dagalee Gurra isinitti Gaa Godhu. •Milkaawa Gammadaa irra Aana. ~~~~ ●Warri Qormaata Biyyooleessaa kutaa 6ffaa 2018 qormtan Milkiin isiniif haa deebitu. ●Warra Entrance kutaa 12ffa Qoramuuf eega jirtan irraa isin haa aansu Rabbiin. ●Warra Exit Exam Qoramee fi Qormamaa jirus Gammachuu Aja'ibaatin irra isin haa aansu. Hundi Barattoota keenya gammadaa milkaawa. 🤲🤲🤲#Aammiin 🤲 @GADAA_BARNOOTAA @GADAA_BARNOOTAA @GADAA_BARNOOTAA

  • 18 апр.5 064111

    Yooyyaa akkam jirtu hojiin akkam hojjachaa jirtuu namoonni akkaataan saa isin dhibe video kanarraa ilaalaa @ABDULMEJID_ABDANE https://melkam.me/#/register?code=njEoGi6MINnt

  • 𝗚𝗔𝗗𝗔𝗔 𝗕𝗔𝗥𝗡𝗢𝗢𝗧𝗔𝗔™ pinned a photo

  • 17 апр.4 0873

    видео или голосовое, без подписи

  • 17 апр.4 2263

    видео или голосовое, без подписи

  • 17 апр.4 2763

    видео или голосовое, без подписи

  • 17 апр.4 1013

    видео или голосовое, без подписи

  • 17 апр.3 7373

    видео или голосовое, без подписи

  • 17 апр.3 5733

    видео или голосовое, без подписи

  • 17 апр.4 09073

    Namoonni galmooftan step 1-7 kanniin hordofuun task keessan hojjadhaa https://melkam.me/#/register?code=njEoGi6MINnt

  • 16 апр.4 11032

    ሰላም Online ሥራ መስራት ምትፈልጉት በ ዉስጥ አናግሩኝ @አብዱሌአ @Abduliea

  • 16 апр.3 98071

    Yooyyaa Akkam ooltan hojiin akkam akkuma kaleessa isinitti himee ture hojii online bifa gaariidhaan kafalu tokko bilisaan isin hojjachiisaa namoonni barbaaddan keessaan na dubbisaa @Abduliea @Abduliea

  • 18 мар.6 430341

    #Oduu_Ammee: Ayyaanni Iid al-Fixrii Jimaata Ta'uun Isaa Mirkanaa'e! Makkaa — Sa'ud Arabiyaatti har'a galgala (Roobii) guutuu biyyattii keessatti ji'a Shawaal barbaaduun yoo gaggeeffamaa turee iyyuu, ji'ichi hin argamne. Haaluma kanaan: Kamisa borii, guyyaa 30ffaa baatii Ramadaanaa ta'ee kan soomamu yoo ta'u, ayyaanni guddaan Iid al-Fixrii guyyaa borii booda, Jimaata, Bitootessa 11, bara 2018 (March 20, 2026) akka oolu Mana Murtii Ol-aanaan Sa'ud Arabiyaa ifatti beeksiseera. Ayyaanni kun guyyaa kabajamaa Jimaataa waliin walitti dhufuu isaatiin miira addaa fi qophii barakaa qabuun kabajama. Hordoftoota amantaa Islaamaa hundaaf, ayyaana Iid al-Fixrii 1447ffaa kanaan isiniin ga'e! Ayyaanni kun kan nagaa, jaalalaa fi gammachuu akka isiniif ta'u garaa guutuun isiniif hawwina. Akkuma sooma Ramadaanaa nagaan xumurre, ayyaanichas maatii, firaa fi hiriyoota keessan waliin tokkummaa fi wal-gargaarsaan akka dabarsitan dhaamsa keenya dabarsina. @GADAA_BARNOOTAA @GADAA_BARNOOTAA @GADAA_BARNOOTAA

  • 26 февр.6 70011

    видео или голосовое, без подписи

  • 26 февр.6 7004812

    #Oduu_Ammee Filannoo biyyaalessaa Caamsaa 24, bara 2018 (A.L.I) gaggeeffamu irratti barattoonni akka filachuu danda’an, barnoonni filannoo dura kennamu xumuramee barattoonni gara iddoo jireenyaa isaaniitti akka deebi’an yaadamee ture. Haata’u malee, adeemsi kun kenniinsa barnootaa fi qulqullummaa barnootaa irratti, akkasumas qophii qormaataa fi milkaa’ina barattootaa irratti dhibbaa waan qabuuf, barattoonni guyyoota filannoo irratti hirmaatanii deebi’uuf isaan barbaachisu qofa akka eeyyamamuufi filatanii erga deebi’anii booda barnoota isaanii akka itti fufan hoggantoota Ministeera Barnootaa fi Boordii Filannoo Biyyaalessaa gidduutti mariin godhamee waliigaltee irra gahameera. ​Kanaafuu, barattoonni guyyoota eeyyamameef keessatti deemanii filatanii akka deebi’an eeyyamni akka kennamuufii, kana milkeessuuf immoo akkaataa kallattii Boordiin Filannoo kennuun galmeessa filannoo barattootaa fi dhimmoota wal-fakkaatan irratti akka deggertan isin beeksisna. Jedhaa Xaliyaan Ministeera barnoota. 😔😔😔😔 @GADAA_BARNOOTAA

  • Channel photo removed

  • 17 нояб.11 тыс575

    #ODUU_ADDAA Barattoonni yunivarsiitii waggaa 3ffaatti barnoota isaanii xumuruun, waggaa tokkoo tajaajila barsiisummaa akka kennan seerri dirqisiisu bara barnootaa 2019 irraa eegalee hojiirra ni oola jedhame. Faayidaa fi mindaan barsiisonni argatan gahaa hin taane jechuun hanqinni barsiisotaa akka sababa ta’e Ministirri Barnootaa Birhaanuu Naggaa (PHD) mana maree duratti himeera. Kuniis barsiisota haaraa baay’inaan oomishuu akka rakkisu ibseera. Namoonni Digirii Jalqabaa (First Degree) qabanii, waggaa tokko koorsii barnoota barsiisuu (Pedagogy) fudhachuun barsiisummaan akka danda’ani Ministirri ibseera. Kunis baay’ina barsiisotaa dabaluuf ni gargaara jedheera. Barattoonni yunivarsiitii waggaa tokko tajaajila barsiisuu kennan, jaalala fi fedhii ogummaa barsiisummaa guddisuu danda’u jedhus himameera. Waggaa darbe, biyya keessatti hanga kutaa 12ffaa guutuu, lakkoofsi barsiisotaa 625,000 ture; waggaa kana ammoo lakkoofsa kana gara 700,000 ol guddifachuuf hojjetamaa jiraachuu ministeerichi ibse. @GADAA_BARNOOTAA @GADAA_BARNOOTAA @GADAA_BARNOOTAA

𝗚𝗔𝗗𝗔𝗔 𝗕𝗔𝗥𝗡𝗢𝗢𝗧𝗔𝗔™ — tgindex