- Последний пост
- 8 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 22
- Тип
- открытый
- Язык
- und
- В каталоге с
- 14 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 23
- 1/48двое суток
- 26
- 1/72трое суток
- 28
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
أسباب دخول الجنة 1- التوحيد والإخلاص Towhiida/Rabbi tokkichomsuu. 2- الإنفاق في سبيل الله. Karaa Rabbii keessatti kennatuu 3- الخلق الحسن. Aklaaqa gaarii 4. الإصلاح والإحسان إلى الناس. Namatti Tola ooluu 5- إماطة الأذى عن الطريق. Waan nama dararu karaa irraa maysuu 6- محبة المؤمنين في الله. Muumintoota jaallattuu 7- الحياء. Qaanfii 8- ذكر الله تعالى. Yaadannoo Rabbii 9- الإحسان إلى الجار. Ollaaf Toluu 10- شكر الله على نعمه. Rabbiif galata galchuu 11- كثرة السجود. Sujuuda baayisuu 12- التواضع لله. Of-gadi qabuu 13- صلة الرحم. Rahima maxxanfatuu 14- بر الوالدين. Haadhaa fi abbaaf tola òluu 15- قراءة القرآن والعمل به Qur'aana qara'uu fi itti hojachuu 16- الأمر بالمعروف والنهي عن المنكر. Toltuutti nama ajajuu fi hamtuu irraa nama dhoorkuu 17- الرفق بالحيوان. Bineensootaaf Rifatuu(toluufii) 18- الذكر عقب الصلوات. Salaata shanan booda Rabbi zakkaruu 19- طاعة الرسول صلى الله عليه وسلم Rasuula qaalii godhuu. 20- الصبر. Obsuu 21- الصدق. Dhugaa dubbatuu 22- المحافظة على الصلوات الخمس. Salaata shanan tikfatuu 23- عيادة المريض. Dhukubsataa gaafatuu 24- الدعاء. Rabbi kadhatuu 25- إفشاء السلام وإطعام المساكين. Salaamtaa facaasuu fi nomoota harka qalleeyyii nyaachisuu 26- تعلم القرآن وتعليمه Qur'aana baratuu fi barsiisuu 27- الصلاة على النبي صلى الله عليه وسلم. Nabiirratti salawaata buusuu (SAW) 28- التعاون على البر والتقوى. Waliif gargaaruu Toltuu fi sodaa Rabbiirratti 29- الدعوة إلى الله. Karaa Rabbiitti nama waamuu 30- حسن الظن بالله تعالى Rabbitti zannii toluu انشرها لتكون صدقة جارية لك. Share godhaa akka sadaqaa jaariyaa isiniif taatuuf https://t.me/GNPGP
Sunnaawwan Gaa'ilaa keessaa: 1. Dubarti Umuriin isii guddatte fuudhuun sunnaadha. 2. Dubartii hiikamte fuudhuun sunnaadha. 3. Dubartii abbaan manaa irraa du'e fuudhuun sunnaadha. 4. Dubartoota hojii mana keessaa, kan akka nyaata qopheessuu, mana qulqulleessuu, uffata dhiquu fi kkf, gargaaruun sunnaadha. 5. Yeroo nyaataa haadha manaa kee gurshuun(nyaachisuun) sunnaadha. 6. Jaalala, dinqisiifannaa fi ulfina isiif qabdu jechootaan ibsuun sunnaadha. 7. Dogoggora isii dhiisuufiin sunnaadha. 8. Haadha manaa keetiif bareedee mul'achuun sunnaadha. 9. Miira haadha manaa keetii beekuuf yaaluun sunnaadha. 10. Haadha manaa kee waliin taphachuu fi yeroo gaarii walii wajjiin boqonnaa gochuun sunnaadha. (Dorgommii faa, oduu himuu, muuxannoo gammachiisaa ishee waliin dubbachuun) sunnaadha. 11. Miila haadha manaa keetii irra ciisuu fi boqochuun sunnaadha. 12. Haadha manaa kee maqaa gaariin yaamuun sunnaadha. 13. Dhimma dhuunfaa (Iccitii) isii nama biraa irra dhoksuun sunnaadha. 14. Warra isiidhaa jaallachuu fi kabajuun sunnaadha. 15. Yeroo isiin gadditu jajjabeessuun sunnaadha. Fakkeenya hedduuf kan nuuf ta'an Ergamaan Rabbiiti (S.A.W.) haadha manaa isaanii wajjin ni taphatu, yeroo gaarii walin dabarsu turan, yeroo tokko tokko immoo dorgommii fi fiigichaan wal , Rabbiin (S.A.W) sunnaawwan kana hunda kan hordofnu nu haa taasisu. Kan hin fuudhiniif immoo haadha manaa gaarii tan hin Heeruminiif Ammoo Abbaa manaa gaarii nuuf haa kennu. Hunda caalaa Rabbiin beekaadha. 👉by Seyfedin Ebrahim وشكرا share hiri
58- الذبح لغير الله عز وجل ✍ Rabbii jabaatee guddateef malee waan birootiif waa goorra'uu59- فيمن ادعى إلى غير أبيه وهو يعلم ✍ Osomaa beekan maqaa Abbaa birootiin waamamuu60- الجدال والمراء واللدد ✍ Mormii /morkii /falmii soba 61- منع فضل الماء ✍ Bishaan namarraa hafu nama biroo dhoowwachuu 62- نقص الكيل والذراع والميزان ✍ Kiiloo, Ciqilee fi Madaala keessatti yeroo namaa kennan waa hirdhisuu 63- الأمن من مكر الله ✍ Mala Rabbii amanuu homaa nun godhu jedhanii 64- أذية أولياء الله ✍ Jaalalloowwan Rabbii miidhuu 65- تارك الجماعة فيصلي وحده بغير عذر ✍ Uzriin malee Salaata Jamaa'aa irraa hafanii kophaa sagaduu 66- الإصرار على ترك صلاة الجمعة والجماعة من غير عذر ✍ Salaata Jama'aa irraa hafuu heddummeessuu fi Jum'aa irraa Uzriin /hayyama Shari'aan Islaamaa gooteen malee hafuu irra turuu 67- الإضرار بالوصية ✍ Dhaamsa namni du'e dhaamate miidhuu hojii irra oolchuufii dhabuu Ykn dhaamsa dhaamatan keessatti miidhaa hojjechuu 68- المكر والخديعة ✍ Mala badaa fi ganuu barachuu 69- من جس على المسلمين ودل على عوراتهم ✍ Muslimtoota basaasuu fi Awraa/iccitii isaanii irratti nama qajeelchuu 70- سب أحد من الصحابة رضوان الله عليهم أجمعين ✍ Sahaabaa Ergamaa Rabbii 💖ﷺ💖 kamuu keessaa arrabsuu• احذروا.. 🤏 Kun hundinuu cubbuu gurguddaa nama halaakan/balleessaniidha of yaadachiisa Irraas fagaadhaa وحذروا أحبتكم منها Cubbuulee kanneen irraas hiriyoota keessan baqachiisaa/akeekkachiisaa أعاذنا الله وإياكم منها Rabbiin hunduma keenyaa isaa irraa nuhaa baraaru ربما أحدنا يرتكب بعضها بغير قصد Tarii osomaa hin beekin tokkoon keenya garii isaa hojjechuun ni mala فالحذر الحذر يا عباد الله ⚠️👁👁 Kanaafuu of haa eegnu yaa Gabroota Rabbii إذا أهملت الصلاة، ☪ Salaataaf dantaa yoo dhabde, وهجرت القرآن، ☪ Qur’aanaan yoo oodde, وغفلت عن ذكر الله، ☪ Zikrii/yaadannoo Rabbii irraa yoo laafte, فانتظر ➡️ kanneen arguuf teessaa eegi 👇🏿 🤏الهم،😮💨 Yaada, 🤏والغم،😉 Dhiphina, 🤏والحُزن، 🥲 Rifaatuun, 🤏والكدر، 😏 Rakkoo, 🤏والقلق؛💔😱 Sodaa; لأن ذكر الله أمان، 🥰🤙 ☪ Zikriin/yaadannoon Rabbii nageenya waan ta'eef, والغفلة عنه خذلان،☺️👎 Gaflaan\laaffachuun xiqqeenya waan ta'eef هناك حقيقتان: ✌️ Dhugaan jirtu 2 : 👇🏿 ١- ❞ٱلَّذِينَ ءَامَنُواْ وَتَطۡمَئِنُّ قُلُوبُهُم بِذِكۡرِ ٱللَّهِۗ أَلَا بِذِكۡرِ ٱللَّهِ تَطۡمَئِنُّ ٱلۡقُلُوبُ❝،🌸 ☪ Isaan warra amananii, 𝐎nneen isaanii zikrii Rabbiitiin tasgabbooftuudha; Dhaga’aa! zikrii (faaruu) Rabbiitiin 𝐎nneen🫀 ni tasgabboofti. ((Suurat Al-Ra'ad: 28 )) fi ٢-❞وَمَنۡ أَعۡرَضَ عَن ذِكۡرِي فَإِنَّ لَهُۥ مَعِيشَةٗ ضَنكٗا وَنَحۡشُرُهُۥ يَوۡمَ ٱلۡقِيَٰمَةِ أَعۡمَىٰ❝، ❝Namni yaadannoo (Qur’aana) kiyya irraa garagale, dhugumatti, isaaf jireenya dhiphoo ta’etu jira; Guyyaa Qiyaamaas jaamaa😵 goonee isa kaafna•❞ ((Suurat Xaahaa: 124 )) اللهم أعنّا على ذكرك، وشُكرك، وحُسن عبادتك ☪ Yaa Allaah yaadannoo kee irratti, ammas sigalateeffachuu fi ibaadaa kee bareechu/tolchuu irratti nugargaari• آميـــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــــن♥️ 👇 ╔══════🔹🔹🔹══════╗ 👉🔹 by seyfedin 🔹Ebrahim 🔹👈 ╚══════🔹🔹🔹══════╝ ╔══════🔹🔹🔹══════╗ 📤🔹šhãrê & hìrì وَشُكْـراً🔹📤 ╚══════🔹🔹🔹══════╝ 💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯 💯💯https://t.me/GNPGP 💯💯 💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯💯
GARTUU DHIIGAA FII AMALOOTA NAMAA.! 📈#Qorannoon baayyee cimaa fi gad-fagoo tahe jiraachuu baatus gartuun dhiigaa fi amalli namaa hariiroo akka qabu ni dubbatama! Haa ta'uu Malee Qorannoo dhigaa tasisuun gartuu dhigaa kenyaa bekuun fayyidaa Heduu qabaa. 🔰#Gosotaa dhigaa ✍️1.Namni dhigni isaa A+ tahe √kan kannuf- A+, AB+ √Kan irra fudhatu- A+, A-, O+, O- ✍️2.Namni dhiigni isaa O+ tahe √kan kannuf- O+, A+, B+, AB+ √Kan irra fudhatu- O+, O- ✍️3.Namni dhiigni isaa B+ tahe √kan kannuf- B+, AB+ √Kan irra fudhatu- B+, B-, O+, O- ✍️4.Namni dhiigni isaa AB+ tahe √kan kannuf- AB+ qofaa √Kan irra fudhatu- Gosa dhiigaa hunda irraa fudhatu nii danda’aa. ✍️5.Namni dhiigni isaa A- tahe √kan kannuf- A+, A-, AB+, AB- √Kan irra fudhatu- A-, O- ✍️6.Namni dhiigni isaa O- tahe. √kan kannuf- gosa dhiigaa hundaaf ni kenna √Kan irra fudhatu O- qofaa ✍️7.Namni dhiigni isaa B- tahe √kan kannuf- B+, B-, AB+, AB- √Kan irra fudhatu- B-, O- ✍️8.Namni dhiigni isaa AB- tahe √kan kannuf- AB+, AB- √Kan irra fudhat- AB-, A-, B-, O- irraa fudhatuu ni danda’a ♻️#Amaloota gosotaa dhiigaa ✔️#Gartuu dhiiga A Namoonni kun 👉cimoodha 👉gadi fageenyaan yaaduu 👉kalaqaan beekamu 👉hojjii kan jaallatanii fi 👉nagaa barbaadu 👉amanamoodha 👉hojjii kamuu tartiiban akkasumaas qulqullinaa fi yeroo tokkotti hojjii tokko duwwaa hojjachuu filatu 👉 waan sirrii qofa hojjachuuf dhama'u. 🔱Amalli badaan isaanii waanuma xiqqoof dhiphachuu fi waan hunduu sirrii akka ta'u barbaadu! ✔️#Gartuu dhiiga B Namoonni kun 👉hojjii kalaqaan beekamu 👉waan karoorsanii amma galmaan gahanitti hin dhisan. 👉 yeroo tokkotti waan hunda dhiisanii wanta tokko duwwaa irratti xiyyeeffatu! 👉hawaasummaa cimsuu Jalatuu 👉Amala namaa yaaduu fi nama hubachuu qabu! 🔱Rakkoon isaani immoo of jaallachuu, jijjiiramuu, maal naa dhibee fi balleessaa namaaf irraa kan hin darbinedhaa.! ✔️#Gartuu dhiigaa AB Namoonni kun makaa A fi B ti. Amalli isaaniis 👉 namaf yaaduu 👉Nagaa buusuu 👉 namaan walii galu 👉amanamummaa fii namaa kununsuu jalatuu 👉Namoonni kun sammuu cimaa fi dandeettii waa yaaduu cimaa qabu 👉kaayyoo ofiif namoota cichaniidha. 🔱Rakkoon Jaraa kanaa imoo Hanqinaa waa irranfaachu fii waa murteesuu dadhabuu qabu.! ✔️#Gartuu dhiiga O 👉Namoonni kun dandeettii gaggeessummaa cimaa kan qabaniidha 👉ofitti amanoodha 👉waan xiqqqoon warra hin qabamneedha! 👉arjummaa qabu 👉namaaf gaarii yaaduu nii jaallatu! 👉amanamuumma qabu 👉abdiidhaan kan guutamanidha 👉waan haaraa dafanii baru, 👉ejjennoo cimaas qabu! 🔱Rakkoon Jarra kana imo hinaaffaa, of jajuu, of jaallachuu fi kiyya malee jechus qabu! 🗣#Hubachiisa Gartuu dhigaa kenyaa addan basnee bekuun Fayya kenyaaf fayyidaa waan qabuf Gartuu dhigaa kessani bekaa.!! Fayyaa Qabaadhaa https://t.me/GNPGP
﷽ ﴿ إِنَّ اللَّــــــهَ وَمَلَائِڪَتَهُ يُصَلُّـونَ عَلَـى النَّبِـيِّ يَا أَيُّهَـا الَّذِيـنَ ءَامَنُـواْ صَلُّـوا عَلَيْـهِ وَسَلِّمُـوا تَسْلِيمًـا ﴾🩷
❤️ Jaalallee irraa adda bahuun akka qaawwa marfeen hafuura fudhachuutti ulfaata Qophumaan jabduun kan jaalalloon adda bahuudha 📚 Imaam al-Qushayriin jecha Suleymaan (a s) لأعذبنه عذابا شديدا ) (Dhugumatti adabbii cimaadhaan isa adaba.) "Adabbiin cimaan sun waan inni jaallatu irraa adda isa baasuudha" jedhe. 🌸 nam jaallatan irraa adda bahuun akka qaawwa marfeen hafuura fudhachuutti ulfaata 🎤 Ahbaab Jedhama Arabootaa keessaa inni bareedaan tokko: فقد الأحبة غربة 💔 Nabiyyichi keenya , Jaalalloo isaanii kabajamtuun haadha ilmaanii zabana aakiramtu Barri sun bara gaddaa jedhamee moggaafame 🌹 Haadha manaa hedduu fuudhanus isii dagachuh hin dandeenye 🌺 inumayyuu "Rabbiin haadha manaa Khadiijaa caaltu naaf hin kennine jedhu turan ilaamee 👉🏻 Nama biraa keessa nama hin barbaadin namni tokko bakka ofii isaa malee Bakka kan biraa guutuu hin danda'u https://t.me/GNPGP
*nama biraatiif share godhuu hin dagatin⭕️ *karoora Akka Qur'ana ittiin katamuu/Buusuu dandeesu Ramadana kana, Kan akkaan si fayyadu in sha Allah.*🌟 □ Juza 30 Guyyaa 30 keessatti Xumuruuf karoora kana fayyadami👇🏼 Salaata subii booda/duratti : Fuula 4. Salaata Zuhrii Booda/duratti : Fuula 4. Salaata Asrii Booda/duratti Fuula 4. Salaata magriba Booda/Durati : Fuula 4. Salaata ishai booda/Durati : Fuula 4. □ *Karoora Qur'ana juuza 30 Guyyaa 15 Buusu dandeetu*👇🏼 Salaata Subii :*Fuula 8* Salaata Zuhrii :*Fuula 8* Salaata Asrii. :*Fuula 8* Salaata Magriba :*Fuula 8* Salaata ishai :*Fuula 8* □ *Karoora Qur'ana juuza 30 Guyyaa 12 Buusuu dandeetu*👇🏼 Salaata Subii. :*Fuula 10* Salaata Zuhuri :*Fuula 10* Salaata Asrii :*Fuula 10* Salaata Magriba :*Fuula 10* Salaata ishai :*Fuula 10* □ *Karoora Qur'ana juuza 30 Guyyaa 10 Buusu dandeetu*👇🏼 Salata Subii. :*Fuula 12* Salaata Zuhurii. :*Fuula 12* Salaata Asrii. :Fuula 12 Salaata Magriba. :*Fuula 12* Salaata ishai. :*Fuula 12* □ *Kun warra Hamileen isanii Akkaan Guddaati, Qur'ana juuza 30 Guyyaa 6 Buusu dandahan.*🥰👇🏼 Salaata Subii. :*Fuula 20* Salaata Zuhurii. :*Fuula 20* Salaata Asrii. :*Fuula 20* Salaata Magriba. :*Fuula 20* Salaata ishai. :*Fuula 20* ⚡ *Qur'ana juuza 30 Guyyaa 3 Masha ALLAh.*🤭👇🏼 1. Salata Subii Juuza 2 (Fuula 40) 2. Salaata Zuhrii Juuza 2 (Fuula 40) 3. Salaata Asrii Juuza 2 (Fuula 40) 4. Salaata Magriba Juuza 2 (Fuula 40) 5. Salaata ishai Juuza 2 (Fuula 40)🤍 *Ramadan Mubarak🌻 warra irraa fayyadamu Nuhaa godhu.*🤲_Hiriyoota Kee Kan jaallattuuf Qoodi Ajrii tee Rabbirra Eegadhu_💚 *Assalamualaikum warahmatullahi wabarakatu*👋🏻 🤗 🌹 🌹🌹🌹 🌹🌹🌹🌹 🌹🌹🌹🌹🌹 🌹🌹🌹🌹🌹🌹 🌹https://t.me/GNPGP 🌹 🌹🌹🌹🌹🌹🌹 🌹🌹🌹🌹🌹 🌿🌹🌹🌿 🌿🌿 🌿 🌿 🌿🌿 🌿 🌿🌿🌿 🌿 🌿🌿🌿🌿 🌿 🌿🌿🌿🌿 🌿 🌿🌿🌿🌿 🌿 🌿🌿🌿 🌿 🌿
Deebii 90: Erga Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) du’an booda ji’a Shan (5) turte duute. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 91: Zeeynabaan intalli Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) gara Madiinaa yoom godaante? Deebii 91: Hijraa irraa ganna lammaffaatti (2) ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 92: Ilmi Abbeera Kadiijaa kan gaafa Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) ergame Kadijaan bira geessite eenyu? Deebii 92: Waraqaa ilma Nowfil. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 93: Boojuu Banii Qureeyzaa keessaa intalli Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) lubbuu isaatif filate tami? Deebii 93: Rihaanaa intala Zeyid. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 94: Gaafa kam Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) ani Nabiyyiidha hin kijibu, ani ilma Abdulmuxxalibi jedhee dhaadate? Deebii 94: Gaafa duula Huneeyniiti. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 95: Jaartin Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) hedduu soomuu fi hedduu halkan dhabbatte salaatun tan beekkamtu tami? Deebii 95: Hafsaa intala Umar ilma kaxxaabi. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 96: Aayanni qur’aanaa erga Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) du’e booda buute tami? Deebii 96: Hin jirtu (wahyiin ni dhaabbatte). ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 97: Gurbaan warra ibiddaa Kan Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) qamisa isaaniitiin kafananii irratti salaatan eenyu? Deebii 97: Abdallah ilma Ubeyyi ilma Saluul (mataa munaafiqaa kan ta’e). ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 98: Intalli Rabbiin Rasuulaaf (Sallallaahu aleyhi wa sallam) nikaaya hidhe tami? Deebii 98: Zeeynabaa intala Jahshi. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 99: Jaartii Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) keessaa tan hin deenne tami? Deebii 99: Aa’isha intala Abbaa Bakriiti ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 100: Sahaabtichi ijaan Rasuula (Sallallaahu aleyhi wa sallam) hin argin eenyu? Deebii 100: Abdallah ilma ummi Maktuum Kan ballaa ture. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ https://t.me/GNPGP
Deebii 68: Ergamanii ganna kurnaffaa (10) du’a Kadiijaa booda Ramadaana keessa fuudhan. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 69: Intalli Zeeynabaan Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) deette, Tan Aliyyi fuudhe eennu? Deebii 69: Umaamaa intala Aabil-Aas ilma Rabii’aat. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 70: Ilmaan Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) lamaan Kan baatii ramadaana keessa du’an eenyu fa’a? Deebii 70: Ruqiyyaa fi Faaxumaa dha. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 71: Umriin Aa’ishaa gaafa Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) fuudhu meeqa? Deebii 71: Ganna Sagal (9) ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 72: Jaartin Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) Soowdan intalli Zam’aa yoom duute? Deebii 72: Ganna shantami afuritti (54), baati shawwaal, yeroo mootummaa Mu’aawiyaa keessa. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 73: Janaazaa Hafsaa niitii Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) irratti imaama ta’ee kan salaachise eenyu? Deebii 73: Bulchaa Madiinaa, Marwaan binu Hakam. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 74: Intalli [Ilmoon] Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) tan osoo hin dahin ykn hin dhaliin duute eenyu? Deebii 74: Ummu Kulsuum. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 75: Umriin Aayyoo mu‘umintootaa, Hafsaa intala Umar yeroo duutu meeqa? Deebii 75: Ganna jahaatama (60) ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 76: Gaafa duula Badrii Hamzaan Abbeeran Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) seeyfii meeqaan lole? Deebii 76: Seeyfii lamaan lole. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 77: Niitiin Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) Ibraahimiin alatti ilmaan hundaa tan deesse tami? Deebii 77: Kadiijaa intala Kuweeylid. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 78: Hijraan dura maqaan Madiinaa eenyu ture? Deebii 78: Yasribaa. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 79: Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) eega Madiinaa dhaqee bara kam keessa hajje? Deebii 79: Hijraa irraa ganna kurnaffaatti (10), Isiinis Hajjatul wadaa’i jedhamti. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 80: Dubartoota keessaa lammaffaarratti tan islaamofte eennu? Deebii 80: Ummul Fadli (Jaarti Abbaas ilma Abdulmuxxalib) tan taate. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 81: Namni Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) iccitii itti dhoyfatu eenyu? Deebii 81: Huzeeyfaa ilma Yamaan. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 82: Intalli Zeeynaban Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) deette kan Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) yeroo salaatan baadhatan eenyu? Deebii 82: Umaamaa intala Abul Aasii ilma Rabii’i. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 83: Ganna meeqa Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) dhoksan Nama Karaa Rabbii irratti waamaa ture? Deebii 83: Ganna sadi (3) ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 84: Manni Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) Madiina keessatti meeqa? Deebii 84: Mana sagal (9) ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 85: Gaafa Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) lubbuun jiran Masjiida meeqatu Madiinaa keessa jira? Deebii 85: Masjiida isaa waliin kudhani (10) ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 86: Adaadaan Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) Safiyyaan intalli Abdulmuxxalib eessatti awwalamte? Deebii 86: Madiina bakka Baqi’i jedhamutti. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 87: Waardiyyaan Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) eenyu fa’a, Hanga gaafa Rabbiin (Sallallaahu aleyhi wa sallam) anatu si eega jedheenitti? Deebii 87: 1. Sa’aad ilma Mu’aaz. 2. Muhaammad ilma Maslama. 3. Zubeeyri ilma Awwaam. 4. Ubbaad ilma Bishri. 5. Abi Ayyuubil’ Ansaari. 6. Zakwaan ilma Abdallahi. 7. Sa’aad ilma Abi waqqaas ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 88: Maali maqaan yaabbii gaafa Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) Samii olbahe yaabbate? Deebii 88: Buraaqi. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 89: Bara Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) Lubbuun jiru keessa hangafa munaafiqaa kan ta’e eenyu? Deebii 89: Abdallah ilma ubeyyi ilma Saluul. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 90: Guddiftuun Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) Ummu Eeyman yoom duute?
Gaaffii 51: Abddallahin abbaan Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) gaafa du’u umriin isaa meeqa? Deebii 51: Kudha Saddeeti (18) ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 52: Adaadaan Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) Safiyyaan yoom duute? Deebii 52: Bara mootummaa Umar ilma Kaxxaab duute. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 53: Adaadaawwan Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) Kan islaamawan eennu fa’a? Deebii 53: Safiyyaa, Arwaa fi Aatikaa. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 54: Adaadaawwan Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) Kan hin islaamawin hoo eennu fa’a? Deebii 54: Ummu Hakiim, Barraa fi Umeeymadha. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 55: Qaanqeen ykn nuurri narraa baatu, fooqii Shaamii kan ibsitu arge tan jette eenyu? Deebii 55: Aaminaa Intala Wahaab, haadha Nabiyyii (Sallallaahu aleyhi wa sallam) tan taate. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 56: Intalli Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) tan lammaffarratti dhalattef eennu? Deebii 56: Ruqiyyaadha. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 57: Duula Tabuuk keessa Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) hangam turan? Deebii 57: Guyyaa Shantama (50) turan. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 58: Usmaan binu Affaan intala Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) ummu kulsuumin yoom fuudhe? Deebii 58: Hijraa irraa ganna lammffaatti (2) ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 59: Maqaawwan Madiinaa tarreessi? Deebii 59: 1. Madiinatul Munawwaraa. 2. Yasriib. 3. Xeeybaa 4. Xaabaa. 5. Ardul Muhaajir. 6. Hasiinatu. 7. Madiinatu Rasuul (s.a.w). 8. Aakilaatul Quraa Walbuldaan. 9. Jaabiratu. 10. Al-mubaarakatu. 11. Al-baarratu. 12. Al-azraa’u. 13. Al-miskiinatu. 14. Madja’u Rasuuli. 15. Qariyatul Ansaari ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 60: Maqaawwan Makkaa tarreessi? Deebii 60: Jaha Isaanis 1. Makkatul Mukarramaa. 2. Bakkatu. 3. Ummul Quraa. 4. Albaladul Haraam. 5. Albeeytul Atiiq. 6. Alhaaximatu. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 61: Osoo Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) hin dhalatin dura namoonni maqaan isaani Muhammad jedhaman eenyu fa’a? Deebii 61: • Muhaammad ilma Uheeyhaa ilma Jalaah Kan gosni isaa Awsii irraa ta’e. • Muhaammad ilma Suufiyaan ilma Majaashi’i. • Muhaammad ilma Hamraan Kan gosni Ju’uufi irraa ta’e. • Muhaammad ilma Maslamaa Kan gosni isaa Ansaara ta’e. • Muhaammad ilma Kuzaa’ii Kan gosni Salamiyyi ta’e. • Muhaammad ilma Baraa’ii Kan gosni Bakriyyi ta’e. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 62: Niitiin Abbeeraa Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) qoree karaa irratti guuruun Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) rakkisaa turte eenyu? Deebii 62: Ummu Jamiil Arwaa intala Harbii ykn Niitii Abuu lahab. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 63: Niitiiwwan Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) keessaa tan Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) sadaqaa baay’ifti jedheen eenyu? Deebii 63: Zeeynabaa intala Jahshiiti. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 64: Aayyoon mu’umintootaa Zeeynabaan intalli Jahshii yoom duute? Deebii 64: Hijraa irraa ganna Digdamatti (20) ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 65: Zeeynabaan intalli Jahshii gaafa duutu umrii meeqa? Deebii 65: Ganna Shantamii Sadi (53) ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 66: Aayyoon Mu’umintootaa Zeeynabaan intalli Kuzeeymaa, Rasuula (Sallallaahu aleyhi wa sallam) wajjiin hammam jiraatte? Deebii 66: Ji’a Saddeet (8) ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 67: Jaartiiwwan isaa keessaa tan Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) akka laffisoon nyaata caalutti dubartirraa caaltuudha jedhaniin eennu? Deebii 67: Aa’ishaadha. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 68: Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) Aayyoo mu’umintootaa Soowdaa intala Zama’a yoom fuudhan?
Deebii 46: Baatii sha’abaanaa hijraa irraa ganna afraffaa keessa dhalate. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 47: Zeeynabaa intala jaahshi Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) yoom fuudhan? Deebii 47: Hijraa booda ganna Shanaffatti (5) ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 48: Osoo Rasuulli (Sallallaahu aleyhi wa sallam) hin fuudhiniin dura dalagaan Kadiijaa maal ture? Deebii 48: Daldaltuu turte. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 49: Aa’ishaan bara mootummaa ennuu duute? Deebii 49: Bara mootummaa Mu’aawiyaati. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ Gaaffii 50: Abuulahab gabrittii isaa Suweybaa maalif bilisoomse? Deebii 50: Waan isheen dhalachuu Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) itti himtee gammachifteef jecha. ━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━ https://t.me/GNPGP
رَبَّنَا آتِنَا فِي الدُّنْيَا حَسَنَةً وَفِي الآخِرَةِ حَسَنَةً وَقِنَا عَذَابَ النَّار
⏰ Guyyaa jimaataa Yeroo Asrii fi Makriibaa gidduu du’aaiin ni qeebalamtii?✴️ 📢Eeyyen ni qeebalamti🤲🏽 “ Yaa warra amantan! Yeroo guyyaa Jimaataa salaataaf lallabame gara zikrii Rabbii deemaa; daldalas dhiisaaYoo kan beektan taataniif kanatu isiniif caala. Suuraa Al-Jumu‘ah 62:9 🏖Ulamaa'onni ni jedhu: Guyyaan Jimaataa guyyaa kabajaa, ibaadaa fi du’a’iin itti qeebalamtuudha. 🩵Nabiyyiin ﷺ akkana jedhan: “Guyyaa Jimaataa keessa sa’aatiin tokko jirti; Muslimni salaata godhee Rabbi wanta takka yoo kadhate, Rabbiin kadhannaa isaa ni qeebala.” Bukhaarii fii Muslim ❓️Sa'atiin sun yoomi jedhanii Sahaabonni ni gaafatan? Abdullaa ibnu Salaam (RA) akkana jedhe: Nabiyyiin ﷺ ni jedhan: “Sa’atiin sun sa’atii dhuma guyyaati(jimaata).”🌅 Abuu Daawud 1048– Hadiisni hasani Abu Hureeyraarraa gabaafamee(RA): 🩵Nabiyyiin ﷺ Jimaata kaasanii akkana jedhan: “Sa’atii takka, sa'atiin sun Asrii booda jirti.” Ahmad -Sheikh Albaaniin sahiiha jedhe Ulamaa'onni gurguddaan hedduun kana deeggaru: 🤎 Imaamu Ahmad 🤎Ibn Teeymiyaa 🤎 Ibnul Qayyim 🤎 Ibn Kasiir 🤎 Albaanii Ibnul Qayyim akkana jedhe: “Yaadni Asrii fi Makriiba gidduu jedhu hadiisa kaan caalaa deeggarsa qaba.” jedhe. ✅ Yaadni caalaa, sirrii fi jabaan: Yeroo du’a’iin caalaa qeebalamtu Jimaata: Asrii booda hanga Makriibaatti. 📿 Maal gochuu qabda yeroo kana? Yeroo Asrii fi Makriiba gidduu guyyaa jimaataa: ✅️Du’a’ii baay’isi ✅️ Istikfaara godhi (أستغفر الله) 🌏Nabiyyii ﷺ irratti salawaata baay’isi ✅️ Qur’aana qara'i ✅️ Gara Qiblaatti garagalii taa’ii qalbii qulqulluudhaan kadhadhu🤲🏽 🕋Rabbiin kadhaan Teessan Arrumatti isiniif haa deebisu🤲🏻🤲🏻🤲🏻 https://t.me/GNPGP
Maashaa allaah
Gaafii armaan gadii deebii sirrii ta'e deebisii 1. Qur'aanni rasuularratti gutumaan guututti bu'uuf waggaa meeqa fudhate? A. Waggaa 10 B. Waggaa 24 C. Waggaa 23 D. Waggaa 11 2. Jechi jalqaba rasuula irratti buufame kami? A. Bismillaah B. Iqra' C. Laa ilaaha illallaah D. Wal-asr 3. Kanneen armaan gadii keessaa suuraan qur'aanaa inni dheeraan? A. Baqaraah B. Imraan C. Faatihaa D. Yaasiin 4.Kanneen armaan gadii keessaa suuraan qur'aanaa inni gabaabaan? A. Al-ikhlaas B. Al-asr C. Al-kawsar D. Al-falaq 5. Onnee qur'aanaa jedhamuun suuraan beekkamtu tami? A. Baqaraah B. Imraan C. Faatihaa D. Yaasiin 6. Nabiyyiin maqaan isaa qur'aana keessatti irra deddeebiin eerame eenyu? A. Muusaa B. Ibraahim C. Nuuh D. Haaruun 7. Sababaa aayanni qur'aanaa tokko itti bu'e jechi ibsu kami? A. Asbaabu nuzuul B. Naskh C. Ghariibal qur'aan D. Deebii hinqabu 8. Suuraan qur'aanaa gutumaan guututti seenaa Nabiyyii tokko himu kami? A. Huud B. A'araaf C. Shu'araa' D. Deebiin hin kennamne 9. Suuraan bismillaah malee jalqabdu tami? A. Tawbaah B. Al anfaal C. Al ankabuut D. Deebii hinqabu 10. Suuraalee makkiyyii ta'aan kan adda taasisu kami? A. Towhiidaaf xiyyeeffannoo addaa kennuu B. Dambiileen jihaadaa baay'achuu C. Dambiileen bultii baay'achuu D. Dambiileen dhaalaa baay'achuu https://t.me/GNPGP
Rasuulli keenya Makkaan irraa yeroo baqatan gara Madiinaatti baqatan . Madiinaa Waggaa kudhan jiraatan. wagga kudhan keessatti wantoota hedduu dalagan. wantoota Waggaa kudhan kana keessa isaan dalagan keessaa Gazwaa (lola)Digdamii Torba qaamaan keessatti argamuun geggeessani jiru. Gazwaa digdamii Torbaa Hijraa irraa wagga 1-10 keessatti Tartiiba waggaa isaanii walduraa duubaan akka armaan gadii kanatti kaayameera. Waggaa 1ffaa keessa Gazwaa geggeeffamte; === 1. Gazwaa Abwaa'a 2 .Gazwaa Buwaax. 3.Gazwaa Alusheyraa. Waggaa 2ffaa === Gazwaa Badrulkubraa. Gazwaa Banii qeynuqaa'a Gazwaa Sawwiiq(Bassoo). Waggaa 3ffaa == Gazwaa Uhud. Gazwaa Hamraa'ilasad. Waggaa 4ffaa == Gazwaa Banii Nadiir. Gazwaa badrulaakirati Gazwaa Duumatul Jandal. waggaa 5ffaa ====== Gazwaa Banii Musxaliq. Gazwaa Kandaq (Ahzaab) Gazwaa Banii Qureyzaa. Waggaa 6ffaa ==== Gazwaa Banii Lihyaan . Gazwaa Ziiqirad. Gazwaa Hudeybiyyaa. Waggaa 7ffaa ===== Gazwaa keybara Gazwaa Umraa Qadaa'aa Waggaa 8ffaa ==== Gazwaa Fathii Makkaa. Gazwaa Huneynii. Gazwaa Xaa'if . Waggaa 9ffaa ==== Gazwaa Tabuuk. Waggaa 10ffaa === Hijjii Wadaa'aa . hubadhu. ==== Rasuulli keenya Hijraa irraa Waggaa kudhanitti Sirna hajjiitiif gara Makkaa imalan. Hajjiin isaanii Hajjii wadaa'a (Hajjii dhaammannaa) jedhama. Wanti Hajjii wadaa'a jedhamteef Rasuula keenyatu Hajjii kana keessatti akka Nama waggaa kana booda hin hajjineetti Hawaasa sirna Hajjii geessuuf biyyoota garaa gara irraa dhufanitti dhimma islaamummaa irraa waan hedduu amaanaa amaana jechuun dhaamaa turan. dhaamsa isaan Guyyaa Hajji Wadaa'a kana dhaaman keessaa muraasa kunooti; dhiiga walii jigsuu dhabu. Qabeenya walii zulmii nyaachuu dhabuu. dubartootatti Tola ooluu. Qur'aanaafi Hadiisa qabachuu. Ribaa (dhala)Nyaachuu dhiisuu. Gosummaan walnyaachuu dhiisuu. Obbolummaa islaamummaatiin walqabatuu. Namoota jidduutti walqixxummaan hojjachuu. islaamummaa Babal'dhisuu. Namni as jiru Nama as hin jjirretti dhaamsa isaanii geessuu. xumura jecha isaanii keessatti Waan ani jedhu dhageessani jechuun ummata gaafatan! Eeyyen dhageenyeerra jechuun ummanni deebii deebise. Akkana jechuun dubbatan"Yaa Rabbi Raga naaf tahi , Yaa Rabbi Ragaa naaf tahi,Yaa Rabbi Ragaa naaf tahi jechuun goolaban. dhaamsa kana kan dhaaman Ardii Arafaa irraa Guyaa Arafaati. Isaan Osoo Waggaa hin gahin Ganda duniyaa gadi dhiisan Rabbiin walgahan. ✍ https://t.me/GNPGP https://t.me/GNPGP https://t.me/GNPGP https://t.me/GNPGP
Addunyaa keenya kana irratti, namoonni amantii biroo hordofanii fi kanneen amantii hin qabne illee amala, aadaa fi jireenya Muslimootaa keessatti qabxiilee baay’ee dinqisiifatan qabu. Gariin isaanii ni baasanii dubbatu. Kitaabaan barreessu... Qabxiilee 20 namoonni Muslimoota hin taane yeroo baay’ee Muslimoota irraa dinqisiifatan kanneen armaan gadii kana dubbisa. 1. Keessummaa Kabajuu (Hospitality): Keessummaa simachuu fi akka gaariitti keessummeessuu irratti Muslimoonni baay’ee beekamu. 2. Gargaarsa Hiyyeessaa (Zakaataa fi Sadaqaa): Hiyyeessa gargaaruu akka dirqama amantiitti fudhatanii qabeenya isaanii qooduun isaanii ni dinqisiifatama. 3. Of-qabaa fi Obsa (Discipline): Sooma ji’a Ramadaanaa dabalatee, fedhii foonii to’achuu irratti qaban baay’ee guddaadha. 4. Salaata Irratti Jabaachuu: Guyyaatti si’a shan (5) yeroo isaa eeggatanii kadhannaaf dhaabbachuun isaanii amantii isaaniif xiyyeeffannoo isaan kennan argisiisa. 5. Walitti dhufeenya Maatii: Maatiin walitti dhufeenya cimaa qabaachuu isaa, ijoolleen warra isaanii akka malee kabajuu fi gargaaruun isaanii ni dinqisiifatama. 6. Maanguddoo Kabajuu: Maanguddoon hawaasa keessatti iddoo guddaa qabaachuun isaanii fi akka malee kabajamuun isaanii fakkeenya gaariidha. 7. Dhugaatii Alkoolii irraa Fagaachuu: Miidhaa alkoolii hubatanii irraa fagaachuun isaanii fayyummaa fi tasgabbii maatiitiif gaariidha jedhamee amanamama. 8. Qulqullina (Wudu): Guyyaatti si’a baay’ee salaataaf qulqullaa’uun (wuduun) qulqullina qaamaaf xiyyeeffannoo isaan kennan argisiisa. 9. Tokkummaa Hawaasaa (Ummah): Muslimoonni bifa, afaan fi biyyaan osoo wal hin qoodin akka obbolaatti wal ilaaluun isaanii baay’ee dinqisiifatama. 10. Amala fi Naamusaa (Akhlaaq): Namootatti tola ooluu, dubbii gaarii dubbachuu fi namummaa gaarii argisiisuuf carraaquu isaanii. 11. Uffannaa Kabajamaa (Modesty): Akkaataa uffannaa namummaa fi kabaja namaa eegu hordofuun isaanii. 12. Daldala Irratti Amanamummaa: Karaa "Halaala" ta’een hojjatanii nyaachuu fi daldala keessatti gowwoomsaa irraa fagaachuuf carraaquu isaanii. 13. Gadda Irratti Waliif Birmatu: Yeroo namni irraa du’u hawaasni hundi dhufee waliin gaddaachuu fi maatii sana gargaaruun isaanii jajjabeessaadha. 14. Sirna Awwaalchaa Salphaa: Sirni awwaalchaa isaanii baasii guddaa malee, hiyyeessa fi sooressi tokkoon awwaalamuu isaa. 15. Waaqayyoon Galateeffachuu (Shukrii): Rakkoo keessattis ta’e gammachuu keessatti "Alhamdulillah" jechuun amantii isaan irratti qaban argisiisa. 16. Qubsumma (Resilience): Rakkoo fi dhiibbaa garaa garaa keessatti amantii isaanii irratti jabaatanii dhaabbachuu isaanii. 17. Azaana (Wamicha Salaataa): Sagaleen azaanaa yeroo baay’ee miira nagaa fi tasgabbii akka uumu namoonni baay’een ni dubbatu. 18. Gumaacha Seenaa fi Saayinsii: Seenaa keessatti Muslimoonni herrega, qorichaa fi xiyyirra irratti gumaacha isaan godhan dinqisiifannaan yaadama. 19. Dhugaa Dubbachuu: Jireenya keessatti amanamummaa fi dhugaa irratti xiyyeeffachuu isaanii. 20. Iccitii Namaa Eeguu: Namoota iccitii walii eeganii fi wal kabajan ta'uun isaanii hawaasummaa keessatti iddoo guddaa qaba. Qabxiileen kun Muslimoonni jireenya isaanii keessatti ilaalcha gaarii namoonni biraa isaaniif qaban akka uumamu godhu. Barnoota amantii Islaamaa fi Kiristaanaa walbira qabdanii barachuu yoo barbaaddan Chaanaalii keenya armaan gadii join godha! 👇👇👇👇 https://t.me/GNPGP
📖 Dubbii Ajaa’ibaa Qur’aanni RABBII nutti hime! ✨ Dubartiin dulloomte silaa hin deessu, Garuu Saaraan – eega dulloomte – Nabi Is-haaqiin dahuu nuuf hime. → (Huud: 72) 🔥 Ibiddi silaa nama guba, Garuu Nabi Ibraahimiin gubuu didee qabbana taheef: → (Al-Anbiyaa: 69) 🐋Kalluunni (qurxummiin) yoo nama liqimse, nyaatee daakee balleessa, Garuu Nabi Yuunus liqimse, nyaatee daakuu dide. → (As-Saaffaat: 139–144) 🪨 Dhakaan hin dhalu, Garuu gaalli Nabi Saalih dhagaa keessaa bahuu nutti hime. → (Al-A’raaf: 73) 🧕🏽 Dubri hin heerumin silaa hin deessu, Garuu Maryam – Nabi Iisaa – abbaa malee dahuu nutti hime. → (Maryam: 20) 🔪 Ableen silaa nama ni gorra**a Garuu Nabi Ismaa’iliin ni didde – Korbeessi Rabbiin buusee isa fure. → (As-Saaffaat: 107) 👶🏽 Daa’imni harma hodhu/luugu dubbachuu hin danda’u, Garuu Nabi Iisaa daa’imummaan dubbateera → (Maryam: 30) 🌌 Addeessi addaan dhoo’uu waan hin jirre, Garuu Qur’aanni – addeessi – Nabi Muhammadiif addaan baqaquu nutti hime. →(Al-Qamar:1) 🌊 Galaanni uleen rukutamee qoodamuu hin danda’u, Garuu Nabi Muusaan ulee isaatiin rukutuun galaanni bakka heddutti qoodamee karaa bal’aa uume. → (Ash-Shu’araa: 63) ⸻ 💭kun hundi waan sammuun namaa hin danda’amu jedhee amanuu dha. Garuu RABBII guddaa biratti ta’ee argameera. Waan hin danda’amu jettee ati yaaddu RABBIIN taasisee sitti argisiiseera. Garuu waan ni danda’ama jettee yaaddu akka RABBIIN siif taasisu maaf abdii guutuu hin qabaanne!? ⸻ ✨ Yaadadhu: Rabbiin yoo waa fedhe, “Ta’i!” Qofa jedha – wanti suni numa ta’a! https://t.me/GNPGP
https://t.me/jechotaa
🚨 Sobni Maaliif Balaa Ta'e? 1. Sobni Iimaan Diiga (Amantii Balleessa): Ergamaan Rabbii (SAW) akkana jedhan: "Dhugaan gara toltuu geessa, toltuun immoo gara Jannata geessa. Sobni immoo gara badii geessa, badiin immoo gara Ibiddaa geessa." (Sahiihul Bukhaarii) 2. Sobni Fuula Namaa Gurraachessa (Kabaja Namaa Fixa): Nama soba baay'isu, namoonni yeroo dhugaa dubbatus isa hin amanan. Kabajni fi Amanamummaan isaa ni hir'ata. 3. Sobni Furaadha: Sobni mala fakkeessuuti (Nifaaqaati). Mallattoolee Munaafiqaa keessaa tokko yeroo dubbatu sobuu dha. Eenyu keenyatu mallattoo kana qabatee du'uu fedha? 4. Sobni Walitti Dhufeenya Diiga: Jireenyi hawaasaa fi maatiin hundi bu'uura amantii irratti ijaarama. Sobni bu'uura kana dhabamsiisa👌 Share 👇 https://t.me/GNPGP