Охват к подписчикам
13,0%
ERR
Реакции к просмотрам
0,85%
577 на 44 постов
Пересылки к просмотрам
0,20%
138
Постов в день
0,6
всего 44
Где отзываются чаще
доля реакций к просмотрам- 14 авг.Irra guddaa fii irra fagoon qixaaxaa Rabbiin ﷻ nama tokko ofirraa isa fageeysuu fii balbala isaatirraa isa ari'uu isaati.8,97%
- 14 авг.без подписи3,99%
- 12 авг.без подписи2,69%
- 12 авг.без подписи2,49%
- 9 авг.« Namni tokko kan ilmii qabuun of ajaa'ibee of dinqu yoomi?. Gaafa ilmii argachuu fii qabaachuun khaayyoo irraa dhumaa isaa taateedha. »ღ #منقول Safar 26,1448H2,07%
- 9 авг.« Namni tokko yeroo du'e dhaaltoonni nama du'ee sun qabeenya inni dhiisee du'e irraa waan rabbiin ﷻ isaaniif murteeyseetu jira. hangi qabeenyicha irraa isaaniif kennamu hawa isaanii rabbiin ﷻ isaaniif murteeyseedha. Biyya teenya bakkeewwaan hedduutti akkaataa shari'aan murteeysiteen miiraasa abbaa haqaatiin gahuun gonkumaa hin jirtu. kuni immoo dhaaltoota garii waan isaaniin hin malle isaaniif kennuun dhaaltoota garii immoo haqa rabbiin ﷻ isaaniif murteesse guututti yookiin hanga tokkollee taatu isana dhoorkuudhatti nama geeysa. Haqa nama tokkoo osoo qarshii dhibba tokkollee taatee haqa maletti isa dhoorkuun nama biraatiif murteeysuun zulmiidha. Zulmiin immoo guyyaa qiyaamaa dukkana.»ღ Naannoo teeysanitti gaafa namni du'e bifa shari'aan murteeysiteen miiraasa qoqqooduun nama hundaaf haqa isaa kennuun akkami waa ni jiraa?. Safar 27,1448H2,03%
- 7 авг.« Sabaata qabaachuun; kennaa fii arjummaa rabbi ﷻ qofa irraa taateedha. Du'aa'ii Rasuulli ﷺ isii heddummeeysu kan " Yaa Muqallibal quluun sabbit qalbii alaa diinika" jettu sun sujuuda keetii fii kkf keessatti jabeeysii isii qabadhu.»ღ Safar 24,1448H2,00%
- 5 авг.« Guddisaan ilmaanii sirriin; sababaa jannata duniyaa fii aakhiraa seenuu haadhaa fii abbaati,nasrii ummata islaamaati. Sababa ijoo toliinsaa fii bareedina hawaasa islamaati. Sadaqaa jaariyaa haadhaa fii abbaa of boodatti ilmaan isaanii keessatti dhiifatanii darbaniidha.»ღ Safar 22,1448H.1,65%
- 9 авг.« Abbaa kee maqaa isaatiin hin yaamin. Isa fuulduraas hin deemin. Isa fuuldurallee hin taa'in. Osoo hanga feete isaanitti tola ooltee haadhaa fii abbaa keetiif galata galchuutti gahuu hin dandeeysu.»ღ 🎤 أبو هريرة رضي الله عنه. Safar 26,1448H1,50%
- 8 авг.без подписи1,48%
- 5 авг.« Abuu Haazim Salamatu Ibnu Diinaar-Rahimahullah- akkana jedha " Gaafa waan lama itti dalayde addunyaa fii aakhiraallee argattee jirta". Eegas " Wanti lamaan sun maali?" Isaan jedhame. Innis " Waan silaa jibbitu wayii yoo rabbiin isii jaalate ba'achuu fii waan silaa jaalattu wayii yoo rabbiin jibbe lakkisuudha." jedheen.»ღ "شيئان إذا عملت بهما أصبت الدنيا والآخرة، قيل ماهما؟ قال: تحمّل ما تكره إذا أحبه الله، وتترك ما تحب إذا كرهه الله". سير أعلام النبلاء ٦/٩٧. Safar 22,1448H1,47%
- 5 авг.без подписи1,46%