tgindex
𝐇𝐔𝐒𝐒𝐄𝐄𝐍 𝐇𝐀𝐀𝐑𝐔𝐔𝐍🎆🎶

𝐇𝐔𝐒𝐒𝐄𝐄𝐍 𝐇𝐀𝐀𝐑𝐔𝐔𝐍🎆🎶

Статистика

💫♨Kottaa Waan beynu Walyaadachiifnaa 💫♨Waan hin beyne walbarsiifnaa 📖 💫♨𝐘𝐚à𝐝𝐚 Ñ𝐮𝐮𝐟 𝐝𝐡𝐢𝐡𝐞𝐲𝐬𝐮𝐮𝐟 💫♨👇👇👇👇👇👇 💫♨ @Huseenharun 💫♨👆👆👆👆👆💫♨

Последний пост
14 авг.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
9
Всего постов
25
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
30 384
0 за 3 дн.
Сутки
−11
−0,04%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
95
25 постов
Вовлечённость
0,3%
к подписчикам
Постов в день
1,3
всего 25
Упоминаний
1
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
22
1/48двое суток
25
1/72трое суток
27

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 14 авг.51из Quality Button

    ✅Badhaasa qarshii 3000 Namootaa yeroo ammaa online irra jiran qofaaf🔥🔥 Daqiqaa muraasa qofaaf kan turu, Gift bakka jedhuu tuquun seenaa badhaasa keessan fudhaa 👇👇

  • 14 авг.61из ABDU BUTTON

    Kennaa guyyaa JIMAATAA Qofa Badhaasa qarshii 1500 nama 15 amma online jiru Qofaaf Iddoo GIFT jettu tuquun badhaafamaa 🆓 Wave @Zigo_Top

  • ✅ Data Tolan fayyadama yoo hin jiraanne #safaricom fi #ethiotelecom guyyootaaf 0.00BIRR amumma Connect bakka jedhu tuqun fayyadama 👇👇

  • 14 авг.191из Caayaadiiinaalislaam

    🌺 BARAKAA QUR’AANAA FI KABAJA WARRA QUR’AANAA 🌺 Guyyaa Qiyaamaa namni hundi bakka tokkotti walitti qabama. Garuu warri Qur’aana qara’an, Qur’aana حفظ (hifz) godhan, beekumsaa fi hojii gaarii irratti jabaatan kabaja addaa qabu. 💠 Malaayikota kabajamoo fi qulqulluu waliin ta’u. 💠 Guyyaa Qiyaamaa namni hundi walirraa dheessa; garuu warri Qur’aanaa fi warri beekumsa Diinii qaban kabaja fi badhaasa addaa argatu. 💠 Qur’aanni Jannata seensisee qofa sirraa hin hafu; si wajjin tura, hanga sadarkaa Jannataa keessa ol fagaatutti. Guyyaa sana akkana jedhama: “Qara’i, olkori; akkuma addunyaa irratti qara’aa turte.” 💎 QUR’AANNI QANANII FI BARAKAA DHA Osoo namni beekee warri Qur’aana irraa fagaatan yeroo Qur’aana qara’uu jalqaban maal akka argatan — gammachuu fi qananii isaa — silaa yeroo tokko illee Qur’aana irraa duuba hin deebi’an. Namni Qur’aana qara’uu dadhabe, wanta guddaa of jalaa dabarseera; osoo inni carraa argachuu danda’u. 🌷 BARAKAA QUR’AANAA IRRAA 🌺 Rabbiin Subhaanahu wa Ta’aalaa sammuu nama Qur’aana qara’uu fi hifz godhu keessatti barakaa godha. 🔹 Abdul-Malik bin ‘Umayr irraa odeeffamee: “Namni sammuu isaa guutuu ta’ee turu, warra Qur’aana qara’an keessaa ta’a.” 🔹 Oduu/madda biraa keessattis akkana jedhameera: “Namoonni sammuu isaanii irra qulqulluu ta’an, warra Qur’aanaati.” 🔸 Imaam Al-Qurtubii (Rahimahullaah) akkana jedhan: “Namni Qur’aana qara’u, sammuu isaatiin qanani’a; osoo waggaa dhibba illee gahe.” 🔶 Imaam Ibraahiim Al-Maqdisii barataa isaa Abbaas ibn ‘Abdud-Daa’im (Rahimahumallaah) dhaamsa akkana jedhu itti dhaaman: “Qaraatii Qur’aanaa heddummeessi; isa hin dhiisin. Wanti ati barbaaddu, hanga qaraatii keetiin siif laafutti siif laafaa deema.” 🔶 Abuz-Zinaad akkana jedhe: “Yeroo obboroo gara Masjida Rasuulallaah ﷺ yeroo ba’u, mana tokko illee hin darbu; mana sana keessa nama Qur’aana qara’u yoo jiraate malee.” 🔹 Sheekhul-Islaam Ibn Taymiyyah (Rahimahullaah) akkana jedhan: “Ani wanta sammuu fi ruuhii dhihatu, qaama tiksu, gammachuu fidu, Qur’aana baay’inaan dubbisuu caalu hin argine.” 🔹 Gariin warra Qur’aana hiikan (Mufassiroota) akkana jedhan: “Nuti Qur’aanaan shaakalamnee jennaan, barakaan kheeyrii hedduun addunyaa keessatti nu haguugde.” 🌺 DU’AA’II 🤲🤲 🔶 Yaa Rabbi! Nu warra Qur’aanaa godhi. 🔶 Qur’aana qara’uu, hubachuu, hifz gochuu fi ittiin hojjachuu nuuf laaffisi. 🔶 Qur’aana nuuf ifaa, rahmata, shafaa’aa fi barakaa godhi. 🔶 Warra Qur’aanaa fi warra karaa Rabbii irra jabaatan nu haa taasisu. Rabbiin warra Qur’aanaa, warra hallayaa Rabbii  nu haa taasisu. 🌷🤲 Aamiin Yaa Rabbal ‘Aalamiin. 🤲 📲 Chaanalii keenya hordofaa: https://t.me/Caayaadiiinaalislaam

  • ‏«وفيها ساعة لا يوافقها عبدٌ مؤمن يدعو اللَّه بخيرٍ إلَّا أُستجيب له» - سيدنا جبريل محدثًا رسولنا ﷺ عن آخر ساعة في يوم الجمعة. لا تنسوا الدعاء لكل موتى المسلمين جميعاً وبالشفاء لكل مرضى المسلمين جميعاً لا تنسونا من صالح دعائكم 🌼🍃

  • 13 авг.41удалён 14 авг.

    Nama amma ONLINE irra jiru Qofaaf Badhaasa qopheessinee jirra BADHAASA qarshii 500 nama 5 Dursee deebiseef ALAABAAN KUNI KAN EESSAATII?

  • 13 авг.432из HusseenHaarun

    видео или голосовое, без подписи

  • 13 авг.91удалён 14 авг.

    𝐆𝐀𝐀𝐅𝐅𝐈𝐈 𝐇𝐈𝐑𝐌𝐀𝐀𝐂𝐇𝐈𝐒𝐀𝐀! 💡 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 (𝐒.𝐀.𝐖) 𝐥𝐚𝐛𝐬𝐚 "𝐁𝐚𝐫𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐛𝐨𝐨𝐝𝐚 𝐦𝐮𝐬𝐡𝐫𝐢𝐤𝐧𝐢 𝐇𝐚𝐣𝐣𝐢𝐢 𝐡𝐢𝐧 𝐠𝐨𝐝𝐡𝐮, 𝐊𝐚'𝐚𝐛𝐚𝐚𝐬 𝐪𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐧 𝐡𝐢𝐧 𝐭𝐚𝐰𝐰𝐚𝐟𝐮" 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐮𝐮𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚 𝐝𝐮𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐥𝐚𝐛𝐬𝐮𝐮𝐟 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐮𝐧 𝐠𝐚𝐫𝐚 𝐌𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐞𝐫𝐠𝐚𝐧? Add My Channel👇 @Rafiiqul_Islaam @Rafiiqul_Islaam

  • 13 авг.81удалён 14 авг.

    Oduu gammachisaa. Sa'atii ammati kaase hangaa boruutti interneetii bilisaa fayyadamuun danda'ameera Iddoo FREE INTERNET 🛜 jettu tuquun fayyafamaa

  • 12 авг.5211из maada_beekumsaa

    🌹 MUSLIMA TA’UU KEETIIF RABBIIF GALATA GALCHI! 🤲🕌 ✅ Warra qabeenyaan dhaadatu gaafa argite, warra gosaa fi shanyiin dhaadatu gaafa argite, ati Diina Rabbiitiin dhaadadhu! Diin Islaamaa irra jiraachuu keetiin booni. Karaa Rabbii qabachuu caalaa wanti guddaan hin jiru. “Ani Muslima!” jedhi. 🤍 🎙Muslima ta’uu keetiif Rabbiif galata galchi. 🏞 Rabbiin Diina kana nama jaalatuuf kenna; nama jaalatus iimaanaan badhaasa. Karaan gaariin kan nu walitti fidu Islaama qofa. Karaan biraa garuu nu addaan facaasa. 🪐Muslima taanaan, gurraachis adiinis obboleessa. Dureessis hiyyeessis tokko. 🤝❤️ Wal bira dhaabbanna; akka qaama tokkootti, akka dhaaba tokkootti. 💦Gaafa gariin keenya dhibamu, kan biraa ni dhukkubsata. Gaafa gariin keenya tolu, kan biraa ni gammada. Kanaaf, karaa Islaamaa kana haa jabeessinu! 🕌❤️ Rabbiin Qur’aana keessatti akkana jedhe: إِنَّ الَّذِينَ كَفَرُوا لَن تُغْنِيَ عَنْهُمْ أَمْوَالُهُمْ وَلَا أَوْلَادُهُم مِّنَ اللَّهِ شَيْئًا ۖ وَأُولَٰئِكَ هُمْ وَقُودُ النَّارِ “Dhugumatti, warri kafaran qabeenyi isaanii fi ilmaan isaanii homaa isaan irraa azaaba Rabbii hin deebisan. Isaan qoraan ibiddaati.” (Al-Qur’aana, Aali-Imraan 3:10)📖 🌤Qabeenyaan dhaadachuun bu’aa hin qabu. Ilmaan, gosti fi shanyiinis guyyaa Qiyaamaa nama hin fayyadu. Gama Rabbii deebinee, gabroottan dhugaa ta’uun qofatu nu baasa. 🌟Kanaaf, ajandaa ganda keessaa fi dhaadannoo addunyaa kanaa dhiifnee, Diina Islaamaa haa qabannu; Diina kanaafis haa dhaabbannu. 🤲 ☀️Namni haqa kana balleessuuf itti duule, dhumarratti salphinni isa mudata. Deeggertoonni inni addunyaa tana irratti qabu hundi guyyaa Qiyaamaa isa hin fayyadu. Qabaa Rabbii jalaa eenyutu bahuu danda’a? 🌼Warri jajjabaan kaleessaa illee du’a irraa of baasuu hin dandeenye. Kanaaf: 🌿.Muslima dhugaa ta’i! 🌿.Iimaana kee jabeessi! 🌿.Qur’aanaa fi Sunnah baradhu! 🌿.Haqa qoradhuu itti amani! 🌿.Obboleessa kee Muslimaa jaalladhuu jabeessi! 🌺Ati Muslima ta’uu baattus, amantii biraa hordoftus, dhugaa Islaamaa qoradhuu wal bari. Haqa jiru qalbii qulqulluudhaan qoradhu. 🌸Karaan addunyaa fi Aakhirattis milkaa’ina namaaf fidu, karaa Rabbii qofa. 🌳Rabbiin hundi keenya Islaama irratti nu haa jabeessu; iimaana guutuu nuuf haa kennu; dhuma keenya Islaama fi iimaana irratti haa godhu. 🤲❤️ آمِين يَا رَبَّ الْعَالَمِينَ 🥰 Isin jaaladha; Rabbiin isin haa jaallatu. 🤲❤️ 📲Chaanaalii keenya hordofaa:- https://t.me/maada_beekumsaa

  • ﺇﺫﺍ ﻭﻓﻘﻚ ﺍﻟﻠﻪ ﺃﻥ ﺗﺼﻠﻲ ﺍﻟﻔﺠﺮ ﻓﻲ ﻭﻗﺘﻪ ﻓﺄﺑﺸﺮ ﻭﺍﻟﻠﻪ! ﻓﺈﻥَّ ﺍﻟﺬﻱ ﺭﺯﻗﻚ ﺻﻼﺓً ﻫﻲ ﺧﻴﺮٌ ﻣﻦ ﺍﻟﺪﻧﻴﺎ ﻭﻣﺎ ﻓﻴﻬﺎ، ﻟﻘﺎﺩﺭٌ ﻋﻠﻰ ﺃﻥ ﻳﺮﺯﻗﻚ ﺍﻟﺪﻧﻴﺎ ﻭﻣﺎ ﻓﻴﻬﺎ. - هنيئاً لكم يا أهل الفجر.

  • 10 авг.1101из HusseenHaarun

    видео или голосовое, без подписи

  • 8 авг.1031из Zaadul_muttaqiin

    Seenaa Faaximah (r.a) Intala Nabii keenyaa (s.a.w) ❇️ Faaximaa bint nabii keenyaa (r.a) haadha manaa Aliyyi bin Abii Xaalib. haadha hasaniifii huseen. Sadarkaa guddoo qabdi. 🎁 Aa'isharra odeeffame akkana jette: “Guyyaa tokko Faaximaan deemaa nutti dhufte deemsi isii deemsa nabiiti fakkaata. Nabiin intala tiyya baga nagayaan dhufte jedhee simatee mirga yookaa bitaa isaa teessise. Eegasii dubbii wahii hasaasee itti himee booche, eegasii dubbii biraa hasaasee itti himee kofalte. Maalif booche jedheen gaafadhe. Iccitii ergamaa Rabbii hin facaasu jette... ✅ Eegasii eega nabiin du’ee itti deebi’ee gaafadhe. Wanni abbaan kiyya iccititti naan jedhe “jibriil wagga waggaan qur’aana yogguu takka narra fida ture baranammoo yogguu lama narra fide, kuni umrii kiyya dhumuu na agarsiisa, Ati ammoo maatii kiyya keessaa du’aan kan dura natti dhufu sihi” jennaan booye. Eegasii “Ati caaltuu dubartii jannataa tahuu hin jaalattuu yookaa caaltuu dubartii mu’iminaa tahuu hin jaalattuu naan jedhe”, Nin kofle jette. (Bukhaariitu galmeesse) 🫶🥰Yaa dubartoota Muslimaa! isinis warra seenaa diin galmeessu Rabbi isin haa godhu. 🤲🤲 https://t.me/Zaadul_muttaqiin

  • ‏«وفيها ساعة لا يوافقها عبدٌ مؤمن يدعو اللَّه بخيرٍ إلَّا أُستجيب له» - سيدنا جبريل محدثًا رسولنا ﷺ عن آخر ساعة في يوم الجمعة. لا تنسوا الدعاء لكل موتى المسلمين جميعاً وبالشفاء لكل مرضى المسلمين جميعاً لا تنسونا من صالح دعائكم 🌼🍃

  • "مع أذكار الصباح يشرق القلب قبل الشمس، فيسير اليوم على نورٍ من الله وسكينةٍ لا تزول."

  • البدعة أحب إلى إبليس من المعصية؛ لأن العاصي يعلم أنه عاصٍ فيتوب، والمبتدع يحسب أن الذي يفعله طاعة فلا يتوب.. شيخ الإسلام ابن تيمية رحمه الله .. 🕊🩷🕊

  • ‏صلاة الفجر خير من النَّوم ومن المال ومن العمل ومن الكلام ‏ومن السَّهر ومما تملك ‏صلاه الفجر خيرٌ من الدُّنيا وما فيها، وأعظم طريق يوصلك إلى رضوان الله، وأعظم مفتاح للرِّزق والتَّوفيق والسَّعادة والطُّمأنينة والرَّاحة. صلاه الفجر رضي الله عنكم وارضاكم وتمم اموركم

  • ‏#قال_رسول_الله_ﷺ : {كلمتان حبيبتان إلى الرحمن خفيفتــان علـى اللســــــــان ثقيلتــــــــان في الميـــــزان } ….سبحان الله وبحمده …. ….سبحان الله العظيـم …. #صحيح_البخاري •••

  • ‏﴿ وَذَكِّرْ فَإِنَّ الذِّكْرَىٰ تَنفَعُ الْمُؤْمِنِينَ ﴾ ‏- سُبحان الله . ‏- الحَمد لله . ‏- لا إله إلا الله . ‏- الله أكبر . ‏- لا حَول و لا قوة إلا بالله . ‏- سُبحان الله و بِحمده . ‏- سُبحان الله العَظيم . ‏- أستغفِرُ الله الْعَلِيُّ الْعَظِيم وَأَتُوبُ إِلَيْهِ. -لا إِلَهَ إِلا أَنتَ سُبْحَانَكَ إِنِّي كُنتُ مِنَ الظَّالِمِينَ. -اللَّهُمَّ صَلِّ وَسَلِّمْ عَلَى نَبِيِّنَا مُحَمَّدٍ. -يا مقلِّبَ القلوبِ ثَبِّتْ قلبِي على دينِك .

  • 4 авг.1161из Caayaadiiinaalislaam

    🌿 Sabahaa Al-Kheeyr 🌿 Yaa obboleessa koo fi obboleettii koo, ✅ Guyyaan har'aa kennaa guddaa Rabbiin siif kenne dha. Galata Rabbii baasi, salaata kee eegi, qalbii kees zikrii Rabbiitiin ifa godhi. 💐Rabbiin ol ta'e ni jedha: ﴿أَلَا بِذِكْرِ اللَّهِ تَطْمَئِنُّ الْقُلُوبُ﴾ ✅ “Dhugumatti, qalbiin yaadannoo Allaahaatiin tasgabboofti.” ✅ Har'a hojii gaarii tokko hojjadhu, nama tokko gammachiisi, araarama kadhadhu, namas araarami. ✅ Jireenyi addunyaa gabaabaa dha; hojii gaariin garuu si waliin hafa. ✅ Rabbiin guyyaa kee kheeyrii, barakaa fi milkiidhaan siif haa guutu.🤲 ✨Halkan gaarii siif haa ta'u! ✨

𝐇𝐔𝐒𝐒𝐄𝐄𝐍 𝐇𝐀𝐀𝐑𝐔𝐔𝐍🎆🎶 — tgindex