tgindex
Namummaa Qofaan

Namummaa Qofaan

Статистика

Channel @gorfami999 🥀9⃣9⃣9⃣🥀 Linkiiin Telegraamaa kuni,👇 https://t.me/gorfami999 Jijjiirraa muuxannootiifi beekkumsaa, barnootaa walii raabsuuf kan banameedha! Kanaafuu share Gochuun Hiriyoota keessaniif qoodaa. Telegram channel: Namummaa Qofaan

Последний пост
3 сент. 2024 г.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
24
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
502
+4 за 2 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
649
24 постов
Вовлечённость
129,3%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 24
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • ۞" Isaan gaabii aadaa,duudhaa fii barteewwanii abboonni fidan kan shari'aa faalleeysu ofirraa baasanii,waan namni jedhuu fii dubbii isaaniitirraa gurra isaanii cufatan kanneen hojii isaanii ifaa qur'aanaa fii hadiisaatiin madaalan sun isaantu birmadoota bilisummaa guutuu qabaniidha. Isaan waan qur'aanaa fii hadiisa faalleeyse achi darbaniiti hallayyaa buusu. Kanarraan kan hafe gaafa taaboota aadaa,duudhaa fii bartee abaabileen qortee dhaabde kan ilmaan isaanii moggaa isaa tattaa'anii eegan  san faalleeysan  irra hin kaayyanne. Isaan hin galchu dhimma hin qabaniif.  Ijoollummaa isaaniitirraa hanga ga'eessummaa ergasii hanga lahdii seenanitti Hawwii fii yaaddoon isaanii tokkichi nama osoo hin taane rabbi ﷻ jaalachiisuudha."*ღ رحم الله رجلا خلع رداء العادات والتقاليد الذي نحته الأجداد وظلّ الأبناء يحومون حوله متبتّلين في محاربه والتّبع كتاب اللهﷻ وسنّة نبيّه ﷺ ღ🦋 *" irreechi shirkii gariin namoota fixraarraa bahanii  walirraa dhaalanii waliin laaqaa jiraniidha "* Safar 30,1446

  • صبراً جميل "" Obsa jechuun Imimmaan utuu ijarraa SI yaa'uu Rabbii Keen alatti  eenyullee utuu Sin argin gaafa haxaa'attee Alhamdu Lillah jettuudha "" Forwaard gochuun hiriyoota keetif dabarsi Chaanaali kanas join gochuun akka irraa fayyadaman affeerii baarakallahu fik Join 👇👇👇👇👇 https://t.me/gorfami999 https://t.me/gorfami999 https://t.me/gorfami999 ✥┈┈┈┈┈••◉ ❖ ◉●••┈┈┈┈┈✥

  • Nu warra adduunyaa kaaniifuu fala ta'etu of dagatee, of wallaalee cabee wal cabsaa jira ~~~ Kaayyoon nuti gara dachee kanaatti dhufneef Rabbiin gabbaruudhaafi. Qajeelfama kanaan imala taasisnuun beekumsaafi qaroominaan bullukkoo jaahi-lummaa tarsaasnee dachee ibsine, adduunyaa ilmi namaa sanyiifi aangoon, qabeenyaafi firaan wal miidhaa ture kana keessatti walqixxummaa ilmaan namaa labsine, namooma kabachiisne, hongoo cubbuufi cabiinsaa irraa aalama wal'aanne. Gaafa eenyummaa keenya kana dagannu, diigamnee bobaa ormaa jala seenne, wal qoodnee isa nu cabsuuf qofa ofitti nu qabu ofitti qabne. Tokkummaan waadaa dhufneef sana guduunfate hiikameeti obbolummaan diinii obbolummaa sanyiifi lagaatiin bakka bu'e. Kun akka talbaa eeleerraa siyaas-diinagdeefi hawaasummaan, tokkummaafi waloomaan diigee bittimsee gamaaa gamana nu buusuu irra darbee hanga bu'uura amantaa keenyaa jal'isuufi wal gaarreffachuutti nu qaqqabsiise. Dubbii dheeraa dhiifne kan tibbana Sa'uudiitti ta'aa jiru yoo ilaalle, rakkannee biyya rakkina itti salphifachuuf seenneettuu wal salphisne, namooma dagannee, ergama laganne. Kaleessaa yeroo sabaafi akka biraatti atakaaroo isa biraa waliin itti seennu jedhi jabaadhu jechuun gola wal luqqisuufi quncisuu nu liccise. Falaasamni kaayyoo nuti gara dachee kana ittiin dhufne gaarreeffatu diinii si muree biyyooma si qooda, sabaanuu bixixxisa'ee si diiga, sanyiifi ollaa booda maatiifi obbolaanuu si bittimsa. Nuti eenyu, hojiin keenya gaheen nuti as jirruuf maali? Jennee osoo tasgabbiin of gaafannee nuti nu qofaaf osoo hin taane isaan diina keenyaafuu madda nagaati bar. Nagaan nurraa burqu ammoo aalama misoomsa Wallaahii Wabillaahii. © 👇👇👇 #AmarTemam https://t.me/gorfami999 Forwaard gochuun hiriyoota keetif dabarsi Chaanaali kanas join gochuun akka irraa fayyadaman affeerii baarakallahu fik Join 👇👇👇👇👇 https://t.me/gorfami999 https://t.me/gorfami999 https://t.me/gorfami999 ✥┈┈┈┈┈••◉ ❖ ◉●••┈┈┈┈┈✥

  • Guyyaa tokko osoo imaamu maalik Taa'anii darasaa qaraasisaa jiranii,Arbi bakka sanaan dabruu dhufnaan,darasoonni ol ka'ani arba ilaaluudhaaf,gurbaa tokko malee,innis yahyaa anneysaaburiyyiiti,hogguma sana imaamu maalik,ati maaliif kaatee arba hin ilaalle jedhee gaafate?,gurbaanis akkas jechuun deebiseef,Ani bar kanin dhufeef akkan si ilaalee ilmii, qajeeluma sirraa baradhuufi jedheen,Imaamu maalik gurbaa ajaahibee,inni irra beekaa worra andalusi Jedhe. 📚طبقات الفقهاء (1/153)═════ ❁✿❁ ══════ Forwaard gochuun hiriyoota keetif dabarsi Chaanaali kanas join gochuun akka irraa fayyadaman affeerii baarakallahu fik Join 👇👇👇👇👇 https://t.me/gorfami999 https://t.me/gorfami999 https://t.me/gorfami999 ✥┈┈┈┈┈••◉ ❖ ◉●••┈┈┈┈┈✥

  • Gaazaa keessatti hanga hardhaa…..👇🏻 October7 irraa kaasee hanga hardhaatti…: Namoonni 40786 shahiidaniiru…kan miidhaan itti qaqqabe immoo 94224…. Kan biyyaa baqatee fi kan bineensaan nyaatame…kan beelaan dhume hoo meeqa laata?! Allaah….Birmannaa kee🤲🏿 Aljeziraa irraa https://t.me/gorfami999

  • ღ" Qalbiileen hedduu garagaggaltee jijijjiiramti. Rabbiin ﷻ qalbiilee teeysan akka haqarratti gad dhaabu sabaata kadhadhaa!. Tolinaa fii istiqaamaa isii kan yeroo muraasaa kanaan hin dagaminaa. Irra hedduun duaaii Rasuulaa ﷺ " Yaa isa qalbiilee garagaggalchitu qalbii tiyya diin keetirra naaf gad dhaabi ||  "يا مقلب القلوب ثبت قلبي على دينك ""* jechuu turte. ۞  Nagaya bahuu fii Sabaata Rabbi ﷻ kadhadhaa! "يا مقلب القلوب ثبت قلبي على دينك " 🥀9⃣9⃣9⃣🥀 Linkiiin Telegraamaa kuni,👇 https://t.me/gorfami999 Jijjiirraa muuxannootiifi beekkumsaa, barnootaa walii raabsuuf kan banameedha! Kanaafuu share Gochuun Hiriyoota keessaniif qoodaa. Telegram channel: Namummaa Qofaan

  • ღ" Dhimmoota 5 kan Qalbii ofii tolchuu irratti nama gargaartu "*ღ 1. Hariiroo garbicha rabbii ﷻ isaatii wajjiin qabu tolchuu. Khajeellaa rabbii isaatirraa qabuu fii isatti of amanachuu jabeeysuu,isarratti irkichuu fii isarratti irkifachuu. isa kadhachuu hedduumeeysuu fii itti deddeebisuu baay'isuu,addatti akka rabbiin qalbii isaa tolchee lubbuu isaa tana qulqulleeysee sharrii lubbuu isaatirraa isa tiksu rabbitti waywaachuun isa gaafachuu. 2. Waan qalbiin,dalagaalee qalbiitii fii barbaachisummaa hojiilee qalbiitiin walqabatu dubbisuu fii qara'uu. Waan warri beekumsa qaban dhimma hojiilee qalbii,qalbii qulqulleeysui fii dhukkuboota qalbii keessatti barreessan qoachuudha. Namni tokko gaafa sadarkaa qalbiin qabdu fii waan kanaan walqabatu hubate kuni hayyama rabbiitiin gara isii tolchuun sirreeysuutti isa geeysa. 3. Lubbuu isaa tanatti qabsaawuu qaba. Rakkoolee fii dhukkuboota qalbii isarraa argaman kanneen ofirraa kaasuu fii jijjiiruurraa abdii kutuu fii gara murachuun isa moo'uu hin qabdu. Inumaa jajjabaatee rakkoolee fii dhukkuboota kanneen ofirraa jijjiiruuf tattaafachuu qaba. 4. Namoota filatamoo kheeyrii irraa baratu,kheeyrii irraa dhaga'uu fii kheeyrii irraa argu qabachuu. [Namoota beekkamoo osoo hin taane Namoota haalli isaanii,wanti isaan dubbatan,wanti isaan barreeysan qalbiif dawaa taatu saahibuu/osoo miidiyaalee hawaasaa irattillee taatee ]. 5. Yeroo hunda aakhiraa yaadataa jiraachuu. "Wanti qalbii keessaa bakka rabbiin kiyya na ilaaluu fii kaniin guyyaa qiyaamaa irraa gaafatamuudha " jechuu of dura qabuu. Sheikh Abdurezaaq Albadr-hafizahullaah Safar 29,1446 T.me/gorfami999

  • ✍️ Qabeenya, haala jiruuf jireenyaaa fi fayyaa keessatti nama sii gadi jiru ilaali…! Diinii, beekkumsa, haalaa fi amala keessatti nama sii ol jiru ilaali…. ✍️ Nama sirraa uf dhiibutti dhihaachuuf hin kajeelin…salphinnaa fi xiqqeenyaan biraa deebita waan taheef…!! Nama si barbaadurraahis uf hin dhiibin…gosoota dhala namaa miidhan keessa ooltaa…Nama sitti kalaahurraa fagaachuun gaarummaa dhabuu kee muldhisa…!! ✍️ Iccitii silaa sirritti dhoksuun sitti dirqamaa…obboleewwan kankeetis taatu kan biroottis baastee hin facaasin…maaf nama iccitii koo naaf eega jettee yaaddu..nama nama hundaa ol sitti dhihaatus hin tahin….!! ✍️ Seera “dirqama yaanni koo fudhatamuu qaba " jedhuunis nama hin gorsin..! Seera yaamichi koo awwaatamuu qabaanis manguddummaa hin deemin…Seera galata namarraa argadhaatiinis baastee namaaf hin kennin…. Garuu isa caalu fayyadamuudhaan deemi…hanguma dandeesseen xiyyeeffannoon kee guddaan ergaa dabarsuu, nama walitti araarsuu fi gaarii hawaasa keessa faffacaasuu haa tahuu… ✍️ Yoo nama tokko gorsuuf yaadde, ol baastee osoo hin taane iccitiidhaan gorsi…hawaasa keessatti dirree baaftee osoo hin taane, mana keetitti affeerii gorsi…kallattii kanaan deemtee yoo galuufii dide garuu quba itti qabuunis, badheetti wal baasuunis bareeduma….!! Galatoomaa….!! Share👇🏻 https://t.me/gorfami999

  • Bu'uurraa hin jijjiiramne || قاعدة مطردة ღ" Namni tokko hanguma qaanfiin lubbuu isaatirraa buqqaatee khaatuun; kheeyrii hedduu khasaaraa deema"*. ღ🦋 #احذروا_وقاحتكم 🥀9⃣9⃣9⃣🥀 Linkiiin Telegraamaa kuni,👇 https://t.me/gorfami999 Jijjiirraa muuxannootiifi beekkumsaa, barnootaa walii raabsuuf kan banameedha! Kanaafuu share Gochuun Hiriyoota keessaniif qoodaa. Telegram channel: Namummaa Qofaan

  • Hayyuu hadiisaa fi Fiqhii Islaamaa Oromiyaarraa hanga guutuu Adduniyaatti kanneen gumaata hin dagatamne islaamummaaf taasisan keessaa tokko Sheek Muhammad Amiin Al-Hararii hayyuu hadiisaa fi Fiqhii Islaamaati. ===================================== Sheek Muhaammad Amiin bin Abdullaah Abu Yaassin Al-Hararii hayyuu hadiisa, ogeessa seera islaamaa fi beekaa afaanii lammii Itoophiyaati. Bara 1929 magaalaa Hararitti dhalatanii; Umurii isaanii waggaa jahaatti Qur’aana haffazan, achiis sagantaa ilmii irratti hirmaachuun barnoota Aqiidaa,Fiqhii, Hadiisa fi Afaan Arabiffaa baratani. Gara Biyya Saud Arabiyaa imaluun Kolleejjii beekamaa Daar Al-Hadiis Al-Khair keessatti barsiisaa tureera. Dabalataanis dhuma umrii isaa Masjiida Guddaa Harama Makkaa keessattis waggaa saddeetiif barsiisaa turaniiru. Barreeffamoonni (Kitaabonni) isaan maxxansanii hawaasa muslimaaf dhiyeessan 45 kan caalan yoo ta’u, isaan keessaa kanneen beekamoo ta’an Hiikkaa Qur’aanaa jildii (32) keessatti, SharhiiSahiih Muslim jildii (26), akkasumas Sunan Ibn Maajah jildii (26) wolumaa galatti; Tafsiira qur'aanaa, hadiisa, Musxalaha hadiisaa, Nahwii, Sarfii, Balaaghaa, Manxiqa fi Siiraa irratti kitaabota wobii ta'an hedduu barreessanii jiru. Rabbi Rahmata haa godhuuf! Muaz Yakub 🥀9⃣9⃣9⃣🥀 Linkiiin Telegraamaa kuni,👇 https://t.me/gorfami999 Jijjiirraa muuxannootiifi beekkumsaa, barnootaa walii raabsuuf kan banameedha! Kanaafuu share Gochuun Hiriyoota keessaniif qoodaa. Telegram channel: Namummaa Qofaan

  • *" ilmii shari'aa barbaadanii barachuun jabduudh. Isa caalaa ilmii tana haffazanii eeguutu jabduudha. Isa haffazanii tiksuu caalaa itti dalaguutu jabduudha. "*ღ🦋 𝑦𝑎𝑎 𝑚𝑜𝑤𝑙𝑎𝑎𝑦𝑎! 𝑖𝑙𝑚𝑖𝑖 𝑛𝑢𝑢𝑓 𝑘𝑒𝑛𝑛𝑖,𝑘𝑎𝑛 𝑛𝑢𝑢𝑓 𝑘𝑒𝑛𝑛𝑖𝑡𝑒𝑒s 𝑛𝑎𝑚𝑎 ℎ𝑎𝑓𝑓𝑎𝑧𝑒𝑒 𝑡𝑖𝑘𝑠𝑢 𝑛𝑢 𝑡𝑎𝑎𝑠𝑖𝑠𝑖. 𝑤𝑎𝑎𝑛 𝑏𝑎𝑟𝑎𝑛𝑛𝑒𝑒 ℎ𝑎𝑓𝑓𝑎𝑧𝑛𝑒𝑒𝑠 𝑖𝑡𝑡𝑖 𝑛𝑢 ℎ𝑜𝑗𝑗𝑒𝑐ℎ𝑖𝑖𝑠𝑢. ღ🦋 🥀9⃣9⃣9⃣🥀 Linkiiin Telegraamaa kuni,👇 https://t.me/gorfami999 Jijjiirraa muuxannootiifi beekkumsaa, barnootaa walii raabsuuf kan banameedha! Kanaafuu share Gochuun Hiriyoota keessaniif qoodaa. Telegram channel: Namummaa Qofaan

  • ✍️ Post kankee; suuraadhan kankee; text fi xalayaadhan kankee; haasaa fi barreeffama kankee…akkasuma sagalee yaamicha bilbila kee irra deddeebi’ii toohdhu mee….!? Wanti hunduu si ilaallata…wanti hunduu jireenya kankee kan boruun wal qabata….!! Ergasii jecha hayyuu keenyaa Imam Ashaxibii xiinxlli…; « Nama erga inni du’ee badiin isaa isuma wajjiin duuteef jannatatu jira…Azaabni dheeraan nama erga inni du’ee, badiin isaaa isa booda waggaa 100 ykn 200 turuudha…isimaan qabrii keessattis qixaatama…hanga isiin asirraa baddutti irraa gaafatama….» "طوبى لمن مات وماتت معه ذنوبه، والويل الطويل لمن يموت وتبقى ذنوبه مائة سنة ومائتي سنة، يعذب بها في قبره ويُسأل عنها إلى انقراضها. Keessattuu warri Facebook; TikTok fi YouTube qabdan…warroonni Chanala adda addaa qabdan dhaamsi kun keessatti isin ilaallata……galatoomaa Share👇🏻 https://t.me/gorfami999

  • 🍁Hiriyaa Gaarii Hiriyaan Gaariin Jiruu Kee keessatti Waa lama siif oolu. Tokko Arra Duniyaarratti yoo tahuu Tokko ammo boru aakhiraatti #Hiriyaan Gaarin ☞Karaa Rabbitti Si Yaaman ☞Yoo badde Si barbaadan ☞Yoo dagatte Siyaadachiisan Du'aa'i siif godhan. ☞Akka urjiin Bidiruu karaan Harkaa bade Qajeelchituuti Karaa Sitti Agarsiisan ☞Boru Insha'allaah Qabana Arshii jalatti si eegan Jannata keessaa Yoo si dhaban Akkati isaanitti makamtuuf Rabbiin Siif Kadhatan. Hiriyaan Gaariin Kana Hunda Siif oola Hiriyaan Badaan Ammoo Faallaa kanaati jechuudha. 👉Gaarii yoo qabaattee atis gaarii Taata Badaa yoo qabaatte atis akka isaa taata. 🌹Akkuma Nabiin S A W Jedhan Gurbaan Karaa Jaallallee Isaarratti. Rabbiin Gaarii Nu godhee Hiriyaa Gaarii Nuuf haa kennu nuhaa Jaallachiisu. Forwaard gochuun hiriyoota keetif dabarsi Chaanaali kanas join gochuun akka irraa fayyadaman affeerii baarakallahu fik Join 👇👇👇👇👇 https://t.me/gorfami999 https://t.me/gorfami999 https://t.me/gorfami999 ✥┈┈┈┈┈••◉ ❖ ◉●••┈┈┈┈┈✥

  • ۞ Diliin tee siif dhiifamtee buluu barbaaddaa?? ۞           𝖉𝖆𝖑𝖆𝖌𝖆𝖆 𝖝𝖎𝖖𝖖𝖔𝖔 𝖆𝖏𝖗𝖎𝖎𝖓 𝖎𝖘𝖎𝖎 𝖌𝖚𝖉𝖉𝖔𝖔 ღ" Yaa ikhwataah hanga yoomii dhimma dilii hojjennuutiif dantaa akka zamana keenyaa kun?"*.          ღ"𝑑ℎ𝑎𝑔𝑎'𝑖 𝑏𝑎𝑎𝑟𝑎𝑘𝑎𝑙𝑙𝑎𝑎ℎ𝑢 𝑓𝑖𝑖𝑘"*💜 ღ" Jaalalleen keenya ﷺ akkana nuun jedha " Namni yeroo bakka hirriibaa firaasha isaa irra dhaqe *" Laa ilaaha illallaahu wahdahuu laa shariika lahuu,lahul mulku walhulhamdu wahuwa alaa kulli shey'in qadiir,laa howla walaa quwwata illaa billaah al-aliyyul-aziim, subhaanallaah,walhamdulillaah walaa ilaaha illaahu wallaahu akbar "* jedhe. Osoo [baay'inaa fii guddinarraan kan ka'e ] diliin isaa akka hoomacha baharaatillee taatee isaaf dhiifamti. "*ღ🦋 ღ" Subhaaaanallaah,Subhaaanallaaah. Dalagaa xiqqoo daqiiqaa tokkoo kan faayidaan isaa diliin tee siif dhiifamuu!!!. Mee kheeyrii tanarraa eeysa jirra. ღ🦋 ۞ "* agartee dadhabinaaa fii faayida dhaboomina keenya"*. Dubbiin waa beekumsa qabaachuu fii abbaa humnaa abbaa sammuu gamna fii kkf ta'uu qofaa miti. Dubbiin TOWFIIQUN Minallaah💜. ღ" 𝑎𝑓𝑎𝑎𝑛 𝑟𝑎𝑠𝑢𝑢𝑙𝑎 𝑘𝑒𝑒𝑛𝑦𝑎𝑎 ﷺ 𝑘𝑎𝑛 𝑓𝑒𝑑ℎ𝑖𝑖 𝑙𝑢𝑏𝑏𝑢𝑢 𝑖𝑠𝑎𝑎 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎 𝑑𝑢𝑏𝑏𝑎𝑛𝑛𝑒𝑒 𝑠𝑎𝑛 𝑖𝑟𝑟𝑎𝑎 𝑏𝑎𝑎𝑡𝑒 𝑗𝑒𝑐ℎ𝑖 𝑘𝑢𝑛. 𝑤𝑎𝑙𝑙𝑎𝑎ℎ𝑖 𝑑ℎ𝑢𝑔𝑎𝑎𝑑ℎ𝑎. 𝑎𝑘𝑘𝑎𝑠 𝑡𝑎'𝑢𝑢 𝑔𝑜𝑛𝑘𝑢𝑚𝑎𝑎 ℎ𝑖𝑛 𝑠ℎ𝑎𝑘𝑘𝑖𝑛𝑢. 𝑑ℎ𝑢𝑔𝑜𝑜𝑚𝑠𝑖𝑖 𝑖𝑡𝑡𝑖 𝑑𝑎𝑙𝑎𝑔𝑖. 🌸 |[ من قال حين يأوي إلى فراشِه : ( لا إله إلا اللهُ وحده لا شريك له ، له الملكُ ، وله الحمدُ ، وهو على كلِّ شيءٍ قديرٌ ، لاحولَ ولا قوةَ إلا بالله العليِّ العظيمِ ، سبحان اللهِ، والحمدُ لله ، ولا إله إلا اللهُ ، واللهُ أكبرُ ) ؛ غُفِرَتْ له ذنوبُه ولو كانت مثلَ زَبَدِ البحرِ الراوي : أبو هريرة | المحدث : الألباني | المصدر : صحيح الترغيب | الصفحة أو الرقم : 607 | خلاصة حكم المحدث : صحيح | التخريج : أخرجه ابن حبان (5528)، وابن السني في ((عمل اليوم والليلة)) (722)]|  𝑠𝑎𝑓𝑎𝑟 28,1445 🥀9⃣9⃣9⃣🥀 Linkiiin Telegraamaa kuni,👇 https://t.me/gorfami999 Jijjiirraa muuxannootiifi beekkumsaa, barnootaa walii raabsuuf kan banameedha! Kanaafuu share Gochuun Hiriyoota keessaniif qoodaa. Telegram channel: Namummaa Qofaan

  • ღ"*Akhii Sujuuda tokko kan dukkana halkanii keessaatu umrii guutuu ibsee,qalbii jiraachisee,diliilee harcaasisee,gaaraa fii daggala yaaddoo kan waggaa dheeraaf qalbii abbichaatti roorrisee turee kaasee ibsa. #Witrii tee hin dagatin. "*ღ🦋 𝔰𝔞𝔣𝔞𝔯 28,1446 🥀9⃣9⃣9⃣🥀 Linkiiin Telegraamaa kuni,👇 https://t.me/gorfami999 Jijjiirraa muuxannootiifi beekkumsaa, barnootaa walii raabsuuf kan banameedha! Kanaafuu share Gochuun Hiriyoota keessaniif qoodaa. Telegram channel: Namummaa Qofaan

  • ღ" 𝑑ℎ𝑖𝑚𝑚𝑎 𝑡𝑎𝑘𝑘𝑎 𝑡𝑎𝑛 𝑦𝑒𝑟𝑜𝑜 𝑏𝑎𝑘𝑘𝑎 ℎ𝑖𝑟𝑟𝑖𝑖𝑏𝑎 𝑘ℎ𝑒𝑒𝑡𝑖𝑖 𝑑𝑒𝑒𝑚𝑡𝑒 𝑟𝑎𝑎𝑤𝑤𝑎𝑡𝑡𝑒𝑒 𝑑𝑖𝑙𝑖𝑖𝑛 𝑡𝑒𝑒 ℎ𝑢𝑛𝑑𝑖 𝑠𝑖𝑖𝑓 𝑑ℎ𝑖𝑖𝑓𝑎𝑚𝑡𝑒𝑒 𝑏𝑢𝑙𝑡𝑢𝑢𝑛 𝑠𝑖𝑖𝑓 ℎ𝑖𝑚𝑎. 𝑖𝑛𝑡𝑎𝑧𝑖𝑟.......🌸 🥀9⃣9⃣9⃣🥀 Linkiiin Telegraamaa kuni,👇 https://t.me/gorfami999 Jijjiirraa muuxannootiifi beekkumsaa, barnootaa walii raabsuuf kan banameedha! Kanaafuu share Gochuun Hiriyoota keessaniif qoodaa. Telegram channel: Namummaa Qofaan

  • ۞ فَبَصُرَتْ بِهِ عَنْ جُنُبٍ۞ ღ" Namni akka malee akkaan hedduu si jaalatu wayii takka takka akka nama dantaa siif hin qabne kan sirraa haajaa hin qabnee of godheeti of mul'isa."*ღ🦋  ღ" Ta'ammalluu!! Haati muusaa ﷺ yeroo Muusaa baharatti darbite,obboleeytii Musaatiin ﷺ Jala deemii isa hordofii waan isatti dalagan eegi" jetteen. Obboleeytiin isaatiis akka fir'oownaa fii gareen isaa hin beeknetti halaalarraa isa agarte. Irraa fagaatteeti akka nama isaaf dantaa hin qabneetti akka isiirratti hin beekkamnetti isa eegdi. Osoo isiin itti yaaddeetuma isa eeguufii too'achuuf gara isaa dhaqxee akkasumaas jaalala isaaf qabdu mul'ifattee isiitu bishaanitti darbe  jechuu beekhaniiti isallee gorra'u turan. Garuu isiin akka nama isa barbaadaa hin jirreetti irraa fagaattee nama isaaf dhimma hin qabne ta'uu of mul'isaa isa hordofaa turte. Eegasii gaafa isa hoosisuuf harma itti barbaadan ni dide muusaan. Yeroo kana obboleettiin muusaa suuta Nama isiniif hoosisu irratti isin qajeelchuu jetteenii ....dubbiin dheertuudhaa rabbiin ﷻ Muusaa gara Ummaa isaa deebise. 💜 ღ" Obboleeytiin muusaa hedduu akkaan isaa jaalachuu waliin jaalalti isiin muusaaf qabdu irraa hin mul'anne ture. nama isaaf dhimma hin qabne wayii Mul'ifataa.... "*ღ🦋 { وَقَالَتۡ لِأُخۡتِهِۦ قُصِّیهِۖ فَبَصُرَتۡ بِهِۦ عَن جُنُبࣲ وَهُمۡ لَا یَشۡعُرُونَ } [Surah Al-Qaṣaṣ: 11] 𝖘𝖆𝖋𝖆𝖗 27,1446 🥀9⃣9⃣9⃣🥀 Linkiiin Telegraamaa kuni,👇 https://t.me/gorfami999 Jijjiirraa muuxannootiifi beekkumsaa, barnootaa walii raabsuuf kan banameedha! Kanaafuu share Gochuun Hiriyoota keessaniif qoodaa. Telegram channel: Namummaa Qofaan

  • •Abdii kutattee qalbii hin cabin. Warra obsee eeggate hundaa RABBIIN mataa isaanii ol qabu malee hin dhiifne! Yaa rabbi🤲 🥀9⃣9⃣9⃣🥀 Linkiiin Telegraamaa kuni,👇 https://t.me/gorfami999 Jijjiirraa muuxannootiifi beekkumsaa, barnootaa walii raabsuuf kan banameedha! Kanaafuu share Gochuun Hiriyoota keessaniif qoodaa. Telegram channel: Namummaa Qofaan

  • Kam irra Jaalatta /barbaadda ? Sukkara moo sooqidda ? Deebiin namoota hedduu sukkara jedha Garuu lameen isaaniituu bakka isaaniitiin Alatti yoo fayyadamne Jibbisiisoodha . Akkasuma bakka isaaniititti kan bikka isaanii bu'u hin jiru , barbaachisummaan  jara lamaaniituu qixa ta'a . Atilleen Akkasuma bakka kee hin tahin gaafa of keette ni jibbamta /fudhatama dhabda.bakka hin barbaadamnetti  argamtekaa . 👉Kanaaf Bakka si fakkaatu taa'i Waan si fakkaatu dubbadhu Waan si madaalu dalagi. Yoo san barbaadamaa taatee argamta . Ykn sooqidda shaayii tti naqaniifii sukkara Ittotti naqan taatee fudhatama dhabda. #Akkasi. Https://t.me/gorfami999 🥀9⃣9⃣9⃣🥀 Linkiiin Telegraamaa kuni,👇 https://t.me/gorfami999 Jijjiirraa muuxannootiifi beekkumsaa, barnootaa walii raabsuuf kan banameedha! Kanaafuu share Gochuun Hiriyoota keessaniif qoodaa. Telegram channel: Namummaa Qofaan

  • Shimallis irreechatti isin yaamuun hojii isaati. Sheekkootiin irreechi bakka shirkii waan taheef irraa hafaa jettee ummata diniinuun hojii isaaniiti. Hojii isaa namuu haa hojjatu. 🥀9⃣9⃣9⃣🥀 Linkiiin Telegraamaa kuni,👇 https://t.me/gorfami999 Jijjiirraa muuxannootiifi beekkumsaa, barnootaa walii raabsuuf kan banameedha! Kanaafuu share Gochuun Hiriyoota keessaniif qoodaa. Telegram channel: Namummaa Qofaan

Namummaa Qofaan — tgindex