- Последний пост
- 16 июл. 2025 г.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 179
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
https://youtu.be/H_W38cARbNE?si=UktnoLU5MPiQbNvB
https://youtu.be/aeOvIhb7SMQ?si=W_JPCmuk3YbDHH8x
https://youtu.be/m5ufQXkQ5O4?si=4a1ybocxFve8dRU4
без подписи
без подписи
без подписи
Rakkoon Mana Jireenyaa Itiyoophiyaa keessatti Mul'aatan Hambisuuf Guyyaa Har'aa Hootela Sharaatan keessatti Mariin Taasiifamee jira. JMN Afaan Oromoo Finfinnee, Caamsaa 07, 2017 Waldaan mana jireenya Itiyoophaa Itiyoophiyaa Riil Isteeti waldaa bitaatoonnii manaa fi miseensoonnii mootummaa waliin kallattiifi al-kallattiin walitti hidhamiinsa ta’ee tajaajiludha jedhame jira. Miseensonni boordii fi hundeessitootaa akkasumas Ministirri Naannoo Misooma Magaalaa fi Bu’uuraalee misoomaa Aadde Helan Dababa fi qooda fudhattoonni har’a waaxabajjii 7, 2017 marii kan irratti Hirmaatanii jiruu. Akka Ministirri Naannoo Misooma Magaalaa fi Bu'uuraalee misoomaa Aadde Helan Dababaa jedhaniitt waldichi teeknooloojiiwwan sadarkaa olaanaa qaban fiduudhaan, hoji dhabdummaa hir’isuun, carraa hojii uumuun damee ijaarsaa keessatti gumaacha olaanaa taasisaa jira jedhan. Waldaan kun waldaa mootummaa waliin walta’iinsaan hojjetu ta’uus ibsameera. Waldaan Misoomsitoota Riil Isteeti Itiyoophiyaa waldaa waggoota 23 booda ji'a lama dura hundeeffamee Tahuus himameera. Waldaan kun mirga abbootii qabeenyaa qabeenyaa, misoomsitootaa fi ijaarsitoota manaa eeguuf kan hundeeffame ta’uu preezdaantiin waldichaa Obbo Alamayoo Katama himaniiru. Itti dabaluunis waldaichi kan hundeeffame komii ijaarsitoota manaa fi bitattoonni manaa hedduu turan irraa kan ka’e ta’uun ibsaniiru. Waldaan kun waldaa rakkoolee damee dhiyeessii fi fedhii hawaasa Keenyaa Eeguuf kan hunda'ee ta’uus ibsameera. Waltajjii har’aa kana irratti mariin hedduun kan gaggeeffame yoo ta’u, marii paanaaliis Gaggeefameera Gabaasni kan Misraa Bayaani #jmnafaanoromo #jmngavlogs #Odeeffannoo #jmn
Pirezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruuttoo Qawwee guban Pirezdaantichi guyyaa har'aa meeshaalee waraanaa harka nama dhuunfaa turanii fi 'rakkoo nageenyaa natti fiduu malu' jechuun shakkan 6000 bifa kana fakkaatuun walitti qabanii gubaniiru. Qawwee tanniin ulaagaa kamiin akka namootarraa funaan himamuu baatus dirree irratti abidda yoo itti bobeessan muul'ataniiru. #jmnafaanoromo #jmngavlogs #jmn #Odeeffannoo
без подписи
без подписи
Somaaliyaan uggura paaspoortii Taayiwaan kaafte. JMN Afaan Oromoo, Finfinnee Waxabajjii 06, 2017 Mootummaan federaalaa Somaaliyaa uggura itti fayyadama paaspoortii Taayiwaan kaasuun tarkaanfii baatii Eblaa keessa fudhate duubatti deebiseeti jira. Uggurri jalqabaa baatii Eblaa keessa kaa'ame kun, waan qondaaltonni Somaaliyaa Taayiwaan hariiroo Somaaliyaandi waliin qabdu irratti ''dhimma keessoo keessa seenuu'' jedhaniif deebii kennuudha. Somaaliyaan Somaliland akka qaama naannoo isheetti kan fudhattu yoo ta'u, Taayiwaan garuu Somaliland waliin hariiroo al-seerummaa qabdi. Ameerikaan uggurri kun Somaaliyaa Beejiingitti walitti dhiyeenya guddachaa dhufuu agarsiisa jetteetti. Qondaalli Ministeera Dhimma Alaa U.S. murteen kun akka murtaa’e Seenetii U.S.tti himaniiti jiru. ''Mootummaan Somaaliyaa uggura paaspoortii kaasuun sanada imala Taayiwaan beekamtii kennuu isaatti gammadee jira jedhan Qondaaltichi. #jmnafaanoromo #jirraamedianetwork #jmngavlogs
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
Biiroon Dhimma Dubartootaafi Daa’immanii Oromiyaa fi Dhaabbanni Beeksisaa Meerii Didhaa Miidhaa Dubartootaa fi Daa’immanii Ittisuuf waliin hojjechuuf waliigaltee mallatteessan. JMN Afaan Oromoo, Finfinnee Waxabajjii 06, 2017 Hoggantuun Biiroo Dhimma Dubartootaafi Daa'immanii Oromiyaa Aadde Maabiraat Baacaa fi Hundeessituufi Hoji geggeessituun dhaabbata Promooshiniifi Iiventii Meerii Didhaa sirna waliigaltee kana raawwachuun ibsa Miidiyaaleef kennanii jiru. Guutuu oduuf👉 https://shorturl.at/plzZv #jmnafaanoromoo #jirraamedianetwork #jmn
без подписи
без подписи