tgindex
WAAJJIRA BARNOOTAA BULCHIINSA MAGAALAA SHAGGAR

WAAJJIRA BARNOOTAA BULCHIINSA MAGAALAA SHAGGAR

Статистика

Be your self You are unique!

Последний пост
6 авг.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
20
Тип
открытый
Язык
und
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
3 970
+15 за 2 дн.
Сутки
+5
+0,13%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
1 636
20 постов
Вовлечённость
41,2%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 20
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1 322
1/48двое суток
1 515
1/72трое суток
1 633

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • የመምህርነት የስራ ቅጥር ማስታወቂያ! (ሀምሌ 24/2018 ዓ.ም) መመዝገቢያ ሊንክ፡- https://lyuhub.com/jobs ለተጨማሪ የመረጃ አማራጮች ማሰፈንጠሪያውን ይጫኑ! https://linktr.ee/aacaebc Irra deebii Finfinnee galmaa'aa!!

  • [ New ] Jobs by Ethio Biherawi School | Jobs Opportunity AUG 6 | 2026 DIRECTOR & UNIT LEADER KG TEACHERS PRIMARY AND MIDDLE SCHOOL TEACHERS * ENGLISH * MATHEMATICS * NAURAL SCIENCE * ICT * AMHARIC * SOCIAL STUDIES * HISTORY * PVA * GEOGRAPHY * CIVIICS & ETHICAL EDUCATION * MUSIC, ART * HPE * GUIDANCE & COUNCILEOR * UNIT LEADER & DIRECTOR SECONDARY SCHOOL TEACHERS * ENGLISH * MATHEMATICS * PHYSICS * CHEMISTRY * BIOLOGY * MARKETING * ECONOMICS * HISTORY * GEOGRAPHY * CIVICS & ETHICAL EDUCATION * ACCOUNTING * ICT * AGRICULTURE * UNIT LEADER & DIRECTOR * HPE How to Apply https://elelanjobs.com/job/ethio-biherawi-school-jobs-opportunity/

  • 29 июл.1 389717

    [ 100+ Fresh Graduates ] Jobs by Addis Ababa City Education Bureau | Jobs Opportunity July 29 | 2026 Part 1: Pre-Primary to 8th Grade Positions (Amharic Section) Amharic Teacher Afaan Oromo Teacher (1st & 2nd Language) English Teacher Mathematics Teacher Environmental Science Teacher Pre-Primary Level Teacher Special Needs Teacher Music Teacher Physical Education Teacher Nanny / Caregiver (10th or 12th Grade Completed) Performing and Visual Art Teacher (Grades 1-4) General Science Teacher Social Studies Teacher Performing and Visual Art Teacher (Grades 5-8) Career and Technical Education (CTE) Teacher (Grades 7-8) Student Feeding Service Supervisor III Health & Sanitation Specialist (Caregiver) Environmental Health & Sanitation Specialist (Caregiver) Part 2: Secondary School (2nd Level / High School) Positions (Amharic Section) English Teacher Mathematics Teacher Biology Teacher Chemistry Teacher Physics Teacher Geography Teacher History Teacher Economics Teacher Civics Teacher ICT Teacher Fine Arts / Aesthetics Teacher Agriculture Teacher Part 3: Pre-Primary to 8th Grade Positions (Afaan Oromo Section) Amharic as a Second Language Teacher Afaan Oromo Teacher English Teacher Mathematics Teacher Environmental Science Teacher Pre-Primary Level Teacher (BSTD) Special Needs Teacher Music Teacher (BGDQ) Citizenship / Gadaa Education Teacher Nanny / Caregiver (Kunuunsituu/mogzit - 10th or 12th Grade) Performing and Visual Art Teacher (Grades 1-4) General Science Teacher Social Science Teacher Performing and Visual Art Teacher (Grades 5-8) Career and Technical Education (CTE) Teacher (Grades 7-8) Student Feeding Service Supervisor III Health & Sanitation Specialist (Caregiver) Environmental Health Specialist (Caregiver) How to Apply https://elelanjobs.com/job/addis-ababa-city-education-bureau-jobs-opportunity/ ሁሉም ክፍት ስራዎችን Telegram ላይ ለመለቀቅ ብዙ ስለሆነ ሁሌም website ላይ በመግባት የምትፈልጉትን የስራ እድል ይመለከቱ Website Link https://elelanjobs.com

  • 28 июл.1 74918

    видео или голосовое, без подписи

  • 28 июл.1 63520

    видео или голосовое, без подписи

  • 28 июл.1 73821

    видео или голосовое, без подписи

  • 28 июл.1 54820

    видео или голосовое, без подписи

  • 28 июл.1 66320

    видео или голосовое, без подписи

  • 28 июл.1 49119

    видео или голосовое, без подписи

  • 28 июл.1 45920

    видео или голосовое, без подписи

  • 28 июл.1 445620

    Finfinnee

  • 25 июл.1 4185

    #Hubachiisa:- #Qabxiin_Qormaata_Kutaa_6ffaa guyyoota muraasa booda kan ibsamu ta'uu odeeffannoo argannerraa hubachuun danda'ameera. Obsaan nu eeggadhaa!

  • 22 июл.1 8369

    Qabxiin Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa ifoome Finfinnee, Adoolessa 15, 2018 (FMC)- Qabxiin qormaata naannoo kutaa 8ffaa Naannoo Oromiyaa ifoomeera jedhe Biiroon Barnootaa Naannichaa. Haaluma kanaan, qabxiin darbiinsaa 50%fi ol kan galmeessisan yoo ta'u , barattonni 50% fi ol galmeessisanis 86.4% ta'uu biirichi ibseera. Qabxii_Qormaataa ilaallachuuf #Liinkii asii gadii fayyadamuun ilaaluu danda’u. Liinkii :- oromia.ministry.et irratti ilaaluu akka danda’an ibseera.

  • 13 июл.2 0667

    Boba'aan Barmeliin 70 To'atame! Naannoo Benishaangul Gumuz, magaalaa Gilgal Balas keessatti sakatta'iinsa tasaa marsaa lamaan taasifameen, boba'aan seeraan ala geejjibamaa ture barmelii 70 (beenzila barmelii 20 fi naafxaa barmelii 50) konkolaattota fe'umsaa waliin to'annoo jala ooluu poolisiin beeksiseera. Manni murtee beenzilli to'atame hatattamaan gurguramee qarshiin isaa ragaa ta'ee akka qabamu kan murteesse yoo ta'u, fe'umsaa fi konkolaachisaa biroo irratti qorannoon dabalataa gaggeeffamaa jira. Poolisiin to'annoon daldala seeraan alaa (koontirobaandii) cimee kan itti fufu ta'uu ibsuun, hawaasni eeruu kennuun tumsa akka taasisu gaafateera.

  • 9 июл.2 174

    "Arsiitti Kan Du’an Milishootaafi Namoota Nagaa 3 Qofa, Waan Hin Beekneen Oromoo, Amaara, Islaama fi Kiristaana Jechuun Tapha Garee Hin Taphatinaa!" – MM Dr. Abiy Ahimad Walgahii idilee Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa irratti Ministirri Muummee FDRI Doktar Abiy Ahimad gaaffilee miseensota irraa dhiyaateef ibsa bal'aa kennaniiru. Haasaa isaaniitiin, sababoota walitti bu'iinsaa yeroo ammaa, dhimma rakkoo nageenyaa Arsii fi namoota miidiyaa hawaasaatiin jeeqama uuman ilaalchisee akeekkachiisa fi ergaa cimaa dabarsaniiru. Ministirri Muummee akka ibsanitti, walitti bu'iinsi addunyaa kanaa yeroo baay'ee faayidaa diinagdee, olaantummaa fi daangaa babal'isuu irraa kan maddu ta'us, qaamoleen badii garuu dhimmoota kana dawoo amantaa fi sabummaatiin dhoksanii hawaasa walitti buusuu barbaadu. Itoophiyaa keessatti garuu amantaan Islaamaas ta'ee Kiristaanaa amantaa nagaa fi waliif ijaaruu malee kan walitti bu'iinsaa akka hin taane seenaa qabatamaa biyyattii eeruun dubbataniiru. Qabxiileen ijoo ibsa Ministira Muummee akka armaan gadiitti qindaa'aniiru: 📌 Dhugaa Walitti Bu'iinsa Arsii: Walitti bu'iinsa aanaa Arsii keessatti uumameen namoota 11 lubbuu dhaban keessaa, saddeet (8) milishaa fi poolisii ummata isaanii baraaruuf aarsaa kaffalan yoo ta'an, namoota nagaa sadii (3) qofatu lubbuu dhabe. Qaamoleen badii kana bifa amantaatiin dhiyeessuuf yaalan dhugaa irraa kan fagaatanidha; sababni isaas humnoota nageenyaa ummata baraaruuf lubbuu dhaban keessaa Islaamonni ni jiru. Namoota aarsaa kana kaffalaniif manni marichaa kabaja akka kennuuf gaafataniiru. 📌 Tarkaanfii fi Furmaata: Walitti bu'iinsa kanaan walqabatee shakkamtoonni 22 to'annoo seeraa jala kan oolan yoo ta'u, namoota qe'ee isaanirraa buqqa'an keessaa dhibbeentaa 90 (%90) ol gara qe'ee isaaniitti deebi'aniiru; kanneen hafanis dhiyootti ni deebi'u. 📌 Akeekkachiisa Miidiyaa Hawaasaa: Namoota Finfinnee taa'anii, caatii qaamaa miidiyaa hawaasaatiin jeeqaniif akeekkachiisa kennaniiru. "Waan argitan ykn beektan, balleessaa mootummaas yoo ta'e saaxiluun rakkoo hin qabu. Garuu bakka hin beeknetti 'Islaama, Kiristaana, Amaara, Oromoo' jechuun tapha garee taphachuun barbaachisaa miti," jechuun cimsanii dhaamaniiru.

  • 9 июл.1 4432

    Kiraan Manaa Murtaa’e, Finfinneetti Daangaan Daballii Kiraa Manaa %11.5 Ta'uun Ifoome; Galmeen Waliigaltee Haarawaa Eegalameera! Biiroon Misooma fi Bulchiinsa Manneenii Magaalaa Finfinnee ibsa hatattamaa baaseen, bara baajataa haaraa 2019tti daangaan daballii kiraa manneen jireenyaa dhuunfaa waggaatti dhibbeentaa 11.5 (%11.5) qofa akka ta'u murtaa'uu ifatti beeksiseera. Miidiyaan Abdii Sabaa ragaa Biiroo kana irraa bahe akka qulqulleesseetti, murteen daangaa daballii kiraa manaa kun dandeettii kaffaltii jiraattotaa fi haala ulfaatina diinagdee waqtaawaa giddugaleessa kan godhatee fi qo'annoo saayinsaawaa irratti hundaa'uun kan murtaa'edha. Murtee kana hordofuunis, galmeen haaromsa waliigaltee haaraa kireessaa fi kireeffataa manneen jireenyaa dhuunfaa guutummaa magaalattii keessatti argamanii, har'a Adoolessa 1, bara 2018 irraa eegalee waajjiraalee bulchiinsa manneenii kutaalee magaalaa hundatti ifatti eegalamuu Biirochi hubachiiseera. Kanaafuu kireessitootnii fi kireeffattootni magaalattii yeroo kenname kanatti fayyadamuun waliigaltee isaanii seeraan akka haaromfatan dhaamameera.

  • 3 июл.1 67711из segnigudeta

    🎴Federal  Civil Service Commission 🎴 ክፍት የስራ መደብ ማስታወቂያ!! አዲስ ዘመን ጋዜጣ አርብ  ሰኔ 26 ቀን 2018 ዓ.ም የታተመ: የፌዴራል ሲቪል ሰርቪስ ኮሚሽን ከዚህ በታች ባሉት ክፍት የሥራ መደቦች ላይ በኮንትራት እና  በዝውውር አወዳድሮ መቅጠር ይፈልጋል ። በመሆኑም በክፍት መደቦች ላይ መወዳደር የምትፈልጉ ፤ ዝርዝር መረጃውን ከታች ከተቀመጠው ሰንጠረኝ ይመልከቱ! ለመመዝገብ ደግሞ መስፈንጠሪያውን ( ሊንኩን) ይጠቀሙ ወይም ዋናውንና ኮፒ የትምህርትና የስራ ማስረጃችሁን ይዛችው ፍላሚንጎ በሚገኝው ዋና ማስሪያ ቤት መመዝገብ የምትችሉ መሆኑን እናስታውቃለን፡፡ መልካም እድል! የምዝገባ ሊንክ ፦ https://forms.lmis.gov.et/federal_-civil_services_new/

  • 30 июн.1 8722

    ▪️For Fresh graduates🎴Ahadu Bank S.C🎴 ▪️Job Position-Trainee Banker Education:Bachelor's Degree in Banking and Insurance, Accounting, Management, Economics, Business Administration, or related fields of study. ▪️Find More Details here           💧💧💧💧💧 https://elelanajobs.com/2026/06/29/ahadu-bank-s-c-15/ ▪️Deadline : July 30th, 2026

  • 🎴Ethiopian Airlines Group🎴 ▪️Job Position - Fire & Rescue Officer I Education:Minimum of College Diploma /10+3/ Level III diploma from a recognized College/University in any field of study with 4th grade/Liquid I & Above Driving License ▪️Find More Details here           💧💧💧💧💧       https://elelanajobs.com/job/ethiopian-airlines-group-2/     ▪️Deadline : July 2, 2026

  • видео или голосовое, без подписи

WAAJJIRA BARNOOTAA BULCHIINSA MAGAALAA SHAGGAR — tgindex