M3 MEDIA
СтатистикаAti yaa Abbaa Kaayyoo Hin ta'in nama laayyoo https://youtube.com/@M3MEDIA-2016
- Последний пост
- 14 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 8
- Всего постов
- 25
- Тип
- открытый
- Язык
- so
- Категория
- Видео
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 13
- 1/48двое суток
- 14
- 1/72трое суток
- 16
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Baga Tsoomii Filsataa Haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam nagaadhaan geessan! Tsoomii Filsataa 🙏 Tsoomii Filsataa jechuun maal jechuudha? 🙏 Tsoomiin Filsataa maalif Tsoomama? 🙏 Tsoomii Filsataa tsoomuun maalif barabaachise? 🙏 Seenaan Tsoomii Filsataa maalidha? 🙏 Tsoomiin Filsataa guyyoota meeqa Tsoomama? Kanneen fi kanneen biroo waa'ee Tsoomii Filsataa link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! 👇👇👇 https://bit.ly/4bxzDw7 https://bit.ly/4bxzDw7
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃♂🏃♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
🚨🚨Faaruu buhee (debre taabor) argachu ni barbaddu? Eega faaruwwan buhee argachuuf Bakka ADD jedhu tuqun Dhaggeffadhaa👇👇👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
M3 Media Finished Setup
Isin Ortodoksi dha❓
Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃♂🏃♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
Filmii Waregamtoota Liibiyaa Afaan Oromotin Qopha'ee Channel Asiin Gadii jOin Gochuun Argadha👇👇👇 🥰Channel afaan oromoo🥰
Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ _ Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ _ Ijollen ortodoksi qofaf °°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°° ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️ play▶️ ⬜️⬜️⬜️ ⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️⬜️
Tsinsataa Maariyaam Hagayya 7 Baga guyyaa Tsinsataa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam nagaadhaan geessan! Link kana tuquun waa'ee guyyaa yaadannoo ayyaana waggaa haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam kan Hagayya 7 dubbisaa! 👇👇👇 https://bit.ly/4zehRbh https://bit.ly/4zehRbh
𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚 Baga Guyyaa Yaadannoo Haadha keenya Qulqulleettii Arseemaa nagaadhaan geessan! ♥ 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐝𝐡𝐚! ♥ 𝐒𝐢'𝐢𝐥𝐢𝐢𝐧 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚 𝐢𝐧𝐧𝐢 𝐬𝐢𝐫𝐫𝐢𝐢𝐧 𝐌𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐟𝐮𝐝𝐡𝐚𝐭𝐭𝐮 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐝𝐡𝐚? ♥ 𝐒𝐢'𝐢𝐥𝐢𝐢 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚𝐭𝐢 𝐣𝐞𝐧𝐧𝐞𝐞 𝐛𝐚𝐚𝐲'𝐢𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐤𝐚𝐧 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐧𝐮 𝐒𝐢'𝐢𝐥𝐢𝐢 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐤𝐚𝐦𝐢𝐢𝐭𝐢? ♥ 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐨𝐨𝐧𝐧𝐢 𝐤𝐮𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐡𝐨𝐨 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮 𝐟𝐚'𝐢? 𝐆𝐚𝐚𝐟𝐟𝐢𝐥𝐞𝐞 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐛𝐢𝐫𝐨𝐨 𝐰𝐚𝐚'𝐞𝐞 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐀𝐫𝐬𝐞𝐞𝐦𝐚𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐤𝐚'𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐢 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐥𝐢𝐧𝐤 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐝𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐮 𝐭𝐮𝐪𝐮𝐮𝐧 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚! Akkasumas bakka INSTALL jedhu tuquun Application keenya buufadhaa! 👇👇👇 https://qubeeonline.com/2021/05/qulqulleettiin-arseemaa-eenyudha-siiliin-qulqulleettii-arseemaa-inni-sirriin-kamidha/
Baga Guyyaa Ayyaana Abuna Gabra Manfas Qidduusiin Nagaan isin gahe! ♦ Abuna Gabra Manfas Qidduus eenyudha? ♦ Jaalalli Uummanni Itoophiyaa isaaniif qabu akkamitti kan Qulqulloota kaanirraa adda ta'e? ♦ Uummanni keenya maalif jiruufi jireenya isaa keessatti maqaa Aabboo baayi'naan waama? Kanneenii fi kanneen biroo wantoota ajaa'ibaa waa'ee abbaa keenya Abuna Gabra Manfas Qidduus link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! waliif qoodaa! https://bit.ly/4nXPhEa https://bit.ly/4nXPhEa
Hiikoo Sirna Qiddaasee | Kutaa 1ffaa • Hiika Sirna Qiddaasee • Qoqqoodama Sirna Qiddaasee • Sirna Qiddaasee eenyutu jalqabe? • Qurbaanaa fi Qiddaasee jalqabaa irratti warra hirmaatan • Kaayyoo guddaa Sirna Qiddaasee Link kana tuquun dubbisaa! 👇👇👇 https://bit.ly/4onNx8v https://bit.ly/4onNx8v
Baga Kabaja Guyyaa Ayyaana Yaadannoo haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam Ba'aataa Maariyaamiin nagaadhaan isin gahe! Link kana tuquun waa'ee Ba'aataa Maariyaam dubbisaa! 👇👇👇 https://bit.ly/48KP3ux https://bit.ly/48KP3ux
Qulqulluu Yohaannis Afaan Warqee ♦ Akka Mana Kiristaanaa keenyaatti kitaabolee hedduu hanga 10,000 ta'aan barreessuun fi hojiiwwanii fi qabsuurota inni Mana Kiristaanaatiif taasiseen hedduu kan beekamu Qulqulluun Yohaannis Afaan Warqee eenyudha? Link kanaa gadi jiru tuquun waa'ee Qulqulluu Yohaannis Afaan Warqee dubbisaa! Ajaa'iba! hundumti keessan kan dubbisuu qabdan! https://bit.ly/3YUQ2nY https://bit.ly/3YUQ2nY
Baga guyyaa Yaadannoo Ayyaana Dhaloota Haadha Keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam nagaadhaan geessan! Waa'ee Dhaloota haadha keenya Qulqulleettii Dubroo Maariyaam fi Ayyaana Dabra Mixmaaq link kanaa gadi jiruun seenuun dubbisaa! https://bit.ly/4wpgN32 https://bit.ly/4wpgN32
🙏Ijoollen ortodoksi qofa✅ 👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿 👉🏿👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👇🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👇🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👇🏻👇🏻👇🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿 👉🏾👉🏽 As Tuqaa 👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👉🏼👆🏻👆🏻👆🏻👈🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👉🏽👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👆🏼👈🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👉🏾👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👆🏽👈🏾👈🏿 👉🏿👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👈🏿 👉🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👆🏿👈🏿
✅Data Tola Fayyadama hin jirtaan tanan amumma Bakka Start jedhuu tuqa fayyadama 👇👇👇
Mallattoo onnee kanaa gadi jiru tuquun waan ajaa'ibaa isiniif dhufu ilaalaa! Ajab! 👇👇👇 🤔 Ajab! 👇👇👇 🤔 Ajab! 👇👇👇 🤔 ┼┼▄██▄┼┼┼▄██▄┼┼ ┼██████┼██████┼ ┼█████████████┼ ┼█████████████┼ ┼┼███████████┼┼ ┼┼┼█████████┼┼┼ ┼┼┼┼┼█████┼┼┼┼┼ ┼┼┼┼┼┼███┼┼┼┼┼┼ ┼┼┼┼┼┼┼█┼┼┼┼┼┼┼ 💙👆💙👆💙👆💙👆💙👆💙