tgindex
KOO SOLUTIONS
@KOOSOLUTIONSанглийский

KOO SOLUTIONS: The result of smart ideas. 📌 Tech tips, new skills, and opportunities. 📌 Practical business concepts, fresh ideas AND more. 👤 CEO: @Koo_CEO 🤖 Bot: @koosolutions_bot

Последний пост
12:46
Последнее чтение
14 авг.
Постов за неделю
13
Всего постов
33
Тип
открытый
Язык
английский
В каталоге с
14 авг.
Подписчики
961
+10 за 1 дн.
Сутки
+10
+1,05%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
104
32 постов
Вовлечённость
10,8%
к подписчикам
Постов в день
1,9
всего 33
Упоминаний
1
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
62
1/48двое суток
71
1/72трое суток
76

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • #ERGAA Haala baay’ee gammachuu naaf kennu keessa hin jiru, garuu amala abdii kutachuus hin qabu. Osoo namni karaa ani irra deemaa jiru kanarra si'a miliyoona deemee beeku, “karaan kee sirrii miti, ani yaaleen dadhabe, dhiis fala hin qabuu ” naan jedhee iyyuu, ani hin deebi'u, Kana jechuun gorsa namaa hin dhaga’u jechuu miti;galma isaa argeetin jira. 🔥waanti naaf gale  tokko immoo; karaan karaa ta’ee galma dhabe hin jiru, bro. 🚶‍♂️ 🎯 Deemsarra jirra jechuu barbaadeen; #full time booda dubbanna. ⏳ Jabaadhaa fam. 💪🔥 @KOOSOLUTIONS

  • Hello fam, 👋 Akkam ooltan! Hojiin haaraan tokko dhufeera! 🚀 Kun hojii mining fi invite n 🤝 kan hojjetamuudha. Kaffaltiin isaa gaariidha! 💰✨ Hub: Guyyaa 7 qofaaf kan turuudha. ⏳ Bor link isaa akkan isiniif lakkisuuf, reaction ❤️ gochuun na agarsiisaa... 👇 SHARE @KOOSOLUTIONS 🌐

  • 💡 A 14-Year-Old Built an AI That Predicts When Drivers Fall Asleep at the Wheel 14-year-old Sharvi Mahajan from San Diego built a system that tracks brain activity via EEG, analyzes the data with machine learning, and recognizes patterns of fatigue. It warns drivers before they fall asleep and can predict microsleep: a brief lapse in alertness lasting a few seconds that can be fatal behind the wheel. 💻 Sharvi is one of ten finalists in the 3M Young Scientist Challenge, a competition for US students in grades 5-8 with a top prize of $25,000. She is spending the summer working with a 3M scientist to turn her model into a physical system. Should cars have systems like this? ❤️ — Yes, it would save lives 🔥 — No, they can get it wrong @hiaimediaen

  • 🚨"Har'a carraa kee hin qisaassin; jireenya barbaadde ijaaruuf har'a tarkaanfii fudhadhu. Tarkaanfiin xiqqaan illee abjuu keetti yoo si dhiheesse guddaadha." Guyyaa gaarii isiniif haa ta'u. Share | @Koosolutions

  • 📢 Ministeerri Barnootaa Itoophiyaa bara barnootaa 2019 (A.L.I) irraa eegalee barattoota kutaa 11ffaaf gosoota barnoota ogummaa 11 hojiirra oolchuuf jedhame. 📚 Gosoonni kun: 🔹 Metalwork (Teeknoloojii Sibiilaa) 🔹 Automotive (Teeknoloojii Awutoomootiivii) 🔹 Garment (Teeknoloojii Uffannaa) 🔹 Electrical Installation (Dirirsa Sarara Ibsaa Gamoo) 🔹 Plumbing (Hojii Ujummoo Bishaanii) 🔹 Software Development (Misooma Sooftiweerii) 🔹 Food Processing (Oomisha Midhaanii) 🔹 Health Care (Tajaajila Kunuunsa Fayyaa) 🔹 Hotel Service (Tajaajila Hoteelaa) 🔹 Hair & Beauty (Hojii Rifeensaa fi Miidhaginaa) 🔹 Food Preparation (Qophii Nyaataa) 🎯 Kaayyoon isaa barattoonni barnoota idilee cinatti ogummaa hojii argatanii gara hojii fi of danda'uutti akka qophaa'aniif ni fayyada. Skilln ni barbaachisa. @KOOSOLUTIONS

  • Hello family! 👋 Baroota dhufan kana maal hojjechuuf karoorfattan? 🤔 Baroota "the most focused years of my life" jettanii yaaddan hin qabdanii? ⏳ Hordoftoonni channel KOO hundi yaada tokkon isiniif qabu! ✨ Waan dandeessan kamiyyuu hojjedhaa; waan yaaddan hunda hojiitti jijjiiruuf yaalaa! 🚀 Hojii kamiyyuu hin tuffatinaa... 💪

  • Hello fam; Namni facebook page follower 20,000 (20K) bituu barbaadu na dubbisaa.. Note,gatiin isaa baayyee madaalamaa fi  page  activedhas . DM @koo_ceo

  • AI Chatbots Can Guess Your Personal Information From What You Type The way you talk can reveal a lot about you—especially if you're talking to a chatbot. New research shows that chatbots like ChatGPT can figure out sensitive stuff about people even from regular chats. Many companies that use these chatbots depend on ads for money, and there's a chance they're already using this data. The researchers have told these companies about the issue. Anthropic, one of them, referred to its privacy policy, which says it doesn't gather or sell personal info.

  • Namni FaceBook page members 10k ol qabu yoo jiraate inbox me. @koo_ceo

  • Kan mo'u abdii hin kutu, kan abdii kutu immoo hin mo'u! Ilmi namaa ilaalcha mo'ata; ilaalcha mo'amas! 💪 @KOOSOLUTIONS

  • 🚀 Tech Fact 📱 Addunyaa irratti namoonni bilbila harkaa (smartphone) fayyadaman biliyoona 7 ol ta'aniiru. Kana jechuun namoota baay'ee biratti bilbilli meeshaa qunnamtii qofa osoo hin taane hojii, barnoota, daldalaa fi galii argamsiisuu ta'eera. 💡: Mee ati bilbila kee bashannana qofaaf fayyadamta moo maalif ? @KOOSOLUTIONS

  • Jireenya keessatti, milkaa'insa keetiif Yeroo baay'ee karaa rakkisaa (hard path) ta'e keessa darbita. Garuu yeroo kaayyoo kee galmaan gaassee, duubatti deebitee ilaaltu, "Silaa karaa salphaa (easy way) ta'eenis nan dhufan ture!" jechuun sitti dhaga'ama. Dhugaan jiru garuu, karaan salphaan hin turre; ati karaa ulfaataa (hard journey) sana keessa imaluun kee waan si jabeesse fi muuxannoo (experience) siif kenneef qofa akkas sitti fakkaata✨ 📌 Trust the process. 📌 Never give up. 🚀 @KOOSOLUTIONS

  • 🌐 Bara 1991 guyyaa har'aa August 6, World Wide Web (WWW) banamee hojii jalqabe. 🎉 🤔 Imagine one day without the Web: ❌ No Google ❌ No tiktok ❌ No Facebook ❌ No YouTube ❌ No WhatsApp ❌ No ChatGPT 😁 🙏 Thanks to developers. 🎉 HBD WWW! 🌍💙 @koosolutions

  • 🤯 Shamarreen umriin ishee waggaa 16 ta'e tokko biyya Afrikaa Kibbaa keessatti meeshaa nageenyaa ajaa'ibaa kalaqxe! 🇿🇦💡 Bohlale Mphahlele jedhamti. Dubartoonni fi shamarran hedduun rakkoo nageenyaa akka mudatu hubachuun, "Alerting Earpiece" jedhamu kalaqxe. ⭐ Kalaqni ishee kun faaya gurraa(guticha) fakkaata. Garuu keessa isaa: 📷 Kaameraa, 📍 GPS (iddoo namaa adda baasu), 🚨 fi sirna yeroo balaa ergaa gargaarsaa ergu qaba. Yoo namni meeshaa kana uffate balaa keessa seene, button xiqqoo tokko cuqaasuun: ✅ Suuraa nama miidhaa geessisuuf yaalaa jiru kaasa. ✅ Iddoo inni jiru yeroo sana qaamolee nageenyaa fi namoota amanamoof erga. Kalaqni kun dubartootaa fi shamarran eeguuf yaadamee kan hojjetame yoo ta'u, dargaggeettiin umrii waggaa 16 qofa qabdu kun teeknooloojiin lubbuu namaa oolchuu akka danda'u agarsiifteetti. 👏🌍 📢 Join & share @KOOSOLUTIONS .

  • Se'a tokko tokko, namoonni si biraa gaafa dhiban / when there's no noise, "waan kamuu nan milkeessa ," jettee yaadda... ni milkeessitas!... Kunimmoo namoota waanuma hundaa kee keessatti affeeruu akka hin qabne mul'isa—especially in decision-making, even your family. Milkaa'ina keenyaaf ofitti amanamummaa amaleeffachuun baay'ee barbaachisaa dha. 🤝😎 @koosolutions @KOOSOLUTIONS

KOO SOLUTIONS — tgindex