Kanenus Tech
Статистика🚀 Welcome to KANENUS Tech! 🚀 Your one-stop hub for Website Development, Mobile App Development, and Online Business Solutions. Contact: @danimekonnen
- Последний пост
- 19 дек.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 24
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Криптовалюты (по похожим)
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Dv’n hafeera 😭 Ameerikaan lootarii DV waggaa waggaadhaan gaggeeffamaa ture addaan kutte! Pirezidaantii Doonaald Tiraamp torban darbe Yunivarsiitii Biraawun keessatti dhukaasa jumlaa raawwatameen namoota lama ajjeefamuu hordofuun Lootorii Kaardii Magariisaa Ameerikaa (DV) addaan kutaniiru. Lammiin Poorchugaal haleellaa kana raawwachuudhaan shakkame, lootarii DV bara 2017 moo'achuun gara Ameerikaa kan seene yoo ta'u, kaardii magariisa argateera. Ministirri Nageenya Biyya keessaa Kiriistii Nooam akka jedhanitti, sagantaan Dv loterii kun qajeelfama Tiraampiin yeroodhaaf addaan kan cite yoo ta’u, ''sagantaa kanaan lammiileen Ameerikaa kana booda akka hin miidhamneef'' jedhan. Angawoonni U.S. shakkamaan ganna 48 Claudio Neves Valente jalqaba torban kanaa piroofeesara Inistiitiyuutii Teeknooloojii Masaachusets Nuno Lurero akka ajjeese ni amanu jedhan. Sagantaan Lootorii DV waggaatti namoota kuma 50 aaf balbala lammummaa U.S. bana. Wanti baay'ee na ajaa'ibe sababa namni lama du'eef qofa sagantaa guddaan addunyaan hawwii guddadhaan waggaa waggadhan eegdu hafe!
видео или голосовое, без подписи
Qabxiin qormaata kutaa 6ffaa ifoome Qabxiin Qormaata Xumura Barnoota Sadarkaa ffaa kutaa 6ffaa bara 2017 ifoomera jedhe Biiroon Barnootaa Oromiyaa. Bara Barnootaa 2017 Barattoota Qormaata naannoo Kutaa 6ffaa fudhatan kuma 500 fi kuma 37 fi 848 keessaa %85.6 gara kutaa itti aanutti darbaniiru. Haaluma kanaan, barattootni qabxii isaanii karaa liinkii armaan gadii ilaallachuu akka danda'an ibseera. https://oromia6.ministry.et/#/result
#Fayidaa Hanga ammaa lammiileen biyyattii miiliyoona 19.1 ol tahan waraqaa eenyummaa dijitaala faayidaaf galmaahuun ibsame. Itiyoophiyaatti lammiileen miiliyoona 19.1 ol tahan waraqaa eenyummaa ammayyaa ykn dijitaalaa faayidaaf galmaahu hoggantuun damee seeraafi imaammata sagantaa eenyummaa biyyaalessaa Gabri’eelaa Abrahaam himan. Magaalaa Finfinnee fi naannoolees dabalatee galmeen waraqaa eenyummaa dijitaalaafi walitti hidhamiinsa dhaabbilee xiyyeeffannoo guddaadhaan hojjetamaa jira jechuun hoggantuun kun itti dabaluun dubbatan. Haala kanaan hanga ammaatti jiraattonni miiliyoona 19.1 ta’an waraqaa eenyummaa dijitaalaa ( Fayida Digital ID) galmaa’uufi dhaabbilee 55 waliin walitti dhufeenya uumuun akka danda’amuus ibsan.
Kanenus Tech pinned «Suura AI generate ta'ee fi suura dhugaa adda baasuuf website kana fayyadama! 👇👇👇 https://sightengine.com/detect-ai-generated-images»
Suura AI generate ta'ee fi suura dhugaa adda baasuuf website kana fayyadama! 👇👇👇 https://sightengine.com/detect-ai-generated-images
✅Dhaabbanni meta Facebook fi messenger irratti "passkey" fayyadamuu jalqabuuf jedha.🔐 Hanga ammanatti, Facebook fi messenger irratti seenuuf password qofa fayyadamaa turre. Amma garuu:- 🖌 Pin code 🖌 Fingerprint 🖌 face authentication 🖌 Authentication App .... Fayyadamuu Akka daanda'amu *meta* beeksise jira. Kun immoo nageenya account Facebook fi messenger keenyaa cimsuu fi accountin keenya saffisaa fi amansiisumaa dabalataa Akka qabaatu taasisa jechuudha
✅ Lakkoofsa telegram accountiin ittiin baname akkamitti jijjiiruu dandeenya? ✍️Sim card telegram ittiin bananne yoo nu jalaa bade ykn hojjachuu dide step armaan gadii fayyadamnee jijiruu dandeenya. 👉Open Telegram App-> Tap on the three lines (menu) ->Settings-> phone number-> Change Number-> Change Number again to confirm-> new phone number->verification code Simcard haaraa irratti nuuf ergame-> Koodiicha itti galchuun confirm goonee jijirachuu dandeenya. ⚠️ NB: lakkoofsa haaraan itti galchinu sun Telegram account biraan kan baname ta'uu hin qabu. Yoo account biraan baname ta'e liinkii (https://my.telegram.org/auth) kanaan fayyadamnee deactivate ykn delete gochuu qabna.
🔒Wi-Fi keenya akka namni nu jalaa cabsee hin fayyadamne akkamitti maqaa(SSID)isaa akka nama biroo biratti hin mul'anne dhoksuu dandeenya? ✅Maqaa WiFi keenyaa nama biraatti akka hin mul'anne gochuun namoonni akka salphaatti nu jalaa cabsanii akka hin fayyadamne taasisa. Kanaafuu steeppii armaan gadii kanaan maqaa Wi-Fi keenya dhoksuu dandeenya. 1️⃣ Connect to your WiFi Bilbila ykn computer/Pc fayyadmnee karaa WiFi ykn cable router keenyaatti connect gochuu. 2️⃣ Open your router settings IP address 192.168.1.1 ykn 192.168.0.1 login gochuu 3️⃣ Log in Default login info (often admin/admin) fayyadamnee login gochuu 4️⃣ Go to Wireless Settings *Wireless*, *WiFi Settings*, or *Basic Setup* ilaaluun keessa galla. 5️⃣ Disable SSID Broadcast San booda"Enable SSID Broadcast " kan jedhu disable goona. 6️⃣ Save changes Click *Save* or *Apply* gochuun xumurra. 📌Kana yoo goonee WiFi keenya available network irratti hin mul'atu. Connect gochuuf immoo maqaa WiFi ( SSID) fi password manually galchuu qabna.
Konkolaataan ‘Jetour F700 Pickup’ jedhamu kun yeroo chaargii fudhatu Parseentii 20% kaase 80% gahuuf daqiiqaa 6 qofa itti fudhata jechaa jiru 🙆♂️🙆🏼 Bilbilli daqiiqa 30 - 45 gidduutti guutu Super Fast Charging jedhamuun ajaa’ibsiifatama! Kun immoo konkolaataa ta’ee daqiiqaa 6 gidduutti parsentii haga kana guuta, isin maal jettu ?
DIRAAMAA #HIREE_JAALALAA KUTAA 8FFAA HAR'A GADHIIFAMA. KANA JECHUUN GALGALA HAR'AA SA'AATII 12 IRRATTI GADHIIFAMA. MAARREE CHANNEL KANA JOIN GODHACHUU DHAN EEGGADHAA. WARRONNI HAARAA REEFUU ILAALUUF JETTANIS BAKKA 1TTI WALITTI QABNE ISIINIF GADHIISNE JIRRA, BAKKA PIN TUQUUN ILAALAA. AMMUMA SEENUUN JOIN GODHADHAA HORDOFAA 👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾 https://t.me/Hiree_Jaalalaa_Dramaa https://t.me/Hiree_Jaalalaa_Dramaa https://t.me/Hiree_Jaalalaa_Dramaa 👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾👆🏾
✅️ Bilbila ismaartii/Smartphone keenya irrattti yeroo baayyee application tokko tokko yeroo fayyadamuuf jennu banachuuf sa'aatii dheeraa nutti fudhata . Rakkoo kanaaf immoo sababoota fi furmaata isaa haala kanaa gadii kaanan isiniif dhiyaatee jira. Sababa isaa: 👉1. Appilikeeshiniiwwan yeroon isaanii irraa darbe( Outdated apps): Yeroo hunda Apps keessan isa haaraa (Update) ta'e qabaachuu keessan mirkaneessuu qabdan. 👉2. Appilikeeshiniiwwan caccaban (Cracked apps): Appii sooftiweerii isaa 'patched' ta'e fayyadamuun application sun baayyee akka nuuf hin hojjanne taasisa. 👉3. Slow Internet Connection: Network akkasumas raawwii application mobile irratti dhiibbaa qaba, yoo networkiin suuta jedhu gahumsi appis suuta jedha ykn ni harkifata. 👉4. Bakki Kuusaa(Storage space): bilbilli (Device) keenya bakki Kuusaa( Storage) isaa yoo guute application bilbila keenyaa akka dafee nuuf hin hojjanne ykn suuta akka jedhu taasisa. Furmaata isaa: 👉1. Bilbila keenya yeroo yeroodhaan Haaromsuu(Update godhachuu) 👉2. Faayiloota (files) ykn application yeroo isaa irra darbee fi nu fayyadne ofirraa balleessuun storage bilbila keenyaa akka nu jalaa hin guunne gochuu. 👉3. Application kamiyyuu karaa playstore irraan buufanne fayyadamuu qabna. Sababni isaa bilbila biraa yoo dabarfanne carraa appiichi vaayrasii qabaachuu waan dabaluuf akkasuma application isa dhugaa fayyadamuu qabna.
✅ Telegram Tips ✍️Namoonni nuti contact listii bilbila keenyaa irraa qabnu yeroo telegram join godhan message" joined telegram " irra deddeebiin nu rakkisa yoo ta'e karaa setting armaan gadii sirreeffachuun ni danda'ama. 👉Akkaataa itti sirreeffannu 1. Telegram *Settings* seenna 2. *Notifications and Sounds* filanna 3. Gara gadii siquun "*Contact joined Telegram*" jedhu arganna 4. Isaa irratti cuqaasuun, booda *Off/Disable* gochuun sirreeffachuu dandeenya.
Free internet fayyadamuu dhaaf link gadii kanaan app buusaa Link app 👉 https://play.google.com/store/apps/details?id=com.trptunnel.xyz Akkaataa itti fayyadama isaa video YouTube link gadiin ilaalaa. Link video 👇🏾👇🏾👇🏾 https://youtu.be/uHVbb9B8Iis?si=62m0a_dBrrf8dc7q
Free internet fayyadamuu ni barbaadduu? React dhan nu agarsiisaa Yoo react bayyate sa'aati 1 irratti gad isiinif dhiifnaa
HIREE JAALALAA DIRAAMAA HIREE JAALALAA KUTAA 7FFAA ISAA GAD DHIIFAMEE JIRA. LINK GADI KANAAN SEENUUN DAAWWADHAA. AKKASUMA YEROO HUNDA AKKA ISIIN BIRA GA'UUF JOIN GOCHUUN HORDOFAA. SEENUUF LINK GADII FAYYADAMAA. 👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿👇🏿 https://t.me/Hiree_Jaalalaa_Dramaa https://t.me/Hiree_Jaalalaa_Dramaa https://t.me/Hiree_Jaalalaa_Dramaa
✅Dhabbanni Google filmmaking AI tools "Flow" jedhamu hojjachuun hojiirra oolchuu isaa beeksisee jira. 👉Ai Tools kunis video, images fi moodela Gemini advanced irraa design kan ta'e yoo ta'u oggeeyyii filmii hojjatan bayyee kan gargaaru akka ta'e Google beeksisee jira. Tools kuni namoota hundaaf gadi hin lakkifamne. Viidiyooleena Ajaaibaa isaan hojjataman Liinkii armaan gadii kanaan galtanii ilaaluu dandeessu. https://labs.google/flow/tv/channel/snout-about/7aJwhiYdOHHYAVaQvTrX?random=true Linkii isaa: https://blog.google/technology/ai/google-flow-veo-ai-filmmaking-tool/
✅️ Lakkofsa USSD Mobile banking baankilee biyya keenyaa kanneen namoonni isin rakkise yoo jiraate fayyadamaa.
✅️ Conference call 📞/multi-party call ✍️Conference call jechuun Taajajila bilbilaan yeroo tokkotti namoota 2 fi isaa ol wajjiin haasawuu nu dandeessisudha. Hiriyyoota , maatii keesan ykn dhimma hojiitiif sa'aati dheraa iddoo gargaaraa taa'anii karaa bilbilaatiin namoota hedduu wajjiin haasawuun akka danda'amu beektuu? Yoo hin beeknee ta'e step asii gadii kan hordofuun taajajilicha fayyadamuu dandeessu. 👉Step1. Jalqaba nama tokkotti bilbiluun hanga inni kaasutti eegdu 👉Step2. Nama sanis akka toora irratti isin eegu itti himtu 👉Step3. Bilbila keessan irratti iddoo 'Add call' jedhuun nama lammataaf bilbiltu. Ammas nama biraa yoo dabaluu barbaaddan akkasuma gootu. 👉Step4. Dhumaratti namoota itti bilbiltan kun hunduu akka wal dhagahuuf "merge call' kan jedhu filattanii namni hunduu akka wal dhagahu gochuun fayyadamuu dandessu Bifuma saniin hanga namoota shanii (5) irratti bilbiltanii nama jaha(6) taatanii wajjiin haasawuu dandeessu.
✅Namoota dhuunfanis ta'e dhabbattoota adda addaaf karaa Onliinii(Telegram Facebook & Instagram) karaa kessaa nu qunnaamun wantoota asii gadii tarreeffamani jiraan kan gatii madaalawaan hojjechifadha❗ ➡️LOGO ➡️POSTER ➡️BANNER ➡️ART(DRAWING) ➡️PHOTO & VIDEO EDITING 💥Afaan keenya afaan Teekinoolijii ha goonu!✊ Nu qunnaamuf👇 📥 @JOSHUASMRT 📥 @JOSHUASMRT JOIN CHANNEL👇👇 @JOSHUA_GRAPHICS @JOSHUA_GRAPHICS