KHALIFATAL ISLAM
Статистика💓بِسْــــــــــــمِ ﷲِالرَّحْمٰنِ الرَّحِيم❣️ 🇵🇸 كيف أبتسم والاقصى🕌 أسير 🇵🇸 ━━━⟜━━»•» 🌺 «•«━⟜┑ 𝐉𝐎𝐈𝐍☞ @Khalifatal_Islam 🇵🇸 ┕⟜━»•» 🌺 «•«━━━━⟜━┙ 𝑮aaddisa🔺𝑸ur'aanaa fii Hadiisa
- Последний пост
- 14 авг.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 3
- Всего постов
- 32
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Религия
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 33
- 1/48двое суток
- 37
- 1/72трое суток
- 40
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
видео или голосовое, без подписи
ጊዜን ማቆም አንችልም ይሆናል.. ጊዜን ማባከን ማቆም ግን እንችላለን።😌
« Nama iccitii kee siif dhoksu kan hamtuu kee sattaru,kan toltuu tee facaasuu fii badii ati hojjette maree bira darbu malee hiriyyaa hin godhatin. Yoo hiriyyaa akkanaa hin argatin lubbuu kee malee nam-tokko hin saahibin. »ღ
Ahmed Muhammeduu 😍 Maqaansaa Muhammad ﷺ Musxafaan Beekkamaa Ahmed Muhammeduu Garaa Laafaa Uumaa Makkarraa Godaanee Madiinaa Qubatee Diin Rabbiitiif Je'ee Biyyarraa Baqatee Ifaa Diinal Islaama Isaatuu Nuuf Ibsee Shirkii Biyyaa Baasee Towhiida Qubsiisee Jaalala Obbolummaa Isarraahi Barree Gaarii Akka Nabii Takkaatuun Agarree Khan Haalli Isaa Qur'aana Fakkaatu Seenaa Gaarii Malee Takkan Qabu Hamtuu Filee Caalchifatee Hunda Namaa Kheeysaa Bareechee Xahaaree Gubbaa Kheysa Isaa Dubbii Isaa Hunda Allaahaan Tolcheefii Jecha Inni Dubbatu Hikmaadhaan Guuteefii Kullii Namaa Irra Filee Caalchifatee Nabiyyii Godheeti Bar Nutti Ergatee Muhammad Habiibii Jaallatamaa Qalbii Yaa Rasuula Rabbii Siin Jaaladha Nabii Barsiisaa Tokkummaa Yaa Fakkii Gaarummaa Ergamaa عaalamaa Garaa Laafaa Uumaa Yaa Fiinxee Hayyummaa Yaa Fakkii Jeynummaa Rasuula ﷺ
Nama fakkeessu, nama kophummaan akka itti hin dhagahamne qofaaf si dhiyaatu Waliin jiraachuun dhukkuba wallaansa hin qabneedha. Keessattuu nama jaalattu irraa kun sirra tahuun si madeessa💔 Namni wal dhaba, namni tokko tokko fakkeessaafii waan akkanaa irratti "masters" waan qabu fakkaata, inuma irratti beekhuu hin dandeessu hanga yeroon ifa siif baaftuu. Rabbi isinirraa haa laalu Aboo🥹❤️🩹❤️🩹
6th dream upto rest time❤️🩹
5th dream👨🦳🧑🦳
4th dream🫂
3rd dream🧒🤱
2nd dream🕌🕋🕋🕋
every person 1st dream💍
Sabr
SEEQUUN SUNNAADHA H/WORRAA, Yoo an du'e hin fuutuumi ? A/ WORRAA, An yoo ati duute hin maraadha🥹 H/WORRAA, garuu hin fuutuu mi? A/WORRAA, wanta maraataa maaltu beeka fuudhuu dandahaa😂😂
MAAF BADE 🥹
💖 Ergamaan Rabbii ﷺ akkana je'anii jiran: "Khayrun-nikaahi aysaruhu" (خَيْرُ النِّكَاحِ أَيْسَرُهُ). ● hiikkaa hadiisaa: "Zawaajni (fuudhaa fi heerumni) hundarra caalu kan baasii fi dhimmoota biroon namaaf laafaa tahee." Je'an Nabiin ﷺ 👉 Kunis baasii mahrii fi kkf salphisuun dhiiraaf laafaa godhuu dha. #oro #islam
Walaloo☞QUR'AANA ...... ...... ☞Yaa qur'aana rabbii ☞Kalaama kaaliqaa ☞Hunda of keessaa qabda ☞Maaltu si miliqaa ☞Rahmaan biraa buute ☞Rabbii mootii haqaa ☞Siitu addaan baasa ☞Waan hamaa fii gaarii ☞Xiqqaa fi guddaanis ☞Gama isaa gorii ☞Irraa waraabadhu ☞Burqaan gogne bahrii ☞Deemaatii baradhaa ☞Bakka jiru dhaqaa ☞Sirritti qabannaan ☞Jaannata nu naqaa ☞Beekaan kunoo guutee ☞Eessa qaba dhabaa ☞Xiqqaa fi guddaanis ☞Barachuu dha qabaa ☞Halkanii fi guyyaas ☞Ganamaaf galgala ☞Koottaa haa barannuu ☞Maaf deemtan halaala ☞Qur'aanni dawaa dha ☞Dawaa dhibee hundaa ☞Koottuu tii baradhu ☞Maaliif seenta godaa ☞Yaa saamunaa qalbii ☞Daawwitii aalamaa ☞Kan si baratuuf ni laafta ☞Ittin taatu cimaa ☞Rahmaan nuuf laaffisi ☞Barachuu qur'aana ☞Mee koottaa hundinuu ☞Barachuuf ol kaanaa ☞Maaloo haa barannuu ☞Obbolaa koo gaarii ☞Mu'ujizaa rasuulaa ☞Kalaama jabbaarii ☞Raahaa qalbiif qaamaa ☞Yaa qur'aana rabbii ☞Yaa jecha mi'aawaa ☞Nama seenu qalbii ☞Inni sin biratin ☞Yaa sheenaa fi gaabbii ☞Takkaa lamaa mitii ☞Mu'ujizaan saa dilaa ☞Of keessaa hin qabu ☞Jechoota baaxilaa ☞Ilaali mee ni'imaa ☞Harfii 1 sawaaba 10 ☞Siif kenna ajabaa ☞Ajrii guddaa qaba Jechi rabbii jabaa ☞Dawaa onneeti inni ☞Ibsituu jireenyaa ☞Kan akka isaa hin jiruu ☞Hin qabu fakkeenyaa ☞Agarsiisaa karaa ☞Barsiisaa wallaalaa ☞Tokko sittin qixxaatu ☞Maaltu simadaalaa ☞Dawaa dhukkuba hundaa ☞Kan nuuf kennu fayyaa ☞Yaa madda gammachuu ☞Jecha rabbii kiyyaa ☞Isinan gorsa maaloo ☞Na dhagahaa ikwaanii ☞Inni qur'aana beektu ☞Mammarteen kaahinii ☞Deemii tii barsiisii ☞Warran beekne sanii ☞Bor irraa gaafatamta ☞Yoo hin barsiisinii ☞Kan qomatti haffaze ☞Hin nyaattu biyyeenii ☞Way osoonin tahee ☞Haafizul qur'aanii ☞Yaa haafizul qur'aan ☞Si faaye rabbiinii ☞Qoma keessaa qabda ☞Kalaama rahmaanii ☞Nuuf laaffisi nullee ☞Akka jara sanii...... Qur'aana bifa professional taheen barachuu namni barbaaddan huundi Beeysisa Asii gadii khanaan nu qunnamaa 🤳💻📞📞✍👇 @Sabr100 @Sabr100
As wr wb Yaa Jam'aa Mee wolaloo Maal jettu feetan Boru tan isin filattan gad isiniif lakkisa insha allah. CHANNALI KANALLEE NAMA ITTI AFFEERA PLS🙏
AKKAN IRRAANFATAMNE🤲
I Need Your Dua🤲🤲 . . Entrance Exam🏆
Allaah…….Yaa Rabbi ati bareedaadha..Waan bareeda jaallattas… Yaa Rabbi guyyaa keenya, Qooda keenyas nuuf bareechi..! Yaa Rabbi dubbii keenyas bareechii, amala bareedaanis nu bareechi….🤲🤲