MAN CITY AFAAN OROMOO™🩵
Статистика╔╦╦═╦╔╦═╦═╦═╦═╦═╦═╗ ║BAGA NAGAAN DHUFTAAN ╚══╩═╩═╩╩╩╩═╩--╩═╩═╝ Welcome to Man City afaan Oromoo ™ 🩵fan's official Telegram channel ✅ Waa'ee Mancity fi taphattoota kilabicha @Mame_man7 @Gold_5g
- Последний пост
- 10 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 21
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Новости и СМИ (по похожим)
- В каталоге с
- 14 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 236
- 1/48двое суток
- 270
- 1/72трое суток
- 291
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
🚨 Roodriin Baarseloonaa waliin kontiraata waggaa afurii mallatteessuuf waliigaleera. [hirstclass] 🔵🔴☎️ 𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @MAN_CITY_AFAAN_OROMOO 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @MAN_CITY_AFAAN_OROMOO ❤️🔥 ㅤ ⚡️ㅤ 🔗 🙅♂️ 👍 ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
🚨 Kaayyoon Baarseloonaa yeroo gabaabaa keessatti Roodriif maallaqa €45M dabalataan €15M dabalataan Man Cityf dhiyeessuudha. 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @MAN_CITY_AFAAN_OROMOO 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @MAN_CITY_AFAAN_OROMOO ❤️🔥 ㅤ ⚡️ㅤ 🔗 🙅♂️ 👍 ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
🚨 Enzoo Mareeskaan maan siitii keessatti injifannoo isaa isa jalqabaa galmeesse! ⚽ Leenjisaan lammii Xaaliyaan Enzoo Mareeskaan garee isaa tapha pre-season irratti League waliin taphatee 3-1n injifachuun, injifannoo isaa isa jalqabaa yeroo kana galmeessuu danda'eera! 🎉 Guy's mee react godha ka 👍
🎙🌟 • Jooskoo Gvardiol: Maanchistar Siitiin kontiraata koo haaromsuu akka barbaadu akkuma bareen battaluma sanatti isa ani barbaadu ta'uu isaan bare. 🤝✨ Deeggartoonni guyyaa tokko irraa kaasee waan nama hin amansiifne yoo ta'u, kilabichi taphattootaaf waan isaan barbaachisu hunda ni kenna. ⚽🏆 Kilabii addunyaa kanarraa isa gaarii ta'eedha. Waggoota sadan as ture keessatti jaalalaa fi kabajni guddaan natti dhaga'ameera, kanas akka waan salphaatti hin ilaalu. 💖🙏 Taphattoonni nuti qabnu ajaa'iba. 🌟 Garee sadarkaa addunyaa, dargaggeessaa fi dandeettii guutuu qabu qabna. 🚀 Waggoota dhufan keessatti waan guddaa galmaan ni geenya jedheen dhugaan amana. 🔥✅ 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @MAN_CITY_AFAAN_OROMOO 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @MAN_CITY_AFAAN_OROMOO ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
HE is Stay 💙🙌
Abdukodir Khusanov kunyaata Siitii waliin hanga bara 2031 gadii dheeresseera. 🤝📅
Maanchistar Siitiin Ayoob Buuadii fudhachuuf walii galuutti dhihaateera. ⚽🤝 Siitiin taphataa sarara gidduu kan hatattamaan karoora garee jalqabaa Enzoo Maareeskaa keessatti isa galchuuf fedhii guddaa qaba. 🧠🏃♂️ [ispoortii haasa'aa] 🎙️
OFFICIAL ፦ 📜 Fiil Foodan Maanchastar Siitii waliin walii galtee isaa hanga bara 2030tti dheereffateera. 🤝
🚨Kilaboota taphattoota isaanii gara waancaa addunyaatti erguu isaaniitiin galii hedduu argatan jechuun FIFA'n ifoomse.💥 ◉ Kilabni keenya Maanchister Siitiin Doolaara Miiliyoona $4.4M argachuun addunyaa irraa sadarkaa 1ffaa irratti argama. 💶 Mee citizens react❤️❤️❤️ 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @MAN_CITY_AFAAN_OROMOO 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @MAN_CITY_AFAAN_OROMOO ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
🟢Maanchister Siitiin gaafii jijjiirraa Tijaanii Raayeendarsiif dhufu kamuu akka hin fudhanne himameera. Niwkastil, Atleetikoo Maadriid fi Gaalatasaray taphataa kanaa waliin walqabachaa turan.
Rodri has won EVERYTHING! 🤩 🏆 Ballon d’Or 🏆 FIFA World Cup 🌍 🏆 UEFA EUROs 🇪🇺 🏆 Nations League 🤝 🏆 Premier League 🏴 🏆 Champions League ⭐ 🏆 FIFA Club World Cup 🌐 🏆 UEFA Super Cup 🏅 🏆 FA Cup 🏴 🏆 Carabao Cup 🥤 🏆 Community Shield 🛡️
🎙️ Peep Gaardiyoolaan 🎙️ Maanchistar Siitiin jireenya koo keessatti iddoo addaati 🌆, amma waan hundaa duubbaa irraa hordofaa jira garuu gaaf tokko gara Itihaaditti deebi'ee yoo naa barbaaddan ✈️ leenjisaa haaraa waliin haasofna.. rakkoon hin jiru.. ✅
🔥🩵 ODUU JIJJIIRRAA TAPHATTOOTAA 🩵🔥 Family Manchester City! 💙 Oduun haaraan garee keenyaa isin bira ga'uuf qophaa'eera. Jijjiirraan taphattootaa irratti odeeffannoo haaraa fi amanamaa isinif dhiyeessina. ⚽️ 📢 Isin immoo React keessaniin nu bira dhaabadhaa! 🎯 Kaayyoon keenya: 100+ React. 👍 Like • ❤️ Love • 💬 Comment • 🔄 Share gochuun maatii keenya haa guddisnu. 💙 COME ON CITY! 👑 ONE CITY • ONE CLUB • ONE LOVE • CITY TILL I DIE! 💙🙌 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @MAN_CITY_AFAAN_OROMOO 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @MAN_CITY_AFAAN_OROMOO ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
🚨 Peeruu keessatti daa'imman reefuu dhalatan 500 ol maqaa taphataa sarara fuulduraa kilaabi keenya Manchester City Erling Haaland jedhamuun moggaafame. 🤯🇳🇴 Walumaagalatti daa'imman 468 maqaa jalqabaa Haaland kan moggaafame yoo ta'u, 91 ammoo maqaa guutuu Erling Haaland jedhu argataniiru. 😭 Peeruun amma biyya addunyaa irratti daa'imman kabaja Erling Haaland'f galmaa'an baay'inaan qabdu taateetti. 😄 (Madda: AFP) 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @MAN_CITY_AFAAN_OROMOO 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @MAN_CITY_AFAAN_OROMOO ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
🚨🇺🇸 Maanchistar Siitiin Federeeko Vaalverdee ilaalchisee Riyaal Maadriid waliin qunnamtii uumeera. 🤝⚽ "Riyaal Maadriid taphaticha Yuuroo miliyoona 100 gadi gurguruu hin barbaadu." 💰🚫
Marc Guehin har'a guyyaa dhaloota isaa waggaa 26ffaa kabajataa jira happy birthday 🎂🎉 Marc 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @MAN_CITY_AFAAN_OROMOO 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @MAN_CITY_AFAAN_OROMOO ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Miidiyaaleen hedduun odeeffannoo kana quba qabaachuu baatanis 📰, Jeremy Doku sababa rakkoo sombaa "Pneumothorax" jedhamu irraa kan ka'e gara kutaa yaala cimaa (ICU) geeffameera 🏥. - Luu Saavar 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @MAN_CITY_AFAAN_OROMOO 𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄:❯❯ @MAN_CITY_AFAAN_OROMOO ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Jeremy Monga Leesteer Siitii irraa waliigaltee waggaa shaniitin mallatteessuu isaa kilaabin keenya Manchester CITY mirkaneessee jira! 🏙️🤝 Mucaa afaan-dina keessa ba'e kanaf React godha mee? 🤔✍️ Share➠@MAN_CITY_AFAAN_OROMOO Share➠@MAN_CITY_AFAAN_OROMOO
Erling Haaland erga geebni addunyaa eegalee asitti Instagram irratti hordoftoota 20M ol argateera 🌍⚽📈 Goal Mashin keenyaf React Godha family 🙌👨👩👧👦⚽ Share➠@MAN_CITY_AFAAN_OROMOO Share➠@MAN_CITY_AFAAN_OROMOO
⭐️ Erling Haaland bara kana: 🏟️ Taphoota 66 ⚽️ Goolii 61 galcheera 🎯 11 mijeessee kenneera 🤖 Goal mashin keenyaf React 100+