tgindex
@

@Manchester United Afaan oromo

1 743
подписчиков
Охват к подписчикам
56,5%
ERR
Реакции к просмотрам
0,22%
57 на 27 постов
Пересылки к просмотрам
0,00%
0
Постов в день
0,6
всего 27

Где отзываются чаще

доля реакций к просмотрам
  • 12 июл.Man Utd jijjirraa ederson Atlanta irra fiduuf jadhe maliif akka dhiise beektu ?? Sababni United jijjirraa kana fashalseef taphatichi USA ti qoronnao medical yommuu taasisu midhama jilbaa dhokotaa tahe fi fuldura taphataa kanaaf yaaddeessa tahe qabachu isaati. United Atalaantaa wajjiin gatii jijjiirraa taphatichaa irratti waliif galullee , INEOS risk kana fudhachuu akka hin barbaadne akeekachiise. Atlantan gama isaaniitin taphatichi fayyaa guutu qaba jadhani dubattaniis , United wali galtee £39 m taphatichaaf kafaluuf jedhe haqu ibse. Ederson gara Atalaantaa akka deebi'u murteesse.1,02%
  • 24 янв.без подписи0,63%
  • 5 апр.#Gaaffii jalqabaa Peep 👇 🥇Keevin De Bruyne taphataa garee mataa isaa ture keessatti badhaasa taphataa cimaa ji'aa badhaafamee hin beeku. Akka Peep jedhutti Keevin De Bruyne badhaasa taphataa cimaa ji'aa zeeroo zeeroo qaba, garuu De Bruyne bara lamaaf taphataa cimaa Liigichaa ta'uun badhaafameera. #Gaaffii lammaffaa Peep 👇 ⚠Bara 2023/24 kan biraa Fiil Fooden badhaasa taphataa cimaa liigii kanaa badhaafamee hin beeku, garuu bara dorgommii 2023/24 badhaasa taphataa cimaa ta'uun badhaafameera. #Cuunfaa👇 ⚠Akkasumas maal jedha, Peep Gaardiyoolaan taphattoota tokko tokkoof badhaasni taphataa cimaa ji'aa liigichaa akka waancaa ta'ee fudhatama, garuu garee isaanii waliin waancaa ijoo hin injifatan jedha. 😛Pep yeroo tokko tokko akkamiin waan tokko akka hojjetamu ni yaadata, garuu taphataan bara dorgommii guutuu garee kana qabxii 9n sadarkaa olaanaa liigii kanaatti dursee, milkaa'ina garee kanaaf dirree irratti dandeettii isaa guutuu agarsiise, akkasumas akkaataan inni lamaan wal bira qabuun qoosaa fi nama bashannansiisa!0,59%
  • 6 июн.💣#Gabaasni akka agarsiisutti, Manchester United taphataa Crystal Palace kan ta'e #Jean-Philippe Mateta fudhachuuf fedhii akka qabu fi Giddu-galeessan gatiin taphataa #Faransaay kanaa gara Yuuroo miliyoona 50 (£43m/$58m) ta'a jedhamee eegama. 🔴 Gatiin Kun Baay'eedhaa jettu? https://t.me/MNUORO https://t.me/MNUORO0,45%
  • 15 авг.без подписи0,43%
  • 5 июн.Transfermarkt: Koobii Maayinoo amma taphattoota sarara gidduu dargaggoota addunyaa irratti gatii olaanaa qaban keessaa sadarkaa tokkoffaa irratti argama. Gatiin gabaa isaa ji'oota jahan darban keessatti yuuroo miiliyoona 20'n dabaleera https://t.me/MNUORO https://t.me/MNUORO0,40%
  • 30 маябез подписи0,38%
  • 8 авг.Well come0,33%
  • 8 авг.United isa akka har'a nun ha argisiisu season kana Ameen0,33%
  • 27 маябез подписи0,28%
  • 3 июн.NEW Maanchistar Yunaayitid Edarsan mallatteessifachuuf erga waliigaltee guutuu irra gahanii booda, Amma yaada isaanii guutuu gara Maatiyaas Fernaandes itti deebisaniiru. Maanchistar Yunaayitid taphatichi gatii hangam baasu akka danda'u irratti maree jalqabaa kilaba Landan Westahaam waliin taasisaniiru. [RobDawsonESPN]0,26%
  • 1 нояб. 2024 г.Taphattoonni taphataa cimaa baati August dhaaf kaadhimaman #Andre onana #Carlos Casemiro #Alejandro Garnacho eenyuf mala .....? https://t.me/MNUOR/184 https://t.me/MNUOR/1840,21%