- Последний пост
- 10 авг.
- Последнее чтение
- 14 авг.
- Постов за неделю
- 2
- Всего постов
- 20
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 14 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 741
- 1/48двое суток
- 849
- 1/72трое суток
- 915
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Karoora Sosochii Faalama Naannoo Marsaa 3ffaa Fooyya'e
Urgent: Godinalee hundaaf akuma beekamuu ji'ota lamaan darban sagantaan OFLP-ERP waliin hojii karoora umataa (community action plan) kafaltii kaarboonii akka hojachaa turtan niyaadatamaa. Hatahuu malee "haard coopii" ragaa karoora kana sadarkaa godinaa fi Naannotti walitti qabuuf rakkisaa waan ta'eef fi dabalataan Bankii aduunyaa (WB)f ragaa kana haala odeefanno gutuu qabuun eerguu dirqama dha. Kanaafuu isiinis kanuma hubatanii gucini ykn foormiin haala gaafatuun fi off-eggannon guttani akka eergitan cimisinne isiin beeksifinaa. Hubachisaa: "haard coopii" ragaa karoora kana sadarkaa gandaa fi Aanaatti faayilii qabaate qindaa'ee akka ta'uu gochuun akka hin dagataminne.
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo Godina Arsii gamaaggama raawwii hojii bara 2018, karoora bara 2019fi duula sosochii faalama naannoo hir'isuu marsaa 3ffaa irratti Caasaa isaa sadarkaa Aanaafi qooda fudhattoota Waliin Magaala Asallatti marii gaggeessee jira. Waltajjii gamaaggamaafi marii gaggeeffame kanaan, Labsii 1383/2025 faalama pilaastikaa hambisuuf bahe lafa qabsiisuu koreewwan sadarkaa barbaadamutti hundaa'ee hubannoofi tarkaanfiiwwan bulchiinsaa barbaachisaa fudhachuuf irratti waliigalameera. Kanatti aansuun sosochiin faalama faalama naannoo (faalama pilaastikaa, sagaleefi keemikaalota hamoo yeroon irra darbee) hir'isuuf marsaa 3ffaa sadarkaa naannootti labsame bu'uureffachuun akkuma Godinichi raawwate Aanaaleen yeroo gara Aanaasaanitti deebiyan bifuma wal-fakkaatuun hawaasatti gadi buusuu akka qaban kallattiin ka'amee jira. Dhumarratti, hirmaattonni waltajjichaa barattoota harka qalleeyyiif dabtara darzana 106 kan ta'u gumaachaniiru. Adoolessa 29/2018 Asallaa
Gabaasa Raawwii Hojii Bara 2018fi Karoora Ofdanda'aa Bara 2019
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
Hojjettoonniifi hooggantoonni ATENO hawaasa Aanaa Liiban Cuqqaalaa Magaalaa Adulaalaafi Ganda Addallee Mi'eechaa jiraatan waliin ta'uudhasn Tulluu Cuqqaalaa Ganda Addallee Mi'eechaarratti Dhaabbii Ashaaraa Magariisaa Guyyaa tokkoo akka biyyaatti mata duree "Waliin Abdii Haa Dhaabnu!" jedhuu sababeeffachuun guyyaa har'aa biqiltuu dhaabanii jiru. Dhaabbii biqiltuu kanarrattis I/A/D/Ol'aanaafi I/Gaafatamaan Damee Bosonaa ATENO Obbo Boonaa Yaaddessaa, B/Bulchiinsa Aanaa Liiban Cuqqaalaa Obbo Fireezar Abarraafi I/A/Bul.fi I/Gaafatamaan Waajjira Qonnaafi Lafaa Aanaa Liiban Cuqqaalaa Obbo Guddatoo Qaabatoo argamuun haasaa taasisaniin biqiltuu dhaabanii galuu qofa osoo hin taane kunuunsaafi eegumsaasaarrattis xiyyeeffachuun hojjeetamuu akka qabu ergaa hawaasaaf dabarsaniru. Adoolessa, 27/2018 Adulaalaa