Rift Valley University Asella campus
СтатистикаThis is the Rvu Asella campus official Telegram channel.
- Последний пост
- 1 авг.
- Последнее чтение
- 14 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 28
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Образование
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 646
- 1/48двое суток
- 740
- 1/72трое суток
- 798
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Eebba Barattoota Yuunivarsitii Riift Vaali kaampaasii Asalla guyya 24/11/2018 Sagantaa Digrii fi BLTOn ogummaa garaagaraan barsiisaa ture bakka Itti Anaa Yuunivarsitii Rift Vaalio Dr. Gaadisaa Baqalaa, keessumaa kabajaa obboo Fiqaadu Xilaahin, itti gaafatama Wajjira Kantiibaa Magaalaa Asallaa argamanitti bifa hoo'aa ta'een eebbisiisee jira. Eebbifamtoota fi Maatiin Eebbifamtoota Baga Gammadan
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
# Eebbifamtoota keenyaa hundaa Eebbifamtoota keenyaan baga eebba keessaniif ittiin isin gahe jechaa 1ffaa: Boru sa'aati 2:30 irraa eegalee Gaawonii eebbaa akka fudhattan 2ffa. Iddoo eebbaa galma #Koollejji #Atileet #Qananiisaa Baqqalaa ta'uu isaa isin beeksifna. 3ffa: Eebbifamtonni guyaa eebbaa sa'aatii 1:00 dura galma eebbaatti akka argamtan isin hubachiifna.
видео или голосовое, без подписи
To computer science 5th extension This is to inform you to submit your report of Industrial practice June 19/2026. NB. No late submission will be allowed.
Eebbifamtootaaf Barattoonni kafaltii Gaawonii fi Baayindari hin kafaliin hanga guyyaa 4/11/2018 akka kafaltan isin beeksisaa guyya kana booda addabbi ta'uu isin beeksifna. Hub. Nagahee kafaltii keessan qabattanii kutaa faayinaansiif gabaasa akka gootan isin beeksifna.
# Beeksisa yeroo lammaffaa Barattoota Qormaata Waxabajjii bara 2018 fudhattanii darbitan bu'aa qormaata keessanii qabattanii hanga #Waxabajji 26/2018ttu kutaa reejistraaraatti qaamaan akka gootan isin beeksisuun keenya ni yaadatama. Haa ta'u malee barattoonni hanga ardhaatti gabaasa hin godhin yeroo dhumaaf hanga 02/11/2018 gabaasa akka gootan cimsinee isin beeksisaa Yeroo jedhame kana booda barataa kamuu kan hin keessummeessine ta'uu isin beeksifna. Kutaa Reegistraara.
Update
3rd Sem Schedule.pdf
Revised schedule
#Exit Exam Result Barattoota Qormaata Waxabajjii bara 2018 kenname ✅ irrra deebitanii fudhattanii #darbitan (Qabxii 50 fiddan) hundaaf: Bu'aa qormaata keesssan print gochuun #Waxabajji 18-26/2018ttu kutaa reejistraaraatti qaamaan argmtaanii gabaasa akka gootan isin beeksifna. Hub: Yeroo jedhame kana booda barataa kamuu kan hin keessummeessine ta'uu isin beeksifna. #Exit Exam Result ሰኔ 2018 ዓ.ም የተሰጠውን የመውጫ ፈተና ወጤት/Exit Exam ይመለከታል ✅ በድጋሜ ተፈትናችሁ #ያለፋችሁ (50 እና ከዚያ በላይ ውጤት ያመጣችሁ) ተማሪዎች ውጤቱን ፕሪንት አድርጋችሁ #ከሰኔ 18-26/2018 ዓ.ም ለሬጂስትራር ቢሮ በአካል ሪፓርት እንንድታረጉ እናሳሲባለን። ማሳሰቢያ # ከተጠቀሰው ጊዜ በኃላ ማንኛውንም ተማሪ ያማናስተናግድ መሆኑን እናሳውቃለን።
видео или голосовое, без подписи
This is Final Exam schefulr for all programs👇👇👇
👉Notice to all Degree students. Subject: Final Examination Schedule. This is to inform you that your final examinations will be held from June 10–14/2018 E.C. 👉NB. The detailed schedule will be posted soon.
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи