tgindex
𝑽𝑶𝑰𝑪𝑬 𝑶𝑭 𝑯𝑼𝑴𝑨𝑵𝑰𝑻𝒀 ™

𝑽𝑶𝑰𝑪𝑬 𝑶𝑭 𝑯𝑼𝑴𝑨𝑵𝑰𝑻𝒀 ™

Статистика
@VOH_NEWSВидеоанглийский

https://telega.io/channels/VOH_NEWS/card/?r=4N5k2L-nJmeT or http://adstelo.com/@voh_news Voice for voiceless @VOH_EDUCATION @VOH_BUSINESS @VOH_SPORT @VOH_TECHNOLOGY @VOHACADEMY @VOHADS @VOHAMHARIC https://www.youtube.com/@voh_news

Последний пост
15:35
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
27
Всего постов
640
Тип
открытый
Язык
английский
Категория
Видео
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
1 988
+15 за 4 дн.
Сутки
+3
+0,15%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
38
40 постов
Вовлечённость
1,9%
к подписчикам
Постов в день
3,9
всего 640
Упоминаний
2
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
32
1/48двое суток
36
1/72трое суток
39

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 📌 Manicha irratti tuquudhaan banaa seenaa!        ┏┓        ┃┃╱╲        ┃ ╱╱╲╲        ╱╱╭╮╲╲        ▔▏┗┛▕▔     ╱▔▔▔▔▔▔▔▔▔▔  ╲ ╱       ωєℓ¢σмє™             ╲    ╱╱  ┏┳┓╭╮ ┏┳┓   ╲╲     ▔▏ ┗┻   ┃┃ ┗┻┛  ▕▔ Open Home - Click here ➕ 𝐀𝐝𝐝 𝐘𝐨𝐮 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥 ➕ Ads :👇👇 @Rafiiqul_Islaam @Rafiqul_Islam_Promotion

  • #Somaaliyaan Qormaata Kutaa 12ffaa biyyattii #barattoonni dhibbeentaa 93 ta'an darbuu ibsite Finfinnee, Hagayya 17, 2026: Minsitirri Barnootaa Somaaliyaa bu’aa qormaata biyyaaleessaa kutaa 12ffaa bara 2025-2026 beeksise. Barattoota qormaata kana fudhatan 42,916 keessaa 40,037 kan darban yoo ta'u, dhibbeentaanis barattoonni persantii 93 darbuu isaanii ministirichi ibseera. Minsitirichi akka jedhetti barattoonni 2,809 qormaata kana hin darbine. Minsitirri Barnootaa Somaaliyaa Faaraah Sheek Abdulqaadir barattoota sababa qabatamaa ta'een qormaata kana malee hafan yeroo biraa akka qoraman carraan kan kennamuuf ta’uu ibsaaniiru. Minsitirichi barattoota, maatii, barsiisota fi hawaasa bal’aa adeemsa qormaata biyyaaleessaa kana deeggaruun akka hatamee miidiyaa hawaasaa irratti hin babal’anneef gumaacha taasisanis galateeffataniiru. Guutuu odeessa kanaa dubbisaa https://www.facebook.com/share/p/14mBEkX2L8K/ @VOH_NEWS #VOH_NEWS #𝗩𝗼𝗶𝗰𝗲_𝗼𝗳_𝗵𝘂𝗺𝗮𝗻𝗶𝘁𝘆_𝘀𝗮𝗴𝗮𝗹𝗲𝗲_𝗵𝗮𝗾𝗮_𝗾𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮

  • без подписи

  • без подписи

  • Yuunivarsiitiin #Aksuum dhukkubsattoota 1,600 caalaaf tajaajila yaala #fayyaa tola kennaa jira Finfinnee, Hagayya 17, 2026: Yuunivarsiitiin Aksuum jiraattota magaalattii 1,600 caalan fayyadamoo kan taasisu duula tajaajila yaala fayyaa tola dhiyeessaa akka jiru beeksiseera. Dhaabbanni TV’ Tigraayi qindeessaa duula kanaa Obbo Le'ake Teklaay eeruun akka gabaasetti, yaalli fayyaa kun Hoospitaala Rafeeraalaa Yuunivarsiitii Aksuum, Ministeera Fayyaa fi Bulchiinsa Magaalaa Aksuum waliin ta'uudhaan kan geggeeffamaa jiruudha. Duulli kun qorannoo dhukkuboota daddarboo dabalatee yaala ijaa, gogaa, dhiibbaa dhiigaa, sukkaaraa fi dhukkuboota kan biroo dhiibbaa gad fagoo geessisan ta’uu ibsameera. Odeessa guutuuf dubbisaa https://www.facebook.com/share/p/196gsFYJax/ @VOH_NEWS #VOH_NEWS #𝗩𝗼𝗶𝗰𝗲_𝗼𝗳_𝗵𝘂𝗺𝗮𝗻𝗶𝘁𝘆_𝘀𝗮𝗴𝗮𝗹𝗲𝗲_𝗵𝗮𝗾𝗮_𝗾𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮

  • без подписи

  • Daandiin Qilleensaa #Zaambiyaa #Amaan_Walee, hoji gaggeessaa aviyeeshinii, Hoji Raawwachiisaa isaa taasisuun muude Finfinnee, Hagayya 17, 2026: Dhaabbanni Daandii Qilleensaa Zaambiyaa geggeessaa industrii aviyeeshinii fi dhalataa Itoophiyaa kan ta'an Amaan Walee Gurmuu Hagayya 01, 2026 irraa eegalee Hoji Raawwachiisaa Olaanaa godhee muuduu isaa dhaabbanni sarara qilleensaa biyyaalesaa Zaambiyaa kun beeksiseera. Amaan Wolee Gurmuu Daandii Qilleensaa Zaambiyaatti hojii kan jalqabeDhaabbata Daandii Qilleensaa Itoophiyaa irraa yoo ta'u, sektera aviyeeshinii keessatti waggaa 19 caalaa tajaajiluun hogganummaa bulchiinsa sarara qilleensaa, tarsiimoo daldalaa, gurgurtaa, misooma gabaa fi wal-deeggarsa tarsiimawaa irratti gahee hogganummaa adda addaabahaa tureera. Odeessa guutuuf dubbisaa https://www.facebook.com/share/p/19JD2eDHAo/ @VOH_NEWS #VOH_NEWS #𝗩𝗼𝗶𝗰𝗲_𝗼𝗳_𝗵𝘂𝗺𝗮𝗻𝗶𝘁𝘆_𝘀𝗮𝗴𝗮𝗹𝗲𝗲_𝗵𝗮𝗾𝗮_𝗾𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮

  • 08:278из 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐦 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧удалён 13:51

    Chaanaalota Akkamii argachuu barbaadduu❓ Channaalii barbaaddan argachuuf see more kan jedhu tuqaa ilaalaa SEE MORE..... Free Waver: @Rafiqul_Islaam Ads: 👇👇👇 @Rafiiqul_Islaam

  • 18:481из 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐦 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧удалён 08:38

    без подписи

  • 16 авг.2из 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐦 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧удалён 18:51

    без подписи

  • 16 авг.8удалён 18:51

    без подписи

  • 15 авг.14из 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐦 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧удалён 16 авг.

    без подписи

  • #Sudaan #Marii_Biyyaalessaa hunda haammatu gaggeessuufi; Al Burhaan nageenyaafi seera irratti wabii dhiyeessus jedhame Finfinnee, Hagayya 15, 2026: Pireezidaantiin Mana Maree Ce'umsaa Biyyooleessaa fi Hooggana Waraanaa Sudaan, Abduul Fattaah al-Burhaan, marii biyyaalessaa hunda-haammataa akkaataa bilisa ta'een dhiyaate deeggaruu isaanii fi hirmaannaa mijeessuudhaaf wabii seeraa, siyaasaa fi nageenyaa kennuuf qophii ta'uu isaanii gabaaafame. Kabaja Ayyaana Waraana Sudaan tokkoomsuu itti yaadatamuu ilaalchisee sirna geggeeffame irratti kan dubbatan Al-Burhaan, mootummaan deeggarsa loojistiikii fi wabiikan dhiyeessu yoo ta'u, qophii mariichaa, ajandaa fi bu'aa isaa murteessuu keessaa ala akka ta'u ibsaniiru. Guutuu isaa dubbisaa https://www.facebook.com/share/p/1Dagso9u6R/ @VOH_NEWS #VOH_NEWS #𝗩𝗼𝗶𝗰𝗲_𝗼𝗳_𝗵𝘂𝗺𝗮𝗻𝗶𝘁𝘆_𝘀𝗮𝗴𝗮𝗹𝗲𝗲_𝗵𝗮𝗾𝗮_𝗾𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮

  • “Tattaaffiin #aangoo giddugaleessatti kuusuu” mootummaan taasise, dhaabbilee dimokiraasii fi mirga namoomaa #Itoophiyaa bara 2025 keessa caalaatti miidheera: #Gamtaa_Awurooppaa Finfinnee, Hagayya 14, 2026: Tattaaffiin mootummaan Itoophiyaa wayita “wal muffiin sabootaa” fi fincilli hidhannoo deemaa jirutti angoo giddugaleessatti ol kuusuuf godhe bara 2025 keessa “dhaabbilee dimokiraasii caalaatti kan hubee fi kabaja mirga namoomaa kan miidheedha” jechuun Gabaasni Waggaa Gamtaa Awurooppaa (EU) kan Mirga Namoomaa fi Dimokiraasii Addunyaa Bara 2025 ibse. Gabaasni kun akka jedhetti, haalli mirga namoomaa fi dimokiraasii Itoophiyaa caalaatti walitti bu’iinsa hidhannoitiin, tasgabbaa’uu dhabuu fi miidhaa waraana waggaa lamaaf naannoo Tigraay, Amaaraa fi Afaar keessatti raawwatameen kan dhiibbaan bocamedha. Odeessa guutuuf dubbisaa https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=9563

  • #Gazexeessitoonni #Itoophiyaa hidhaman shan gadhiifamuun dura yakka #shororkeessummaa irratti hirmaachuu isaanii akka amanan dhiibbaan irratti godhamaa jira: #CPJ Finfinnee, Hagayya 14, 2026: Gartuun Kabaja Migra Gazexeessitootaaf Falmu (CPJ) abbootiin taayitaa Itoophiyaa gazexeessitoota waggoota sadan darbaniif hidhamanii jiran shaneen akka gadhiisan waamicha dhiyeesseera. Gareen kun akka jedhetti, gazexeessitoonni kun hidhaarraa bilisaan bahuuf jecha fincila hidhannootti hirmaachuu isaanii akka amananiinii fi dhiifama akka gaafataniif dhiibbaan irratti godhamaa jira. Gazexeessitoonni kun – Goobazee Siisaay, Maskaram Abarraa, Ganat Asmamaaw, Daawit Bagaashaaw fi Abbaay Zawduu – gabaasa jeequmsa Naannoo Amaaraa keessatti ka’e irratti dhiyeessaniin walqabatee yakka shororkeessummaatiin bara 2023 keessa hidhaman. Guutuu odeessichaa dakaa dubbisaa https://addisstandard.com/Afaanoromoo/?p=9556 @VOH_NEWS #VOH_NEWS #𝗩𝗼𝗶𝗰𝗲_𝗼𝗳_𝗵𝘂𝗺𝗮𝗻𝗶𝘁𝘆_𝘀𝗮𝗴𝗮𝗹𝗲𝗲_𝗵𝗮𝗾𝗮_𝗾𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮

  • #Itoophiyaan ulaa galaanaa dhabuun dhiibbaa walii galaafi akkasumas walabummaa isheetis saaxiluu Ministirichi ibsan Finfinnee, Hagayya 14, 2026: Itoophiyaan ulaa galaanaa dhabuu isheetiin dhiibbaawwan hammaan hin tilmaamamneef: jechuun: baasii ol-aanaatiif fi sodaa daangaa biyyaatiif saaxilamaa jiraachuu Ministirri Geejjibaa fi Loojistiiksii Alamu Simee (PhD)ibsan. Ministirichi gaazexaa Bariisaa waliin turtii taasisaniin, biyyattiin ulaa galaanaa dhabuu isheitiin sekteroonni miidhaan irra gahe keessaa Ministirri Geejjibaafi Loojistiiksii isa tokko ta'uu eeraniiru. Biyyi ulaa galaanaa hin qabne iccitii kan hin qabne ta'uu fi waan kanaaf diinaaf kan saaxilamtuu fi dhiibbaa walabummaa biyyaa irratti kan uumu ta'uu ibsaniiru. Guutuu odeessichaaf dubbisaa https://www.facebook.com/share/p/1VPKqbvuoJ/ @VOH_NEWS #VOH_NEWS #𝗩𝗼𝗶𝗰𝗲_𝗼𝗳_𝗵𝘂𝗺𝗮𝗻𝗶𝘁𝘆_𝘀𝗮𝗴𝗮𝗹𝗲𝗲_𝗵𝗮𝗾𝗮_𝗾𝗮𝗯𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮

  • 13 авг.6из 𝐑𝐚𝐟𝐢𝐪𝐮𝐥 𝐈𝐬𝐥𝐚𝐦 𝐏𝐫𝐨𝐦𝐨𝐭𝐢𝐨𝐧удалён 14 авг.

    𝐆𝐀𝐀𝐅𝐅𝐈𝐈 𝐇𝐈𝐑𝐌𝐀𝐀𝐂𝐇𝐈𝐒𝐀𝐀! 💡 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 (𝐒.𝐀.𝐖) 𝐥𝐚𝐛𝐬𝐚 "𝐁𝐚𝐫𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐛𝐨𝐨𝐝𝐚 𝐦𝐮𝐬𝐡𝐫𝐢𝐤𝐧𝐢 𝐇𝐚𝐣𝐣𝐢𝐢 𝐡𝐢𝐧 𝐠𝐨𝐝𝐡𝐮, 𝐊𝐚'𝐚𝐛𝐚𝐚𝐬 𝐪𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐧 𝐡𝐢𝐧 𝐭𝐚𝐰𝐰𝐚𝐟𝐮" 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐮𝐮𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚 𝐝𝐮𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐥𝐚𝐛𝐬𝐮𝐮𝐟 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐮𝐧 𝐠𝐚𝐫𝐚 𝐌𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐞𝐫𝐠𝐚𝐧? Add My Channel👇 @Rafiiqul_Islaam @Rafiiqul_Islaam

  • 13 авг.3удалён 13 авг.

    без подписи

  • без подписи

  • без подписи