tgindex
Br. Whisper Channel

Br. Whisper Channel

Статистика

Islam is the only solution! Gaafii fii Yaada qabdan 👉 https://t.me/gactu irratti nuuf ergaa!

Последний пост
13 июн.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
20
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
337
0 за 2 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
218
20 постов
Вовлечённость
64,7%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 20
Упоминаний
1
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • የአርሲ ግጭት ተዋንያን! *** የሰሞኑ የአርሲ ድራማ አንደታዘብነው "የአብዬን ወደ እምዬ" ወይም "ጅራፍ እራሱ ገርፎ እራሱ ይጮሃል" የሚለዉን የሀገራችን ብሂል የሚያስታዉሰንን የአርሲ ክስተት ፈፃሚዎች፣  አቅምና ሁኔታ ብፈቅድላቸው በቀዳሚነት ታርጌት አድርጎ ማጥቃት የፈለጉትን አካል (ሙስሊሙን ማህበረሰብ) ስወነጅሉ አይተነዋል። ይሄ ግጭት ሶስቱ ተዋንያን ማህበረቅዱሳን፣ ሞኣ ተዋህዶ እና ፋኖ ሆነ ብሎ ተናበዉ ለአንድ የጋራ የፖለትካ ዓላማ (Common Political Goal) የፈጠሩት ነው። እንዴት? እና ለምን? 1. አስተዋፅኦ እና የስራ ክፍፍል (Input & Roles): ✅ ሞኣ ተዋህዶ እና ማህበረ ቅዱሳን: በማህበራዊ ሚዲያ፣ በስብከቶች እና በተለያዩ መድረኮች "የሃይማኖት መገፋት" ትርክቶችን በማምረትና በማሰራጨት ረገድ የአስተሳሰብ (Ideological) ሚና ይጫወታሉ። ✅ ፋኖ: ይህንን የተፈጠረውን የቅሬታ ስሜት መሬት ላይ ወደሚታይ የፖለቲካ እና የትጥቅ እንቅስቃሴ የሚቀይር አስፈጻሚ (Operational) አካል ሆኖ ይሠራል። 2. የተግባቦትና የትስስር መስመር (The Mechanism): ✅ሦስቱ አካላት በቀጥታም ይሁን በተዘዋዋሪ የሚገናኙት "በጋራ አጀንዳ" ላይ ነው። አንደኛው አካል ስሜትንና ቅሬታን ሲያመርት፣ ሌላኛው አካል ደግሞ ያንን ስሜት ለፖለቲካዊ ዓላማ ፍጆታ ይጠቀማል፤ በዚህም የጋራ ትስስር ይፈጥራሉ። 3. የመጨረሻው ግብ (The Core Objective): ✅ ትርክት መፍጠር ➔ ስሜትን ማንቀሳቀስ ➔ ግጭት መለኮስ (ሕዝብን ከሕዝብና ሕዝብን ከመንግሥት ጋር ማጋጨት።) ከላይ እንደጠቀስኩት የዚህ ግጭት ሶስቱ ተዋንያን ማህበረቅዱሳን፣ ሞኣ ተዋህዶ እና ፋኖ ሆነ ብሎ ተናበዉ የፈጠሩት ሲሆን ብሳካላቸው የመጨረሻ ግባቸው (Ultimate Goal) "ግርግር ለሌባ ያመቻል" እንደሚባለው፣ ሕዝብን እርስ በርስ ማጋጨት፣ ሕዝብን ከመንግስት ጋር ማጋጨትና ከመሃል ስልጣን የመቆጣጠር ሕልማ ወይም ቅዠት ነው። ላይሳካ ሕዝብን አታባሉ። ___ ወንድማችሁ/Obboleeysaa Keessaan:- ...✍️Whisper ነኝ      ☮️ሰላም-Peace✌️ ___

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • ኢሰመኮ በአርሲ ጉዳይ አጣርቼ ደረስኩበት ያለውን መረጃ አጋርቷል።

  • ሰው እንዴት ከዚህ ውስጥ "አንገት አንገታቸውን በሉ " የሚለውን ነጥሎ አውጥቶ የማይገናኘውን ያገናኛል? እና አበባ ያንጥፉልህ? ወይስ እንደአንተ "ቀኝህን ሲመታህ ግራህን ስጥ" እያለ የፉገራ ጥቅስ ይጥቀስልህ?

  • видео или голосовое, без подписи

  • ቆርጦ ቀጠል (የደም ነጋዴዎች)

  • ለመሆኑ ሽብር ቀስቃሽ ማን ነው?

  • 6 июн.1001из mahircomp123

    🕊 የሰላም ሚኒስቴር:- "በአርሲ ላይ ጥቃት የፈፀሙት የሸኔ ታጣቂ ሃይሎች ናቸው።" 😇የሃይማኖት አባቶች:- "የአርሲው ጥቃት በሸኔዎች የተፈፀመ ነው።" 👨‍👩‍👧የአከባቢው ነዋሪዎች:- "እየገደሉን ያሉት የሸኔ ታጣቂዎች ናቸው።" ☦️ኦርቶዶክሳዊያን:- "የለም የለም ! ገዳዮቹ ሙስሊሞች ናቸው። ወደ ጦርነት መግባት አለብን።" ወገኖች ጦርነት እንዲሁ በሚዲያ እንደምታወሩት ቀላል እንዳይመስላችሁ። ከፍተኛ ዋጋ ያስከፍላቹኃል። የፋኖ ፖለቲከኞች እናንተ ላይ ቁማር እየተጫወቱ ነው፣ ንቁ። ☑️Sαlαh Responds😘 ➡️ t.me/mahircomp123

  • ምንም አይነት የአለም እንቅስቃሴ የማይደበቅበት በዚህ ዘመን ምነው የአርሲ ጉዳይ ከቆዩ ቪድዮዎች፣ ከተቀነባበሩ የዉሸት ቪድዮዎችና ከጥላቻ ከሚመነጩ "ንፁሃን ሙስሊሞችን እንረድ" ከሚለው ፉከራና ድንፋታ ዉጭ መረጃ ለምን አልተገኘም? ምክንያቱም ፖለትካዊ ዉሸት ስለሆነ። አበቃ የኦሮቶዶክ ወጣት የሀይማኖት ጦርነት የሚቀሰቅሱልህ ሰዎች ለእራሳቸው እሳት የማይነካቸው የተንደላቀቀ ኑሮ እየኖሩ ነው፣ አንተ የማንም የፖለትካ እሳት ማገዶ ለመሆን አተሯሯጥ ነቃ በል።

  • 🎭እዚህ ሚድያ ላይ ሁለት አይነት ኦሮቶዎችን አውቃለሁ 🫈1ኛ ቲክቶዶክሶች 🎪እነዚህ የቲክቶክ መንደር self-proclaimed ዲያቆናት፣ ቄሶችና መምህራን ናቸው። የመሬቷ ኦርቶ አታውቃቸዉም። የመሬቷ ኦርቶ ሊቆችና መምህራንም ጭምር አያውቃቸዉም። የእራሳቸው የሆነ የመፅሓፍትና የወንጌል አተረጓጓም፣ እምንትና ሀይመ ኖት አላቸው። 👩‍🦯‍➡️2ኛ ቦርኮዶክስች👨‍🦯 🧟እነዚህ እውቀትም ሆነ እምነት የላቸውም። ስራቸው ለቲክቶዶክሶች ማሸብሸብና ማጨብጨብ ነው። ስላኩ በኮሜንት መሳደብና በReport ላይ የሚሰማሩ የቲክቶዶክሶች መንጋ ናቸው።

  • የአብረሃምና የሳራ ይሁንላችሁ ይባልላቸዋል አሁን?🤔

  • አንድ የኦርቶዶክስ ቤ/ክርስቲያን ዲያቆን ከክፈለሀገር ወደ አዲስ አበባ አምጥተዉት እንደጣሉትና በዚያ ምክንያት ደግሞ ርቦት ወደ እስልምና ገብቶ እንደነበርና አሁን ደግሞ ወደ ክርስትናው መመለስ እንደሚፈልገ የሚገልፅ ርከርድ #ቲክቶዶክሶች ስያዟዝሩት አየሁ። ጉዳዩ የለመዱት ድራማ ወይም ደግሞ እውነትም ልሆን ይችላል። የሆነው ሆኖ ለእነዚህ ሰዎች ያለን መልእክታችን አጭር ነው። እባካችሁ ስለራባችሁ እምነታችሁን አትቀይሩ:– {إِنَّمَا نُطۡعِمُكُمۡ لِوَجۡهِ ٱللَّهِ لَا نُرِیدُ مِنكُمۡ جَزَاۤءࣰ وَلَا شُكُورًا} «የምናበላችሁ ለአላህ ውዴታ ብቻ ነው፡፡ ከእናንተ ዋጋንም ማመስገንንም አንፈልግም፡፡» [ቁርኣን 76:9] ___ ወንድማችሁ/Obboleeysaa Keessaan:- ...✍️Whisper ነኝ      ☮️ሰላም-Peace✌️ ___

  • https://vt.tiktok.com/ZSutrhrky/

  • https://vt.tiktok.com/ZSutMKyF3/

  • السلام عليكم ورحمة الله وبركاته عيد مبارك تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال

  • 🌙✨ Ramadan Mubarak ✨🌙 The Blessed Month of Ramadan has arrived a month of mercy, forgiveness, and immense reward. A month where hearts soften, duas rise, and every good deed is multiplied. May Allah accept our fasting, our prayers, our charity, and our sincere intentions. May He grant us strength, patience, and steadfastness throughout this sacred month. 🤲 Let this Ramadan be different. Let it be transformative. Let it bring us closer to Allah. اللهم بلغنا رمضان وبارك لنا فيه

  • Eyyeen dubbiin akka wallaaltoonni ofiif wallaalaan jal'atan Nama jal'isuuf ittiin oluuf gad kaatan san osoo hin taane faallaa isaati. Iyyesuusiis Waaqayyo osoo hin taane ergamaa waaqayyoo kanuma akka ergamtoota isa dura dabraniitii. Dubbiin hanganuma, kan dhugaa barbaaduuf Ragaan tokko qofti ga'aadha. Warra haqa hin barbaadneef immoo Ragaan kumni tokkoyyuu isaaf hin liqinfamtu. Hanga walitti deebinutti nagayatti! _______________________________ Obboleeysaa Keessaan:- ...✍️Whisper ☮️ሰላም-Peace✌️ _______________________________ Barnootaa fii Gorsa Gara garaa argachuuf peejii kiyya kana 'like' godhaa na hordofaa. Click and Like ➤➤ https://www.facebook.com/whisper.one ❊-❊-❊-❊-❊-❊-❊-❊-❊

  • DHUGAA IYYAAFADHU! ------------------/\---------------- Maqaa Rabbii Akkaan Mararfataa Akkaan Rahmata Godhaa Ta'eetiin. . Yeroo baay'ee Eenyummaa Iyyesuus kiristoos Ilaalchisee marii taasifamu irratti Iyyesuus waaqayyo akka hin taane fii Ergamaa waaqayyoo kabajamaa qofa akka ta'e hubachiisuuf jecha marii yeroo dheeraa fudhatee fi fudhatu ni taasifna. Ammas nama qalbii dhugaa hubattu fii dhugaa barbaaddu qabuu hundaaf Qabxiiwwan sadi qofaan akka Iyyesuus ergamaa waaqayyoo ta'uu malee sadarkaa biraa hin qabne isiniif mirkaneessuu barbaada. Hanga xumuraatti obsaan dubbisaa. Waliifis #share godhaa. - ✅ QABXII TOKKOFFAA ✔️ Maqaadhuma Isaarraa yoo kaanu "Kiristoos" jechuun maal jechuudha? . Maqaan #Kiristos jedhu qoftiin Iyyesuus akka nama ta'e ibsuudhaaf ga'aadha. Akkamitti? Jechuun keessan hin oolu. Eyyeen! #Kiristos jechuun maal jechuudha? Kun kanuma namni hundi deebisuu danda'uu dha. #Kiristoos jechuun kan dibame jechuudha. Gaafiin Abshaalli kaasuu qabu garuu "Eenyuutu isa dibe?" Kan jedhuudha. Kana kiristiyaanni hundi irratti waliif gala kan isa dibe Waaqayyoodha. Macaafni Qulqulluu jedhanii moggaafatan Hojii Ergamootaa irratti akkana jedha:- . «Waaqayyo, Yesus #nama Naazireet kana hafuura qulqulluudhaan #dibee humnaan akka isa guute, inni naanna'ee hojii gaarii akka hojjete, Seexanaan kan cunqurfaman akka fayyise, Waaqayyo isaa wajjin akka tures beekamaa dha.»(Hojii Ergamootaa 10:38) . Eegaa nuti kan itti waamaa jirruu fi Itti amanaa jirruus Waaqayyo isa Kiristoos dibe dha. Iyyesuus immoo ergamaa kabajamaa waaqa kanaati. . ✅ QABXII LAMMAFFAA ▶️ Hojiiwwan inni hojjete haa ilaallu:- . ✔️Iyyesuus du'aa kaase . ✔️Iyyesuus Jaamaa fayyise . ✔️Iyyesuus naafa fayyise . ✔️Iyyesuus Lamxii fayyise . ✔️Nyaata baay'ise . ✔️Iyyesuus Bishaan gubbaa adeeme . ✔️Iyyesuus dinqiiwwanii fi milikkitoowwan gara garaa hojjetee jira. . "Atuu silaa waaqummaa isaa hin amantuu Maal haa ta'uuf kana hunda haasoofta ree?" Naan hin jedhinii Na dhagayi an kana hunda kan haasawu dubbii gabaabsuufi. 'Akkamitti?' jechuun mirga keeti. Gaafii wal fakkaataa "Akkamitti?" jedhu Iyyesuus mataan isaa siif deebisa. Akkam jedhee? Eyyeen Wangeela Yohaannis Boqonnaa 5 Lakkoofsa 30 dubbisi . «Yesus itti dabalee, "Ani humna kootiin homaa gochuu hin danda'u; abbaa koo irraa akkan dhaga'etti nan farada; firdiin ani faradus qajeelaa dha. Anoo yaada koo duukaa bu'uu hin barbaadu, 'yaada isa ana ergee duukaan bu'a malee.»(Wangeela Yohaannis 5:30) . 👆Keewwata kana irraa qabxiiwwan sadi fudhadhuu xiinxali mee:- . ✔️Ani humna kootiin homaa gochuu hin danda'u ✔️Abbaa koo irraa akkan dhaga'etti nan farada ✔️Anoo yaada koo duukaa bu'uu hin barbaadu, 'yaada isa ana ergee duukaan bu'a malee . Eyyeen humna kootiin homaa gochuu hin danda'u erga inni jedhe jaalattaniis jibbitaniis humna isaatiin akka inni homaa gochuu hin dandeenye amanuu qabdu. Yoo barbaadde "Akkamiin Gochoota gurguddoo kana hojjete ree?" Jettee gaafii gaafachuu ni dandeessa. Eyyeen! Sumaatu hin xiinxalini malee Innumti mataan isaa "Anoo yaada koo duukaa bu'uu hin barbaadu, 'yaada isa ana ergee duukaan bu'a malee" jechuudhaan siif deebiseera. Dhugaan kun sitti hadhaawuus liqimsi Iyyesuus dinqii fi milikkita kan hojjete heyyema Rabbiitiini malee fedhii fi humna mataa isaatiin miti. . ✅ QABXII SADAFFAA ▶️ Hojiiwwan inni hojjete inni maal ta'uu isaa nutti mul'isu? Iyyesuus dandeettii fii humna isaatiin osoo hin taane, Heyyamaa fi fedha Rabbiitiin:- . ◼️Du'aa kaase ◼️Lamxii fayyise ◼️Naafa fayyise ◼️Dinqii fii milikkata gara garaa hojjete jira. . . Eegaa wantoota kana hunda Maal haa ta'uuf hojjete? Akka kiristiyaanoonni jedhan waaqayyo ta'uu mul'isuuf moo akka muslimoonni jedhan ergamaa Rabbii akka ta'e mul'isuuf? Lakkii maalif na gaafatta Mee koottu anaa fii atiis Iyyesuus mataa isaa haa gaafannuu. Iyyesuus maal jedha? Wangeela Yohaannis boqonnaa lakkoofsa irra dubbifadhu. Iyyesuus dinqiifi milikkata hojjete hunda walitti qabee kaayyoo isii yoo ibsu akkana jedha:- . «hojiin ani hojjedhu kunis abbaan akka ana erge dhugaa anaaf in ba'a.»(Wangeela Yohaannis 5:36) .

  • IYYESUUS DU'A INJIFATEERAA?? ___________/\__________ Maqaa Rabbii Akkaan mararfataa, Akkaan Raahmata godhaa ta'eetiin. Yeroo baay'ee kiristiyaanoonnj "Iyyesuus du'ee du'a mo'ee/injifatee ka'e" yoo jedhan ni dhageenya. Dhugaa dubbachuudhaaf akka amantii islaamaatti Iyyesuus du'ees, fannifamees jennee hin amannu. Sababiin isaas Raabbii(s.w) Qur'aana keessatti haala shakkii tokkollee hin qabneen nuuf hime waan ta'eef. . Haa ta'uu malee garuu macaafuma warra kiristiyaanaallee yoo Qoranne kan ka'e Iyyesuus Humnaa fii Aangoo Isaatiin barnoota jedhu hin argannu. Kiristiyaanoonni "Iyyesuus aangoo isaatiin du'a injifate" jedhanii amanu; Macaafni Qulqulluun Immoo "Lakkii inni ofiif hin kaanee waaqayyo isa uumeetu du'aa isa kaasee"' Jedha. jecha isanii fi jecha Eegaa! Jecha macaafa Qulqulluu fi jecha warra kiristiyaana ofiin jedhanii kana keessaa kamtu dhugaa dha? Ragaalee Armaan Gadii Kanneen Sirritti haa Dubbifnu mee:- . «Isa Namoota Gara Jireenyaatti Geessu Ajjeeftan, Waaqayyo Immoo Du’aa Isa Kaase, Kanaafis Nuyi Dhuga-Baatuu Dha.»( Hojii Ergamootaa 3:15) . «Isi Yesusin In Fanniftan, In Ajjeeftanis; Waaqayyo Garuu Warra Du’an Keessaa Isa Kaase.»( Hojii Ergamootaa 4:10) . «Nuyi Biyya Yahuudootaatii fi Mandara Yerusaalemitti, Waan Yesus Hojjeta Hundumaaf Dhuga-Baatuu Isaa Ti; Jarris Isuma Mukatti Fannisanii Ajjeesan. Waaqayyo Garuu Guyyaa Sadaffaatti Du’aa Isa Kaasee, Akka Inni Mul’atu Godhe.»( Hojii Ergamootaa 10:39-40) . «Sababaa Du’a Isatti Farachiisu HIn Arganne; Utuma Kana Beekanii Garuu Akka Inni Ajjeefamuuf Philaaxosin In Gaafatan. Waa’ee Isaatiif Kan Caafame Hundumaa Erga Raawwatanii, Muka Fannoo Irraa Gad Buusanii Awwaala Keessa Kaa’an. Waaqayyo Garuu Warra Du’an Keessaa Isa Kaase.»( Hojii Ergamootaa 13:28-30) . «Yesus Kana, Waaqayyo Du’aa Kaaseera; Nus Hundumti Keenya Isa Kanaaf Dhuga-Baatuu Dha.»(Hojii Ergamootaa 2:32) . «Waaqayyo Abboota Keenyaa, Yesusin, Isa Isin Mukatti Fanniftanii Ajjeeftan, Du’aa kaaseera.»(Hojii Ergamootaa 5:30) . «Iyyesuus Gooftaa Akka Ta’e Afaan keetiin Yoo beeksifte, #Waaqayyo_Du’aa_Akka_Isa_Kaase Immoo Garaa Keetti Yoo Amnte Fayyina Bara Baraa In Argatta.»(Gara Warra Roomaa 10:9) Eegaa! Kan Iyyesuus Du'aa Kaase Waaqayyoo erga ta'e, isin Iyyesuus dhiiftanii Waaqayyoo Isa Iyyesuusiin Du'aa kaase kanatti maalif hin amanne???? . Dhugaan ni qal'atti malee hin cittu! Rabbiin dhugaa dhooksuu irraa nu haa baraaru. Aamiin. _______________________________ Obboleesaa Keessaan:- ...✍️Whisper ☮️ሰላም-Peace✌️ _______________________________ Barnootaa fii Gorsa Gara garaa argachuuf peejii kiyya kana 'like' godhaa na hordofaa. Click and Like ➤➤ https://www.facebook.com/whisper.one ❊-❊-❊-❊-❊-❊-❊-❊-❊

Br. Whisper Channel — tgindex