- Последний пост
- 14 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 54
- Всего постов
- 194
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Новости и СМИ (по похожим)
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 298
- 1/48двое суток
- 341
- 1/72трое суток
- 368
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
видео или голосовое, без подписи
"Salaalee Gohaatsiiyoonittan barsiisaa ture maqaa qabsawaa goota/ Arbanyaa cimaa Hagarii Tulluu namoonnii baayyee faarsanii fi leelliissanii sirbaniifitu ture. Aniis akka isaa sabnii kiyya maqaa kiyyaan akka naaf sirbee, nafaarsee naleellisuun hawwee. Achumaan Gara Tigraay deemee qabsoo Saba kiyyaa eegale." Abooy Sibaati Naggaatu jedhe. Hundinuu nu booda ka'eetu mataa ta'e. Baguma dhugaa kana dubbate.
видео или голосовое, без подписи
Jarrii warqee badhaafamtee Walumaan boji'amtee 🙆. 🏆🤛 😆 Waa maraafu baga lubbuu keessan olfattan 👌
видео или голосовое, без подписи
“Godina Harargee Lixaa Aanaa Habroo Gandaa Hundee Dhaabaatti (32) jedhamutti guyyaa kaleessaa qaamonni nageenyaa mootummaa qonnaan bultoota namoota nagaa sadii (3) rashanan.Isaanis:- 1. Ibsaa Mahammad Abdallaa. 2. Husseen Umaree 3. Jamaal Zeeynii jedhamu.”
видео или голосовое, без подписи
Waraana hin mo'amne keessa seenee jira jedha humni Gumuz Ammaa booda magaalaan Gilgel homaa nuuf hin gootu. PP/OPDO awwaaluuf gara Assosa dhufaa jirra jedha humnichi.
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
Gotichii WBO Zooni Lixaa Harkaan Qabee irraa Guuraa jira Arguun Amanuudha
видео или голосовое, без подписи
#Oduu_Ammee Godina Arsii Bahaa aanaa heexxoossaa Ganda sibuu abaadiir ttii bilxiginnaan Nama nagaa uummata Shanee Waliin hariiroo qabda jechuun ajjee"stee
видео или голосовое, без подписи
#Finfinnee Bilxiginnaan ittiin dhaaddattu bilciliciin sunii kan ijaarree, hojjannee misooma kordarii jedhanii ofjajan sunii tanuma Moo Finfinnee biraatu jiraa ? 🤣🤣😏 ፊንፊኔን በዚህ ዓይነት እንዝላልነት በተሞላ መልኩ እየገነቧት ያሉት ሀገራቸው ስላልሆነች ነው።።።!!!! Garbii Bultoo
видео или голосовое, без подписи
Abbuma isaanitti bahaniim booji'amuun Aadaa taateef warraaf 😂WBO wabii Sabaa 💪🙏
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
"Hammaarrannaan Alanfannaa hin ta'u" jedhe Oromoon!! Buxxuuraan shimallis gaaf eebbaa qoma dhiibu WBO jala kikottoonfatee ta'ekaa kunoo!!