tgindex
Jaal Lalisee ❤️💚❤️

Jaal Lalisee ❤️💚❤️

Статистика
Последний пост
14 июл.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
0
Всего постов
34
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
683
+1 за 2 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
590
33 постов
Вовлечённость
86,4%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 34
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • https://www.facebook.com/share/1anjdkqR9j/

  • 28 мая526472

    без подписи

  • 24 мая578152

    без подписи

  • Har'a maal hojjachaa jirta? Waan hojjachaa jirtutu boruuf seenaa ta'aa; mee waan hojjattu ilaalladhu.

  • 5 мая760542

    без подписи

  • Wanti ati hojjattuu kan nama iyyisiisuu sirri waan hin taanefii miti. Osoo ati waan sirrii hin tanee hojjattee namni sirri miti dhisi si miidhaa siin jedhuu hin jiruu. Kanaaf wantii ati hojjeettuu sirri ta'uu isaa sirnaan hubaattee jennaan waca namaaf bakka hin keeniin. Warrii har'a sitti waccuu Kun qileensa. Qileensii ni darbaa wantii ati hojjeete garuu seenaadha kanaaf hojii irraatti xiyyeefffaadhuu si'ii beekii 👉🙍

  • без подписи

  • без подписи

  • Channel photo updated

  • 19 апр.1 15031

    https://youtube.com/@laliseeentertainment?si=VAjIsIUBj7LFEegm

  • Baga Jala bultii EBlA 15 geessan qabsaa'oonnii fi sabboontoonni ilmaan Oromoo hundii keessan. Guyyaa gootota wareegamtoota Oromoo fi guyyaa hidhamtootaa Oromoo maqaa siyaasaa oromoof mana hidhaa gargaraa keessa jiraan itti yaadanuudha. Bara 1980 gammoojjii somaalii bakka shinniiggaa jedhamuuttii guyyaa itti murannoo fi kutannoo jajjabduu itti Oromoo fi Oromummaaf itti garsiisaanii fi guyyaa bakka tokkoottii wareegamaniidha. Kutaa fi amanataan gargaruu hinbaanuu jedhaniitu bakka tokkootti wareegaman. Seenaan bar baaran isiin ni yaadata. Nama seenaa yaadatu Nama seenaa hojjeetu Nama dhaloota boqachisuu nu yaa taasiisuu ayyaantummaan isaanii. Toorrii fb kiyya Kuni warning waan qabuuf #share waliif tolchaa. Coqorsa Wayye Daandii Bosontuu Daandii Bilisee Dido Duba Hunda Caaltuu Koo Galmoo Oromoo Barseenaa Oromoo JL Barii Garbii Bultoo Addunyaa Gurmessa Summii Sanyii Wbo Keria Mrressa Micciraan Gootota Imaana Jaallan Kufani Waadaa Jaallan Ganamaa Farda Dhugaaf Gulufu Farda Sakaallan Miite Qàrsõõ Qāllïtï Jooraa Kaayyoon Joorse Jl Gurraacha

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи

  • ‎Ati nama gammachisuuf hin hojjatiin seenaaf hojjadhu. Seenaan yoomillee hin baduu tarii namnii seenaa jal'isuu jiraachuu danda'a. Sunii immoo rakkoo haala yerooti sunisi gaafa yeroon gahee inuma sirrata. ‎ ‎Mee ilaalii warri kaleessa Oromummaa ofii beeke shira waggaa 100n har'a hubatee sirnaa gita bittootaa habshaa diidaa ture. ‎ ‎Maal jechaanii  turan shiftaadha isaan jechaa turan garuu yeroo sanitti shiftaa yaa jedhaman malee seenaan isaanii dhalootaa dhalootatti darbe. Seenaa isaan kalee hojjeetan sani dhaloonnii har'a jiruu kunii ka'uumsa ykn fakkeenya goodhatanii maqaa isaaniin dhadachaa, enyuummaa ofiif wareegama basanii falmaacha jiru. ‎ ‎Egaa maafan jedhee beektaa waan saba keetii gaafa hojjattuu keessattuu waan seenaan si komatuu hin hojjeetiin malee waan namni si komatuu rakkoo hin qabu. ‎ ‎Gootota keenya hedduu isaanii waan barbadan isiinif guunnaa taa'aa ummata nurratti hin kakaasiina jedhanii kadhachaa turan ‎Mootummoonnii abbaa irree. ‎ ‎Garuu isaan maal jedhanii lakkii nutii garaaf hin jiraannuu seenaadhaf jiraanna jedhanii Oromoof jecha hadha'a heedduu dhandhaman. ‎Akkas jedhan nuti rakkoo dantaa dhunnfaa miti. Rakkoon keenya rakkoo eenyummaati eenyummaa keenyatu sarbamee. Eenyummaan sarbamuun dhimma lubbuun jiraachuuf jirachuu dhaabutii kanaf rakkoon keenya rakkoo eenyummaa keenyaati. ‎Eenyummaa ofii keessa waan baayy'eetu Jira ‎Aadaa ‎Amanata ‎Afaan ‎Biyyaa ‎Qabeenya ‎Beekumsa ‎Keenya hundaa saamamnee. ‎

  • без подписи

  • #Lollii_baayyinaa_fi_Guddinaan miti taaktikii ykn #tooftaa Adda addaa sigaafata. Lollii tooftaa, gootummaa, dandeettii addaati malee baayyiinaa meeshaa fi guddina biyyaa miti. Fakkeenya Iraan Ameerikaa goote kana ilaalii Laastikiitti qilleesaa guuttee waraana Ameerikaa rukkuchiisaa fi kisaaraa Miliyoonaa meeqaan geessifte. Dheengaddamoo lafa gubbaatti suuraa xiyyaaraa 3D dhan kaastee lafa rukkuchiisaa oolte Ammas shawwaddee jechuun addunyaan ameerikaattii kolfaa jirti.

  • без подписи

  • без подписи

  • без подписи