ERGAA DIINAL ISLAAM!!
Статистика✔Ergaalee diinal islaam gaggabaaboo ✔Darsiilee gara garaa ✔Wolaloo ✔Seenaa sahaabota ✔Dhaamsa woliigalaa ✔Gaafii,odeeffannoo, yaadaaf @Allahi_qofa irraan na argattan🙏
- Последний пост
- 11 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 1
- Всего постов
- 89
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Новости и СМИ (по похожим)
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 102
- 1/48двое суток
- 116
- 1/72трое суток
- 126
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
без подписи
🌿Ergaa Diinal Islaam ⁸²🙌 ✍Wontooonni Afur dallansuu Rabbii namarraa dhaamsiti...🪴 1 Tawbaa dhugaa — Badii dalaguu irraa gara rabbii deebi’anii Rabbiin araarama kadhachuu 2 Istighfaara baay’isuu — “أستغفر الله”irra deddeebi'anii jechuun Rabbiin araarama kadhachuu 3 Sadaqaachuu — hiyyeeyyii fi warra rakkatan gargaaruu 4 Dalagaa gaggaarii baay’isuu — salaata, zikrii, Qur’aana qara’uu, akkasumas haadhaaf abbaa ofiitti tola ooluu fi kkf👌 Share 👇 https://t.me/Attaqwa3
🌿Ergaa Diinal Islaam ⁸¹🙌 #Iccitii Milkaa'inaa shanan.. 1 Rabbiitti hirkachuu fi ikhlaasa qabaachuu 2 Beekumsa barbaaduu Guyyaa guyyaan waan haaraa baruuf yaalu 3 Hojii ciminaa fi obsaan hojjechuu 4 Yerotti sirnaan fayyadamuu 5 Naamusa gaarii fi amanamummaa qabaachuu🗝 Share 👇 https://t.me/Attaqwa3
📧Ergaa Diinal islaam🚀 #Fuulli kee akka ifu ni feetaa 🌿Salaata leeylii salaati #Fayyaa ni feeta 🌿Soomaa irratti jabaadhu #Cinqii keessaa ba'uu ni feeta 🌿Istigfaara heddummeessi #Gadda ofirraa fageessuu ni feetaa 🌿Du'aa'ii sirritti qabadhu #Jiruu kee keessatti rakkinnoota gurguddaa of irraa godaansisuu ni feetaa 🌿Laaha wolawolaa quwwatan illaa billaah jechuu baay'essi #Barakaa ni feetaa 🌿Ergamaa kee irratti s.a.w salawaata heddummeessi #Tasgaabbii fi gammachuu yeroo hundaa argachuu ni barbaadda 🌿Qur'aana suuta jedhiitii xiinxallaa qara'i ykn dubbisi👌 #Dadhabbii malee ajrii ni feetaa 🌿Ergaa tana dubbisii, woyta geessite hiriyoota keetiifis share godhi ykn qoodi🫵 Join and share 👇 https://t.me/Attaqwa3
Jecha Hayyoota islaamaa. ﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩ 🌿• Qabeenyi kan kee si waliin hin deemu gara aakiraa, garuu dursiitee of afoo ergachuu dandeessa akka achitti si eegu, sadaqaan. ﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩ 🌿•Waa abaaruu dhiisaa, osoo waa abaartanii sa'aa ijaabaa gaxxamtanii, booda umrii guutuu sheenoftan. ﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩﬩ ☘• Waa sadi waan akkaan jabaafi qaaliiti. - osoo hiyyummaa qabu nama sadaqatu. - bakka namni tokkolleen isa hin agaretti kan rabbi sodaatu. - osoo mootummaa afoo dhaabbatellee kan dhugaa malee hin dubbanne. Share👇👇👇 @Attaqwa3 @Attaqwa3 @Attaqwa3
🌿Ergaa Diinal Islaam ⁸⁰🙌 #Waa Shan Booda Waa Shantu Jiraa Qalbeeffadhu!!! 1: Jiruu Booda Du’aatu Jira 2: Rakkina Booda Ballinaatu Jira 3: Fayyaa Booda Dhukkubaatu Jira 4: Dargaggummaa Booda Dullumaatu Jira 5: Addunyaa Booda Aakhiraatu Jira Yeroo Shan Tan Du’aa’iin Haalaan Namarraa Qeebalamtu 1: Yeroo Sujuuda Keessa Jiran 2: Guyyaa Jumu’aa Asrii Booda 3: Halkan Walakkaa 4: Azaanaa fii Iqaamaa Jidduu 5: Yeroo Imaltuurra Jirtu Milkiin Gurguddoo Shan Rabbi Nuuf Haa Kennu 1: Fayyaa 2: Rizqii 3: Nagaya 4: Beekkumsa 5: Toltuu Addunyaa fii Aakhiraa ✍Rabbiin xumura keenya nuhaa tolchu🤲 Share 👇 https://t.me/Attaqwa3
без подписи
🌿Ergaa Diinal Islaam ⁷⁹🙌 #Waa 4 Hiree/Rizqii namatti cufti: Sababa👇 1) Ganama Ganama Rafuu, 2) Salaata laaffisuu, 3) Rincicuu ykn duubatti harkifachuu, 4) Gantummaa Waa 4 Hiree namaa banti: 1) Dhaabbata halkanii ( Salaata leylii), 2) SubhiiIstigfaara heddummeessuu, 3) Sadaqaa baay’iisuu 4) Zikrii ganamaa fi galgalaa heddummeessuu. Share 👇 https://t.me/Attaqwa3
без подписи
🌿 ﴿أَيَحْسَبُ الْإِنسَانُ أَن يُتْرَكَ سُدًى﴾ “ሰው ስድ ሆኖ፣ ያለ ዓላማ፣ ያለ ተጠያቂነት እንደሚተው ይመስለዋልን?” 💭 ሰው በዚህ ዓለም በአጋጣሚ አልተፈጠረም፤ እንዲሁም ያለ ዓላማ አይኖርም። ✍አላህ ለታላቅ ጥበብ ፈጠረን፤ እርሱን እንድናመልክ፣ መልካምን እንድንሠራ፣ ከክፉ እንድንርቅ እና ለሁሉም ተግባራችን በፊቱ ተጠያቂ እንደምንሆን አስታወሰን። ⚖️ እያንዳንዱ ቃል፣ ተግባር እና ውሳኔ በአላህ ዘንድ ይታወቃል፤ አንድም ነገር አይጠፋም። ✨ ስለዚህ ሕይወታችንን በተቅዋ፣ በመልካም ሥራ እና በአላህ ትእዛዝ መሠረት እንኑር፤ የዚህ ዓለም ጉዞ አጭር ነው፣ የአኺራ ሕይወት ግን ዘላለማዊ ናት። 🌺 🍁አላህ የሕይወታችንን ዓላማ በሚያውቁ፣ በእርሱም ትእዛዝ በሚኖሩ ባሮቹ ያድርገን። አሚን።🤲
без подписи
🌿Ergaa Diinal Islaam ⁷⁸🙌 ✍Gammachuu rabbiin irraa fagaachuun argattu booichi allaahitti dhiyaachuu keetiin dhufu siif caalaadha ✍Worroota ajaja allaahii didan woliin taa'anii nyaata mi'aawaa soorachuu irra rabbiif worroota ajajaman wojjiin dhagaa Baqaqsutu irra filatamaadha🗝 Share 👇 https://t.me/Attaqwa3
без подписи
без подписи
без подписи
✍Sometimes the hardest part of faith is not making dua—it's waiting for the answer. We pray with hope, we ask with sincerity, yet days, months, or even years can pass without seeing what we long for. In those moments, Shaytan whispers that Allah has forgotten you. But the believer knows that Allah never neglects His servants. Every delay is filled with wisdom, every unanswered prayer has a purpose, and every moment of patience is counted as an act of worship. If Allah is making you wait, it is not because He wants to deprive you. It may be because He is preparing something greater than what you imagined. Perhaps He is protecting you from harm you cannot see. Perhaps He is shaping your heart, strengthening your faith, or guiding you toward a blessing that will arrive at the perfect time. Allah's timing is never early and never late—it is always exactly what is best for us. Remember that Allah is Al-Hakeem (The Most Wise) and Ar-Rahman (The Most Merciful). He knows what your heart desires, what your soul needs, and what your future holds. What seems like a delay today may become the greatest blessing of your life tomorrow. Looking back, many of us realize that the things we once desperately wanted would not have brought us the happiness we imagined. Instead, Allah replaced them with something far better. So keep making dua. Keep praying Tahajjud. Keep trusting Him even when the road seems uncertain. Your tears are never wasted, your prayers are never ignored, and your patience will never go unrewarded. Allah hears every whisper of your heart, even those words you cannot bring yourself to say. May Allah grant us beautiful patience, strengthen our trust in His perfect decree, forgive our shortcomings, and bless us with what is best in this life and the Hereafter. May He replace every delay with a blessing greater than we ever imagined and make us among those who never lose hope in His mercy. Ameen. 🤲
✍Gatiin kee Meeqa ? Bishaan Kuni Suuqitti qarshii 15 Dirree xiyyaaraatti 70 Cinema tti 40 Hoteela Abbaa urjii shaniitti 90 ⭐️Bishaan tokko tahullee garuu eddoo garagaraatti gatiin isaa wal faalleessa. ⭐️Hubatteeree👌 Gatiin keellee akkasuma Akkaatama oolmaa keetiifii iddoo ofii filattee of keetteen gatiin keellee Madaalama. ⭐️Gatiin kee qaaliidha iddoo qaalii of kaahi ⭐️Iddoo qaalii gaafa jedhu qaalummaa qarshii osoo hin taane bakka siin maltu jechuu kooti ykn rakasa taata. ⭐️Kanaafuu filannoom keeti Share 👇👇👇 @Attaqwa3 @Attaqwa3 @Attaqwa3
🌿Ergaa Diinal Islaam ⁷⁷🙌 #Zinaan jiruu teenya balleessee jira. ✍Qaamni kee yoo ZINAA bare, wallaahi suusii sitti taha. ZINAAN suusii hamtuudha! Al-tokko eegallaan keessaa bayuun ulfaataadha. ✍Yoo ZINAA hojjachuun suusii sitti tahe jiruu tee keessaa BARAKAAN guutumatti fuudhamti. Wanni harki kee xuqe kamtuu BARAKAA hin qabu. ✍Qalbiin tee tasgabbii hin arkattu. Yeroo hunda miira gad-aantummaatu sitti dhagayama. ✍Eega bultii ijaartellee ZINAA hojjachuun itti fufa. Maaliif Jaarsa fi jaartiin hedduun cheating walirratti hojjattan sitti fakkaata. ✍Walumaa galatti, ZINAA hojjachuun duniyaa fi aakhiraa tee balleessuu dandaya. ✍Anaa fi ati Kan barruu tana Haga xumuraatti dubbisees ZINAA irraa Rabbi nuhaa tiiysu 🤲 Share 👇 https://t.me/Attaqwa3
✰✰﷽✰✰ 💫اللهم صل على صاحب التاج والمعراج،صاحب الوجه الأنور،والجبين الأظهر،سيد ولدآدم رسول رب العالمين عليه أفضل الصلاة وأتم التسليم 👑Ya salaaaaaam....?!🫀 🌸Yeroo bareedina uumamtoota isaa laalu...qaqaajeelinaa Fi akkaataa uumama isaaniitiin qalbiin koo bitamee xinxalu.....?! ✨Bareedinni isa wantoota bareedaa kana uumee akkami jechuun na dhiba....!? Yaa jaliil argaa tee halaal nuu godhi gaafa gabroonni kee si argan san🤲 @attaqwa3
без подписи