Personal Development
СтатистикаWanta barbaaddu argachuuf gatii baasu qabdu baasi. Deemsi karaa dheeraa tarkaanfii 1 irraa egala
- Последний пост
- 29 июл.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 43
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 371
- 1/48двое суток
- 425
- 1/72трое суток
- 458
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
❗️❗️❗️❗️❗️❗️ Seenaa dubartii waggaa 5tti daa'ima Kiilogiraama 2.7 ulfaatu deessee... ••• Lina Medina (Liinaa Madiinaa) seenaa yaalii fayyaa addunyaa keessatti haadha umurii xiqqoon mucaa dhalte ta'uun beekamti. Isheen Muddee 23, bara 1933 biyya Peru, ganda Tikrapo jedhamtu keessatti dhalatte. Onkololeessa 14, bara 1939 yeroo mucaa dhiiraa dhaltetti umriin ishee waggaa 5, ji'a 7, fi guyyaa 21 qofa ture. Jalqaba irratti maatiin ishee sababa garaan ishee guddateef budaatu nyaate ykn ija hamtuu itti fakkatee gara mana yaalaa geessan. Haa ta'uu malee, ogeeyyiin fayyaa erga qorannoo taasisanii booda ulfa ta'uu ishee mirkaneessan. Umriin ishee baay'ee xiqqoo waan tureef, mucaa ishee yaalii baqaqsanii baasuu (Cesarean section) dhaan dhalte, maqaa doktora ishee gargaaree deessisee "Gerardo" jedhanii moggaasan. Saayinsiin haala kana yeroo ibsu, Linaan dhibee hormoonii (precocious puberty) jedhamuun waan qabamteef, osoo umuriin ishee hin ga'in qaamni ishee dafee hormaataf qophaaye. Eenyummaan abbaa mucichaa hamma yoonaatti iccitiidhaan kan hafe yoo ta'u, abbaan ishee jalqaba irratti shakkamus ragaan waan dhabameef gadhiifameera. ➡️ Mucaan ishee Gerardo hamma waggaa 10tti Linaan akka obboleettii isaatti ilaalaa kan guddate yoo ta'u, booda irratti garuu bara 1979 keessa dhibee lafeetiin waggaa 40 tti addunyaa kana irraa boqateera. Lina Medina seenaa raajii yaalii fayyaa keessatti dhaloota dinqisiise ta'uun hamma yoonaatti yaadatamti. Namni kam akka dubbisee yaada kennu nan barbaada 👇👇👇 https://www.facebook.com/share/p/1B7fjmRMH6/ Fuula telegramii 👇👇 https://t.me/adeemsacima https://t.me/adeemsacima
видео или голосовое, без подписи
Namni kam akka dubbisee yaada kennu nan barbaada 👇👇👇 https://www.facebook.com/share/p/1B7fjmRMH6/
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
#Beeksisa_Qaxarrii #Ogeeyyii_Jalqabaa1000f #Abbaa_Taayitaa_Galiiwwanii_Oromiyaa ✍️ Akkaataa Armaan Gadiitti Baasee Jira. 1.Ulaagaawwan isaa fi bakka galmee sirriitti dubbisaa. 1.Galmeen giddu gala ibsame msratti Guyyaa 13-09-2018 irraa eegalee guyyootaa hojii 7 walitti aanan keessatti yeroo ta'u, galmeen sa'atii hojiittidha. Fuula telegramii 👇👇 https://t.me/adeemsacima https://t.me/adeemsacima Hiryoota Keessaniif #share godha
Namootni liizin lafa mana jireenya feetan liinkii banuun dubbisaa 👇👇👇 https://www.facebook.com/share/p/1FWCRnEYjQ/
Dubbiin garagalttoo taatee liinkii cuqaasuun dubbisaa 👇👇👇👇 https://www.facebook.com/share/p/1CY2JUbTb2/
Ajayiba https://www.facebook.com/share/p/17AUiX79Vf/
Dubbisaa 👇👇👇👇 https://www.facebook.com/share/p/1C9RswqBcM/
Personal Development pinned «Namoonni kan kasaaraniif gabaan waan dhibeef miti! Warreen bizinasa hin eegalle qarshii waan hin qabneef miti! Warreen hojii qacarrii hojjetan cinatti madda galii biraa kan hin qabaanneef yeroo dhabuu fi maallaqa waan dhabaniif miti! Barattootni kan barnoota…»
Namoonni kan kasaaraniif gabaan waan dhibeef miti! Warreen bizinasa hin eegalle qarshii waan hin qabneef miti! Warreen hojii qacarrii hojjetan cinatti madda galii biraa kan hin qabaanneef yeroo dhabuu fi maallaqa waan dhabaniif miti! Barattootni kan barnoota cinaatti madda galii hin uummannneef barnoonni waan isaan daangesseef miti! Deebii: Bizinasa ijaaruun dursa of ijaaruutu dursa! Namni ofin ijaarre carraan kasaaruu isaa bal'aadha! Namni of ijaare kufullee akkatti kufus akkatti ka'us beeka! Yeroon nama hanqate hin jiru. Nama yeroo kennameef itti hojjetutu dhibe malee! Namoonni duureyyiin har'a nuti beeknu warra yeroo jalqaban hanqina maallaqaa qaban turani. Hanqinicha furuuf jecha hanqina maallaqaa furani har'a duureyyii ta'aniiru! Barattootni gorsa maatii fi gorsa hawwaasaatu jabaadhuu baradhuu qabxii gaarii fidiidha malee jabaadhuu abbaa bizinasaa fi abbaa qarshii taata kan jedhu hin turre! Barataan bu'aa gorsa maatii fi hawaasaati. Namoonni bizinasa hin eegalle Waan guddaatti amanuun gaarii ta'ee osoo jiruu xiqqaa irraa eegaluu kan jedhu hin amaleeffanne. Carraalee isaan marsee jiru irratti muka buusanii filuu baay'isu. Kunimmoo kan manatti isaaniif dhufe qollifachuudha. Kana malees ija hojii qabaachuu dhabuudha! Mandarri keessa oolanii bulan ija hojii banuuf cufuu irratti gahee guddaa ni qaba! Rakkoo kana waliin furuu qabna. Dhaloota dhufaa jiru baraaruun nurra jiraata. Addunyaan nuti keesaa jirru addunyaa dorgommii ta'eera! Warreen waliin hojjennee waliin imalla jettan karaan banaadha! Dursa garuu nama 11f kutattaa fi murataa akkasumas of qopheessaa kan ta'e, Beelaaf dheebuu jijjiirama jireenyaa nama barbaaduuf bakka nan kenna. #Waan isin gargaaru karaa Page keenyaa argachuu dandeessu bakka #Follow jettu tuquu hin dagatinaa #followerseveryone #FacebookPage #followers #viralreelsシ #share Telegram Keenya join gochuus hin dagatinaa 👇👇👇👇 https://t.me/adeemsacima https://t.me/adeemsacima
видео или голосовое, без подписи
Guyyaa 43 booda mootummaan Ameerikaa gara hojii idileetti deebi'eera DV-2027 ilaalchisee dhiyootti waan haaraa nu dhageessisu jedhamee eegama!Fore More information please open link 👇👇👇👇 Dv 2027 For More information about Dv 👇👇👇👇👇https://doroapp.com/dv-lottery-2027-requirements-everything-you-need-to-know/
Fore More information please open link 👇👇👇👇 Dv 2027 For More information about Dv 👇👇👇👇👇https://doroapp.com/dv-lottery-2027-requirements-everything-you-need-to-know/
Breaking News - DV-2027 ilaalchisee mootummaan Ameerikaa yeroo jalqabaaf ibsa gabaabaa kenneera Ibsa galgala kana baase keessattis waan gurguddaa 3 eeree jira 1) Gowwoomsitoota irraa of eeggachuu akka qabnu 2) Wanti jijjiiramu tokko tokko akka jiru 3) Guyyaan DV itti guutamu ganaa akka beeksifamu Bal'inaan boru viidiyoo isiniif hojjedha! Nagaan bulaa! (Nov 5, 2025)