𝐆𝐈𝐍𝐆𝐈𝐋𝐂𝐇𝐀𝐀 𝐃𝐇𝐔𝐆𝐀𝐀 🇵🇸
Статистикаوَقُلْ جَاءَ الْحَقُّ وَزَهَقَ الْبَاطِلُ ۚ إِنَّ الْبَاطِلَ كَانَ زَهُوقًا “Dhugaan dhufe; sobni dhabameDhugumatti, sobni dhabamaa ta’eera” jedhi.
- Последний пост
- 14 авг.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 7
- Всего постов
- 64
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 30
- 1/48двое суток
- 34
- 1/72трое суток
- 37
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
видео или голосовое, без подписи
Nama amma ONLINE irra jiru Qofaaf Badhaasa qopheessinee jirra BADHAASA qarshii 500 nama 5 Dursee deebiseef ALAABAAN KUNI KAN EESSAATII?
𝐆𝐀𝐀𝐅𝐅𝐈𝐈 𝐇𝐈𝐑𝐌𝐀𝐀𝐂𝐇𝐈𝐒𝐀𝐀! 💡 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 (𝐒.𝐀.𝐖) 𝐥𝐚𝐛𝐬𝐚 "𝐁𝐚𝐫𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐛𝐨𝐨𝐝𝐚 𝐦𝐮𝐬𝐡𝐫𝐢𝐤𝐧𝐢 𝐇𝐚𝐣𝐣𝐢𝐢 𝐡𝐢𝐧 𝐠𝐨𝐝𝐡𝐮, 𝐊𝐚'𝐚𝐛𝐚𝐚𝐬 𝐪𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐧 𝐡𝐢𝐧 𝐭𝐚𝐰𝐰𝐚𝐟𝐮" 𝐣𝐞𝐝𝐡𝐮 𝐮𝐮𝐦𝐦𝐚𝐭𝐚 𝐝𝐮𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐥𝐚𝐛𝐬𝐮𝐮𝐟 𝐞𝐞𝐧𝐲𝐮𝐮𝐧 𝐠𝐚𝐫𝐚 𝐌𝐚𝐤𝐤𝐚𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐞𝐫𝐠𝐚𝐧? Add My Channel👇 @Rafiiqul_Islaam @Rafiiqul_Islaam
Oduu gammachisaa. Sa'atii ammati kaase hangaa boruutti interneetii bilisaa fayyadamuun danda'ameera Iddoo FREE INTERNET 🛜 jettu tuquun fayyafamaa
𝙲𝙷𝙰𝙽𝙽𝙴𝙻 𝙱𝙰𝚁𝚂𝙸𝙸𝚂𝙾𝙾 𝙵𝙸 𝙱𝙰𝚂𝙷𝙰𝙽𝙽𝙰𝙽𝚂𝙸𝙸𝚂𝙾𝙾 𝚃𝙰'𝙰𝙽 𝙰𝚁𝙶𝙰𝙲𝙷𝚄𝚄𝙵 𝙼𝙰𝙻𝙻𝙰𝚃𝚃𝙾𝙾 𝙼𝙰𝙶𝙰𝚁𝙸𝙸𝚂𝙰𝙰 𝙲𝚄𝚀𝙰𝙰𝚂𝚄𝚄𝙳𝙷𝙰𝙰𝙽 𝚂𝙴𝙴𝙽𝙰𝙰! 🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩 🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩 🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩 🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩 🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩🟩 𝑻𝑯𝑰𝑺 𝑰𝑺 𝑯𝑶𝑷𝑬 𝑷𝑹𝑶𝑴𝑶𝑻𝑰𝑶𝑵 𝑨𝑫𝑽𝑬𝑹𝑻𝑰𝑺𝑰𝑵𝑮 𝑻𝑬𝑳𝑬𝑮𝑹𝑨𝑴 𝑪𝑯𝑨𝑵𝑵𝑬𝑳𝑺/𝑮𝑹𝑶𝑼𝑷𝑺 Add: 👇👇 @Rafiiqul_Islaam @Rafiqul_Islam_Promotion ➕ @Rafiqul_Islaam ➕
𝔹𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕠𝕞🏃♀️💃 Daqiiqaa 15 booda ni haqama!! 🙌 Gaaffii Badhaasa qarshii 450 qabu!! 🙌 5×5-2+10 = ? Deebisuuf "𝔸𝕟𝕤𝕨𝕖𝕣" 𝙺𝚊𝚗 𝚓𝚎𝚝𝚝𝚞 𝚝𝚞𝚚𝚊𝚊, START 𝙺𝚊𝚗 𝚓𝚎𝚍𝚑𝚞 𝚝𝚞𝚚𝚞𝚞𝚗 join gochuun 𝚎𝚛𝚐𝚊 👇👇
Oduu ammee 💥 Guyyaa har’aa entrance kutaa 12ffaa gadi dhiifameera baga gammaddan amma irraa kaastanii ilaallachuu ni dandeessu!.
🌹 MUSLIMA TA’UU KEETIIF RABBIIF GALATA GALCHI! 🤲🕌 ✅ Warra qabeenyaan dhaadatu gaafa argite, warra gosaa fi shanyiin dhaadatu gaafa argite, ati Diina Rabbiitiin dhaadadhu! Diin Islaamaa irra jiraachuu keetiin booni. Karaa Rabbii qabachuu caalaa wanti guddaan hin jiru. “Ani Muslima!” jedhi. 🤍 🎙Muslima ta’uu keetiif Rabbiif galata galchi. 🏞 Rabbiin Diina kana nama jaalatuuf kenna; nama jaalatus iimaanaan badhaasa. Karaan gaariin kan nu walitti fidu Islaama qofa. Karaan biraa garuu nu addaan facaasa. 🪐Muslima taanaan, gurraachis adiinis obboleessa. Dureessis hiyyeessis tokko. 🤝❤️ Wal bira dhaabbanna; akka qaama tokkootti, akka dhaaba tokkootti. 💦Gaafa gariin keenya dhibamu, kan biraa ni dhukkubsata. Gaafa gariin keenya tolu, kan biraa ni gammada. Kanaaf, karaa Islaamaa kana haa jabeessinu! 🕌❤️ Rabbiin Qur’aana keessatti akkana jedhe: إِنَّ الَّذِينَ كَفَرُوا لَن تُغْنِيَ عَنْهُمْ أَمْوَالُهُمْ وَلَا أَوْلَادُهُم مِّنَ اللَّهِ شَيْئًا ۖ وَأُولَٰئِكَ هُمْ وَقُودُ النَّارِ “Dhugumatti, warri kafaran qabeenyi isaanii fi ilmaan isaanii homaa isaan irraa azaaba Rabbii hin deebisan. Isaan qoraan ibiddaati.” (Al-Qur’aana, Aali-Imraan 3:10)📖 🌤Qabeenyaan dhaadachuun bu’aa hin qabu. Ilmaan, gosti fi shanyiinis guyyaa Qiyaamaa nama hin fayyadu. Gama Rabbii deebinee, gabroottan dhugaa ta’uun qofatu nu baasa. 🌟Kanaaf, ajandaa ganda keessaa fi dhaadannoo addunyaa kanaa dhiifnee, Diina Islaamaa haa qabannu; Diina kanaafis haa dhaabbannu. 🤲 ☀️Namni haqa kana balleessuuf itti duule, dhumarratti salphinni isa mudata. Deeggertoonni inni addunyaa tana irratti qabu hundi guyyaa Qiyaamaa isa hin fayyadu. Qabaa Rabbii jalaa eenyutu bahuu danda’a? 🌼Warri jajjabaan kaleessaa illee du’a irraa of baasuu hin dandeenye. Kanaaf: 🌿.Muslima dhugaa ta’i! 🌿.Iimaana kee jabeessi! 🌿.Qur’aanaa fi Sunnah baradhu! 🌿.Haqa qoradhuu itti amani! 🌿.Obboleessa kee Muslimaa jaalladhuu jabeessi! 🌺Ati Muslima ta’uu baattus, amantii biraa hordoftus, dhugaa Islaamaa qoradhuu wal bari. Haqa jiru qalbii qulqulluudhaan qoradhu. 🌸Karaan addunyaa fi Aakhirattis milkaa’ina namaaf fidu, karaa Rabbii qofa. 🌳Rabbiin hundi keenya Islaama irratti nu haa jabeessu; iimaana guutuu nuuf haa kennu; dhuma keenya Islaama fi iimaana irratti haa godhu. 🤲❤️ آمِين يَا رَبَّ الْعَالَمِينَ 🥰 Isin jaaladha; Rabbiin isin haa jaallatu. 🤲❤️ 📲Chaanaalii keenya hordofaa:- https://t.me/maada_beekumsaa
ﺇﺫﺍ ﻭﻓﻘﻚ ﺍﻟﻠﻪ ﺃﻥ ﺗﺼﻠﻲ ﺍﻟﻔﺠﺮ ﻓﻲ ﻭﻗﺘﻪ ﻓﺄﺑﺸﺮ ﻭﺍﻟﻠﻪ! ﻓﺈﻥَّ ﺍﻟﺬﻱ ﺭﺯﻗﻚ ﺻﻼﺓً ﻫﻲ ﺧﻴﺮٌ ﻣﻦ ﺍﻟﺪﻧﻴﺎ ﻭﻣﺎ ﻓﻴﻬﺎ، ﻟﻘﺎﺩﺭٌ ﻋﻠﻰ ﺃﻥ ﻳﺮﺯﻗﻚ ﺍﻟﺪﻧﻴﺎ ﻭﻣﺎ ﻓﻴﻬﺎ. - هنيئاً لكم يا أهل الفجر.
Seenaa Faaximah (r.a) Intala Nabii keenyaa (s.a.w) ❇️ Faaximaa bint nabii keenyaa (r.a) haadha manaa Aliyyi bin Abii Xaalib. haadha hasaniifii huseen. Sadarkaa guddoo qabdi. 🎁 Aa'isharra odeeffame akkana jette: “Guyyaa tokko Faaximaan deemaa nutti dhufte deemsi isii deemsa nabiiti fakkaata. Nabiin intala tiyya baga nagayaan dhufte jedhee simatee mirga yookaa bitaa isaa teessise. Eegasii dubbii wahii hasaasee itti himee booche, eegasii dubbii biraa hasaasee itti himee kofalte. Maalif booche jedheen gaafadhe. Iccitii ergamaa Rabbii hin facaasu jette... ✅ Eegasii eega nabiin du’ee itti deebi’ee gaafadhe. Wanni abbaan kiyya iccititti naan jedhe “jibriil wagga waggaan qur’aana yogguu takka narra fida ture baranammoo yogguu lama narra fide, kuni umrii kiyya dhumuu na agarsiisa, Ati ammoo maatii kiyya keessaa du’aan kan dura natti dhufu sihi” jennaan booye. Eegasii “Ati caaltuu dubartii jannataa tahuu hin jaalattuu yookaa caaltuu dubartii mu’iminaa tahuu hin jaalattuu naan jedhe”, Nin kofle jette. (Bukhaariitu galmeesse) 🫶🥰Yaa dubartoota Muslimaa! isinis warra seenaa diin galmeessu Rabbi isin haa godhu. 🤲🤲 https://t.me/Zaadul_muttaqiin
«وفيها ساعة لا يوافقها عبدٌ مؤمن يدعو اللَّه بخيرٍ إلَّا أُستجيب له» - سيدنا جبريل محدثًا رسولنا ﷺ عن آخر ساعة في يوم الجمعة. لا تنسوا الدعاء لكل موتى المسلمين جميعاً وبالشفاء لكل مرضى المسلمين جميعاً لا تنسونا من صالح دعائكم 🌼🍃
"مع أذكار الصباح يشرق القلب قبل الشمس، فيسير اليوم على نورٍ من الله وسكينةٍ لا تزول."
البدعة أحب إلى إبليس من المعصية؛ لأن العاصي يعلم أنه عاصٍ فيتوب، والمبتدع يحسب أن الذي يفعله طاعة فلا يتوب.. شيخ الإسلام ابن تيمية رحمه الله .. 🕊🩷🕊
صلاة الفجر خير من النَّوم ومن المال ومن العمل ومن الكلام ومن السَّهر ومما تملك صلاه الفجر خيرٌ من الدُّنيا وما فيها، وأعظم طريق يوصلك إلى رضوان الله، وأعظم مفتاح للرِّزق والتَّوفيق والسَّعادة والطُّمأنينة والرَّاحة. صلاه الفجر رضي الله عنكم وارضاكم وتمم اموركم
Dhimma Maalummaa fi Eenyummaa Yesuus kiristoos irratti: 🔸️🔸️ #Kutaa_47ffaa 🔸️🔸️ Yesuus Seexanaan qoratamee jira. Macaafni Qulqulluun akka hin qoratamne hamaan hin ammoo Waaqayyo seexaanaan dubbata. "ማንም ሲፈተን፦ በእግዚአብሔር እፈተናለሁ፡ አይበል፤ እግዚአብሔር በክፉ #አይፈተንምና፤ እርሱ ራሱስ ማንንም #አይፈትንም። "Namni kamiyyuu yommuu qoramutti, 'Waaqatu na qoraa jira' hin jedhin; Waaqayyo waan qoratamuutii; Inni nama tokkollee hin qoru." (Ergaa Yaaqoob 1:13) (Hiika Waalta'aa Haaraya) #Faallaa_kanaatin "ከዚያ ወዲያ ኢየሱስ ከዲያብሎስ #ይፈተን ዘንድ መንፈስ ወደ ምድረ በዳ ወሰደው፥ "Ergasii Yesus Seexanaan #qoramuudhaaf, hafuura qulqulluudhaan lafa onaatti geeffame." (Maatewoos 4:1) 🛑 Waaqni gara lafa seexaanaan akka hin qoratamne dubbatamee osoo jiru, maarree Yesuus osoo waaqa ta'ee akkamitti seexaanaan qoratamaa ture? 🔴 Hayyee! Yesuus Osomaa seexaanaan qoratamu waaqa jedhama moo ree? Bakkuma tokkotti illee Yesuus" Amala namummaa isaatu qoratame"hin jedhu. 🔴 Maarree Yesuus akka waaqa hin ta'in hin agarsiisuu?
#قال_رسول_الله_ﷺ : {كلمتان حبيبتان إلى الرحمن خفيفتــان علـى اللســــــــان ثقيلتــــــــان في الميـــــزان } ….سبحان الله وبحمده …. ….سبحان الله العظيـم …. #صحيح_البخاري •••