Mo'attoota | Winners
СтатистикаChannel kanaan, 👉barruuwwan barsiisoo 👉 Ergawwaan hayyootaa(qoutes) 👉Dubbiiwwaan kaka'uumsa (motivational speech) 👉Gorsa(advice) 👉Carraawwan hojii(job opportunity) ni argattu 👉Karaalee milkaa'inaa(ways of success) Join 👇👇👇👇👇 @beawinner14
- Последний пост
- 14 авг.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 5
- Всего постов
- 76
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 20
- 1/48двое суток
- 22
- 1/72трое суток
- 24
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
🎈Trainer:- #Tola_Abe -3 year and Above experience in Personal Development industry - Travel achievers in PDT industry Topic: - How to be Consistent?
без подписи
Kitaaba THINK & GROW RICH jedhu afaan oromootti kan hiikame pdf isaa yoo dubbisuu barbaaddan karaa keessaa I love reading jechuun naaf barreessaa @Tola_Abe_jibrilo irratti Hanga ammaa namoota 750 oliif ergeera
#9 It doesn't matter where you are coming from. 💥Kebar Gemechu (Business owner)💥
Bu'aa leenjii gahumsa dhuunfaa fi Network Marketing by TOLA Abe Guutuu isaa liinkii kanan YouTube irratti argaattu👇👇👇👇👇 https://youtu.be/JWEU5auy3ks?si=ESz2sPqesW20iqWE
Namni tokko degree tokko qabaachuuf entrance exam fi exit exam qorama. Seenuufis qormaata, bahuufis qormaata😃 Garuu Business dhuunfaa isaa ijaarrachuuf risk fudhachuu fi rejection sodaachuun bakka isaaf hin malle oolee bulaa jira🤔
Raachi tokko suuta jettee bishaan guutame keessa galtii. Bishaan sun suuta suutaan oo'uu jalqaba. Bishaanichi yoo oo'us raachi sun oo'a qaama ishee bishaanicha wajjin wal simsiisuuf jecha sodaa fi miira homaatuu hin agarsiiftu. Bishaanichi danfuuf oo'aa yoo deemu, raachi sun ammas oo'a haaraa sana wajjin wal baruudhaaf carraaqqii goti. Dhumarratti bishaanichi baay'ee danfuu isaatiin kan ka'e, raachi sun bishaan sana keessaa utaaltee ba'uuf yaalti. Garuu humna ishee mara qaama ishee oo'a sana wajjin wal simsiisuu irratti fixattee waan turteef, humna utaaltee ba'uu dhabuun bishaan danfaa sana keessatti du'ti. Raacha sana kan ajjeese bishaanicha hoo'ee san miti; yeroo keessaa ba'uu qabdutti bishaanicha wajjin wal baruuf jettee humna ishee xumuruu isheeti. Nu'is jireenya keenya keessatti haalli,oolmaa fi hojiin jireenya keenya fulduratti hin bunne osoma beeknuu, garuu bor_Iftan osoma jennuu wal barra. Achiin booda inni nuuf comfortable zone keenya ta'a. Dhuma irratti keessaa bahuu dadhabuun dhuma keenya ta'a
“Kan barate eenyu? Kan hin baratiin hoo?” 🧠💥 Hawaasa keenya keessatti dogoggorri guddaan tokko jira. Nama yunivarsiitii seenee digrii argate “nama barate” jennee waamna. Nama mana barumsaa hin deemne ykn ragaa barnootaa hin qabne immoo “kan hin baratiin” jennee waamna. Garuu dhugaan hadhaa'aan (Brutal Truth) kunooti: «“Waraqaa fi digirii kuusuun ‘odeeffannoo kuusaa’ si taasisa malee, ‘nama barate’ si hin taasisu!”» 1. Egaa “Barnoonni” Maali? Barnoonni jechoota kitaaba irra jiran qofa sammuutti qabatanii qormaata irratti deebisuu miti. Jechi Education jedhu jecha Laatiinii “Educo” jedhu irraa kan dhufe yoo ta’u, hiikni isaa “keessaa baasuu” (To draw out) jechuudha. Barnoonni jechuun: * Dandeettii dhugaa sammuu kee keessaa baasuun itti fayyadamuu, * Rakkoolee furu, * Naannoo keetii fi jireenya kee jijjiiruu danda’uu dha. 2. “Kan Hin Baratiin” Eenyu? Kan hin baratiin jechuun nama balbala mana barumsaa hin seenne jechuu miti! Kan hin baratiin jechuun: * Digirii 10 baatee, garuu jireenya isaa fi faayinaansii isaa sirreessuu kan dadhabe * Yaada moofaa fi miidhaa qabuun (Poor Neuro-Programming) hidhamee, sababaan jiraatu * Waan haaraa barachuu fi dogoggora isaa duraanii dhiisuu (Unlearn) kan hin barbaanne dha. 3. “Kan Barate” Immoo Eenyu? Nama barate jechuun: * Sammuu isaa ofii to’achuu fi qajeelchuu kan danda’e (Self-Mastery), * Beekumsa isaa gara gochaa fi bu’aatti jijjiiruu kan danda’u, * Haala kamiyyuu keessatti komachuu qofa osoo hin taane, hojjetee keessaa ba’uuf sammuu tarsiimawaa kan qabu dha. «🚨 THE NEURON CODE RULE: “Yaada moofaa si hin fayyadne of irraa baasuun (Unlearn) fi amala hojii irra oolu haaraa dhaabuun (Re-learn) yoo si dadhabsiise... digrii addunyaa mara yoo kuufatte illee, amma illee ‘kan hin baratiin’ fi garbicha taateetta!”» 👇 Mari’achuuf (Yaada kee Komentii irratti kenni!) Akka ilaalcha keetti: Yeroo ammaa kana rakkoo guddaan biyya keenya keessa jiru maali? * 1️⃣ Barnootni waraqaa malee beekumsa dhugaa dhabuu keenya * 2️⃣ Beekumsa qabaannus gara hojii fi gochaatti jijjiiruuf sammuu gahaa dhabuu keenya (Deebii kee isa dhugaa komentii irratti barreessi!) 🔄 Yaada kana kan jijjiiru dhugaa hadhaa’aa kana SHARE godhi! 📲 Digrii sobaa osoo hin taane, foormulaa dhugaa sammuu fi milkaa’inaa barachuuf Chaanaalii Telegram keenyaatti makamuun hordofa! Telegram Group: https://t.me/tolaaf Telegram channel: https://t.me/GodaannisaSammuu Facebook: https://www.facebook.com/tola.abe.5 Personal Telegram: 👇 t.me/Tola_Abe_jibrilo Bilbila dhuunfaa: 0936820084
Dhangaa Bizinasaa keenya Torbanii! Har'a galgala leenjisaa addaa affeerree jirra! Leenjiin dhangaa bizinasaa kuni hundumaaf kan barbaachisudha! Sa'atii: 2:00-3:10tti (Galgala) Telegram live chat! Leenjisaa : Tolaa Abbee(Leenjisaa personal Development professionally) Gaggeessaa Waltajjii: Birhanu Debela Liinkii gadii kana share gochuun hiriyyoota jaallattaniif qoodaa! Liinkii dhangaa Bizinasaa: https://t.me/+I522Nhgsd20xNWQ8
без подписи
Ati ni barbaachista By Abera Demise Liinkii kanan seena hordofa https://t.me/Sinfayyada
Hojiif biyya ambaa deemtan kan jirtan; Berut Dubai Saudi Jordan. . . Yeroo boqonnaa keessanii leenjii gahumsa dhuunfaa fi Networking Business irratti online hojjechuu akka dandeessan support isin gochuuf ji'oota laman kana karoorseera Kanaaf carraa kanaan Network Development Business fi personal development irratti hojjechuuf fedhi kan qabdan keessan na dubbisaa . Adress @Tola_Abe_jibrilo
без подписи
Trainier:- Kasu Jambo BTSC shareholders Breakthrough Trading s.c CO-FOUNDER Top earner Travel achievers NTB fi NTB 9 ol kan umee
без подписи
🎈Trainer:-#Kebar_Gemechu On Exp Sharing 📣🎤📣