Dani Teck
СтатистикаDani Tech FOR TECHNOLOGY AND BUSINESS IDEAS VIDEOS Channel Owner👉 @danibabisha
- Последний пост
- 12 авг.
- Последнее чтение
- 13 авг.
- Постов за неделю
- 1
- Всего постов
- 20
- Тип
- открытый
- Язык
- английский
- Категория
- Криптовалюты (по похожим)
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 52
- 1/48двое суток
- 59
- 1/72трое суток
- 64
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
#Breaking_News Ulaagaa Monetization YouTube Irratti Daballiin Taasifame. YouTube’n ulaagaa sa'aatii daawwanna (Watch Hours) uumtonni qabiyyee (creators) channaliisaanii irraa galii argachuuf (monetize ta'uuf) guutuu qaban dachaan akka dabale beeksiseera. Kanaan dura channaliin tokko monetize ta'uuf ji'oota 12 uummata ta'an keessatti sa'aatii daawwanna 4,000 fi hordoftoota (Subscribers) 1,000, yookiin immoo viidiyoowwan gabaabaa (Shorts) irraa guyyoota 90 keessatti daawwanna (views) miliyoona 10 guutuun isa irra jiraata ture. Dambii haaraa fooyya'e kanaan garuu, iyyata Monetization dhiyeessuuf ji'oota 12 darban keessatti sa'aatii daawwanna 8,000 fi daawwanna Shorts miliyoona 20 guutuun dorgomaa ta'a. Ulaagaa hordoftoota (Subscribers) 1,000 garuu jijjiiramni irratti hin taasifamne. Sereen haaraan kunis Fulbaana (February) 1 irraa eegale hojiirra kan oolu ta'a. Qajeelfamni haaraan kun keessattuu uumtoota guddachaa jiraniif (Small Creators) gufuu guddaa kan uumu ta'uu isaatiin ala, yeroo monetize ta'uuf fudhatu dachaan dheeressaa. Ta'us, channaloota kanaan dura monetize ta'an irratti hojiirra hin oolu jedhameera. ✍️ Isin warri YouTube irratti hojjechuu eagaltan yookiin jalqabuuf yaaddu yeroo kana argitan maaltu isanti dhaga'ama? ✅ @daniteckcs
Best Websites for Research, Case Studies, and Free Learning 🔍 Web Archives & Libraries https://web.archive.org https://www.loc.gov/collections/ https://www.bl.uk/subjects/digital-collections https://www.archives.gov/ https://dp.la/ https://www.wdl.org/ https://www.europeana.eu/ 📚Academic & Research Databases https://www.jstor.org/ https://www.ssrn.com/ https://core.ac.uk/ https://www.sciencedirect.com/ https://www.springeropen.com/ https://www.nature.com/ https://journals.sagepub.com/ https://onlinelibrary.wiley.com/ https://www.tandfonline.com/ https://www.researchgate.net/ 🏛Business & Economics https://hbr.org/ https://wrds-www.wharton.upenn.edu/ https://www.hbs.edu/faculty/research/ https://www.mckinsey.com/featured-insights https://www.forrester.com/ https://www.gartner.com/en https://nielseniq.com/global/en/insights/ https://econpapers.repec.org/ https://www.nber.org/ https://www.oecd-ilibrary.org/ https://www.rand.org/ https://www.brookings.edu/ https://www.cfr.org/ 📖 Free Books & Educational Media https://www.gutenberg.org/ https://openstax.org/ https://www.openculture.com/ https://ocw.mit.edu/ https://publicdomainreview.org/ 🧪 Science & Health https://pubmed.ncbi.nlm.nih.gov/ https://www.science.org/ 📊 Research, Policy & Data https://www.pewresearch.org/ https://www.gallup.com/ https://theconversation.com/
Video murteessaan kun akka sin hin dabarre😱👇 https://youtu.be/qjObogRR0gs?si=I7VjpyK6g0hYsDES 👆👆👆👆👆👆👆👆👆 💙𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @daniteckcs 💙𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @daniteckcs ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Guys akkam jirtu nagumaa akkan baayyee bade nan beeka mee warri na yaaddan video akkan gadhiisu eegaa jirtan like👍 kessaniin nutti agarsiisa❗️ 💙𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @daniteckcs 💙𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @daniteckcs ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
kaardii dhokataa Kana Guuttadhaa👇🏻 https://youtu.be/YQFXses2DNM?si=wihJWHvAy32asz2V
Shortcut computer kan sin beekuu qabdan❗️ 💙𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @daniteckcs 💙𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @daniteckcs ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Shortcut computer kan sin beekuu qabdan❗️ 💙𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @daniteckcs 💙𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @daniteckcs ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Haala ittiin wifi password nama beekan👇 https://youtu.be/gWrBS-x2m_4?si=k79wOeS5FKtw5hUU
Wifi Qr reader👇 I'm using QR & Barcode Scanner app, the fastest QR and Barcode reader. Try it NOW! https://play.google.com/store/apps/details?id=com.gamma.scan
Wifi Qr reader👇 I'm using QR & Barcode Scanner app, the fastest QR and Barcode reader. Try it NOW! https://play.google.com/store/apps/details?id=com.gamma.scan
Video dirqama hundi keessan ilaaluu qabdan❗️👇 https://youtu.be/2J6xZRtQCWE?si=6EmlEBT50fEsfSA
Haala ittin data fi wifi malee tiktok video daawwatan👇 https://youtu.be/xKbWrPWARAM?si=IVp-duM-075on0vm
Youtube channel keenya irraa ✅Hojii online ✅Odeeffannoo Technology ✅Setting bilbilaa fi computer ✅Application bilbilaa ✅Software Computer ✅Karaa ittiin Tiktok irratti milkaa'an Kana hundumaa argachuuf #Subscribe kan jedhutti buhuun miseensa keenya ta'aa!👇
Paws warri jalqabuu barbaaddan ammuma liinkii armaan gadii start gochuun jalqabaa👇 https://t.me/PAWSOG_bot/PAWS?startapp=Dfbnatnr 💙𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @daniteckcs 💙𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @daniteckcs ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Hojii online guyyaatti 50$-100$👇 https://youtu.be/_nLf2SI6tdM?si=pulxDQfKaDq8LNd1
Form for upwork platform 💙𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @daniteckcs 💙𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @daniteckcs ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
5k Subscribers Thanks for this subscribers💙 💙𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @daniteckcs 💙𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @daniteckcs ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
Ramaddiin barattoota sagantaa fooyya'iinsaa(Remediyaalii) ifoome. Bara barnootaa 2016tti barattoota qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa fudhachuun qabxii seensaa sagantaa fooyya'iinsaa fidaniif ramaddiin ifoomeera. Haaluma kanaan barattoonni remediyaalii:- Marsariitii: https://placement.ethernet.edu.et Telegraamiidhaan:- https://t.me/moestudentbot irratti ilaaluu akka dandeettan ministeerri barnoota beeksisee jira. Barattoonni akkaataa waamicha dhaabbilee irraa bahuun sagantaa remediyaalii akka hordofan dhaamameera. Ministeerri Barnootaa gaaffii jijjiirraa dhaabbataa akka hin fudhanne ibseera. 💙𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @daniteckcs 💙𝐒𝐇𝐀𝐑𝐄➪ @daniteckcs ♡ ㅤ ⎙ㅤ ⌲ 🔕 ✉️ ˡᶦᵏᵉ ˢᵃᵛᵉ ˢʰᵃʳᵉ ᵘⁿᵐᵘᵗᵉ ᶜᵒᵐᵐᵉⁿᵗ
New Youtube Task Added in Blum Answer - PUMPIT0
Major Durvo Puzzel Game Answer ✅October- 28 ✅Reward : 5000 Coin