Cholle Tech
Статистика📱 Your #1 destination for everything tech — mobile tips & tricks, privacy guides, app reviews, and the latest digital news. Level up your tech knowledge daily. 🔒 Buy ads: https://telega.io/c/Cholletech
- Последний пост
- 13 авг.
- Последнее чтение
- 14 авг.
- Постов за неделю
- 6
- Всего постов
- 126
- Тип
- открытый
- Язык
- английский
- Категория
- Новости и СМИ
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 126
- 1/48двое суток
- 166
- 1/72трое суток
- 179
Медиана по постам, которые мы застали свежими и померили через сутки.
Посты
видео или голосовое, без подписи
💵Salary Tasks kan jedhu erga face verification xumurtanii agency join gootan booda isiniif dhufa. ☑️Jalqabuuf👇 APP LINK👇 https://www.yagolive.com/scode/25954 Invitation Code 👉 950651 ✅ Agent ID 👉 950651 @yagoglobal #yagoglobal #Yago #YagoCreator
видео или голосовое, без подписи
✅Namoota Hojii Online nuuf barbaadi jechaa turtaniif 💸Appii haaraa kana osoo viral hin bahin Akka isin hin dababarre Ammuma jalqaba💵 👉 85$… ol irratti hojjatamaa jira namoonni fedhii qabdan jalqabaa 🔥 👉10$ irraa jalqabee WITHDRAW gochuun ni danda'ama.💸 🔎Jalqaba 👉appicha download gochuun itti aansee 👉accountii create gochuun google fayyadamuun 👉signup goona. Nama tokkoof account tokko qofa create gochuu danda'a. Itti aansee ME kan jedhu irra galuun Verify☑️ kan jedhu filachuun Face verify Xumura ☑️ 💵Family hojii kana sirritti hojjadhaa. ☑️Jalqabuuf👇 APP LINK👇 https://www.yagolive.com/scode/25954 Invitation Code 👉 950651 ✅ Agent ID 👉 950651 @yagoglobal #yagoglobal #Yago #YagoCreator
ODUU GAMMACHIISAA 💐 🥳 Projeektoota 2025 irraa kasnee hojjataa ture Product Design, Mobile App Development fi Web App Development keessaa filadhee sample isaa akka isa kana. 👉 https://tirmizikasim.vercel.app/ 🪡Wajjiin hojjachuufi balbali banaadha. Keessan nu dubbisaa😍
𝗬𝗼𝘂𝗧𝘂𝗯𝗲 irratti guddachuu yoo feete, 𝗟𝗶𝗻𝗸 isaa 𝗙𝗮𝗰𝗲𝗯𝗼𝗼𝗸 irratti hin maxxansin. Achumatti cimii hojjedhu. Yookaan 𝗟𝗶𝗻𝗸 qoodurra: Namni fedhe 𝘀𝗲𝗮𝗿𝗰𝗵 godhee akka si argatuuf maqaa 𝗬𝗼𝘂𝗧𝘂𝗯𝗲 kee ykn 𝘁𝗶𝘁𝗹𝗲 viidiyoo kee qoodi. Kuni 𝗬𝗼𝘂𝗧𝘂𝗯𝗲 𝗖𝗵𝗮𝗻𝗻𝗲𝗹 kee fi 𝗮𝗹𝗴𝗼𝗿𝗶𝘁𝗵𝗺 sirriitti wal barsiisa. Namni tokko tokko 𝗟𝗶𝗶𝗻𝗸𝗶𝗶 𝗬𝗼𝘂𝗧𝘂𝗯𝗲 isaa as 𝗙𝗮𝗰𝗲𝗯𝗼𝗼𝗸irra fidee, "Maaloo dhaqaa naaf ilaalaa" jedha. Karaa biraatiin, 𝗬𝗼𝘂𝗧𝘂𝗯𝗲 kee ajjeesaa jirta jechuudha, keessumaa nama reefuu gara 𝗬𝗼𝘂𝗧𝘂𝗯𝗲 dhufe abdii kutachiisa. Sababni isaa, 𝗮𝗹𝗴𝗼𝗿𝗶𝘁𝗵𝗺 𝗬𝗼𝘂𝗧𝘂𝗯𝗲 namoota karaa 𝗟𝗶𝗻𝗸 dhufan ykn 𝗲𝘅𝘁𝗲𝗿𝗻𝗮𝗹 𝘁𝗿𝗮𝗳𝗳𝗶𝗰 sirriitti beeka; akka 𝗲𝗻𝗴𝗮𝗴𝗲𝗺𝗲𝗻𝘁ti hin lakkaa'u. Kana taanan 𝗮𝗹𝗴𝗼𝗿𝗶𝘁𝗵𝗺 isaanii 𝗶𝗴𝗻𝗼𝗿𝗲 si godha, viidiyoo kee 𝘀𝘂𝗴𝗴𝗲𝘀𝘁 gochuu ni hir'isa ykn ni dhaaba. Maal na dhibehoo? 😄
✅ Telegramiin Keessan BAN osoo hin taane Setting kana ammuma sirreessuu qabdu: ➡️ Kanaan dura Telegram keenya osoo hin fayyadamin yeroo yoo ture (Self distructive) isaa hanga ji'a 12 qofa ture amma gara ji'a 24 ykn Waggaa 2 tti guddatee jira. Kana jechuun accountii Telegram Keessan yoo hin fayyadamne ta'e hanga Waggaa 2 active ta'ee turuu danda'a. Kanaafuu setting kana sirreeffadhaa. ➡️ Setting ➡️ private and security➡️ Xumura irratti if away for kan jedhu filachuun akka photo irratti mul'atutti 24 Months kan jedhu giladhaa.
📧Email keessan irratti site garaagaraa irratti galmooftanii Notification isin rakkisaa jira yoo ta'e furmaanni👌isaa kinooti👉:- ✔️Gara Email keessanii erga seentan tuqaa sadi harka bitaa irra jiru keessa seenuun "Manage Subscription " kan jedhu filattanii seenuun site garaagaraa irratti galmooftanii turtan argattu, San booda site barbaddan irratti tuquun"Unsubscribe " gochuun ofirraa dhaabuu ykn kutuu dandeessu. Jirtu kaa👍
✅Google yeroo dheeraaf eegamaa kan ture Gmail address jijjiruun akka danda'amu ifa godheera. Kanaafuu, Gmail address yeroo ijoollummaa keessanitti akka tasaa baanattan har'aa kaastanii jijjiirrachuu dandeessu. Fakkeenyaaf, kan momloveyouxyz@gmail.com ture gara abdimm1234@gmail.com tti jijjiiruu dandeessu. 👉Kanas gochuuf settings bilbila keessanii keessa galuun: Google services — Manage your Google account —- Personal info —- Email —- Google account Email — change Google account Email 👉Irra deebitanii jijjiiruu yoo barbaaddan waggaa 1 eeguu isin barbaachisa. Kanaafuu of-eggannoo godhaa. #techinfo #cholletech #Gmailchange #AndroidTips
✅ Application CBE yeroo banuuf jettsn "Suspicious Accessibility Service" jechuun isiniif banuu didee isin rakkisa taanaan haala armaan gadiitiin sirreeffachuu dandeessu. ⚫Settings keessa seenuun Accessibility kan jedhu filattu ⚫Installed Apps kan jedhu keessa yeroo seentan appiilee On ta'an off gochuun keessaa baatuu. 👍Dhumarratti application CBE bantanii turtan cufuun ykn clear gochuun irra deebi'uun bantanii fayyadamuu dandeessu. #techinfo #cholletech #AndroidTips #cbeapp
Miidiyaa hawaasaa irratti 𝗲𝗻𝗴𝗮𝗴𝗲𝗺𝗲𝗻𝘁 baayyee barbaachisaadha. Yeroo hunda waan sirrii yoo maxxansite... namni afaanumaan "wow" jedhee bira darba (malee 𝗲𝗻𝗴𝗮𝗴𝗲𝗱 hin godhu). Namni dura maxxansa kee arge 𝗲𝗻𝗴𝗮𝗴𝗲 hin godhu taanaan... keessumaa 𝗰𝗼𝗺𝗺𝗲𝗻𝘁 hin godhu taanaan... 𝗮𝗹𝗴𝗼𝗿𝗶𝘁𝗵𝗺 maxxansa kee 𝗽𝘂𝘀𝗵 gochuu hir'isaa deema. 𝗔𝗹𝗴𝗼𝗿𝗶𝘁𝗵𝗺 kan ilaalu: hammam dhugaa dubbatte odoo hin taane... nama meeqatu 𝗲𝗻𝗴𝗮𝗴𝗲𝗱 godhe waan jedhu qofa beeka. Kanaaf... namni akka 𝗰𝗼𝗺𝗺𝗲𝗻𝘁 godhuuf waan haasofsiisaa ta'e itti makuu qabda jechuudha. Fakkeenyaaf... dubbii kee keessatti dogoggora xiqqoo makuun... namni akka irratti haasa'u ni taasisa. Maxxansi kee 𝘃𝗶𝗿𝗮𝗹 taasisuuf: 𝗟𝗶𝗸𝗲 baayyee humna hin qabdu. 𝗖𝗼𝗺𝗺𝗲𝗻𝘁 baayyee barbaachisaadha (akka yaada 𝗮𝗹𝗴𝗼𝗿𝗶𝘁𝗵𝗺 miidiyaa hawaasaatti... namni yeroo itti kennee 𝗰𝗼𝗺𝗺𝗲𝗻𝘁 yoo godhe... maxxansichi barsiisaadha jedhee yaada. Kanaaf nama baayyee biraan siif gaha) Garuu... 𝘀𝗵𝗮𝗿𝗲 fi 𝘀𝗮𝘃𝗲 caalaatti humna qabu. Namni baayyeen maxxansa kee 𝘀𝗮𝘃𝗲 goonan... maxxansichi namoota baayyee bira gaha. Waan ati beekuu qabdu... namni maxxansa kee 𝘀𝗮𝘃𝗲 kan godhu... yoo kan irraa baratan ta'e qofa. Kana jechuun maxxansi kee 𝗮𝘂𝗱𝗶𝗲𝗻𝗰𝗲 kee waliin 𝗿𝗲𝗹𝗲𝘃𝗮𝗻𝘁 ta'uu qaba. Maal jechuudha? Fakkeenya: 𝗔𝘂𝗱𝗶𝗲𝗻𝗰𝗲 koo namoota 𝗮𝗰𝗰𝗼𝘂𝗻𝘁𝗶𝗻𝗴 barachuu barbaadani. Kanaafuu... waa'ee 𝗯𝗶𝗼𝗹𝗼𝗴𝘆 odoo maxxansee namni 𝘀𝗮𝘃𝗲 godhu hin jiru. Garuu... waa'ee 𝗮𝗰𝗰𝗼𝘂𝗻𝘁𝗶𝗻𝗴 yoon maxxanse nama baayyeetu yeroo biraa dubbisuuf 𝘀𝗮𝘃𝗲 godhata. Kanaaf... yeroo maxxansitu 𝗮𝘂𝗱𝗶𝗲𝗻𝗰𝗲 kee ilaalcha keessa galchuun baayyee barbaachisaadha. 𝗔𝘂𝗱𝗶𝗲𝗻𝗰𝗲 kee eenyu? Isaan beekuu qabda.
✅WhatsApp Username Eegaleera! Kanaan dura WhatsApp irratti namoota waliin haasa'uuf ykn ergaa walii barreessuuf *lakkoofsa bilbilaa* kennuun dirqama akka ture ni yaadatama. Kuni immoo iccitii keenya eeggachuuf rakkisaa ture. 🎉 Garuu amma booda rakkoon kuni furameera! Akkuma *Telegram* lakkoofsa bilbilaa keessan malee *Username* qofaan namoota qunnamuu ni dandeessu. 🛠️ Akkaataa Itti Banan (How to setup): 1. WhatsApp keessan banaa. 2. Settings keessa seenaa. 3. Account kan jedhu cuqaasaa. 4. Username kan jedhu tuquun maqaa username keessan kan barbaaddan galchaa!
ESX Maali? Ati Dhageessee beektaa? Dhihoo kana... Itiyoophiyaa keessatti waa'een isaa baayyee haasa'amaa jira. ESX maqaan isaa guutuun "Ethiopian Securities Exchange" yoo ta'u... afaan Oromootiin "Gabaa Aksiyoonaa Itiyoophiyaa" waan jedhu fakkaata. ESX maalidha? Yeroo jalqabaaf Itiyoophiyaa keessatti kan baname... gabaa aksiyoonaa ykn "stock market" jedhama. Gabaa dijitaalaati... namoonni aksiyoona ykn "share" dhaabbilee gurguddoo bitachuu fi gurgurachuu danda'u. Kana jechuun... fakkeenyaaf: - Aksiyoona Ethio Telecom bituu yoo barbaadde... yeroo barbaaddetti bitachuu dandeessa. - Yeroo maallaqni si barbaachise immoo... yeroo barbaaddetti gurgurachuu ni dandeessa. Yaadni isaa: - Namni dhuunfaa tokko... hamma humna isaa dhaabbilee gurguddoo (kanneen akka baankotaa) keessaa qooda qabaachuu danda'aadha. - Dhaabbileen immoo baankii deemanii liqii fudhachuurra... aksiyoona isaanii gabaa kana irratti gurguruudhaan maallaqa argachuu danda'uudha. - Namni aksiyoona bitate... dhaabbatichi yeroo bu'aa argate.. bu'aa isaanii qooddachuu ykn dividend argachuu danda'a... akkasumas gatiin aksiyoonaa dabaluufii danda'aadha. Akkamitti hojjeta? Salphaadha! 1. Appii "Neway" bilbila kee irratti buufadhu. 2. Dhaabbilee bu'aa gaarii argachuu danda'u jettee yaadde aksiyoona isaanii bitadhu. 3. Dhaabbatichi yeroo bu'aa argatu... atis qooda kee argatta. 4. Yoo maallaqni si barbaachise... yeroo barbaadde aksiyoona kee gurgurachuu dandeessa. Yeroo ammaa... kan aksiyoona isaanii gurguraa jiran: - Abay Bank (ABAYB) - Ethio Telecom (TELE) - Gadaa Bank (GDAB) - Wegagen Bank (WGBX)
𝐁𝐚𝐫𝐜𝐨𝐝𝐞 𝐯𝐬 𝐐𝐑 𝐂𝐨𝐝𝐞 𝟏. 𝐁𝐚𝐫𝐜𝐨𝐝𝐞 𝐌𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢? →Barcode jechuun mallattoo sarara gurraachaa fi adii wal irraa fagaatee ykn walitti dhiyaatee maxxanfamuudha. Odeeffannoo akka lakkoofsa oomisha tokkoo keessatti kuusa. 𝐅𝐚𝐚𝐲𝐢𝐝𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐜𝐨𝐝𝐞 ✅ Oomisha adda baasuuf ✅ Meeshaalee daldalaa keessatti galmeessuuf ✅ Gatii fi odeeffannoo oomishaa saffisaan argachuuf ✅ Kuusaa (inventory) to'achuuf Fakkeenya Yeroo suuqii keessatti meeshaa bitan, scanner fayyadamuun barcode meeshaa irratti argamu scan godhan maqaa, gatii fi odeeffannoon meeshaa sanaa sirnaan ni mul'ata. 𝐇𝐚𝐧𝐪𝐢𝐧𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐜𝐨𝐝𝐞 →Odeeffannoo muraasa qofa qabata. →Sararri tokko yoo bade dubbisuun rakkisaa ta'a. →Karaa tokko qofa irraa scan gochuun danda'ama. 𝟐. 𝐐𝐑 𝐂𝐨𝐝𝐞 𝐌𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢? →QR Code (Quick Response Code) jechuun gosa barcode ammayyaa ta'e kan bocni isaa iskuweerii (square) ta'eedha. Odeeffannoo baay'ee kuusuu danda'a. 𝐅𝐚𝐚𝐲𝐢𝐝𝐚𝐚 𝐐𝐑 𝐂𝐨𝐝𝐞 ✅ Website banuuf ✅ Lakkoofsa bilbilaa kuusuuf ✅ Email ykn ergaa qopheessuuf ✅ Kaffaltii dijitaalaa raawwachuuf ✅ Wi-Fi waliin wal qunnamsiisuuf ✅ Odeeffannoo baay'ee kuusuuf Fakkeenya Yeroo QR Code scan gootan: →Gara website tokkootti isin geessa. →Menu mana nyaataa bana. →Kaffaltii mobile money raawwachuu dandeessu. →Password Wi-Fi galchuun alatti network waliin walqabsiisa. 𝐇𝐚𝐧𝐪𝐢𝐧𝐚 𝐐𝐑 𝐂𝐨𝐝𝐞 →Scan gochuuf yeroo baay'ee kaameraa ykn app barbaada. →QR Code sobaa ta'e nageenya irratti balaa fiduu danda'a. Xumura Barcode oomishaalee adda baasuuf fi daldala keessatti bal'inaan fayyada. QR Code immoo odeeffannoo baay'ee kuusuu waan danda'uuf website, kaffaltii dijitaalaa, Wi-Fi fi tajaajiloota ammayyaa hedduu keessatti fayyadama. 📌 Gabaabumatti: →Barcode = Oomisha Adda Baasuuf →QR Code = Odeeffannoo Baay'ee fi Tajaajila Kaffaltii Dijitaalaaf #QRCode #barcodescanner #barcode #Cholletech #AfaanOromoo Join Our Facebook page
✍Ethiopian Artificial Intelligence Institute Namoota #70 barbaadu Muuxanno: Hin barbaachisuu External Announcement. Position 1: Data Collector 👉 Quantity: 60 Position 2: Field Supervisor 👉 Quantity: 10 ✍Workplace: In all regions and city administrations ✍The Ethiopian Artificial Intelligence Institute is conducting the "National Artificial Intelligence Readiness and Competitiveness Assessment Study." For this highly nationally beneficial project, skilled and proactive professionals (data collectors and field supervisors) are sought through a competitive recruitment process. Apply: https://forms.gle/RSNzsEUdeGKKTaV26 Deadline: June 26, 2026
Hojii Onlaayinii APPLY gochaa jirta. Garuu… maaliif hin filatamne? Bara kana hojii baayyeen karaa onlaayinii APPLY godhama. Keessumaa baankilee fi dhaabbileen gurguddoo iyyata hojii kan fudhatan karaa onlaayinii qofadha. Akkasumas, Ethiojobs fa’a ni beektu jedheen yaada. Asitti wanti hubatamuu qabu tokkotu jira: CV kee ilaalee kan qorumsaaf si calalu nama miti—AI dha. Sooftiweeriin hojii kana hojjetu ATS jedhama. ATS jechuun "Applicant Tracking System" jechuudha. Meeshaan kun CV namoota iyyatanii hunda ilaalee... kanneen hojii sanaaf ni ta'u jedhee yaadu qofa filata. Akkamitti filata? Qabxiin ijoo as jira: ATS jechoota ijoo (keywords), muuxannoo (experience), fi dandeettii (skills) kee irratti hundaa'ee si madaala. Dura Job Description maal akka jedhu hubata. Job Description ni beektu mitii? Isa waa'ee gita hojii sanaa ibsuudha. Fakkeenyaaf: "Nama muuxannoo waggaa 2 qabu, dandeettii koodii barreessuu qabu barbaanna" kan jedhu sani. Kanaafuu: Muuxannoo fi dandeettiin ati CV kee irratti barreessitu kan Job Description irratti ibsame waliin wal simuu qaba. Yoo CV kee fi Job Description kan wal hin simne ta’e... ATS si hin filatu (reject si godha). Filatamuuf maal gochuu qabda? (kana sirriitti yaadi) • Yeroo onlaayiniin APLY gootu... dura Job Description hojichaa sirriitti hubadhu. • Sana booda.... haala sanaan CV kee haaromsi... Jechuun... CV kee fi jop description wal simachuu qaba. Kanuma!
Meeshaalee AI: • Copywriter yoo taate = Claude AI filadhu. • Graphic Designer yoo taate = Nano Banana filadhu. • Barsiisaa yoo taate = NotebookLM filadhu. • Researcher yoo taate = Grok filadhu. • Website Developer yoo taate = Claude Code filadhu.
⚡️ 50 Ultimate Web Tools You Need to Save 🎬 Video & Audio Cobalt (cobalt.tools) – 📥 Download media without watermarks. 👉Unscreen (unscreen.com) – ✂️ Remove video backgrounds. 👉Summarize.tech (summarize.tech) – 📝 AI YouTube summaries. 👉Tunefind (tunefind.com) – 🎵 Find songs from shows/movies. 📸 Photo & Design 👉Photopea (photopea.com) – 🎨 Free online Photoshop. 👉Remove.bg (remove.bg) – 🖼️ One-click background removal. 👉Cleanup.pictures (cleanup.pictures) – 🧽 Erase objects from photos. 👉Squoosh (squoosh.app) – 🗜️ Fast image compression. 👉TinEye (tineye.com) – 🔍 Reverse image search. Part 1....... for next 👍
🇸🇦 SAUDI ARABIA IS HIRING RIGHT NOW! These 3 companies should be on your list: ✅ Alshaya Group Retail, restaurants, customer service, sales, store management, hospitality, and more. Link: https://alshaya.com/en/careers ✅ Almarai Opportunities in sales, logistics, administration, HR, marketing, and production. Link: https://www.almarai.com/en/careers ✅ Four Seasons Hotels & Resorts Hospitality roles including receptionist, hostess, concierge, guest relations, housekeeping, reservations, food & beverage, and management positions. Link: https://careers.fourseasons.com 📌 Apply directly through the official career websites. 🚨 Applying is FREE. 🌍 Your future could be anywhere in the world. 📌 Share this with someone looking for work. Don’t just watch opportunities. Apply for them. For more: https://t.me/EthioHireJob
видео или голосовое, без подписи