Business Management
Статистикаhttps://www.youtube.com/@beckylearning We provide relevant information about job vacancy and EXIT EXAM Specially for Business Management Department And All related fields
- Последний пост
- 23 июн.
- Последнее чтение
- ещё не заходили
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 32
- Тип
- открытый
- Язык
- английский
- В каталоге с
- 14 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Page kana irratti yaada qabdan comment jala ka'a!
Ani akka nama qormaata duraanii baayyee ilaale tokkootti: Yeroo gabaabduu isin hafe kana keessatti... qabxiilee ijoo armaan gadii REVISE godhaa: 1ffaa: 1. Financial Accounting and Reporting jalatti: - Accounting Cycle - Preparation of Financial Statements - Adjusting Entries - IFRS Concepts - Accounting for Receivables, Inventory, and Fixed Assets Hubadhu: qabxiilee kanarraa gaaffilee baayyeetu dhufa. 2ffaa: Cost and Managerial Accounting jalatti: * Cost Classification (Fixed vs Variable Costs) * Job Order Costing * Process Costing * Cost-Volume-Profit (CVP) Analysis * Break-even Analysis * Budgeting (Master Budget, Cash Budget) * Variance Analysis * Performance Evaluation Hubadhu: mata-duree kana keessaa gaaffiilee CALCULATION baayyee dhufuu mala. Kanaaf, CALCULATION isaa sirriitti shaakalaa 3ffaa: Financial Management (Corporate Finance) jalatti - Time Value of Money (TVM) - Net Present Value (NPV) - Internal Rate of Return (IRR) - Payback Period - Working Capital Management - Capital Budgeting Decisions - Risk and Return Hubadhu: Foormulaa irratti xiyyeeffachuun... fakkeenya baay’ee hojjechuun barbaachisaadha. 4ffaa: Auditing and Assurance jalatti: * Auditing Concepts and Principles * Audit Process (Planning, Execution, Reporting) * Internal Control System * Audit Evidence * Audit Risk * Types of Audit Opinions (Unqualified, Qualified, Adverse, Disclaimer) * International Standards on Auditing (ISA) * Auditor Independence and Ethics Hubadhu: seerota audit fi adeemsa isaa sirriitti hubachuun isin barbaachisaadha. 5ffaa: Taxation and Public Sector Accounting jalatti: - Introduction to Taxation Principles - Income Tax (Employment & Business Income) - VAT (Value Added Tax) - Withholding Tax - Taxable Income Calculation - Tax Administration and Compliance - Public Sector Accounting Basics - Government Budgeting and Reporting Hubadhu: seerota gibiraa fi akkaataa shallaga isaa sirriitti hubachuun isin barbaachisa. 6ffaa: Financial Reporting & Ratio Analysis jalatti: * Preparation and interpretation of financial statements * Horizontal and vertical analysis * Liquidity ratios (Current ratio, Quick ratio) * Profitability ratios (ROA, ROE, Gross/Net profit margin) * Solvency ratios (Debt ratio, Debt-to-equity ratio) * Efficiency ratios (Inventory turnover, Receivable turnover) Hubadhu: Foormulaa qofa osoo hin taane hiika isaanii irratti xiyyeeffachuun barbaachisaadha. 7ffaa: Consolidated & Advanced Accounting Topics: - Consolidated Financial Statements (Basics) - Intercompany transactions - Goodwill calculation (introduction) - Investment accounting (subsidiaries and associates – basic concept) - Accounting for non-current assets (depreciation, revaluation, disposal) - Cash Flow Statement preparation (indirect method focus) Hubadhu: Fakkeenya hojjechuun fi STEPS isaanii hubachuun murteessaadha.
Look at these terms: • Fixed Cost • Variable Cost • Break-Even Point • Target Profit • Contribution Margin per Unit This text shows how to use these terms in practice. Example: Assume Magartuu prepares and sells 'biddeena'. • She sells one 'biddeena' for 25 birr {this is the Selling Price} • She spends 12 birr to make one 'biddeena' (teff) {this is the Variable Cost} • She pays 15,000 birr per month for rent, electricity, and wages {this is the Fixed Cost} Given: Fixed Cost = 15,000 birr per month Variable Cost = 12 birr per 'biddeena' Selling Price = 25 birr per 'biddeena' Target Profit = 20,000 birr per month First, calculate the Contribution Margin per Unit. It is the difference between the Selling Price and the Variable Cost. Contribution Margin per Unit = Selling Price – Variable Cost = 25 – 12 = 13 birr Each 'biddeena' contributes 13 birr toward covering fixed costs and profit. Question 1: How many 'biddeena' must Magartuu sell per month to cover her costs? Units (biddeena) = Fixed Cost ÷ Contribution Margin per Unit = 15,000 ÷ 13 = 1,153.85 ≈ 1,154 👉 Magartuu must sell 1,154 'biddeena' per month to cover her costs. {this is the Break-Even Point} Question 2: How many 'biddeena' must Magartuu sell per month to earn a target profit of 20,000 birr? Units (biddeena) = (Fixed Cost + Target Profit) ÷ Contribution Margin per Unit = (15,000 + 20,000) ÷ 13 = 35,000 ÷ 13 = 2,692.31 ≈ 2,693 👉 Magartuu must sell 2,693 'biddeena' per month to achieve the target profit. {this is the Target Profit level} This approach determines the required sales volume to cover costs and to achieve a desired profit. -------------
Jechoota kana ilaali: • Fixed Cost • Variable Cost • Break-Even Point • Target Profit • Contribution Margin per Unit Barreeffama kana keessatti jechoota armaan olii hojii qabatamaa keessatti akkamitti akka itti fayyadamtu sitti agarsiisa. Fakkeenya... Magartuun buddeena tolchitee gurgurti haa jennu. • Buddeena tokko qarshii 25tti gurgurti {qarshii 25 kun 'selling price' jedhama} • Buddeena tokko tolchuuf qarshii 12 baasti (xaafii). {kun immoo 'variable cost' jedhama} • Kiraa mana, ibsaa fi mindaa hojjattuuf ji’aan qarshii 15,000 kaffalti. {kuni 'fixed cost' jedhama} Kennamaa: - Fixed Cost = 15,000 birr - Variable Cost = buddeena 1 irratti qarshii 12 - Selling Price = qarshii 25 - Target Profit = 20,000 birr Dura... Contribution Margin per Unit shallaguu qabna. Garaagarummaa gatii gurgurtaa tokkoo fi baasii gidduu jiru jechuudha. Contribution Margin per Unit = Selling Price – Variable Cost = 25 – 12 = 13 birr Buddeena tokko irraa bu’aa qarshii 13 argatti. Gaaffii 1ffaa: Magartuun baasii ishee deebifachuuf buddeena meeqa gurguruu qabdi? kan beekuuf foormulaa armaan gadii fayyadamna: Units = Fixed Cost ÷ Contribution Margin per Unit = 15,000 ÷ 13 = 1,153.85 ≈ 1,154 👉 Magartuun baasii ishee deebifachuuf ji’atti buddeena 1,154 gurguruu qabdi {Iddoon kuni 'Break-Even Point' jedhama} Gaaffii 2: Magartuun ji’atti bu’aa qarshii 20,000 argachuuf buddeena meeqa gurguruu qabdi? kana beekuuf foormulaa armaan gadii fayyadamna: Units = (Fixed Cost + Target Profit) ÷ Contribution Margin per Unit = (15,000 + 20,000) ÷ 13 = 35,000 ÷ 13 = 2,692.31 ≈ 2,693 👉 Magartuun bu’aa barbaadde argachuuf ji’atti buddeena 2,693 gurguruu qabdi. {kun immoo 'Target Profit' jedhama} haala kanaan baasii baasne deebigachuuf hammam gurguruu akka qabnuufi bu'aa barbaanne hammam gurguruu akka qabnu baruu dandeenya. -----------
2 = 5 yeroo dhugaa ta’uu qaba. Yoom? Daldala keessatti 'Equity' fi 'Equality' hiikaa adda addaa qabu. 5 = 5 ija EQUALITY jalatti dhugaadha, garuu EQUITY dhabuu danda’a. Maal jechuudha? Fakkeenya: Dhaabbanni daldalaa tokko nama sadii (Tolaa, Caalaa fi Turaa) ijaarame haa jennu. Akka waliigaltee isaaniitti gaheen isaanii: - Tolaan qooda 25% qaba. - Caalaan qoodni isaa 35% dha. - Turaan immoo qooda 40% dhaabbaticharraa qaba. Dhaabbanni kun xumura baajata bara 2017 bu’aa qulqulluu qarshii 1,000,000 argate. Bu’aa argatan keessaa: - qarshii 400,000 dhaabbaticha ittiin misoomsuuf murteessan. Kan hafe: - qarshii 600,000 addaan qooddachuuf barbaadu. Egaa... Yoo 'equal' kan qooddatan ta’e: 600,000 ÷ 3 = qarshii 200,000 (tokkoon tokkoon isaanii gaha). Kuni sirrii miti! ❌ Yoo ija 'Equity' jalatti ilaalle: Gahee Tolaa: 600,000 × 25% = 150,000 ta'a. Gahee Caalaa: 600,000 × 35% = 210,000 ta'a. Gahee Turaa: 600,000 × 40% = 240,000 ta'uu qaba. Akkasitti yeroo ilaallu, Turaan hundarra caalaa guddaa waan fudhate hin fakkaatuu? Garuu miti. Haala sirrii ta’een qoodatan. Sadeenuu walumaqixa argatan. Kun 'Equity' jedhama. ____ Seera Akkaawuntingii keessatti: Asset = Liabilities + Equity Jecha “Equity” jedhu asirraa ka’eeti. Nagaan bulaa, Deebana! __
'Transaction' jechuun taatee dhaabbaticha irratti dhiibbaa faayinaansii fiduu danda'u jechuudha. Kunis: - Waa wal jijjiiruu (bituu ykn gurguruu) ta’uu danda’a. Garuu... Yeroo tokko tokko odoo homaa wal hin jijjiirinis 'transaction' uumamuu danda'a. Yoom? - Yeroo hir'ina gatii meeshaalee (depreciation) galmeessinu. 'Transaction' amaloota armaan gadii qaba: - Faayinaansii irratti dhiibbaa qaba. - Maallaqaan safaramuu danda’a. - Galmee herregaa keessatti galmaa’uu danda'a. Akkasumas, 'Transaction' gosoota adda addaatti qoqqooduu dandeenya: 1ffaa: Cash Transaction jedhama. Fakkeenya: - Qarshii 100 kaffaltee mi'a bitatte. 2ffaa: Credit Transaction jedhama. Fakkeenya: - Meeshaa liqiidhaan bitatte. 3ffaa: Internal Transaction jedhama. Fakkeenya: - Depreciation qabeenya irratti herregamu. - Dipaartimentoota gidduutti meeshaa wal-jijjiiruu fa'a. 4ffaa: External Transaction jedhama. Fakkeenya: - Meeshaa bituu yookiin gurguruu. - Mindaa hojjetootaaf kaffaluu. - Kaffaltii liqii raawwachuu. Walumaagalatti: taatee kamiiyyuu haata'u... faayinaansii dhaabbatichaa irratti jijjiirama fiduu danda'a taanan 'transaction' jedhamuu danda'a. ___
Maallaqni gaafa siif galu, baankiin jecha 'Credited' jedhu fayyadama. Yeroo maallaqa baastu immoo, 'Debited' jedha. Sababa kanaan namni tokko tokko: • 'Credit' jechuun akka waan 'dabaluu' ta’etti, • 'Debit' jechuun immoo akka waan hir’achuu ta’etti yaadu. Of course, anis akkasittin yaadaa ture. Garuu miti. Akkaawuntingii keessatti: - 'Credit' jechuun dabaluu jechuu miti; hir’achuu jechuus miti. - 'Debit' yoo ta’es akkasuma — yeroo tokko dabaluu ta'a, yeroo biraa immoo hir’achuu ta’a. Wanti murteessaan gosa 'transaction' raawwatame saniiti. Fakkeenyaaf: - 'Asset' fi 'Expense' yoo dabale = 'Debit' ta’a. (Asitti 'Debit' akka dabaluutti ilaaluu dandeenya). - Faallaa kanaa immoo, 'Asset' fi 'Expense' yoo hir’ate = 'Credit' ta’a. (Asitti immoo 'Credit' jechuun hir’achuu ta'e). Hanga ammaatti 'Debit' = dabaluu, 'Credit' = hir’achuu jechuudha yoo jenne ni ta'a. Garuu, - 'Liability' fi 'Revenue' yoo dabale = 'Credit' ta'a. - Faallaa isaa, 'Liability' fi 'Revenue' yoo hir'ate immoo = 'Debit' ta'a. Argitee? Kanarraa akka hubannutti: - 'Credit' jechuun "dabaluu" jechuu miti, yeroo hir’achuu ta’us qaba. - 'Debit' jechuunis "hir’achuu" jechuu miti, yeroo dabaluu ta’us qaba. Walxaxaa wayii fakkaata, garuu salphaadha: Kan walxaxaa sitti fakkaateef, shamaddadaa waan jirtuufi. ‘No’. ‘Concept’ isaa qabadhu. Akkana: ‘Transaction’ raawwatame keessatti: - 'Asset' fi 'Expense' yoo dabale = Debit - 'Liability', 'Revenue', fi 'Equity' yoo dabale = Credit AMMA GARA QABXII BAANKIITTI HAA DEEBINU: Baankiin yeroo maallaqni siif galu, 'Credited' jedhee si beeksisa. Dhuguma, maallaqni siif dabaleera. Garuu, baankiin kan haasa’aa jiru waa’ee dabaluu maallaqa keetii miti. Baankiin "your account is credited" jechuun isaa: "Kabajamoo maamila keenya, idaan kee nurratti dabaleera.” jechaa jira. Jechuun, maallaqni kee nu bira waan jiruuf, idaa kee ofirraa qabna jechuu isaaniiti. Fakkeenyaaf, qarshii 2,000 baankiitti galchite yoo ta’e, baankiin akka idaatti (liability) ilaala. Idaan (liability) yoo dabale immoo 'Credit' ta'a. Mitiree? Eeyyeeni. Gaafa irraa baastu immoo = 'Debited' jedha. Yeroo kana, "your account is debited" jechuun: "Idaan kee nurraa hir'ateera," jechuu isaaniiti. Idaan (‘liability’) yoo hir'ate immoo ‘Debit’ ta'a. Kanuma! Ammas naaf hin galle yoo jette nan aara. __
Faayinaansii keessatti... 'Volatility' Jechuun Maal? Kompitara yeroo barannu... jecha "volatile" jedhu MEMORY ittiin ibsuuf fayyadamna ture. 'RAM' fi 'ROM' waan jedhamu beektu... RAM = "volatile" jedhama. ROM = "non-volatile" jedhama. Sababni miimooriin RAM jedhamu "volatile" jedhamuuf: Miimooriin kuni odeeffannoo amma itti fayyadamaa jirru qofa qabatee tura. Kompitara cufnee deebisnee yeroo bannu, odeeffannoon hundi irraa haqama. Amma yeroo fayyadamuu eegallu immoo 'data' haaraa qabaata; jijjiiramaadha. Kanaaf, "volatile" jedhama. ROM immoo: Odeeffannoo yeroo dheeraaf tursiisa. Kompitara cufnee deebisnee yoo bannu, 'data' keenya akkuma jirutti jira. 'Data' altokko itti fe’amee jennaan yoo keessaa balleessine malee hin jijjiiramu. Kanaaf, "non-volatile" jedhama. Akka yaadama kanaatti, "volatile" jechuun akka waan "jijjiiramaa" jechuuti. Amma... hiika kallattii "volatile" barte. Faayinaansii keessattis... jechi "volatile" jedhu hiika murteessaa ta'e qaba. Faayinaansii keessatti 'volatility' jechuun: jijjiirama gatii qabeenyaa yeroo gabaabaa keessatti mul’atuudha. Fakkeenya: Torbee darbe keessatti... Doolarri tokko qarshii 155.81 gurgurameera. Qarshii 157.11 gurgurameera. Har’a immoo qarshii 156.68 gurguramaa oole. Kuni 'volatility' jedhama. 'Volatility' bakka lamatti qoqqoodnee ilaaluu dandeenya. Isaanis: High volatility fi Low volatility 'High volatility' jechuun yeroo gabaabaa keessatti jijjiiramni guddaan yoo jiraate, fakkeenyaaf: Doolarri qarshii 156.68 ture. Takka turee qarshii 160.35 yoo ta’e. Takka turee immoo qarshii 155.30 gadi yoo deebi’e. Kuni 'high volatility' jedhama. – Gatiin yeroo gabaabaa keessatti jijjiirama guddaa agarsiise. – Bu’aa guddaa ykn kasaaraa olaanaa namarratti qaqqabsiisa. 'Low volatility' yoo ta’e: – Gatiin tasgabbaa’aadha. – Jijjiirama xiqqoo qofa qaba. Fakkeenyaaf, gatiin doolara tokkoo qarshii 155.34 – 155.80 gidduu deddeebi’a yoo ta’e, 'low volatility' jedhama. ____
#EAES የቅድመ ምረቃ ትምህርት የመውጫ ፈተና ከመጪው ማክሰኞ የካቲት 17/2018 ዓ.ም ጀምሮ ለስምንት ቀናት ይሰጣል። ተፈታኞች ከየካቲት 10/2018 ዓ.ም ጀምሮ የልምምድ ፈተና እየወሰዱ እንደሚገኙ የትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት ገልጿል። ተፈታኞች ወደ መፈተኛ አዳራሽ ሲሔዱ መግቢያ ካርዳቸውን እና የፋይዳ መታወቂያቸውን ይዘው መገኘት እንዳለባቸው አገልግሎቱ አሳስቧል፡፡ ምንም አይነት ኤሌክትሮኒክስ መሳሪያዎች በተለይም ስልክ፣ ስማርት ሰዓት እና ማጂክ ጃኬት የመሳሰሉትን ይዞ ወደ መፈተኛ ክፍል መግባት የተከለከለ መሆኑን አገልግሎቱ አስረድቷል። ተፈታኞች እርሳስ፣ ለጲስ እና ምንም ዓይነት ጽሑፍ የሌለበት ወረቀት መያዝ ይችላሉ ተብሏል፡፡ @tikvah Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa 👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾 Telegram | Facebook | TikTok | page Keessan na argachuuf @WABIISG tiktok.com/@sanyiigudataa2 Galatoomaa Sanyii Guddataa
Three Column Cash Book (short & simple): It is a cash book with three columns on each side: Cash column – records cash received and cash paid. Bank column – records bank deposits and withdrawals. Discount column – records discounts allowed and discounts received. Why it’s used: It saves time by recording cash, bank, and discount transactions together and helps control cash and bank balances.
Waamicha obbolummaa. Hayya akkam jirtu hordoftoota channel kanaa akkuma beekamu channel kun baratoota qormaata bahumsaa fudhatan warreen barachaa jiran hundumaa hanga danda'eetti information barbaachisa ta'e fi mateerial barbaachisoo ta'an hordofee isin biraan gaha tureera. Yeroo amma kana turtii guyyoota muraasan asitti akka jalqabbi isaatti hojjeechaa hin turre kun immoo sababa Admin tokko qofaa ta'ee waan ta'eefidha. Kanaaf yeroo ammaa kana namoota information fi maaterial argatani karaa channel kana hiriyyoota fi obboloota isaaniif qooduu barbaadaniif waamicha obbolumma isinin gaafadha. Department hunda irrattii nama lama lama qofaa barbaadna. Specailly department Business Management, Management, Business Administration, Marketing Management, Accouting and Finance, Banking and finance, developmental economics and Economis Kanaaf baratootni fi barsiisonni department kannen barachaa fi barsiisaa jirtan wal gargarree baratoota kenya akka isaan qormaata bahumsaa milkaa'nifi beekumsa gonfatan waliin haa hojjennu. Namooni hojjechuu barbaaddan karaa kanan na dubbisaa @Bickila Kayyoon keenya baratootta keenya akka milkaa'aniif tumsa barbaachisa ta'e gochuudha. A call to brotherhood. Hello everyone, as it is known, this channel has been following the necessary information and materials for all the students who are taking the exit exams. It hasn't been working as it started for a few days right now and this is just because of the Admin. Therefore, I would like to extend a brotherly appeal to those who want to share information and material with their friends and brothers through this channel. We only need two people in each department. Specailly department Business Management, Management, Business Administration, Marketing Management, Accounting and Finance, Banking and Finance, Developmental Economics and Economis Therefore, students and teachers of the department who are studying and teaching, let us work together to help our students to succeed in the exit examinations and gain knowledge. People who want to work contact me through this @Bickila Our goal is to provide the necessary support for our students to succeed. https://t.me/businessmanagementexam
#ExitExam በ2018 ዓ.ም አጋማሽ የመውጫ ፈተና (Exit Exam) ተፈታኞች የፈተና ጊዜ ተራዝሟል፡፡ ትምህርት ሚኒስቴር ለከፍተኛ ትምህርት ተቋማት በጻፈው ደብዳቤ የዚህ ዓመት አጋማሽ የመውጫ ፈተና ከጥር 14/2018 ዓ.ም ጀምሮ እንደሚሰጥ ማስታወቁ ይታወሳል። ነገር ግን "ከፈተና ዝግጅት ሥራዎች ጋር በተያያዘ ምክንያት" የፈተናው ቀን የተራዘመ መሆኑ ተገልጿል። ምዝገባ ያደረጋችሁና በማድረግ ላይ የምትገኘ ተመዛኞች ፈተናው የሚሰጥበት ትክክለኛ ቀን በትምህርት ምዘናና ፈተናዎች አገልግሎት / በትምህርት ሚኒስቴር እስከሚገለጽ ድረስ በትዕግስት አንድትጠብቁ ተብሏል። (ከላይ የተያያዘው የምስል መረጃ ከወለጋ ዩኒቨርሲቲ የተገኘ ነው።) via tikvah Toora miidiyaa koo sirrin kan #qofa 👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾👇🏾 Telegram | Facebook | TikTok | page Keessan na argachuuf @WABIISG tiktok.com/@sanyiigudataa2 Galatoomaa Sanyii Guddataa
Dhaabbileen barnoota olaanoo barattoonni yeroo jalqabaaf qormaata seensaa dhuma baatii kanaa ni gaggeeffama jedhamee eegamu osoo hin fudhatiin dura waraqaa eenyummaa Biyyaalessaa isaaniitti fayyadamuun eenyummaa isaanii akka mirkaneessan dhaamaniiru. Kaadhimamaa hedduun hanga ammaatti eenyummaa isaanii hin mirkaneessine jedhan dhaabbileen kunneen. Guyyoota hafan keessatti galmaa'aa! Mirkaneeffachuu 👇 link armaan gadii fayyadamaa https://mirkaneeffadhu.ethernet.edu.et/ Barnoota akkaataa itti fayyadama isaaf 👇 https://youtu.be/6sH8UVac1Cg Afaan Oromoo fi Jechoota Dinqisiiso Afaan Oromoo በዚህ ወር መጨረሻ እንደሚሰጥ የሚጠበቀውን የመውጫ ፈተና #ለመጀመሪያ ጊዜ የሚወስዱ ተማሪዎች ፈተናውን ለመውሰድ ብሔራዊ መታወቂያ (National ID) በመጠቀም የመለያ ማረጋገጫ (Identity Verification) እንዲያደርጉ ከፍተኛ ትምህርት ተቋማት እያሳሰቡ ነው። በርካታ ተፈታኞች እስካሁን ድረስ የመለያ ማረጋገጫ አለማድረጋቸውን ተቋማቱ ገልፀዋል። በቀሩት ቀናት ምዝገባ ያድርጉ! ተከታዩን ሊንክ ተጠቅመው ያረጋግጡ 👇 https://verify.ethernet.edu.et/ አጠቃቀሙን የሚያሳይ ቲቶሪያል ለማግኘት 👇 https://youtu.be/6sH8UVac1Cg @tikvahuniversity
Waamicha obbolummaa. Hayya akkam jirtu hordoftoota channel kanaa akkuma beekamu channel kun baratoota qormaata bahumsaa fudhatan warreen barachaa jiran hundumaa hanga danda'eetti information barbaachisa ta'e fi mateerial barbaachisoo ta'an hordofee isin biraan gaha tureera. Yeroo amma kana turtii guyyoota muraasan asitti akka jalqabbi isaatti hojjeechaa hin turre kun immoo sababa Admin tokko qofaa ta'ee waan ta'eefidha. Kanaaf yeroo ammaa kana namoota information fi maaterial argatani karaa channel kana hiriyyoota fi obboloota isaaniif qooduu barbaadaniif waamicha obbolumma isinin gaafadha. Department hunda irrattii nama lama lama qofaa barbaadna. Specailly department Business Management, Management, Business Administration, Marketing Management, Accouting and Finance, Banking and finance, developmental economics and Economis Kanaaf baratootni fi barsiisonni department kannen barachaa fi barsiisaa jirtan wal gargarree baratoota kenya akka isaan qormaata bahumsaa milkaa'nifi beekumsa gonfatan waliin haa hojjennu. Namooni hojjechuu barbaaddan karaa kanan na dubbisaa @Bickila Kayyoon keenya baratootta keenya akka milkaa'aniif tumsa barbaachisa ta'e gochuudha. A call to brotherhood. Hello everyone, as it is known, this channel has been following the necessary information and materials for all the students who are taking the exit exams. It hasn't been working as it started for a few days right now and this is just because of the Admin. Therefore, I would like to extend a brotherly appeal to those who want to share information and material with their friends and brothers through this channel. We only need two people in each department. Specailly department Business Management, Management, Business Administration, Marketing Management, Accounting and Finance, Banking and Finance, Developmental Economics and Economis Therefore, students and teachers of the department who are studying and teaching, let us work together to help our students to succeed in the exit examinations and gain knowledge. People who want to work contact me through this @Bickila Our goal is to provide the necessary support for our students to succeed. https://t.me/businessmanagementexam
https://youtu.be/0meJhnRBgXQ?si=5CvBUhjccowEsM83 Nama Jabaa jaarraa kanaa Barnootaaf dandeettiin fagaate You tubii irratti wixinee miidiyaa qor qalbii namaa raasan fii kaasan eegaleera. Developer Marara you tubii isaa subscribe taasisaa diinaa naasisaa! Hanga gooleetti deemna Diina micciirree reebna Burqituu lagaa dhugna A young man full of talent and ability has come.
без подписи
без подписи
без подписи
በተለያዩ ዩኒቨርስቲዎች በ2017 ዓ.ም የተዘጋጀ የNGAT የስልጠና ማቴሪያል ነው፡፡ አንብቡት ትጠቀሙበታላቸሁ፡፡ 🔥 የተለያዩ ዩኒቨርሲቲዎችን NGAT / GAT ሞዴል ፈተናዎችን እናጋራችኋለን ተከታተሉን፡፡ ለወቅታዊ መረጃ ይቀላቀሉን 👉ad
без подписи