- Последний пост
- 6 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 20
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 15 авг.
- 1/24сутки в ленте
- —
- 1/48двое суток
- —
- 1/72трое суток
- —
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
Channel photo updated
Channel name was changed to «SORA MEDIA»
без подписи
Channel photo removed
без подписи
Yeroo hunduma waaqayyoon galateeffadhu
Waa martuu daangaa qaba, cal’isuun daangaa qaba, dubbachuunis daangaa qaba!
без подписи
Yeroo ofii kennanii keessa ofii dhaggeeffachuun, kufaatii irraa nama baraara; fayyaa dhabuurraa nama hambisa. Waan alarraa nutti himamu caalaa, yaada keessaa ofii dhaggeeffachuun murteessaadha. ⸻ Taking time to listen to yourself saves you from failure and protects you from losing well-being. What comes from within is more decisive than what is said from outside. Guyyaa gaarii qabaadhaa! Have a nice day!
Guyyaa tokko walgahii irratti hoogganaan tokko akkana jedhe: “Mukkeen baay’ee keessaa, muka tokko yoo gabbachuun dheeratee ol ba’e, bubbee fi qorri akkasumas rakkinoonni garagaraa muka kana irratti nibaay’atu.” Dubbii kana irraa waan guddaa tokkon hubadhe: Yeroo waa tokko argatte, ol baate — hinaaftuun sitti baay’atti. Warri hojii gaarii hojjachuu hin dandeenye wal gurmeessanii si dura dhaabatu. Hojjatanii ol ba’uu irra, miila si jalaa butanii ofiin siqixxeessuu, of jalatti gad si ilaaluu filatu. Rakkinoonniis si muudatu, baay’achuus danda’u. Garuu, yoo tuujubni qilleensaa (rakkina, komii, dogoggora) sitti dhufe, raafamuu hin qabdu. Maaliif akka sitti dhufe beekuu danda’uu qabda! Inni kun mallattoo guddina keef ragaadha waan ta’eef. …. One day, during a meeting, a leader said: “Among many trees, when one tree grows tall and flourishes, the wind, frost, and various challenges hit that particular tree the most.” From this statement, I learned something important: When you begin to succeed and rise, envy multiplies, those who cannot match your work or achievements often gather to oppose you. Instead of striving to succeed on their own, they try to pull you down, judge you harshly, and undermine your worth. At that time may challenges also increase. But you must stay strong. When the wind of hardship comes, don’t collapse, understand why it came. It’s a sign of your growth. Guyyaa gaarii! Have a nice day
Always remember three things in your life: 1. Your starting point – where you began, your roots, your struggles. 2. Where you are now – your current reality, your progress, your growth. 3. Your destiny – the purpose you’re striving toward, the future you believe in. …. Yeroo hundumaa qabxiilee armaan gadii yaadadhu! 1ffaa ka’uumsa kee, eessa akka turte 2ffaa Lafa amma jirtu, waan amma irra jirtu 3ffaa Boru eessa akka dhaqxu
https://youtu.be/FKC-QcqbdTE?si=DK17Ix2RFAtRx4Oe
https://vm.tiktok.com/ZMBEWqDDp/
https://vm.tiktok.com/ZMBTSM176/
https://vm.tiktok.com/ZMBcQXKcT/
без подписи
без подписи
без подписи
#Galatoomaa! Waa hunda dura waaqayyoof galanni haa tahu jechaa, dhaabbata keenya, Inshuraansii Awaash, Damee Guddicha Boolee (Bole Premium Branch) guddaa galatoomaa jenna. Namni tokko gaafa hojii tokko hojjachuuf ka’u gurra kennanii dhaggeeffachuun, jabaadhu jechuun waan guddaadha! Isinis yaada obboloota keenya wajjin wal taanee dhiyeessine nu jalaa qeebaltanii, akka hojjannuuf haala nuuf mijeessuu keessaniif, dabalataan ammoo har’a firii hojii keenyaa Viidiyoo waa’ee Torbee Maamilaa(video of Customer Week) irratti kennaa qopheessitanii galatoomaa waan nuun jettaniif irra deebiin guddaa galatoomaa isiniin jenna! Asirratti wanti jennu yoo jiraate, gaggeessaa gaariin namoonni isaan jala jiran akka fuulduratti tarkafan taasisu, egaa isinis kana waan gootaniif asumaan gaggeessitoota Damee Guddicha Booleetin, akkasumas hojjattoota maraan guddaa galatoomaa jenna! Ebla 15/2025, Finfinnee
Awaash Inshuraansiin guddaa galatoom jedhaan!