Dheebuu jaalalaa
СтатистикаKaayyoon channel kenyaa ✔Waa'ee jaalalaa ✔Mudannoo jaalalaa 💞 ✔Seenaa jaalalaa💞 ✔Walaloo jaalalaa💞 ✔Fii kan kana fakkaattaniin💯 Wal barsiisuu fi wal bashannansiisuudha
- Последний пост
- 24 июл.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 0
- Всего постов
- 20
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- В каталоге с
- 14 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 487
- 1/48двое суток
- 558
- 1/72трое суток
- 601
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
https://t.me/SkillMoney01_bot/earn?startapp=ref_664619A1
Their path is not your path. Their timeline is not your timeline. You are reading a different book,on a different chapter. Close the tab,put down the phone, and look at your own journey. Your story is the only one you're meant to live. 🌷 Positivity 🌷 @JECHOOTAHAYYOOTA
Hanga lubbuun jirtutti socho'uuf ni dandeessa, jijjiiramuu ni dandeessa, waan tokko akka raawwatamu gochuu ni dandeessa. ━━━━━━━━━━━ @JECHOOTAHAYYOOTA
Mataa kiyyarraan magarte Foon kiyya urtee baatee dhiiga kiyya soorattee Guddattee narra saartee Osoon roorroof si abdadhu deebite na waraante !! Sin ba’adhaa sin hifanne Ati garuu nan qusannee badiin koo maali dhugumatti hin hubannee Anuu sin hifannee Kaa siin bobba’e galuu Maalif na balleessita Qaamni qaamaan hin lolu Yoon an nagaya qabaadhe Mataa kiyyarra jiraatta ifjalatti maalif na nyaatta Qaamni koo hundinuu Gahee addaat qaba Walumaan hojjatan hin qaban wal dhaba Miilli tarkaanfate bakka yaade gaha Gurri hamtuuf toltuu Addaan baassuf dhagaha ijjii duraaf duuba Arguudhaaf millataa Fuunyaan qilleensa Qulqulluu harkisee fudhata Walumaan jiraatan Hojiin jaraa Addaa Ati maa gaddebitee Na miidhu barbaadda Lakkii yaa gaafa koo Jallaa barkoo lamaa Anaa wajjiin malee jiruun siif hin qabdu dhama Yoon an jiraachu baadhe Atiis waa hin jiraattuu Osoo akkas beeyte if jalatti nan waraantu Gaafa koo ka mataa kiyyarraa Nan fayyaaddu si argee Koottu gad bu’i narraa
Hiriyoota keeysan gaggaarii waliin wal arkitanii waliin haasawun fayyaa keessaniif hedduu gaarii dha. Namuma sitti tolu waliin yeroo haasooytu hunda hammi piroojeestiroonii (progesterone)qaama kee keeysatti arkamuu ni dabala, kunis xiin-sammuu keetif boqonnaa kan kennuu fi sadarkaa dhiphina keeti kan sirra hir'isu taha. Eegas booda Sirni narvii(nervous system)kee si galateeffata.
Yeroo takka takka nama tokko yoo dhabdan nama nama san gahu waan hin arganne isinitti fakkaa garuu miti yeroo hunda namni si jaalatuu fi si kabaju tokko jira, atiitu wal hin qunnaminiini taha malee. Nama nama kana caalu hin argadhu jattee odoo miidhamtuu nama tokkoo waliin jiruu dukkanaa itti hin fufin. Let it go😉 Yeroon waa hunda ni sirreessa !
💭Yeroon ati gufuun marfamtu yeroo kami beytaa.....?!!! 💭Yeroo kaayoo Fi karoorri kee heddumaate!!! 🍂Eekaa nama ka'ee hin tarkaanfanne.......gufuun kamuu isatti dhufee hin dhahu.... 🍂Nama lafaa ka'ee deemuuf tarkaanfate.......gufuun dhahuun waan hafa hin qabne.....!! 💐Kanaaf daftee abdii hin murin.....dadhabe jettee if duubatti hin deebi'in.
https://www.instagram.com/reel/DFXv6SFIZeS/?igsh=ZjI3ZGowMW1iN2Q5
Rakkinnii fi sodaan har'a qabdu waan haaraa kalaquuf karaa siif bana ta'a. Mudhii kee hidhadhuu jireenya itti fufi! Boru har'a irra ni wayya jechuudhaanis mul'ata kee guddisi! Fageessii yaadi! 🌐 @Jechootahayyoota
#Makamaastoota "Goowwaan boolla itti baqate mana se'a ! "Galgalli harree kan Waraabeessaati! "Gafaa humna qaban sagaleen lolanii gaafa humna dhaban sagalee tolaanii ! @Jechootahayyoota 4more join us 👆👆👆👆👆
#JECHA_HAYYOOTAA 😍 1;Biyyi kan barbaaddu harka hin xuroofneefii sammuu qulqulluudha! ✍️ 2; Dhiifama taasisuun amala nama cimaati dhiifama godhuu dhabuun amala nama dadhabooti!✍️ 3; Hundeen beekkumsaa dubbisuudha namni hin dubbisne waan dubbatu dhaba! ✍️ 4; Jechi hin Danda'amu jedhu kan argamu kuusaa goowwootaa keessatti! ✍️ 5: Meeshaan cimaan addunyaa ittiin jijjiiran barnoota!✍️ 6; Namni abdiin jiraatu akkuma soomaa jirutti du'a! ✍️ @JECHOOTAHAYYOOTA #Share waliif godhaa Galatoomaa!!!🙏
Wantoota mallaqni bituu hin Dandeenye kutaa 1ffaa . 1"Jaalala (Love) 2:Nageenya (Peace) 3:Yeroo (Time) 4:Dhugaa (True ) 5:Dandeeytii (Talent ) 6:Fayyaa (Health) 7:Amala (Maner) 8:Hiriyyaa Dhugaa (True friend) 9:Beekkumsa (Knowledge) 10:Bilisummaa (Freedom ) @JECHOOTAHAYYOOTA JOIN AND SHARE 👆👆👆👆
Dheebuu jaalalaa pinned a file
HIN GAABBU kitaaba jawwee buufadha 🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏❤️❤️❤️❤️ @JECHOOTAHAYYOOTA @JECHOOTAHAYYOOTA
без подписи
"Ati ammas nama ta'uu barbaaddu ta'uu dandeessa jaalallee koo. Dogoggorri, duubatti deebi'uu fi guyyaan badaan guddina kee hin haqu. Yeroo kanatti jireenyi hammam cimaa fakkaachuu danda'us, ulfaataa ta'us ammallee ol ka'aa akka jirtu yaadadhu. Guyyoonni badaan " nama hamaa si hin godhin akkuma dhufanitti fudhadhuu irraa baradhu, Yeroon cimaan akkasii guddina si hin dhoorku nama ta'uu qabdu akka taatuuf si gargaara. hojii guddaa akkasii hojjechaa jirta." GORSA JIREENYAA
"Self-confidence is not something you have, it's something you create. It's a choice you make every day, in every moment." 7 Lessons from "The Power of Self-Confidence: 9 Steps to Boost Your Self-Esteem, Conquer Your Fears and Learn to Love Yourself" by Daniel J. Martin: 1. Recognize Your Worth Understanding and acknowledging your intrinsic value is the foundation of self-confidence. Martin emphasizes that everyone has unique strengths and qualities that contribute to their worth. Embracing this self-awareness is crucial for building a positive self-image. 2. Set Achievable Goals Setting realistic and achievable goals is essential for boosting self-confidence. Martin encourages readers to break down larger objectives into smaller, manageable steps. Achieving these smaller goals fosters a sense of accomplishment and reinforces belief in one’s abilities. 3. Confront Your Fears Facing fears head-on is a vital step in overcoming them. Martin advocates for gradually exposing yourself to what you fear, which can diminish its power over time. This process not only builds resilience but also enhances self-confidence as you learn to navigate challenges. 4. Practice Positive Self-Talk The way we speak to ourselves significantly impacts our self-esteem. Martin highlights the importance of replacing negative self-talk with positive affirmations. Cultivating a supportive inner dialogue can help reinforce self-worth and encourage a more confident mindset. 5. Surround Yourself with Supportive People The influence of our social circles cannot be underestimated. Martin stresses the importance of surrounding yourself with positive, supportive individuals who uplift and encourage you. Healthy relationships foster an environment where self-confidence can thrive. 6. Embrace Failure as a Learning Opportunity Failure is often viewed negatively, but Martin encourages readers to see it as a valuable learning experience. Embracing failure allows for growth and development, reinforcing
Addunyaan keenya addunyaa haala mijataa namaaf kennitu miti, ofii keenyaan nuti haala mijataa yoo uumne malee. @jechootahayyoota @jechootahayyoota
Hamma qaama kee osoo hin taane hamma ilaalcha kee geessa. Kanaaf jireenya kee keessatti qaamaan ofii kees nama biroos hin tilmaamin. @jechootahayyoota @jechootahayyoota
#ERGA_GUYYAA_HAR'A •Yaada kee irratti hojjedhu! Yaada kee toʼachuuf yaali. Amaloota summii kee adda baafadhu! •Beekumsi humna! Guyyaa guyyaan waan haaraa baradhu. Namoonni si too'achuu fi to'achuu kan danda'an yoo wallaalte qofa! •Dhimma mataa keetii fi fedha kee namootatti hin himin! Jireenyi dhuunfaa jireenya nagaati!! Join ❤️ @Jechootahayyoota @Jechootahayyoota