Dhaamsa Jaalalaa 💝
Статистика"Ganama hunda yeroon hirriba irraa dammaqu garaakoo jalaa yoon sidhabe silkii koo keessan 'text' kee barbaada". 👆 Haala kanaan ergaa jaalalaa waan garaa kan keetii nama akka lubbutti jaalattu afaan feeteen argachuu ni dandeessa!. @samii_koo
- Последний пост
- 14 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 3
- Всего постов
- 21
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Видео (по похожим)
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 189
- 1/48двое суток
- 216
- 1/72трое суток
- 233
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
без подписи
https://eth.portaes.com/user/register?invite_code=6284306 ⚓Join WEDEB, participate in port projects, and earn money automatically every day! ⚡Instant Withdrawal: Withdrawals are available daily, with funds arriving in as little as 5 minutes! 🔒100% Legally Certified: Possesses fully authorized port facilities, safe and reliable! 👥Generous Commissions: Invite friends and automatically receive a 20% team reward!
Osoo…. Yeroon sun akka waan barabaraan turuu natti fakkaatee ture. Jechoonni an yeroo san hin dubbanne amma na gubu, na waxalu. Yeroo san callisuu koo akka jabinatti ilaale. Amma garuu hubadhe_callisuun koo of dagannaa ture. Ati na kadhattee turte, “na dhaggeeffadhu, na hubadhu.” An garuu sin dhaggeeffanne, sin hubanne. Yeroo ati na barbaaddu, na eegdu an hiriyoota koof hojii koo caalchisee filadhe. “Siif boru ni jira “jedheen dabarse. Boruun sun garuu har’a na adabaa jira. Ati deemtee jirta hin deebitu. An har’a baay’ee si yaada. Garuu yaadni koo si bira hin gahu. Sagalee ol kaaseen si waama_garuu sagaleen koo si hin dhaqqabu. Har’a deebi’ee qarqara galaanaa kana dhufee irra naanna’a. Ati na waliin hin jirtu. Garuu yaadni kee na waliin jira. Iddoo ati yeroo hundaa dhaabbattu dhaabbadheen galaana dawwaadha. Lafa ati yeroo hunda teessee, qarqara galaanaati sagalee suutaan natti haasoftu_rifeensa kee qilleensi bitaaf mirgatti raasee taphachisu. Animmoo duuba kee dhaabbadhee ilaalu san dhaabbadhee, ija koo cufadhee si ilaalaa jira. Yoon ija koo banu ati hin jirtu. Miila koo suuta suutaan ol kaaseen lafa ati irra deemte hunda irra naanna’aa jira. Mallattoo keen barbaada_ garuu hin jiru. Hundi isaa bishaaniin haqamee jira. “Ati dur iddoolee kana hundaa turteetta. Har’a maaf hin jirtu? Maaf hin dhuftu? “Jedheen ofii koon dubbadha. Cirracha hammaareen harka kootti qicadhee akka waan harka kee qabadhee jirutti itti haasa’a. Garuu xiqqo xiqqoon harka koo jalaan yaa’ee na jalaa dhuma. Bishaan galaanaa miila kootti dhufee duubatti deebi’a. Akkuma ati yeroo baay’ee na biraa dhaabbattee, waa dubbachuu feetee; qalbiin koo akka si dhaggeeffachaa hin jirre beektee, duubatti deebitu sana. Yeroo san ija kee keessa si ilaalee miira kee hubachuu hin dandeenye. Har’a immoo galaana keessaa dubbisuuf yaala….garuu galaanni akka kee, waan hunda na dhaggeeffata malee deebii naaf hin laatu. Suuta jedheen maqaa kee waama. Sagalee koo qilleensi oofee, gurra kootti deebisa. Duuba kootii akka waan ati na waamtutti garagalee ilaala. Garuu homtuu hin jiru. Amma achuma dhaabbadheen galaana ilaalaa, akka waan na dhageessutti sitti haasa’a. Aduun lixaa jirti. Ifni diimaan bareedaan sun suuta suutaan badaa jira. Dukkanni akka gaabbii kootii tokko natti marsee jira. Dur yeroo kana harka kee qabee ni deemna yoon siin jedhu “hin deemnu hamma ifni bareedaan kun badutti naan”jetta. Na qabattee asuma turuu feeta. Ani garuu yeroo hunda baay’ee ariifadha deemuuf. Bakka biraatti, nama biraatti, jireenya biraatti. Har’a immoo bakki sun hin jiru. Namni sun hin jiru. Jireenyi sun hin jiru. Yeroon an qabu hundi keetii fi kooti. Kan yaada kee, kan gaabbii koo. Maal qaba osoo yeroon sun deebi’ee dhufee? Amma sin dhaggeeffadha…amma jabeesseen si qabadha…amma sin hubadha…amma sin filadha. Garuu yeroon sun hin deebi’u. Atis hin deebitu. Yeroon sun kan bade jecha tokkoon miti, gocha hedduun ture_callisuu kootiin, boru jedhee dabarsuu kootiin, yeroo qaba jedhee siif dhabuu kootiin. Ati al tokkotti hin deemne. Suuta suutaan keessatti na biraa deemaa dhufte. Ani immoo yeroo hunda akka waan achuma turtutti of gowwoomsaa ture. Nama tokko dhabuu miti kan si cabsu. Lafa inni hin jirretti isa hubachuutu si cabsa.💔 Lelo Saba! @orolovechats
без подписи
https://t.me/khubeintelligencetechnolgies
Hirribni dhuma hinqabne du’aa jennaan... Baraan si faana turuuf, Guntuta keerraa rafuuf, Sifaanaa oolee buluu caalaa Nan hawwe sifaana du’uu, Qomakee akkan boraafadheti Tafakee bakkan hafadheetti Boolla awwaalchaa bu’u. Hirribicha dhuman qabne, sifaana rafuun fedhee, si faana du'uun jedhe Hammannaa kee keessatti du’i naa fuudhun jedhe. Silaa, Akkan cophee sitti hallaqetti Akkan dafqa hillee sirratti buusetti Naa mormakee jidduu ruuqamee Shurufkaakeen machaa’uu Naa qara harmakeen waraanamee, Ka’uudhaaf gagaltaa’uu... Haa dhufu hirribichi, Haa dhufu du’ichi. Anaa sirra labuu, sarbaakee jidduuti cabuu Anaa guntuta kee harka koon qaqqabuu Anaa hancufa kee arrabaan dhandhamuu Haa dhufu, nurra ha lufu. Wal faana nuhaa fudhatu, Boolla tokkoof nuha godhatu. Hirribichi dhuma, urursee nuhaa raffisu Walirratti, wal cinatti nuhaa hambisu. Abdi Gemechu @orolovechats
Haa fuudhu moo haa dhiisu? “Maatii Telegram dhaamsa jaalalaa jajjaboo ani yeroo hunda dinqisiifadhu akkam nagaa keessanii? Sababa yaa'insa jechootakeef jecha kan torbaniin nu barsiiftu malee osoo guyyaan ta'eeyyuu jiruu idilee kiyya dhiisee waanan hordofu natti fakkaata. Sababnisaa barnoota guddaa qaba barruunkee!Anis akkuma nama tokkoo waa si rakkisuun dirqama natti ta'e innis maali yoo jette? Akka tasaa ta'e ani Nama gaahila hin dhaabbanedha ta'ee osoo jiruu akka carraa ta'ee nama daa'ima lama dahee mana hiikee taa'uun osoon seenaa kana hin beekiin wal bare.gaafan walbaru jireenya dabarsiteen na qortus Nan jaaladha garuu gaafa dhiirota sanaan wal nu dorgomsiiftu Nan gubadha.amma osuma kanaan jirruu gara ji'a 9 olii waliin jiraanneerra.isheen akka wal fuunu barbaaddi,animmoo siin mari'achuun barbaade.mee maal naaf wayya?nama kana yoon fuudhemoo yoon dhiise naa wayya?garuu waantin si hubachiisuu isheen nama daa'ima lama qabudha.dhirsa duraa faanammoo wal hiikaniiru.kanaaf dhimmi kun waan ammatti gorsakee na barbaachisuuf qidaameen dhufuyyuu natti fagaata kanaaf dafii hordoftootakee biraan naaf gahi. Godina sh/lixaa Anaa cobii irraan siif barreesse” Torban eeguu hindanda’u jennaanin har’uma maxxanse. Mee isin maal gorsitu?🍷🚶 @orolovechats
SkillMoney Complete tasks and manage your rewards. https://t.me/SkillMoney01_bot/earn?startapp=ref_4AEFCA2F
#Ads time. Join the camouflage.
ㅤ ㅤ "Anaa hiyyoomee kufe na arganiiti namoonni baayyeen jabaadhu keessaa baataa jadhanii dhaamsa naaf dhaaman, isaanuma jidduudha tokko immoo nyaata naaf laate. Erga yeroon dheeraan darbee booda dhaamsa san mara dagadheen garuu gurbaa nyaata naaf laate san dagachuu dadhabe" jadhe.😍 Humna hojiin argisiisuu ! ㅤ
Nama laafinaafii kufaatii kee si argee si fayyadamuuf yaalu dhiifama gootuuf illee waan isaan sirra dalagan hin dagatin. 100% amana kufaatiin san akka sirra darbu. Oobsiituma wallaalaa fakkaadhuu gadi jadhiifii yeroo kana dabarfadhu. ❤️ Barii keenya bunaan bareechaa jirra. Koottaa haa dhugnuu 🥰
...kan jedhu ergaa sagalee obboleettii keenya biyya Arabaa jiraatturraa na dhaqqabeedha. Barreeffama kiyya torban darbee argiteetu karaa keessaa gaaffii kana naaf dhiyeessite. Miira baay’ee jeeqamaa keessa taatee akka isheen na dubbisaa turte sagalee isheerraa ni himata. ‘Voice’ isheen naaf qabde sana akkuma jirutti kan gara barreeffamaatti jijjiire ana. Gaaffiifi yaada obboleettiin keenya naaf kaafte kana ani akka armaan gadiittin deebisa. Isinimmoo ‘comment’ jalatti yaada keessan qajeelaafi garaa qulqulluu ta’een akka gorsitan abdii guutuun qaba. Mee isin maal jettu? Ani akkanan jedha👇 Yaa bareedduu obboleettii kiyya, ati har’ayyuu durbummaa qabda. Kabaja keetiin jirta. Akkamitti isa jedhuuf, jalqabarratti hiriyaakee dhiiraa sana wajjin ciisuu diduu keetiif gaabbiin homaatuu sitti hin dhaga’amiin. Erga isa diddee booda garuu, gudeedamuu keef ati yakkamtuu miti; ilmoo namaa yakki saalaaf qor-qalbii irratti raawwatameedha malee. Garuu, dogoggorrikee waan lama: Tokko, “Duras utuun diduu namni biraa durbummaa koo narraa fudhate” jettee hiriyaa kee duraan didde sana wajjin ciisuu kee. Inni lammataammoo, haa amanu haa dhiisu, waan sirratti raawwatame sana tokko lamaan iftuu iftuushee itti himuu dhiisuukee. Dogoggorri kee lamaan kana qofa. Innuummoo dogoggora malee balleessaa/yakka miti. Tole jettee wajjin ciisuunkee jaalala guddaa, miira gubaa keessa galtaniitu, aliimmoo amanamummaa inni sirraa dhabuuf jiru sanaaf beenyaa kaffaluuf jetteetu ta’a. Akka nama abboommii amantaatiif bulu tokkootti wajjin ciisuunkee cubbuu ta’uyyuu, akka dargaggeessa miira kana hubatu tokkootti garuu, wanti ati goote kun waan dargaggootni hariiroo jaalalaa keessa jiran irra caalli gochaa oolaniidha waan ta’eef gaariittin si hubadha. Dogoggorakee isa lammataas ta’ummoo, tarii, yoon itti hime nan amanu jettee waan yaaddeef dhoksite ta’a. Ammoo dhuguma, si hubachuu dhiisuus mala. Garuummoo, akka kootti kuni dogoggora keeti. Durbummaa akka hin qabne utuu hintaane, gudeedamuukee dhoksuun sirra hin turre. Gara hiriyaakee isa amma wajjin haasa’aa jirtuutti yoon deebi’ummoo, akka ati itti himtun si jajjabeessa. Haasaa keessan keessa dhimma durbummaa qabaachuufi qabaachuu dhiisuu haasoftu taanaan akka hin qabne itti himi. Akkaataa ittiin durbummaakee dhabdemmoo innuu sin gaafatu. ‘Yahu ex’ qabdi turte jedhee waan yaaduuf kana mara hubachiisuuf dhama’uun barbaachisaa ta’ee natti hin mul’atu. Lakki si gaafata taanaanimmoo akka gudeedamtee kabajaa kee dhabde itti himi [Inni haa amanu haa dhiisu kun girookee ta’uu hinqabu]. “Hiriyaankee kaleessaa eenyu ture?” jedhee yoo inni si gaafate garuu, du’i malee itti hin himiin. Mee maal godhaaf?😄 Kana itti himteetta taanaan, hiriyaakee sana wajjin tarii yoo gaaftokko daandiin walitti isin fidee nagaa wal gaafattan maal waan yaadu sitti fakkaata? ‘Normal’dha garuu, abbaa manaa yookiimmoo jaalalleenkee har’aa kun dhiira inaaffaa baay’isuufi hubannaa guddoo hinqabne yoo ta’e, isuma ati nagaa Rabbii gaafachuuf harka qabatte waan sireerra wajjin ciiftee ‘cheat’ irratti goote itti fakkaata!😁 Kanaafuu hiriyaankee kaleessaa [Ex-nkee] eenyu akka ture, hiriyaakee yookiin abbaa manaa kee har’aatti hin himiin. Garuummoo ex kee sana wajjin sana booda haasaa homaatuu akka hinqabaanne Waaqni si haa eegu🤣 Egaa ani kanuman jedhaa, kan hafe ‘commenter’oonni itti haa guutan!🙏🍷🚶 @orolovechats
“Humnaan gudeedamee durbummaa koo dhabnaan jaalalleenkoo na dhiise!” Baga sambat-duraa geessan! Akkam jirtu, yaa dubbistoota namoota biyya koo? Ani obboleessi keessan nagaya [Galata isa nu uumee]🙏 Barruun kiyya har’aa yaada keessan qajeelaa ta’e barbaada [Keessaayyuu ilaalcha yaada dhiirotaa barbaada]. Namni qoosaa hintaane ‘comment’ godhe ni bollokama. Kuni dhimma borii ilmoo namaati malee dirree qoosaa fofokkisaa itti keessummeessinu miti. “Lammii akkam jirta fayyaa keetii? Alhamdulillah ani nagaa kooti. ‘Post’ kee yeroo hundaa nan arga waan baay’ee nama barsiisuudha. Maxxansakee har’aa tokko argeen guutummaa seenaa kootiin wal fakkaata beektaa! Dhimma kana takkaa baasee namatti himee hinbeeku garuu, waan na dhiphise tokko yooma namaaf qoodan namarraa gala jedheen har’a sitti himuuf jira dhiifama garuu, icciitiikoon sittimuuf jiraa, maal na gorsita, maalis naan jetta? Yaada furmaataa wayiin sibiraa argadhe jedheenii, yoo fedhakee ta’e na dubbisi” ‘Waan tokko rakkoo hinqabu maal akkan si gargaaru barbaadde, maal ture dhimmichi?’ -[Ana] “Ilaa maal seete! Barrisaa 2013 ture. Fedhii koo maleen gudeedame. Hidhattoota warra caakkaa in beektaa mitii ___warra jedhaman [Maqaa garee isheen naaf himaa jirtuu kana natu keessaa dhokse]. Akka tasaa lafti halkanii dubbii wayiitu ture. Saniif jennee ijoollee wajjin alatti baqanneennaan isaan keessaa gurbaan tokko humnaan na gudeedee durbummaakoo narraa fudhate. Yeroo sanatti ani xiqqoodha garuu, hiriyaa dhiiraammoo nan qaban ture. Hiriyaakoo sana wajjin guyyaa tokko ciisee hinbeeku; didaan ture. Kabajaakoo kootiin turuun qaba jedheen dide. Taatee narratti raawwatame kana garuu, hiriyaa koo sanattis ta’ee maatii koo dhokseen Adaadaa koo tokko kan magaalaa Naqamtee jiraattu qofatti hime. Achii isheen ofitti na waamtee tarii akka ulfi hin uumamneef jettee mana yaalaatti na ilaalchiftee homtuu hinjiru nuun jedhan. Achuma ishee bira taa’een kutaa 10 fii 11 baradhe. Hiriyaan koo sun ammayyuu akkan durbummaa qabutti beeka. Icciitii kana dhoksee hariiroon keenyammoo akkuma itti fufetti utuu jiruu bara 2015 ayyaana ganniif maatii bira yoon deemu, ‘Erga na jaalatta ta’ee maaliif na wajjin hin ciiftu?’ jedhee inni na rakkisnaanin wajjin ciise. Achii booda akkan ani durba hintaane waan argeef, ’Dur akka durbummaa hinqabne maaliif na dhoksite, edaa kanuma durbummaa hinqabne waggaa lama guutuu na sobaa turtee?’ naan jedhee wallollee gargar baane. Ergasii inni natti deebi’uu didnaanin anis baay’ee dhiphadhee achii badee Finfinnee eessumakoo bukkee jiraachuu itti fufeen, carraa biyya Arabaa yaalee argadhee kunoo amma Kuweetin jira. Ammammoo gurbaa tokko kan asuma miidiyaarratti walbarre duukaa haasa’uu eegallee erga jaalala eegallee waggaa tokko darbineerra. Garuummoo isa kanattis akkan durbummaa hinqabne itti hin himne, nan sodaadhe. Ebelu siin hinjedhu malee namni sunimmoo yeroo hedduu maxxansakee jalatti ‘comment’ yoo inni kennun arga. Maxxansakee har’aa argeenimmoo ittuu baay’ee sodaadhe. Tarii inni kunis gaafa durbummaakoo dhabe gosa dubartii ishee ati waa’eeshii har’a barreessitee sana na se’aa laata jedhee baay’een raafame. Hiriyaakoo jalqabaa sanatti gudeedamuukoo hin himne. Yoon itti himes nan amanu jedheen dhiise. Innimmoo durbummaa dhabuu koorrayyuu, isan ani qaba jedhee isa sobaa tureef amanummaa narraa dhabee na dhiise. Inni kunis amma gaafa durbummaa dhabuukoo baru tarii gosa dubartii ishee ati waa’eeshii barreessitee sanatti na fakkeessaa, darbeesimmoo nadhiisaa laata jedheen sodaadhe. Ammoo inni nama barreeffamootakee hunda dubbisuudha. Amma maal na gorsita? Jalqaba fedhakoo maleen humnaan gudeedame. Isa lammataammoo ‘boyfriend’ koo wajjinin ciise. Inni sababa amanamummaa narraa dhabeef na dhiise. Ammammoo kanbiraa nama sadaffaa duukaan haasa’aa jira. Innis gaafa durbummaa narraa dhabe nawajjin itti fufuusaaf amantaa maalin qaba? Wajjin ciisee yoo innis nadhiise maalin godha? Utuman akkana jedhuun dhiira afur shan wajjin ciisamoo hariiroo jaalalaa keessa galeen gaahila dhaabbachuu dhiisa? Mee kanarratti maal na gorsita, maali yakkikoo?”