tgindex
OROMIA EDUCATION BUREAU

OROMIA EDUCATION BUREAU

Статистика

Channel kun kan barnoota channel kana gad tuqun join godhaa uses of many question

Последний пост
14 авг.
Последнее чтение
13 авг.
Постов за неделю
12
Всего постов
78
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
1 295
+3 за 2 дн.
Сутки
0
0,00%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
140
40 постов
Вовлечённость
10,8%
к подписчикам
Постов в день
1,7
всего 78
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
107
1/48двое суток
122
1/72трое суток
132

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • Hanga Ammaatti #Barattootni_Kuma_4_Ol  Ta'an Galmaa'an. ---------------------- BBO - Hagayya 03/2018 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barattoota Qaxalee Qormaata Naannoo  Kutaa 8ffaa  Bara 2018 Qabxii Olaanaa Galmeessisuun Gara Kutaa 9ffaa Darban Dorgomsiisee Manneen…

  • Hanga Ammaatti #Barattootni_Kuma_4_Ol  Ta'an Galmaa'an. ---------------------- BBO - Hagayya 03/2018 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barattoota Qaxalee Qormaata Naannoo  Kutaa 8ffaa  Bara 2018 Qabxii Olaanaa Galmeessisuun Gara Kutaa 9ffaa Darban Dorgomsiisee Manneen Barnootaa  Bultii Addaafi Addaa Sad. 2ffaatti  Fudhachuuf Beeksisa Baasen Hanga  Ammaatti (03/12/2018  Waaree Booda Sa'aatii 11:45tti)  Barattootni  #Dhiirri -2 908   #Dubarri - 1 554  #Walitti_Barattootni  - 4 462 Galmaa'un Giddu Gala/Buufata/ Qormaataa (Exam Center) Itti Qorataman Filataniiru. Kanaafuu, Barattootni  Dorgommiif Ulaagaa Guuttan, Hanga Ammaatti Hin Galmaa'in Guyyaan Galmee Otuu Hin Goolabamin Daddaftanii Akka Galmooftan/Giddu Gala Qormaataa 'Online'  Isiniif Kenname Irratti  Galmaa'un Carraa Kennametti Akka Fayyadamtan BBO'n Dhaamsa Dabarseera. #Dhumarratti, Hoggansi Barnootaa #Waajjira_Barnootaa_Godinaalee, Magaalotaa, Aanaalee, Dura Bu'aan Manneen Barnootaa, #Barsiisotniifi_Maatiin_Barattootaa Ijoollee Qabxiin Isaanii Ulaagaa Dorgomichaa Guutan Akkuma Kanaan Duraa #Adda_Baafachun_Carraa_Kanatti_Akka_Fayyadaman Kakaasuufi Jajjabeessun Akka Galmaa'an Gargaarsi Keessan Murteessaa Ta'uu Beektanii Cinaa Akka Dhaabbattan 'Adaraa' /Yaboo/ Isin Bira Kaawwanneerra. - BBO - #Waan_nu_hordoftaniif_Galatoomaa! #share      t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa      t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa      t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • Liinkii Galmee:- 👇👇 https://exam.oeb.gov.et/ #Waan_nu_hordoftaniif_Galatoomaa! #share      t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa      t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa      t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa

  • SIRREEFFAMA Galmee Barattoota Manneen Barnootaa Bultii Addaafi Addaa Sad. 2ffaa Dorgommiin Galuu Barbaadan Hundaaf BBO - Hagayya 01/2018 Biiroon Barnootaa Oromiyaa Barattoota Bara Barnootaa 2018 Qormaata Naannoo Kutaa 8ffaa fudhachuun qabxii olaanaa galmeessisuun gara kutaa 9ffaatti darbaniifi #Manneen_Barnootaa_Ifa_Boruu_Bultii Adaa Sad. 2ffaa, Manneen Barnootaa #Bultii_Addaa_WMOfi #Manneen_Barnootaa_Addaa Sad. 2ffaa dorgommiin Seenanii barachuuf fedhii qaban hundaaf  Adoolessa 29/2018 beeksisa baasuun ni yaadatama. Haaluma kanaan: #Ergaawwan sirrachuu qaban #lama yoo ta'an; 1)  #Iddoo_Galmee :- Iddoon Galmee ibsaman sunniin hin barbaachisan. Kanaafuu, Galmeen Oonlaayiniin(#Online)n Waan Gaggeeffamuuf barataan kamiyyuu bakkuma barbaade jiraatee(taa'ee) #Liinkii  asii gadiitti fayyadamuun  #Lakkoofsa_galmee (Registration Number) kan kutaa 8ffaa ittiin qormtan galchuu, itti aansuun maqaa #Akaakayyuu(Grandfather's Name)  Galchuu, itti aansee filannoon isiniif dhufu immoo, bakka itti qoramuu barbaaddan/Giddu Gala Qormaataa/(Exam Center) yoo ta'u, bakka qoramuuf isinitti dhihaatu filachuun  iyyachuu (Apply) gochuu  ni  dandeessu. #Guyyaan_Galmee  har'a (01/12/2018) Sa'aatii ammaa kanarraa kaasee hanga Hagayya 08/2018 qofa bakka  jirtanitti  Giddu Gala Itti Qoramtan (#online)n filachuu galmaa'uu ni  dandeessu #Liinkichis : https://exam.oeb.gov.et/ 2) #Guyyaa_Qormaataa : Fuuldura Murteessinee isin beeksifna. #Waan_nu_hordoftaniif_Galatoomaa! #share      t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa      t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa      t.me/BiirooBarnoota_oromiyaa

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

  • видео или голосовое, без подписи

OROMIA EDUCATION BUREAU — tgindex