Fabrizio Romano Afaan oromoo
СтатистикаOduu jijjiirraa kubbaa miilaa fi oduu jijjiirraa simbirtuu Oduu jijjiirraa haaraa hunda addunyaa irraa asii argattu •Oduu yeroo dhiyoo & Jijjiirraa Kubbaa Miilaa mirkanaa'e fi xumurame • guyyaa guyyaan oduu haaraa ⚽️🚨 Subscribe our channel
- Последний пост
- 14 авг.
- Последнее чтение
- 15 авг.
- Постов за неделю
- 8
- Всего постов
- 31
- Тип
- открытый
- Язык
- om
- Категория
- Новости и СМИ (по похожим)
- В каталоге с
- 13 авг.
- 1/24сутки в ленте
- 652
- 1/48двое суток
- 747
- 1/72трое суток
- 805
Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.
Посты
REJECTED❌🚨 Taphataan sarara fuulduraa qarqara bitaa Arsenal Gabriel Martinelli gaafii Galatasaray dhiyeesse €45M kufaa godhe Maartineliin garas imaluuf fedhii hin qabu.🇧🇷 Maddi:David Ornisten @fabrizioromanooro
🚨 𝐇𝐄𝐑𝐄 𝐖𝐄 𝐆𝐎! PSG taphataa sarara qarqaraa lammii Beeljiyeem 🇧🇪 Mikii Godts fudhachuuf Ayaaks waliin waliigaltee irra ga'eera. 🤝🏻 @fabrizioromanooro
🖋Arsenal taphataa sarara ittisaa Leverkusen Jaarel Quwaansaah fudhachuuf sochii jalqabe gatiin taphataa Liverpool duraanii kanaa €70M dha. @fabrizioromanooro
🚨💣 𝐁𝐑𝐄𝐀𝐊𝐈𝐍𝐆: Arsenaal fi Galatasaray jijjiirraa Victor Osimhen irratti mari'achaa jiru Shaampiyoonaa Piriimiyerliigii Arsenaal taphataa sarara fuulduraa Victor Osimhen fudhachuu akka danda'u irratti kilabii Turkii Galatasaray waliin marii bal'aa taasisaniiru. Galatasaray taphataa sarara fuulduraa lammii Biraazil Gabri'eel Maartineelii argachuuf £m38.4m dhiyeessuun isaa ni yaadatama. Galatasaray taphataa sarara gidduu dargaggeessa Ethan Nouwenneri kan bara darbe amajjii booda ergisaan Maarseeyitti dabarsee mallatteessisuuf fedhii guddaa qaba. Mariin kun daayreektarri ispoortii Arsenaal Andiree Bertaa waliin ta'uun gaggeeffamaa jira. ℹ️ Maddi: Maat Loow (Telegiraafii) @fabrizioromanooro
📍Fred Gara Atleetikoo Mineeroo ! HERE WE GO 🧨 Fabrizio Romano 🎖️ @fabrizioromanooro
Tijani Reenders gara Al qaadisiyyaa HERE WE GO [Fabrizo Romano] 🎖 @fabrizioromanooro
🚨NEW! 💣 Arsenal Kenan Yıldız Yuventus irraa fudhachuuf fedhii qabatamaa agarsiisaa jira.. Yuventus €100m barbaada. Maddi @CorSport
🖋 Liverpool fi Barcelona jijjiirraa Ronald Araahuhoo irratti Dokmantii barbaachisoo hunda waliif mallatteessanii jiru 🔴🔐 Liverpool Ergisaa mirga €55m bitachuu Araahuhoo mallattaseesuuf waliigaluun isaa ni yaadatama. 🇺🇾. ⚡️ @fabrizioromanooro
BREAKING Vini jr. . . . 🚨 𝐎𝐅𝐅𝐈𝐂𝐈𝐀𝐋: Viinii Juniyoor waliigaltee haarawa waggaa 6 mallatteesse. 🤍💣 Real Madrid Vinicius Jr waliigaltee kana mallatteessuu ifoomse❤ @fabrizioromanooro
🚨 Viinishiyas juniyoor carraan inni Arsenaalitti makamuuf qabu 50-50 .. Maddi gaazexeessaa amanamaa [David_Ornstein]🎖 @fabrizioromanooro
🚨🌕| 𝐁𝐑𝐄𝐀𝐊𝐈𝐍𝐆: Yuventus taphataa sarara fuulduraa man utd Joshua Zirkzee ergisaan fudhachuuf mariin bakka bu'aa isaa fi Manchester United waliin taasisa jiru haala gaariin deemaa jira Maddi:[@DiMarzio] @fabrizioromanooro
🚨BREAKING: Chelsiin Rayo Vallecano irraa Pep Chavarria fudhachuuf baay'ee itti dhiyaate. Taphataan umrii 28 kun qorannoo fayyaa isaa taasisuuf hayyama kilaba isaa eeggachaa jira. [@David_Ornstein] @fabrizioromanooro
🚨BREAKING: Arsenal fi Newcastle jijjiirraa Bruno Guimaraes irratti waliigaluuf baay'ee itti dhiyaatan. Gumaaresh qorannoo fayyaa taasisuuf hayyama newcastle eegaa jira. [@David_Ornstein]
🇧🇦 OFFICIAL: Edin Dzeko kontiraata haaraa waggaa tokkoo Shaalke 04 waliin hanga bara 2027tti isa tursiisu mallatteesse. @fabrizioromanooro
🚨 Tootinaam taphataa sarara qarqaraa lammii Nezerlaand Koodii Gaakpoo Liivarpuul irraa fudhachuuf fedhii qaba. Liivarpuul isa tursiisuu barbaada garuu gatii madaalawaa yoo dhiyaate qofa gurguruuf yaada. [ Ben Jaakoobs ] . @fabrizioromanooro
🖍🚨 Liverpool taphataa sarara ittisaa gidduu PSG Illia Zabarnyi fudhachuuf marii jalqabe. (Maddi: Dave OCKOP) @fabrizioromanooro
🖍🚨 Tottenham Andreas Schjelderup benfika irraa fudhachuuf £𝟰𝟳𝗠 dhiyeesse (Maddi: Now canal) @fabrizioromanooro
🖍‼️💥 𝔹ℝ𝔼𝔸𝕂𝕀ℕ𝔾: Real Madrid waliigaltee haarawa Viní Jr. Dhiyeesse waggatti €22M haa ta'uu malee inni €30M barbaada.. 💰ℹ️ESPNBrasil @fabrizioromanooro
Miigu'eel Deelaanii: "ViKtoor Yokoresh tarree taphattoota Arsenaal gurgurtaaf dhiyeesse keessa waan jiruuf kilabichi taphaticha gurguruuf carraa barbaadaa jira". @fabrizioromanooro
Channel photo updated