tgindex
Последний пост
14 авг.
Последнее чтение
14 авг.
Постов за неделю
12
Всего постов
30
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
22 445
−5 за 4 дн.
Сутки
−15
−0,07%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
4 864
29 постов
Вовлечённость
21,7%
к подписчикам
Постов в день
1,7
всего 30
Упоминаний
2
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
4 061
1/48двое суток
4 653
1/72трое суток
5 019

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 14 авг.1 10192

    без подписи

  • 14 авг.2 62131

    Oduu Ammee Godina Arsii Bahaa aanaa heexxoossaa Ganda sibuu abaadiir ttii bilxiginnaan Nama nagaa uummata keessa jiruun" WBO Waliin hariiroo qabda" jechuun ajjeeste.

  • 13 авг.3 29531

    Jeneral Jamaalii fi Bulchaan Godina Wallaggaa Lixaa Aanaa Mana Sibuu naannoo Waankiitti maaltu sin mudatee!? 🤣🫡 Fayiisa Leellisa akkuma gaaritti isiin leenjise jira🤣 Waa maraafu dubbiin akka OBN irraa lallaban san miti

  • 13 авг.3 381281

    Waraana hin mo'amne keessa seenee jira jedha humni Gumuz Ammaa booda magaalaan Gilgel homaa nuuf hin gootu. PP/OPDO awwaaluuf gara Assosa dhufaa jirra jedha humnichi.

  • 13 авг.3 45730

    https://youtu.be/1t3SSxeIshk?si=0uUj8wfr_Hkz6nCb

  • 13 авг.4 347532

    Warri leeqaa Naqamtee hin rifatinaa haaluma itti jirtan ilaaluf 🤣🫡

  • 12 авг.4 811994

    Rooba kanaan itti marsee gobaa jira leencichi

  • 11 авг.5 0291

    без подписи

  • 11 авг.4 947611

    ✈️🛫🛬🛩️ Hagayya 11/2026 Qeerroo Bilisummaa Oromoo. Harr'a waaree booda Baha shaggar aanaa Booraa Ganda goraa lamaan jedhamu keessatti haala isin argitan kanaan warri daabee irra dhaabbachaa jira✊

  • 10 авг.5 43548

    https://youtu.be/tBT303x_sQk?si=6l5cwVhpghc4oit7

  • 10 авг.5 956784

    Injifannoo 👌 RIB Koloneeli tokko miseensota 200 waliin gara WBO dabalamee

  • 10 авг.6 248222

    Magaalaan Kurmuuk humnoota Finciltootaa RSF harkaa erga baateen booda awwaalli reeffa namoota hedduu bakka tokkotti awwaalamanii qabu argame SQBO, Hagayya 10, 2026: Sudaan Naannoo Bahril-Azraq keessatti reeffi namoota nagaa 25, dubartoota, daa'immanii fi hojjettoota hosptaalaa Humni Deeggarsa Saffisaa (RSF) ajjeese dabalatee, awwaalchi waloo argamuu isaa qondaalli naannichaa kaleessa Dilbata Hagayya 09, 2026 beeksisan. Loltoonni kunneen kan leenjifamaa turan gargaarsa Itoophiyaaf UAE ta'uun kan yaadatamu dha.

  • 9 авг.6 485192

    Dhimmi Dhumaati Angar Gamaa PP dha kaa jannuuf kanaaf. Namni argiitan kun miseensa faannootti. Kanaan dura qabamee baatii 6 hidhamee lakkifame. Ammas warri komaandoo ifiin jettu sakatta'aa goote mana isaa keessaa kilaashii tokko waliin qabde. Garuu guyyaa tokkollee osoo hin hidhamiin gadi lakkisame.

  • 9 авг.5 8515

    без подписи

  • 9 авг.6 010276

    Loltoonni PP hedduun W"BO'n Booji'aman. SQBO-Hagayyaa 09/2026- ======================== Halee"llaa Qindaa'aa Wa"raanni Bi"lisummaa Oromoo Godina Shawaa lixaa Ona Iluu Galaanitti Wa"raana PP irratti fudhateen injifannoo guddaa argatee jira. Duula Bobbaa Wa"raana Bi"lisummaa Oromoo danquuf Waraanni PP taasisaa ture kan haleele Wa"raanni Bi"lisummaa Oromoo lol'toota sirnichaa hedduu kan booji'e yoo ta'u meeshaalee Wa"raana lakkoofsan guddaa ta'e booji'uun Moonaa Qabsoof galii tolchuun danda'amee jira. I U O'f

  • 9 авг.5 514291

    Zoonii GG fi zoonii lixaa Birgeedota waloo warra garaan tokkoo ganamaan milkiin dombooba 👋

  • 9 авг.6 11817

    Ajaja Hayiluu Golfaan GQDO namni kun ijaara ture harra maalitti jiru!? Qeerroon lixa biiftu wal iyyaafadhu 👌

  • 9 авг.5 3294

    https://t.me/irbu1973/203

  • 8 авг.5 5712

    без подписи

  • 8 авг.5 7682

    без подписи