tgindex
F

Faaruu Ortodoksii( Orthodox hymn )

Статистика
@faruuorthodoxyанглийский

Orthodox oromic Songs Welcome to a place of worship and peace. 🎵 Here you’ll find beautiful Orthodox songs in oromic written lyrics with audio. 📖 Worship deeply. Grow spiritually.🎧 New mezmur added regularly.

Последний пост
21 мая
Последнее чтение
ещё не заходили
Постов за неделю
0
Всего постов
19
Тип
открытый
Язык
английский
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
3 658
−12 за 4 дн.
Сутки
−8
−0,22%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
5 168
19 постов
Вовлечённость
141,3%
к подписчикам
Постов в день
0,0
всего 19
Упоминаний
0
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
1/48двое суток
1/72трое суток

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • 21 мая1 718113

    https://youtu.be/nwr67FZQOT4

  • 6 апр.2 917205

    https://youtu.be/_M_xxOHTYo8?si=LkIV_5f63peWOSZi Faarfannaa gaabbi faarfattuun Biliseen nuuf hojjetteen eebbifamaa

  • 14 мар.3 589201

    без подписи

  • 18 февр.4 3101312

    https://youtu.be/fsDLBUGqfzM?si=SaHwxBwmwroipip5

  • 11 дек.5 905201

    ‎👇👇👇👇👇👇👇👇👇 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👆👆👆👆👆👆👆👆👆

  • 10 дек.5 784924

    #Fayistuu hewaan Share and join Godhaa ‎👇👇👇👇👇👇👇👇👇 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👆👆👆👆👆👆👆👆👆 #Faaruu #Orthodoksii #Farfaannaa #haraa #Fayistuu

  • 10 дек.5 8192247

    #Faayyistuu Hewaan Fayyistuu Hewaan kottu Maariyaamii Firii Hannaa kan Iyyaaqemii Eebbifamtuu gugee koo garraamii Si jaalannaa ijoolleen Addaamii Baattuu ibsaa ifni sirraa argamee Abbaan Ifreem si'in eebbifamee Haadha Gooftaa kottu mee gara koo Abdii dhugaa furtuu dhiphina koo Innaa at deessee buddeena jireenyaa Dawaa Dhugaa Fayyisaa Addunyaa Haadha Kennaa garaa laafeetti koo Sin dagadhu haadha gaafa rakkoo Kan si ganan silas badaniiruu Kennaa Gooftaa kootii hin jijjiiru Rakkina koo sittan irraanfadhaa Gaddisa koo mana keen boqadhaa Yaa Maariyaam kennaan kan kee addaa Filatamtuu Giiftii Haadha waadaa Hin caldhisin Dubroo waa’ee keenyaa Kadhannaa keen mirga ilma kee teenya     #Fayistuu hewaan Share and join Godhaa ‎👇👇👇👇👇👇👇👇👇 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👆👆👆👆👆👆👆👆👆 #Faaruu #Orthodoksii #Farfaannaa #haraa #Fayistuu

  • 7 дек.5 2681521

    #NI DANDEESSAA Share and join Godhaa ‎👇👇👇👇👇👇👇👇👇 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👆👆👆👆👆👆👆👆👆 #Faaruu #Orthodoksii #Farfaannaa #haraa

  • 7 дек.5 7561065

    #Hin dandeessaa Ni dandeessaa ati yaa Gooftaa ni dandeessax2 Sin argee hundaa keessaa Aangoo keetin waan dubbatte ni raawwattaa Harka keetin waan eegalte ni xumurtaa Galata kee Gooftaa Waan dubbatte yeroo keetin miidhagsitaa Booda dhuftee gargaarsi keen hunda caaltaa Situ na jaalataa Qilleensaafi bishaan gidduu daandii qabdaa Qofaa koo miti hin sodaadhu situ naaf yaadaa Naaf galteetta waadaa Na dhaabeera fuuldura isaa galataafii Kennaan isaa isuma harka isumaafii Galannii haa ta’uufii Share and join Godhaa ‎👇👇👇👇👇👇👇👇👇 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👆👆👆👆👆👆👆👆👆 #Orthodoksii #Dandeessaa #Faruu #Haraa #Oromoo #Farfaannaa

  • 6 дек.4 6511012

    #Uumama keetiin Share and join Godhaa ‎👇👇👇👇👇👇👇👇👇 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👆👆👆👆👆👆👆👆👆 #Faaruu #Orthodoksii #Farfaannaa #Firaa'ol

  • 6 дек.4 720217

    #Uumama keetiin Uumama keetiin sin dorgomsiisu du'a baqaafis an siin waaqessu dhiiga kee jira hidda koo keessa Dhugaaf jaalalanan si waaqessaa Sittan dhaladhee sittan waamamaa Karoorri kankoo siin hoogganamaa Maaddiin mana kee naafis maaddii koo Aanteen koo si'ii firri dhiiga koo Sirritti beekta iccitii kankoo Akiyaan jedhaa obboleessa koo Qalmi kan koo waa'ee keet caafa Doonii jireenyaa situu nat hafaa Ifaa qulqulluu dungoo hin dhaamne Abbaa qabeenya hattuun hin saamnee Si harka galaa unki naamoota galmee olaanaa mootii uummataa Namni hin sobaa ofii dubbataa Isaa amma jedhee egeer dagata Sitti hidhadhee an hariiro koo Siinan faayamee meetii quba koo Share and join Godhaa ‎👇👇👇👇👇👇👇👇👇 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👆👆👆👆👆👆👆👆👆 #Faaruu #Orthodoksii #Farfaannaa #Firaa'ol

  • 4 дек.4 4841632

    ♦ Gulantaa Olaanaa ♦ ‎ ‎Gulantaa Olaanaa Handaara lapheekoo ‎Galataan dhaalchiste weerarte keessakoo ‎Ulfaadhu Mootiikoo ‎                ‎Haalduree hinqabu si'iin  Filamuunkoo ‎Ga'aa ta'ees miti sitti waamamuunkoo ‎Golgaa cubbuu kuttee ati garakoo dhufte ‎Hidda du'aa cirtee Eebbaan na golgite ‎                  ‎Kaayyookoo gurguree imaanaa hin nyaadhu ‎Ergamakoo dhiisee diinaaf harka hin laadhu ‎Maqaakeen onnadheen si faana sursura ‎Galmakoo Akeekeekee sitti maxxaneera ‎                   ‎Hokkora diinakoo Narraa qolatteetta ‎Tasgabbii Naaf taatee na boqochiisteetta ‎Wixinee jal'ootaan Anoo hin jeeqamu ‎Galaana Hammeenyaan tasa  Hin dhidhimu ‎                    ‎Guddina afuurakoo fooniin hin tilmaamu ‎Soora guyyuuf jedhee sirratti hin guungumu ‎Dhaala barabaraan sibiraatii qaba ‎Iddoo aara galfii lubbuukootiif eebba ‎         ===•|•=== Share and join ‎👇👇👇👇👇👇👇👇👇 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👆👆👆👆👆👆👆👆👆 #Faaruu #Orthodoksii #Farfaannaa

  • 3 дек.4 5711430

    Nan Yaadadhaa hin dagadhuu Garaa kamiin irraanfadhuu 🥰🥰🥰 🥰🥰🥰 🥰🥰🥰 Share and join ‎👇👇👇👇👇👇👇👇👇 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👆👆👆👆👆👆👆👆👆

  • 3 дек.5 0651853

    Nan yaadadha ‎ ‎Nan yaadadha hin dagadhu ‎Garaa kamiin irraanfadhu ‎Jaalala keef umurin koo ‎Aarsa ta'uu imimmaan koo (2) ‎ ‎Biyya keessummummaa dhufte ‎Seerri kan keef aarsa taate ‎Jaalalan keef kiyyeeffame ‎Ani ba'u sit na waame ‎ ‎Seelihoomi kan ergame ‎Fayyina koof kan waamame ‎Harki kufnaan ol na kaase ‎Imimmaan dhiigaa mirgisee ‎ ‎Dhahannaan koo oolmaasaafi ‎Imimmaan koo galataafi ‎Qaaruun kan koo yoo cufamte ‎Dura kootti mallateeffamte ‎ ‎Har'a argee hubadheera ‎Harki isaa naaf araaraa ‎Gaarri kan koo dirree ta'e ‎Situ dursee anaf ga'e Share and join ‎👇👇👇👇👇👇👇👇👇 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👆👆👆👆👆👆👆👆👆

  • 3 дек.4 449711

    Takla haayimaanoot ifa addunyaati/2 ‎kunoo baraa baraan ifaa hojiinsaanii ‎ ‎Taklahaaymanot yeaaleem birhaan nchw ‎Yihew lezelalem yiberal sirachew/2 BAGA GUYYAA AYYAANA YAADANNOO LUBOOTA SAMII NAGAAN GEESSAN🙏 AYYAANA GAARII! Share and join ‎👇👇👇👇👇👇👇👇👇 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👆👆👆👆👆👆👆👆👆

  • 2 дек.4 664146

    Yeroo tokko magaalaan kun Dubbii Waaqayyootiin kan Guutamte ture Garaan Namootaa Amantiin Guutuu ture Abdii Gaariin akkuma ifa aduu baramaa ture. Garuu waggoota darban keessatti kun seenaa qofa Ta’e. Dungoon sun ni dhaame Magaalattiin callistee... dagatamte jechuun ni danda'ama. Ta'us Waaqayyo gonkumaa hin daganne. #Sadaasa 26-28/2018(Sanbattan dhufu), tajaajilli Wangeelaa guddaan dhufaa jira; akka qilleensa haaraa, . akka ibsaa halkan dheeraa booda deebi’ee ibsametti.kun yeroo keessaniidha. #Maarree_Ulfina Waangeelaa isa durii sana yoo yaadatte koottu. Magaalaa kana yoo jaallattan... koottaa. Yoo lammata WAANGEELAN HAAROMUU Magaala #Garba_Gurraachaa arguuf hawwite... koottu. #Maatii keessan Dhangaa lubbuu kanatti Affeeraa!! #Hiriyoota keessan jireenyaf waamaa!! ##Nama onneen isaa dadhabeef oduu kana qoodaa!! #Kottaa qaama seenaa haaraa Taana. ✨ #Yaa’ii_Afuuraa_Guddaa Magaala Garba Gurraachaa-Mana kiristaana katedrala Fayyisaa Addunyaatti. #Sadaasa 26-28/2018 Madda:Dn Daanyaacho Girma

  • 1 дек.4 6121033

    @Faaruu_Dhalootaa @የልደት_ዝማሬ Addeessi Dhugaan ‎ ‎Addeessi dhugaan argamee ifni hundaaf qixxee ifee ‎Fayyinni erga lallabame diinaaf gabroomuun hafee ‎ ‎Ka'umsi koo fedha keen miidhage ‎Ga'umsi koo abdii keen dagaage ‎Waamamuun koo ani maqaa keetti ‎Miidhagina faaya eenyummaakooti ‎ ‎Situ yaade bareeche miidhagsee ‎Jireenya koo dhiiga keen mi'eesse ‎Ulfadhu abbaa dandahaa cubbuu koo ‎Galatoomi siin jetti lubbuun koo ‎ ‎Maarree haa ta'u ta'a jedheen si filee ‎Itti yaadee keessaaf duubatti ilaalee ‎Dhugumas na guddisee barruun kee ‎Na qajeelche Dubbiin sagalee kee ‎ ‎Ulfina koof maddii kabalamtee ‎Naan fayyisuuf hadhooftuu obaafamte ‎Gaarummaa kee argee hubadheeraa ‎An sin haalu oobdii kee galeera ‎ ‎Share and join ‎👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👉 @faruuorthodoxy👈 ‎👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆👆

  • Handarii Nagaa Please share and join    👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 👉@orthodoxsongwithlyrics👈 👉@orthodoxsongwithlyrics👈 👉@orthodoxsongwithlyrics👈     👆👆👆👆👆👆👆👆👆

  • Handarii nagaa Sorgaanummaan kee addaadha Ayyaanni kee ol-aanaadha Maariyaamii Handarii nagaa Maariyaamii simattuu aagaa Magaala Naazriit Galiilaatti Jirbii fi warqee yoo wal simsistuutti Gabri'eel dhufee aaga sitti himeera Ayyaana qabeetti siin jedheera Suraafeel kirubeel caala kabaji kee Ilmaa kee durattis guutuudha sugni kee Warqee uffatte mirgasaa dhaabbatta Uumama hundumarra eenyu sin qixxata Godoo dookimaas hiri'ummaasaa laalte Hanqina saatiif baate kan kadhatte Anas mucaa kee durbee na yaadadhu Kadhanna keetiin hir'uun koo akka guutu Gugee garraamii koo jaalalan naaf koottu Waa'ee cubbuu koof ilma kee naaf kadhu Anoo dadhabaadha naamusa kootiini Andarii nagaa koo du'aaf na laatini Please share and join 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 👉@orthodoxsongwithlyrics👈 👉@orthodoxsongwithlyrics👈 👉@orthodoxsongwithlyrics👈 👆👆👆👆👆👆👆👆👆