tgindex
FAYYAA OROMOO

Odeeffannoof gorsa fayyaa Afaan Oromootiin. Amaloota dhibee adda addaa fi of-eeggannoo godhamuu qaban irratti Gorsa ogeessa Fayyaa (MD) irraa argadhaa! 🎯 Yaalaaf ogeessa qaamaan argachuu hin dagatiinaa! @Gaaffiikoo_bot

Последний пост
14 авг.
Последнее чтение
15 авг.
Постов за неделю
5
Всего постов
25
Тип
открытый
Язык
om
В каталоге с
13 авг.
Подписчики
2 631
+26 за 4 дн.
Сутки
+9
+0,34%
Неделя
 
Месяц
 
Просмотров на пост
894
25 постов
Вовлечённость
34,0%
к подписчикам
Постов в день
0,7
всего 25
Упоминаний
1
каналов
Охват размещения
оценка
1/24сутки в ленте
31
1/48двое суток
35
1/72трое суток
38

Оценка по просмотрам недавних постов: пост набирает почти всё за первые сутки.

Посты

  • Barattonnii Kutaa 12 ffaa barana qormaata entrance fudhattaan hundii keessan gaafaa...... see more Ibsa guutuu isaa dubbisuuf bakka SEE MORE jedhuu tuqa request kan jedhuu tuqaa ilaala. Oduu ammee

  • Qarshii 0.00 dhaan internet fayadamuun itti fufera itti fayyadamuuf bakka Fast internet jedhuu tuqun add godha fayyadama. 👇👇

  • 🚨 Namoonni yeroo amma online jirtaan Badhaasa qarshii 2000 irratti hirmaadha🔥🔥🔥 Daqiqaa muraasa qofaaf kan turu OPEN bakka jedhuu amumma aritiin tuqun add bakka jedhu tuqun badhaafamaa👇👇

  • 13 авг.29удалён 14 авг.

    Diraama hiree kutaa 93 ffan gad lakkifame jiraa kanaaf bakka DIRAAMA HIREE jedhuu tuqun Request kan jedhuu tuqaa ilaala

  • Oduu gammachisaa. Sa'atii ammati kaase hangaa boruu sa'ati kanatti internate hin dangeffamne kenname waan jiruuf bakka free internate jedhuu tuqun add godha bilisan fayyadama. Utuu hin dhaabbatin dafaa itti fayyadama

  • 🚨 Namoonni yeroo amma online jirtaan Badhaasa qarshii 2000 irratti hirmaadha🔥🔥🔥 Daqiqaa muraasa qofaaf kan turu OPEN bakka jedhuu amumma aritiin tuqun add bakka jedhu tuqun badhaafamaa👇👇

  • itti Fayyadama!!! 🎉 BOOM NAMA DURSEE CHANNEL KANNEN JOIN GODHEEF QARSHII👇💥💥 🎁 Badhaasa: 🥇 1ffaa – Qar. 20000 🥈 2ffaa – Qar. 10000 🥉 3ffaa – Qar. 8000 BADHAAFAMA TA'UUF BAKKA KENNA JEDHUU TUQUN ADD GODHA BADHAAFAMA👇👇👇🔥🔥

  • Ethiopia kessatti free internate eegalee jira. Kanaa bakka free internate jedhuu tuqun add godha fayyadama

  • Kaardii Birrii 1000 gadi lakkifamuuf jedha, daqiiqaa 9 qofatu hafe. Kanaaf bakka get jedhuu tuqun add godha

  • Kaardii Birrii 1000 gadi lakkifamuuf jedha, daqiiqaa 9 qofatu hafe. Kanaaf bakka get jedhuu tuqun add godha

  • 11 июн.2 21561

    Ulfa gadameessaan alaa (Ectopic Pregnancy) *** Sanyiin kormaa (Sperm) fi hanqaaquun dhalaa ujummoo gadameessaa keessatti wal argachuun fartilaayizeeshinii gaggeessu. Akka bu'aa fartilaayizeeshiniittis micireetu uumama. Micireen kun keessa gadameessaatti maxxanuun guddachuu isaa itti fufa. Kun adeemsa sirrii jalqaba ulfaati. Kanarraan addatti, jechuun micireen uumame keessoo gadameessaan alatti kan maxxanu yoo ta'e, ulfa gadameessaan alaa jedhama. Ulfi gadameessaan alaa kun, gadameessaan alatti bakkeewwaan garagaraa akka; ujummoo gadameessaa, ovarii, garaa keessaafi fiixee gadameessaatti mul'achuu danda'a. •#Waantonni ulfa gadameessaan alaaf nama saaxilan maal fa'i? :- ~> Miidhamuu yookan godaannisaa'uu ujummoo gadameessaa ~>Infeekshinii gadameessaa fi ujummoo gadameessaa ~>Dhibeewwan wal quunnamtii saalaan daddarban ~>Ulfa gadameessaan alaa kanaan dura mudatee beeku ~>Tamboo aarsuu ~>Ulfa umuriin 35 booda uumamu ~>Yaalii baqaqsanii yaaluu garaa gara gadiifi kkf dha. •#Ulfi gadameessaan alaa mallattoolee akkamii qabaata? - Dhukkubbii garaa gara gadii - Dhaabachuu laguu - Dhiigni qaama saalaan yaa'uufi kkf #Hub: Ulfi gadameessaan alaa yeroo tokko tokko dho'uun rakkoo hamaa haga du'aa geessisuu danda'a. Kanaaf dubartiin tokko mallattoolee armaan olii kana of irratti argite jennaan ariitiin gara mana yaalaa deemtee ilaalamuufi yaala fayyaa argachuun irra jiraata. •Yeroodhaan qoratamuufi yaalamuun dhibee hamaa itti aanurraa nama oolcha. Fayyaa hin dhabiinaa! Dr. Abdiisaa Ejjetaati @fayyaaoromoo @Bohaartii_media

  • 11 июн.1 0051

    без подписи

  • 11 июн.1 26821

    Godina Gujiitti haati tokko altakkaatti daa'imman afur da’uun dhagaa’ame. ‘OBN Cyber Media’ Waxabajjii 03,2018 Hospitaala Waliigalaa Adoolaa Wayyuutti haati tokko yeroo tokkotti daa'imman afur deesse. Jiraattuu Godina Gujii Aanaa Daamaa kan taate Aadde Adaanech Xilaahun, daa’imman dhiiraa 2 fi durba 2 nagaan oofkalteetti. Gaheettin waggaa 24 Aadde Adaanech torban 3'f hospitaalichatti haalli fayyaa ishee hordofamaa turuufi da’umsa jalqabaan daa’imman 4 nagaan dahuushee Ispeeshalistiin ulfaafi Gadameessaa Dr. Salamon Habtaamuu OBN'tti himan. Fayyummaan haadhaafi daa'imman 4 yeroo ammaa sadarkaa gaariirra jiraachuus ibsaniiru 👇👇👇 JOIN✅: @Bohaartii_media Gorsa fayyaaf: @fayyaaoromoo Hordofaa

  • 7 июн.1 1322

    💐 Suura keessa bifa kanan argachuuf kana click godhaa, add channel taasisaa!                 ..........................    👇 ⠀⠀⠀⠀⠀:⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣿⣦ : ⠀⠀⠀⢀⣾⣿⣿⣿⠿⠿⠟⠻⠿⢿⣿⣿⣿⡆ ⠀⠀⠀⢰⣿⣿⡿⠂⠀⠀⠀⠀⠀⠀⠈⠉⢻⡇ ⠀⠀⠀⠈⠿⣿⣇⣠⠤⠤⠤⢤⣀⣤⠤⠤⣺⡏ ⠀⠀⠀⠀⠐⢉⣯⠹⣀⣀.⡸⠉⢏⡄⣀⣯ ⠀⠀⠀⠀⠡⠀⢹⣆⠀⠀⠀⣀⡀⡰⠀⢠⠖⠂ ⠀⠀⠀⠀⠀⠈⠙⣿⣿⠀⠠⠚⢋⡁⠀⡜ ⠀⠀⠀⠀⠀⠀⢸⠈⠙⠦⣤⣀⣤⣤⡼⠁ ⠀⠀⠀⠀⠀⢀⡌⠀⠀⠀⠀ ⠉⢏⡉ ⠀⠀⠀⣀⣴⣿⣷⣶⣤⣤⣤⣴⣾⣷⣶⣦⡀ ⢀⣴⣿⣿⣿⣿OROMOO ⣿ ⣿⣿⣿⣿⣄ ⠚⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛⠛​​​ 👇👇👇 JOIN✅: @Bohaartii_media Gorsa fayyaaf: @fayyaaoromoo Hordofaa

  • 17 мая1 67351

    Qajeelfama Haaraa Beeksisa Fayyaa Keessatti Ragaa(dhugabaatii) Dhukkubsattootaa Dhorku! Akka qajeelfama Ministeerri Fayyaa baaseen dhaabbileen fayyaa Itiyoophiyaa keessatti ragaa dhukkubsattootaa tajaajila isaanii beeksisuuf akka hin fayyadamne guutummaatti dhorkamaniiru. Kana malees; Miidiyaaleen (televijiinii, raadiyoo, miidiyaa hawaasaa, weebsaayitii, bilboordii, fi meeshaalee maxxansaa) beeksisa yaalaa tamsaasan qabiyyee beeksisa sana tamsaasuun dura sirrii ta’uu isaa mirkaneessuuf itti gaafatamummaa seeraa qabu. Jechoota dogoggoraa kanneen akka "filannoo jalqabaa," "filannoo nama hundaa," fi kan kana fakkaatan fayyadamuun dhorkaadha, dhaabbileen dorgomtoota isaanii caalaa akka gaariitti of dhiyeessu hin danda'an. Ijoolleen ykn namoota murtoo mataa isaanii murteessuu hin dandeenye hayyama warraa / guddiftuu seeraa qabaachuu qabu. Balleessaawwan kanaafis Adabbii maallaqaa birrii kuma 20 hanga kuma 100 adabsiisu. Miidiyaaleen immoo birrii kuma 10 hanga kuma 30 akka adabaman himameera. @fayyaaoromoo

  • 27 мар.2 78796

    Rikeetii👶🦴 Dhibeee salphaatti ittifamuu danda'u, garuummoo miidhaa umurii guutuu daa'ima waliin hafu fidu. Rickets dhukkuba sababa hanqina vitaamin D irraa kan ka'e lafee daa'immanii laaffisudha. Vitamin D ifa aduu fi nyaata irraa kan argamu yoo ta’u, cimina lafee fi guddina daa’immaniif barbaachisaa dha. Maaltu dhukkuba rickets fida? 1. Ifa aduu gahaa argachuu dhabuu fi daa’imman aduu qaammachiisuu dhabuu. 2. Nyaata vitaamin D fi kaalsiyeemii gahaa qabu nyaachuu dhiisuu. 3. Dhukkuboota garaachaa, kalee fi tiruu tokko tokko... Mallattoon dhukkuba kanaa maali? 🔹miilli naannoo jilbaatti golboobuu 🔹 Guddinni daa'imaa harkiifachuu 🔹 Dhukkubbii Lafee dugugguruu dugdaa, mudhiifii miilaa 🔹 yeroodhaan ilkaan 🦷 biqilchuu dhabuu. 🔹 Maashaaleen dadhabuu. 🔹 dhaabbachuufi deemuu eegaluutti barfachuu daa'imaa. 🔹 Lafeen balaa xiqqaan cabuu danda'a. Rickets ittisuun ni danda'amaa? ✔️ Ijoolleen haga of danda'anii gara alaa bahanii taphachuu eegalanitti aduu ganamaa guyyatti Daqiiqaa 20-30f qaammachiisuu!. Yeroo kanas qaama daa'imaa dibata kamiyyuu osoo hin dibiinii fi uffata malee ta'uu qaba. Ifni aduu fuullee ykn golgaa keessaan darbee dhufu gahaa waan hin taaneef; alatti baasanii qaammachiisuun barbaachisaa dha. ✔️Nyaata vitaamin D fi kaalsiyeemii gahaa qabu kan akka aannan🥛 fi bu'aa aannanii, qurxummii, zayita qurxummii, hanqaaquu🥚 fi kkf nyaachuu barbaachisa. 👇👇👇 JOIN✅: @Bohaartii_media Gorsa fayyaaf: @fayyaaoromoo Hordofaa

  • 21 мар.1 6619

    Infekshiniin ujummoo fincaanii maalii? Dubbisaa! Itti aansuun maal akka siniif barressinu barbaaddu 'comment' nuuf barreessaa! ✅ Follow ✅ 👇👇👇 Bohaartiif 👉 @Bohaartii_media Gorsa fayyaaf 👉 @fayyaaoromoo

  • 20 мар.1 4152

    🚰 Namni ga’eessi tokko guyyaa tokko keessatti bishaan hagam dhuguu qaba jettanii yaaddu? ✍️ Shamarraniif – 💧 2.7 Litira ✍️ Dhiiraaf – 💧 3.7 Litira ✅ Bishaan dhuguun fayyaa qaamaa fi sammuu eeguuf murteessaadha! ✅ Follow ✅ 👇👇👇 Bohaartiif 👉 @Bohaartii_media Gorsa fayyaaf 👉 @fayyaaoromoo

  • 19 мар.1 2214

    Namoota dhukkuba gaaraachaa qabdaniif - Fayyummaa Gaaracha Keessaniif: * 1. Waantoota dhukkuba garaachaa fidan akka: alkoolii baay’isuu, tamboo xuuxuu, qorichoota ajaja ogeessa fayyaa malee kennaman fayyadamuu fi of dhiphisuu irraa fagaachuu. 2. Nyaata dhukkuba garaachaa nutti cimsan irraa fagaachuu: nyaata kana baay’inaan abbuma dhukkubsatu sanatu beeka, yoo kan nyaatnaan nutti cimsu beekne nyaata sanarra fagaachuu qabna. Walumaa galatti garuu mi’eessitoonni akka barbaree, buna, nyaatotaaf dhugaatii erga hojjetamanii turanii afaaniitti hadhaa’an (fkn farsoo ba’ee ture) namatti kaachisu. 3. Nyaata dhukkuba garaachaa irraa fayyuuf nu gargaaran nyaachuu: isaan keessa dammi isa hangafa fi fayyuu garaacha madaa’eef kan gargaarudha. Qullubbiin adiin (garlic) baakteriyaa H. pylori jedhamu sanaaf akka haalli hin mijanne taasisa, kuduraa fi muduraaleen ammoo vitaaminii hedduu waan of keessaa qabaniif yoo nyaanne garaachi keenya dafee akka fayyu taasisa. 4. Gara mana yaalaa deemuun yoo baakteriyaan H. pylori jiraate qoricha isaa fudhachuu qabna. *** Fayyaan faaya. ✅ Follow ✅ 👇👇👇 Bohaartiif 👉 @Bohaartii_media Gorsa fayyaaf 👉 @fayyaaoromoo

  • 18 мар.1 3343

    ⚠️ Mallattoon xiqqaan, agarsiiftuu dhibee Cimaa ta’uu danda’a. 👉 Mallattoo kamiyyuu hin tuffatin! #OfEeggannoo #fayyaaoromoo Waa'ee dhukkuba/Mallattoolee akkamii baruu barbaadduu? 👇nuu barreessaa ✅ Follow ✅ 👇👇👇 Bohaartiif 👉 @Jechama1 Gorsa fayyaaf 👉 @fayyaaoromoo